699
Subscribers
+2024 hours
+1947 days
+60830 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+104
in 1 channels
November '24
+473
in 1 channels
Get PRO
October '24
+305
in 1 channels
Get PRO
September '24
+957
in 0 channels
Get PRO
August '24
+737
in 0 channels
Get PRO
July '24
+472
in 0 channels
Get PRO
June '24
+368
in 0 channels
Get PRO
May '24
+431
in 0 channels
Get PRO
April '24
+362
in 0 channels
Get PRO
March '24
+352
in 0 channels
Get PRO
February '24
+359
in 1 channels
Get PRO
January '24
+560
in 1 channels
Get PRO
December '23
+220
in 0 channels
Get PRO
November '23
+699
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 December | +7 | |||
| 08 December | +6 | |||
| 07 December | +14 | |||
| 06 December | +8 | |||
| 05 December | +9 | |||
| 04 December | +8 | |||
| 03 December | +20 | |||
| 02 December | +8 | |||
| 01 December | +24 |
Channel Posts
| 2 | 3.π©πππππ ππ
π
πππππ ππππππππ πππ'ππππ πππππππππ πππππ ππππ?
π¨.ππππππππ
π©.ππππ
ππ
πͺ.πΉπππππππ
π«.π΄πππππ | 1 906 |
| 3 | https://t.me/New2016/228 | 1 734 |
| 4 | AKKA DUUTU YAADDEE BEEKTAA?
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Jiraachuuf jettee sobda.
β Nyaachuuf jettee hatta.
β Gammachuudhaaf jettee ejjita.
β Boonaa ta'uudhaaf fiigda.
β Sooressa ta'uuf dhagaan ati gara hin galchine hin jiru.
β Keessan jiraadha jettee mana ijaarratta.
β Beekumsan argadha jettee ni baratta.
β Mucaan godhadha jettee fuuta; naaf hin taane jettee hiikta.
β Miillaan hin deemu jettee konkolaataa bitatta.
β Haadha manaa osoo qabduu kan biraa hawwita.
β Mucaa tokko yoo qabaatte lammaffaa yaadda.
β Dippiloomaa yoo qabaatte digiriidhaaf dhiphatta.
β Digirii yoo qabaatte Maastersii yaadda.
β Maastersii yoo qabaatte PhD yaadda.
β Mana tokko yoo qabaatte lammaffaaf dhiphatta.
β Konkolaataa tokko osoo qabduu kan biraa yaadda.
β Baadiyyaa yoo jiraatte magaalaa naannoo kee galuu hawwita.
β Magaala naannoo kee yoo galtu Finfinnee galuu hawwita.
β Finfinnee yoo galte immoo Awurooppaa, Ameerikaa hawwita.
β Ameerikaa yoo deemtu immoo pilaaneeti biraa arguuf wareggamtaa.
β Aangoo xiqqoo yoo qabaatte guddaatti darbuuf yaadda.
β Bulchaa gandaa yoo taate bulchaa aanaa ta'uuf dhiphatta.
β Bulchaa aanaa yoo taate bulchaa godinaa ta'uuf dhiphatta.
β Bulchaa godinaa yoo taate pireezidaantii ta'uuf yaadda.
β Pireezidaantii yoo taate Ministeera muummee ta'uuf yaadda.
.
.
.
Obboleessa (Obboleettii koo)
β£β£ β£β£ β£β£ β£β£
β¬ Guyyaa duutu yaaddee beektaa?
β¬ Yooman du'a jettee of gaafattee beektaa?
Ati nama har'aati waan bor ta'u hin beektu garuu waa'ee boriif garmalee dhiphatta. Kanaaf yeroo hundumaa dhimma borii qofa yaaduu osoo hin taane yoon har'a du'e qoodni koo mootummaa waaqayyoo keessatti maal ta'a? kan jedhu yaadaa deemuutu nurra jiraata. Yoom akka duunu waan hin beekneef akka itti deemnu beekuu qabna. Macaafni akkas jedha
Egaa attamitti akka deddeebitan haleelaa ilaalladhaa! Akka warra ogeessotaatti malee, akka warra ogeessota hin ta'iniitti hin jiraatinaa! 16 Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!
"
(Efesoon 5:15
@New2016 | 1 864 |
| 5 | αΆΚ°α΅βΏβΏα΅Λ‘ α΅α΅α΅βΏΚΈα΅ Κ²β±α΅βΏ α΅α΅α΅Κ°α΅ Κ·α΅α΅, α΅ α΅α΅α΅α΅α΅α΅ β±Λ’β±βΏβ±αΆ α΅ α΅α΅βΏα΅ α΅Κ°α΅αΆ α΅αΆ Κ²β±Κ³Κ³α΅
Κ²α΅β±βΏ α΅α΅α΅Κ°β±
@New2016
@New2016
@New2016 | 1 428 |
| 6 | @New2016
Jireenyi walitti dabalama waantootaa ti.
