uz
Feedback
Oromia Muslim Youth Council

Oromia Muslim Youth Council

Kanalga Telegram’da o‘tish

Oromia Muslim Youth Council * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganDin & MaĘźnaviyat45 026
1 487
Obunachilar
-124 soatlar
+357 kunlar
+24030 kunlar
Postlar arxiv
sticker.webp0.11 KB

photo content
+8

Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Kaawunsilii Dargaggoota #Godina_Gujii_Bahaa #Magaalaa_Shaakkiso #Magaala_Adoola_Woyyu waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa  taasisee jira. 23/11/2018 *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

sticker.webp0.15 KB

photo content
+4

Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Jimmaa Gumaacha Qur'aan Rabbii Taassise. ​Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Jimmaa Akkumii hojii hawaasummaa bara kanaa haala miidhagaan jalqabeen, itti fufiinsa isaatiin hojii boonsaa galmeessisee jira. ​ Guyyaa har'a waldaa "Jannat Innigganaany" waliin tumsa uumuudhaan, Qur’aana 1,400 raabsuun barattootaa fi madrasoolee deeggareera. ​ 📌 Qur’aanni kunis kan hirame: • ​Madrasoolee Magaalaa Jimmaa keessatti argaman • ​Godina Jimmaa Madrasoolee Aanaa Qarsaa (Magaalaa Sarboo) keessattidha ​Gargaarsi akkasiis barnoota diinii babal'isuu, da'awaa cimsuu fi dargaggoota karaa gaarii irratti jabessuuf gumaacha guddaadha.Jedhamee Yaadama

sticker.webp0.19 KB

photo content
+6

Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa #Baatuu Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Baatuu Wajjiin ta'uun #Piroojektiiwwan Hojiilee Gannaa Sagantaa #Arjooma_dhiigaa gaggeessee jira. *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

sticker.webp0.07 KB

photo content
+6

Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Kaawunsilii Dargaggoota #Godina_Booranaa #Magaalaa_Yaaballoo #Magaalaa_Mooyyalee #Aanaa_Gomolee #Aanaa_Taltaallee fi #Aanaa_Yaaballoo waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa  taasisee jira. 23/11/2018 *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

sticker.webp0.14 KB

photo content
+5

sticker.webp0.15 KB

Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Kaawunsilii Dargaggoota #Godina_Gujii_lixaa  #Magaalaa_Bulee_Horaa #Aanota_Qarcaa_Bulee_Horaa fi #Dugda_Dawwaa waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa  taasisee jira. 22/11/2018 *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

sticker.webp0.15 KB

photo content
+4

Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Najjoo Hundeeffame. NMYC.19/11/2018 Najjo Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Najjoo Guyyaa Har'aa Hundeeffamee Jira. Sagantaa Hundeeffama Kana Irratti Hubannoo Adeemsa Walii Galaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Fi Imaammata Galmee Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Itiyoophiyaa kan Ibsame Yemmuu Tahu Sirni Eegalchiisa Galmee Miseensummaa EMYC jalqabsiifamee jira. Sagantaa Kana Irratti Qindeessitoonni Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Giddu-Gala Naqamtee Dabalatee Hooggantoonni Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Najjoo fi Dargaggoonni Magaalaa Najjoo Akkasumas Keessumoonni Garaa Garaa Argamnii Jiru . Ummanni Dargaggootaa isaatiin

sticker.webp0.21 KB