en
Feedback
𝐐𝐚𝐫𝐨𝐨 π…πšπ π¨πŸ‘€

𝐐𝐚𝐫𝐨𝐨 π…πšπ π¨πŸ‘€

Open in Telegram

πŸ“ŒQaroon qara qaba Fageesse ilaaluf ilaalee hubaachuf.

Show more
6 321
Subscribers
-124 hours
+1277 days
+60030 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '26
July '26
+200
in 0 channels
June '26
+674
in 0 channels
Get PRO
May '26
+664
in 0 channels
Get PRO
April '26
+688
in 0 channels
Get PRO
March '26
+914
in 0 channels
Get PRO
February '26
+753
in 0 channels
Get PRO
January '26
+769
in 1 channels
Get PRO
December '25
+1 104
in 0 channels
Get PRO
November '25
+667
in 0 channels
Get PRO
October '25
+615
in 1 channels
Get PRO
September '25
+12
in 0 channels
Get PRO
August '25
+10
in 0 channels
Get PRO
July '25
+20
in 0 channels
Get PRO
June '25
+19
in 1 channels
Get PRO
May '25
+45
in 1 channels
Get PRO
April '25
+20
in 0 channels
Get PRO
March '25
+12
in 0 channels
Get PRO
February '25
+4
in 0 channels
Get PRO
January '25
+14
in 0 channels
Get PRO
December '24
+26
in 1 channels
Get PRO
November '24
+12
in 0 channels
Get PRO
October '24
+16
in 0 channels
Get PRO
September '24
+30
in 1 channels
Get PRO
August '24
+30
in 1 channels
Get PRO
July '24
+21
in 0 channels
Get PRO
June '24
+72
in 1 channels
Get PRO
May '24
+17
in 1 channels
Get PRO
April '24
+25
in 1 channels
Get PRO
March '24
+34
in 0 channels
Get PRO
February '24
+32
in 0 channels
Get PRO
January '24
+29
in 0 channels
Get PRO
December '23
+296
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
08 July+35
07 July+3
06 July+14
05 July+10
04 July+9
03 July+54
02 July+37
01 July+38
Channel Posts
🚨🚨 Bu'aan Qormaata ministirii Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan naannoo oromiyaa gadi dhiifameera! Ilaalladhaa! Wave @zigo_top
🚨🚨 Bu'aan Qormaata ministirii Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan naannoo oromiyaa gadi dhiifameera! Ilaalladhaa! Wave @zigo_top

