ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم3 650

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 48 052 مشتركاً، محتلاً المرتبة 3 650 في فئة التعليم.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 48 052 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 26 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -185، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -7، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 44.11‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 17.29‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 21 202 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 8 309 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 357.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 27 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

48 052
المشتركون
-724 ساعات
-97 أيام
-18530 أيام
أرشيف المشاركات
📢 YAADACHIISA CIMAA! ⚠️ Barattoonni tokko tokko yeroo qormaata seenuuf yaalan, liinkiin qormaataa isaan diduu ykn gara Websi
+1
📢 YAADACHIISA CIMAA! ⚠️ Barattoonni tokko tokko yeroo qormaata seenuuf yaalan, liinkiin qormaataa isaan diduu ykn gara Website seenuu dadhabuu isaan mudachaa tureera. ✅ Alhamdulillah, rakkoo kanaaf furmaata arganneerra! ⚙️ Kana booda rakkoo kanaan osoo hin gufatin qormaata keessan sirnaan akka fudhattanii fi Website irratti rakkoo tokko malee akka seentan, ykn Yeroo suuraa olitti maxxansine isinitti mul'atu, “Continue” cuqaasun akka isin fufsiisu tarkaanfii akkaataa viidiyoo irratti ibsineen setting keessan tolchuun furmaata argadhaa 🎥 Adeemsa kana suuta hordofaa; rakkoon isin mudachaa ture ni furama, qormaata keessanis sirnaan fudhachuu dandeessu.
27 نوفمبر, 11:10

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Tafsiiraa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irra
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Tafsiiraa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (02/12/2026 ykn 23/03/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii/Website irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Xumuraa
27 نوفمبر, 11:05

📢 YAADACHIISA BARATTOOTA HUNDAAF! ⚠️ Barattoonni tokko tokko yeroo qormaata seenuuf yaalan, liinkiin qormaataa isaan diduu y
+1
📢 YAADACHIISA BARATTOOTA HUNDAAF! ⚠️ Barattoonni tokko tokko yeroo qormaata seenuuf yaalan, liinkiin qormaataa isaan diduu ykn gara Website seenuu dadhabuu isaan mudachaa tureera. ✅ Alhamdulillah, rakkoo kanaaf furmaata arganneerra! Kana booda rakkoo kanaan osoo hin gufatin qormaata keessan sirnaan akka fudhattanii fi Website irratti rakkoo tokko malee akka seentan, tarkaanfii armaan gadii hordofaa: 📌 Yeroo suuraan akkanaa isinitti mul'atu, “Continue” jedhu cuqaasaa. ⚙️ Sana booda qajeelfama viidiyoo kana keessatti isiniif qophaa'e hordofuun Settings keessan sirreessaa. 🎥 Adeemsa kana suuta hordofaa; rakkoon isin mudachaa ture ni furama, qormaata keessanis sirnaan fudhachuu dandeessu. 🤝 Furmaanni isiniif qophaa'eera! 🌐 Barnoota keessan itti fufaa, qormaata keessanis milkaa'inaan xumuraa!
27 نوفمبر, 11:05
27 نوفمبر, ~11:05

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
26 نوفمبر, 22:04

Tafsiira Sem 1ffaa Last.pdf16.64 MB
26 نوفمبر, 11:11

📢 YAADACHIISA CIMAA!! ❓❓ Qormaataa Xumuraa Koorsii Tafsiiraa fudhachuuf qophiidhaa?? 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Tafsiiraa
📢 YAADACHIISA CIMAA!! ❓❓ Qormaataa Xumuraa Koorsii Tafsiiraa fudhachuuf qophiidhaa?? 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Tafsiiraa Guyyaa Sanbataa, 28/11/2026 (19/03/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee kan kennamu ta'a. ✍ Kanaafu, barattoonni keenya kana beektanii qormaataaf ammuma irraa qophii barbaachisaa akka gootan isin yaadachiifna!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Tafsiiraa
26 نوفمبر, 11:10