Rakkina qaba.Bal'ina qaba. Salphina qaba. Ulfina qaba. Warra kanatu walitti dabalamee jireenya hiikkaa qabu fida. Nan kufa jettee hin sodaatin. Kufaatiin dhuma jireenyaa miti. Ulfinatu naaf dhufe jettee hin boonin. Ofiin boonuun galma jireenyaa miti. Isa ta'uf dhalatte osoo hin ta'in hafuun kufaatidha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo, rakkina keessa darbuun dirqama.
madda; Kallattii Geggeessummaa(Miratu Shanko)
@New2016
@New2016
@New2016 | 1 477 |
| 7 | Jechoota Hayyootaa
π Ifa guyyaa argachuuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. Wiiliyaam Shekipiir
π Kaleessaaf gaabbuuf boriif dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. Maaksim Tiroobey
π Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jala ba'uu hin dandeessu. Wiiliyaam Shekispiir
π Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i! Jecha warra Inglizii
π Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru. Jecha warra Moorookoo
π Nama carraa qabu galaanatti yoo darbateyyuu qurxummii qabatee ba'a. Jecha warra Arabaa
π Namni suuta deemuu dafee bakka yaade ga'a Jecha warra Chaayinaa
π Daandii bakka yaadde sigeessisu utuu hin beekin adeemsa hin jalqabin. Jecha warra Inglizii
π Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu danda'u qofa hawwummoo nama ogeessa. Jecha warra Aayilaandi
π Namni dogoggorasaa mul'isee himatu akka nama kosii mana keessaa haruuti. Maatammaa Gaandii
π Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha. Abirahaam Liinkan
πππJOINπππ
@New2016
@New2016
@New2016 | 1 422 |
| 8 | #Kutaa_12ffaa
Maqaan ishee Furaat Toofiq Yemmuu jedhamtu, kan isheen dhalattee guddatte Godina Jimmaa Aanaa Gommaa Magaalaa Aggaarootti.
Furaat mana baruumsaa addaa Adaamaatti barataa kan turte yemmuu ta'u, qabxii seensa yuunivarsiitii kutaa 12ffaa 618 galmeessuun seenaa hojjatteetti.
http://nebsefte.net/4/6246757
SABAΒ GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘MIIDIYAAπ‘
@ABDII_SABAA | 1 048 |
| 9 | #Hanaan_Naajiiπ
Akka Itiyoophiyaatti barattuun qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 qabxii olaanaa galmeessite, magaalaa Finfinnee, mana barumsaa Kiruuz irraa.
Barattuun Hanaan Naajii Ahmad Saayinsii Uumamaatiin qabxii 649 galmeessuun seenaa hojjette .
πADSπ
http://nebsefte.net/4/6246757
SABAΒ GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘MIIDIYAAπ‘
@ABDII_SABAA | 991 |
| 10 | Maatiin Barattootaa Ministeericha komatan.
"Bara baraan dhimma waa'ee qormaata kutaa 12ffaan walqabatee gochaa ministteeri barnootaa raawwatuun xiinsammuun ilamaan keenyaa miidhamaara." Maatii barattootaa miidiyaan @Abdii_Sabaa dubbisan.
''Maatii Barattoota"
Maatiin barattootaa waggaa waggaan dhimma qormaata kutaa 12ffaa irratti xiinsammuun ilmaan isaanii miidhamaa kan jiru ta'uu ibsuun, kaleessa boru ganamaa firii qormaataa sa'atii 12:00 irraa kaafnee ifoomsina jedhanus haga yeroo ammaatti firiin barattoota isaanii sirnaan ibsamuu dhabuu komatan.
Barattoonni qabxii darbiinsaa galmeessan 100% keessaa 3.2% qofa jedhanii, eega ibsaniin booda firii barattoota keenyaa qabanii taa'uun barattoota keenya xiinsammuu isaanii irratti rakkoo guddaa uumeera jechuun miidiyaa @New2016 f komii erganiin maatiin barattootaa kun ibsaniiru.
Akkamitti barattootaa kana hunda keessaa parsantiin hangi kun qofti darba jennee yeroo gaaffii nutti ta'ee jirutti, firiin Ijoollee keenyaa haga yeroo ammaatti qabanii taa'uun, rakkoon siistemaa tokkollee hin jiru jechuun bifa kanaan gabaasuun isaanii daran shakkii cimaa nutti uumeera jedhu maatiin barattootaa komii isaanii dhiheeffatan kunniin.
Itti dabaluunis, Ministeerri barnootaa gocha akkasii irra deddeebiin waggaa waggaan raawwataa kan jiru waan ta'eef, maatii barattootaas ta'ee, barattootaa isaanii ifaan ifatti dhiifama gaafachuun gara fuulduraatti waan hojjatan hundaa iftoominaan qofa dalaguun akka qaban dhaamaniiru.