2
DUBBII GURGUDDOOTAA GORSAA MURAASA "Barri galataan eegalame gammachiisaa dha, Guyyaan kadhannaan banamees gaarii dha, Jiruun amantiin taate boqonnaa dha, Hiriyummaan dhiifamaan taatees waartuu (tan hanga dhumaa deemtuu) dha." ✍Abbaa Shiinoodaa "Warra angullaa (sammuu) fi hawwii hin qabne jidduutti guddaa tahuurra, warra angullaa (sammuu) fi hawwii qabu jidduutti dadhabaa tahee jiraachuun filadha." ✍Kaliil Jibran "Jireenya kee keessatti wantoota baratamoo karaa hin baratamneen yeroo hojjattu qalbii addunyaa toohatta." ✍Joorji Waashiingtan #JOIN US FOR MOREπŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’― @Qaro_FagooπŸ‘€ @Qaro_FagooπŸ‘€ #Join☜
48
3
πŸ“£Namonni Channel Kessaan WAVE/ Galfachuun Yeroo Gabaabaa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif. Iddoo banaa muraasaatu hafe Carraa Gaarii βœ… βœ… @zigo_top Na Dubbisaa βœ…Kanneen Subscribers Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β  πŸ“ˆπŸ“ˆπŸ“ˆ ➑️Aboveβœ…Β 5k+ subscriber ➑️Aboveβœ…Β 50k+ subscriber ➑️Aboveβœ…Β 100k+ subscriber HUB. CHANNAL KAN FIDDAN 3k SUBSCRIBE OL DUWWADHA. 🀝Warreen Sanaa gadii walii galteen promotion Isiniif ni hojjenna!🀝 ⚠️Hub.Channel views in qabne In fidinaa❌ Β Β Na Dubbisuf πŸ“₯Β  @zigo_top Β  Na Dubbisuf πŸ“₯Β  @zigo_top
5
4
Badhaasa qarshii 3000 nama 5 online irra jiruuf hanga taphni xumuramutti. Portugal vs Spain nama tilmaama sirrii argate ni ba
Badhaasa qarshii 3000 nama 5 online irra jiruuf hanga taphni xumuramutti. Portugal vs Spain nama tilmaama sirrii argate ni badhaasna!!
11
5
kaardii 500 irratti hirmaadha!! πŸƒβ€β™‚πŸƒβ€β™‚ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe
kaardii 500 irratti hirmaadha!! πŸƒβ€β™‚πŸƒβ€β™‚ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! πŸ‘‡πŸ‘‡
10
6
Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu QARSHII 500 nama 5f Itiyootelekoom moo safaricom tu dura Ethiopia dhufee?
Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu QARSHII 500 nama 5f Itiyootelekoom moo safaricom tu dura Ethiopia dhufee?
7
7
βœ…Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaafπŸ”₯πŸ”₯ Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu t
βœ…Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaafπŸ”₯πŸ”₯ Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa πŸ‘‡πŸ‘‡
11
8
Goooooooooool πŸ’₯ Morooooooooookooooo Ashraaaf haakiiimiii Morocco πŸ‡²πŸ‡¦ 1-0 Canada Tapha waancaa addunyaa amma taphatamaa jiru
Goooooooooool πŸ’₯ Morooooooooookooooo Ashraaaf haakiiimiii Morocco πŸ‡²πŸ‡¦ 1-0 Canada Tapha waancaa addunyaa amma taphatamaa jiru kallattiin ilaaluuf iddoo LIVE jettu tuquun ilaali
27
9
🀝Namoota Amma online jirtan qofaaf: πŸ‘‰Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma πŸ•Ÿ4:30 qofatti kan turuu! πŸ™Œ Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! πŸƒβ€β™‚οΈπŸƒβ€β™‚οΈ
1
10
#Jireenya kan dhamdhamee ilaaleef Dammaa caala yoo midhaa'uu. Hadhaan isaa immoo gaga caala! Kootu koode koo waan siif himaa. Kanniisa irraa jireenya barattaa, barachuu duwwaa mitim faalasama jireenya akkasumas ogummaan maal akka fakkatu gad fagenyan hubattaa. Kannisa tokko damma dammessu ishee qofaan beeku dandeessaa. Akkamitti akka dammesitu, jireenya akkami keessa darbiteti, ogummaa akkami fayyadamtet damma qindeesiti kan jedhuus of keessa qabachuu qabda. Ati jireenya isumaa amma jiraacha jirtuu qofaaf beekta ta'aa garuu dhamdhamtee beekta? Jireenyi siif maali? Akkamin dabarsa jirtaa? Ati jireenyan an siin jedha jiruu kanas beeku dhisuu dandeessa ta'a. Akkamittin? Firaa siif yaadu qabattee, obbolessa qabeenyan fagatees abdattee, abbaan kees biyyaa hambaa kanatti diasporaa ta'uu mala, obbolettin kee isheen angafaa kunis biyyaa ala kana teesse doolaran sii macheesiti maaltu beeka. Ati akka barbadetti ganama kaate ciree kee nyaatte, konkolaata ishee abban kee sii biteen bakka barbaddee baashana oltee galgala galta ta'a.... Dhugumaa jireenyii maal akka fakkatuu beeku dhisuu dandeessa. Garuu kun hundii wabii kee hin ta'uu kootu dhamdhamii jireenyi maal akka fakkatu. Koode jireenya gaga qofaa jiraatta taanan immoo ati kufteetta of ilaali yeroo qabdu kanatti. Jireenyi damma hin qabne, gaga qofaas yoo ta'ee kufatif harkaa kennu isaati. Mucucattee dugdan yoo kuftee kufati kee miti garu kuftee yoo achuuman haftee kufaati kee isaa guddaa akka tahees beeki Yeroo tokko tokkoo kufatin kallatti jireenya kee akka siif sirreessuf itti fayyadamuu danda'uuti qabda. Walumaa galattii, Jireenyi akkasii kan dhamdhameef dammaa. Damma isaa kannisan tolfaame, faalasama mataa isaan aburamee, ogummaan kan qinda'ee toora mata isaan sochoo'utu walitti dhufee jireenya ta'a. #Via Tadee k #π‰πŽπˆπ 𝐔𝐒 π…πŽπ‘ πŒπŽπ‘π„πŸ’―πŸ’―πŸ’― @Qaroo_Fagoo πŸ‘€β˜œ
143
11
βœ… Hanga Ammaa Data Tolaan fayyadamaa yoo hin jirre, amumma Connect bakka jedhu tuquun, Seenaa eegalchiisaa πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ… Hanga Ammaa Data Tolaan fayyadamaa yoo hin jirre, amumma Connect bakka jedhu tuquun, Seenaa eegalchiisaa πŸ‘‡πŸ‘‡
1
12
🀝Namoota Amma online jirtan qofaaf: πŸ‘‰Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma πŸ•Ÿ3:30 qofatti kan turuu! πŸ™Œ Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! πŸƒβ€β™‚οΈπŸƒβ€β™‚οΈ
5
13
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET πŸ›œ je
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET πŸ›œ jettu tuquun fayyafamaa
7
14
Kennaa guyyaa JIMAATAA Qofa Badhaasa qarshii 1500 nama 15 amma online jiru Qofaaf Iddoo GIFT jettu tuquun badhaafamaa πŸ†“ Wave
Kennaa guyyaa JIMAATAA Qofa Badhaasa qarshii 1500 nama 15 amma online jiru Qofaaf Iddoo GIFT jettu tuquun badhaafamaa πŸ†“ Wave @Zigo_Top
9
15
βœ… Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayy
βœ… Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayyadama πŸ‘‡πŸ‘‡
8
16
Goooooooooooooooooooooooooooooolllll Tapha waancaa Addunyaa Amma Ispeen taphataa jirtuun, LAAMIN Yamaal Goolii Akkamii galchee πŸ™†β€β™‚οΈ Amma LIVE bakka jedhu tuquun goolii YAMAL laaluu dandeessuπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
11
17
Boooooooooooooooooooooooooommm Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf, Qorumsi EntraceΒ  Marsaa 2ffaa, Guyyaa boruu qoramtanΒ  MATHEMATICS'nΒ bahee nubira jira.Β Β Gaafii isaa fi Deebii bakka tokkotti Argachuuf Osoo hin balleeffamin ammuma EXAM bakka jedhu tuqaa Seenaa Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β  πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
23
18
🀝Namoota Amma online jirtan qofaaf: πŸ‘‰Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma πŸ•Ÿ3:40 qofatti kan turuu! πŸ™Œ Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! πŸƒβ€β™‚οΈπŸƒβ€β™‚οΈ
7
19
BADHAASA AJAA'IBAA!! Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla. MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?
BADHAASA AJAA'IBAA!! Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla. MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?
4
20
Konkolaataa keessatti yeroo deemtu oduu sittti buusa taanaan dulloomaa jirta quba qabaadhu! @Qaroo_Fagoo πŸ‘€
179