Oromia Muslim Youth Council
Open in Telegram
Oromia Muslim Youth Council * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Show moreThe country is not specifiedReligion & Spirituality45 026
1 487
Subscribers
-124 hours
+357 days
+24030 days
Posts Archive
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota
#Godina_Gujii_Bahaa #Magaalaa_Shaakkiso
#Magaala_Adoola_Woyyu
waliin marii fi gamaaggama hojii milkaaâaa taasisee jira.
23/11/2018
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Jimmaa Gumaacha Qur'aan Rabbii Taassise.
âKaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Jimmaa Akkumii hojii hawaasummaa bara kanaa haala miidhagaan jalqabeen, itti fufiinsa isaatiin hojii boonsaa galmeessisee jira.
â
Guyyaa har'a waldaa "Jannat Innigganaany" waliin tumsa uumuudhaan, Qurâaana 1,400 raabsuun barattootaa fi madrasoolee deeggareera.
â
đ Qurâaanni kunis kan hirame:
⢠âMadrasoolee Magaalaa Jimmaa keessatti argaman
⢠âGodina Jimmaa Madrasoolee Aanaa Qarsaa (Magaalaa Sarboo) keessattidha
âGargaarsi akkasiis barnoota diinii babal'isuu, da'awaa cimsuu fi dargaggoota karaa gaarii irratti jabessuuf gumaacha guddaadha.Jedhamee Yaadama
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa #Baatuu Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Baatuu Wajjiin ta'uun #Piroojektiiwwan Hojiilee Gannaa Sagantaa #Arjooma_dhiigaa gaggeessee jira.
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota #Godina_Booranaa #Magaalaa_Yaaballoo #Magaalaa_Mooyyalee #Aanaa_Gomolee #Aanaa_Taltaallee fi #Aanaa_Yaaballoo
waliin marii fi gamaaggama hojii milkaaâaa taasisee jira.
23/11/2018
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota #Godina_Gujii_lixaa
#Magaalaa_Bulee_Horaa
#Aanota_Qarcaa_Bulee_Horaa fi #Dugda_Dawwaa
waliin marii fi gamaaggama hojii milkaaâaa taasisee jira.
22/11/2018
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Najjoo Hundeeffame.
NMYC.19/11/2018
Najjo
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Najjoo Guyyaa Har'aa Hundeeffamee Jira.
Sagantaa Hundeeffama Kana Irratti Hubannoo Adeemsa Walii Galaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Fi Imaammata Galmee Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Itiyoophiyaa kan Ibsame Yemmuu Tahu Sirni Eegalchiisa Galmee Miseensummaa EMYC jalqabsiifamee jira.
Sagantaa Kana Irratti Qindeessitoonni Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Giddu-Gala Naqamtee Dabalatee Hooggantoonni Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Najjoo fi Dargaggoonni Magaalaa Najjoo Akkasumas Keessumoonni Garaa Garaa Argamnii Jiru .
Ummanni Dargaggootaa isaatiin