I need a graphics with the following text Qormaataa Xumuraa Koorsii Tafsiiraa fudhachuuf qophiidhaa?? Qormaanni Xumuraa Koors
I need a graphics with the following text Qormaataa Xumuraa Koorsii Tafsiiraa fudhachuuf qophiidhaa?? Qormaanni Xumuraa Koorsii Tafsiiraa Guyyaa Sanbataa, 28/11/2026 (19/03/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee kan kennamu ta'a. Kanaafu, barattoonni keenya kana beektanii qormaataaf ammuma irraa qophii akka gootan isin yaadachiifna
26 نوفمبر, 11:05
26 نوفمبر, ~11:05

❓❓ Gaafilee hedduu barattoonni kaasan keessaa: 1. Waraqaa Ragaa barattoonni argachaa jiran eessaa arganna? 📋 Waraqaan ragaa
❓❓ Gaafilee hedduu barattoonni kaasan keessaa: 1. Waraqaa Ragaa barattoonni argachaa jiran eessaa arganna? 📋 Waraqaan ragaa sagantaa Dippiloomaa irratti keennamu xumura sagantichaa irratti. Waraqaan ragaa amma barattoonni fudhachaa jiran kan leenjii gabaabaati. Sagantaa dippiloomaa waliin kan wal qabatuu miti. Barataan kamiyyuu sa'aatii isaaf miijatuutti koorsii leenjii gabaabaa kana baratee yoo xumure waraqaa ragaa kana argachuu danda'a. 2. Sababa gara garaatin qormaanni nu darbee furmaanni maali? 📝 Barataan sababa gara garaatin qormaanni xumuraa isa darbee xumura simisteeraa irratti barattoota qabxii isaanii foyyeefatan waliin qormaata bakka bu'aa ni fudha. Qormaanni torbee garuu carraan kennamu yerooma tokko. Erga takka cufamee booda, irra deebin fudhachuun hin danda'amu. #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa
25 نوفمبر, 23:59

🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Tafsiiraa xumurtan! 📚 Barnoonni Siir
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Tafsiiraa xumurtan! 📚 Barnoonni Siiraa Dr. Alii Muhammadiin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha tokkoon (11) xumuramee jira. 🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaanni xumuraa Barnoota Tafsiiraa Guyyaa Sanbata, 28/11/2026 (18/03/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a. 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa
25 نوفمبر, 11:02

Kitaabni warra gaggaarii eessatti ta'a?
Anonymous voting
25 نوفمبر, 11:02

Suraa Al-Muxaffifiin keessatti amaloota badaa akkamiitu duubbatame
Anonymous voting
25 نوفمبر, 11:02

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tafsiiraa Kutaa 11ffaa.mp38.98 MB
24 نوفمبر, 21:59

Kutaa Kudha Tokkoffaa.pdf3.15 MB
24 نوفمبر, 21:58

📮 Barnoota Tafsiiraa 📚 Kutaa Kudha tokkoffaa 🎙 Dr. Alii Muhaammad (Jimmaa) 🔗 https://youtu.be/Hh16JDwscMo
24 نوفمبر, 21:57

Boqonnaa Suuraa Al-Infixaar Makkaatti buute.
Anonymous voting
24 نوفمبر, 11:03

Aayatoota suura Al-Infixaar keessatti akkaataa addunyaan itti baddu maal jechuun debbatame?
Anonymous voting
24 نوفمبر, 11:03

📢 YAADACHIISA CIMAA 🔖 Qormaanni torbee sababa rakkoo teknikaa mudateen irra deebin guyyaa kalee bannee turre. ✍ Barattoonni
📢 YAADACHIISA CIMAA 🔖 Qormaanni torbee sababa rakkoo teknikaa mudateen irra deebin guyyaa kalee bannee turre. ✍ Barattoonni hedduun erga qormaanni banamee booda irraa eegalee qoramaa jiru. 📝 Barattoonni hanga ammaatti hin qoramiin carraa kanatti fayyadamuun qoramaa!! ⚠️ Hubachiisa!! Qormaanni har'a halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa
24 نوفمبر, 04:18

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tafsiiraa Kutaa 10ffaa.mp37.68 MB
23 نوفمبر, 21:59

📚 Tafsiira Kutaa 10ffaa
23 نوفمبر, 21:58

📮 Barnoota Tafsiiraa 📚 Kutaa Kudhanaffaa 🎙 Dr. Alii Muhaammad (Jimmaa) 🔗 https://youtu.be/vn19dHoUh2I
23 نوفمبر, 21:57