ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅 👈

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

前往频道在 Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

显示更多
未指定国家教育3 638

📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览

频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 292 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 638。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 292 名订阅者。

根据 09 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 201,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 46.51%。内容发布后 24 小时内通常能获得 19.40% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 22 453 次浏览,首日通常累积 9 364 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 388。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

凭借高频更新(最新数据采集于 10 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

48 292
订阅者
无数据24 小时
-457 天
+20130 天
帖子存档
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qorma
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa website irratti banameera. Qormaanni kun Roobii, 14/10/2026 ykn 04/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata xumuraa kana keessaatti gaafii 40 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 2'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa qabama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irrat
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (14/10/2026 ykn 04/02/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbataa 10/10/2026 (30/1/
📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbataa 10/10/2026 (30/1/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee ni kennama. 🗓 Hanga guyyaa Qormaataatti waan barattan irra deebiin qo'achaa qophii taasisaa!!! 💡 Niyyaa Keessan quluqulleessaa!! 💡Kaka'uumsa keessan haaromsaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🏆 Viidiyoo gabaabaa Sagantaa Galateeffannaa fi Badhaasaa Akkaadaamii Afriikaa fi TV Afriikaatin Qophaa'ee!! 🎊 Sagantaa Kana irratti Gorsaa fi Dhaamsi garagaraa Ulamaa'ii babbeekkamoo biyya keenyaatin afaan lameenin darbee jira. 🎉 Dorgomtoonni injifataniis miira isaanitti dhagahamee fi dhaamsa isaanii dabarsanii jiru. 🔗https://youtu.be/7csjtI1cyLA?si=hpMZy7zmt-N95cil #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📚 Kitaaba Guutuu korsii Aqiidaa

🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Aqiidaa Islaamaa xumurtan! 📚 Barnoon
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Aqiidaa Islaamaa xumurtan! 📚 Barnoonni Aqiidaa Dr. Jeeylaan Kadiirin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha jahan (16) xumuramee jira. 🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaanni xumuraa Koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbata, 10/10/2026 (30/01/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a. 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! 📌 Odeeffannoo qormaata waliin wal qabatu dhihootti isiniif maxxansina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa

Maqootaa fi sifoota Rabbii beekuun karaa Rabbiin ittiin beekaniidha.
Anonymous voting

Kanneen armaan gadii keessaa kamtu bu'aalee maqootaa fi sifoota Rabbitti amanuuti?
Anonymous voting

<iframe width="560" height="315" src="https://www.youtube.com/embed/igktkVMMWuU?si=_JRQ0jJfQTyIGxPz" title="YouTube video player" frameborder="0" allow="accelerometer; autoplay; clipboard-write; encrypted-media; gyroscope; picture-in-picture; web-share" referrerpolicy="strict-origin-when-cross-origin" allowfullscreen></iframe>

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 16ffaa.mp310.28 MB

Kutaa 16ffaa (1) (1).pdf1.66 MB

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Jahaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtu.be/igktkVMMWuU

Sifoota Salbiyyaa jechuun sifoota Rabbiin of irraa dhabamsiise ykn Ergamaan isaa isarraa dhabamsiisee dha.
Anonymous voting

Sifoota Khabariyyaa jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

Barnoota Aqiidaa Kutaa 15ffaa.mp38.50 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 15ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Shanaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtu.be/_4Vl7vi2n6I?si=XE91fASCTLDTj9cq

🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa tokkoffaa cufamee jira. Amma irr
🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa tokkoffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Kamtu Sifa Zaatiyyaa Rabbii ol ta'e irraayi?
Anonymous voting