πADSπ
SABAΒ GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU | 974 |
| 11 | https://t.me/New2016/230 | 1 184 |
| 12 | #kutaa_12ffaa
Ministeerri barnootaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 bor ganama akka gadhiifamu ibseera, haa ta'uyyuu malee rakkoolee Teeknikaa akka hin mudanneef ministeerichi sirreeffama (Debug) taassisuun haala mijeessaa kan jiru yemmuu ta'u, firii barattootaa ganama irra ni gadhiifama jedhamee eegamaa jira.
Akka,ministeerichi fuula miidiyaa hawaasummaa isaa irratti ibsetti firiin barattootaa ganama saβaatii 1:00 irraa kaasuun kan ifoomu ta'a.
Firiin akka ifoomeen miidiyaan @New2016 kan isin beeksisu ta"a.
Yeroo ifoomutti Barattoonni Firii isaanii filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu danda'u
π«΄ Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284 | 1 337 |
| 13 | https://t.me/New2016/228 | 1 277 |
| 14 | Dhugaalee kofalchiisoo 10
ππππππππ€£π€£
1. Ija kee daawwitii keessatti malee arguu hin dandeessuπ¬π¬
2. Rifeensa mataa kee laakkoftee fixuu hin dandeessuπ³π³
3. Afaan kee bantee funyaaniin harganuu hin dandeessuπ€π€
4. Amma ati gocha lakkofsa 3 yaalaa jirtaππ
6. Yeroo laakkofsa 3 yaaltu wanti sun siif danda'amee gammadeetta.Β Garuu akka sareetti harganaa jirtaπππ¬π¬
7. Yeroo ammaa kolfaa jirta sababni isaas akka gowwoomfamte barteettuππππ€π€π
8. Laakkofsa 5 irra utaalte jirtaππππππ
9. Amma ammoo akka laakkofsi 5 jiru baruuf ilaala jirtaπ€π€π€ππ
10. Amma ammoo wanti kun so ajaa'ibee namatti himuuf jettaπ
π
π
Hiriyyoota keetiif share gochuudhaan bohaarsi
Barattoota Oromoof
@New2016
Join godhaa itti makamaa | 1 702 |
| 15 | Irrechi Irreee Keenya | 1 498 |
| 16 | No text... | 1 603 |
| 17 | Irreecha_ baranaa
Oromoon hundumtuu
Kanbargamaaf gamaa
Hayyuuf beekaa ta'uuf
Yeroon qabdan amma
Wolaalaa kee gorsaa
Beekaa kee kabajaa
Keeniyaaf somaalii
Barri bara gaarii
Abdachuun argachuu
Siif ta'ati yaadi
Oromoon beekumsaan
Kan addunyaa caalu
Garuu maal nuufgodha
Tokkummaan hin jiru
Yaa oromoo tiyyaa
Guddicha afrikaa
Beekaa fi beekamaa
Ardii fi addunyaa
Baga geessan jenna
Irreecha baranaa
Ummatni biyya koo
Jimmaaf dambidooloo
Adaamaaf finfinnee
Booranaaf wollaggaa
Iluudhaafi baalee
Shawaa fi arsiileen
Amboofi karrayyuu
Kiristaanni martuu
Baga geessan jenna
Nuti muslimootni
Irreechi kan milkii
Kan quufaa gabbinaa
Akka siniif ta'u hawwina
βοΈβοΈβοΈπΉπΉπΉβοΈβοΈβοΈ | 1 654 |
| 18 | Namoni Group kana seentan link kana Tuqi hin dagatina Isin gargara
@New2016
@New2016 | 1 233 |
| 19 | #Kutaa_12ffaa
Akka Ministeerri Barnootaa beeksisee turetti torbee kana bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ni ifooma jedhamee eegama.
Haa ta'uyyuu malee Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ifoomeera jechuun miidiyaalee hawaasummaa adda addaa irratti odeeffannoo sobaa ballinaan ni tamsa'a.
Bu'aan qormaataa osoo hin ifoomin dura Ministeerri Barnootaa ibsa xiinxallii bal'aa qormaata kanaa ni kenna. Ibsa kana keessatti guyyaa fi saβaatiin barattoonni buβaa isaanii itti beekan ifatti ni ibsama. kanaaf oduu miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiruun hin burjaaja'inaa.
Akkuma yeroo hundaa odeeffannoo madda sirrii irraa yeroo dhageenyu dursinee isin beeksifna.
Bu'aa Gaarii Isiniif Hawwina!
Odeeffannoo hin mirkanoofne waliif qooduu irraa of qusadhaa | 1 078 |
| 20 | Sirreeffama Waamicha Beeksisa Galmee!
Waamicha Beeksisa Galmee Barattoota kutaa 9ffaa haaraa bara 2016 manneen barnootaa ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaatti baratanii kan Biiroon Barnootaa Oromiyaa Beeksisee ture, Barattoota WMO Bishooftuutti baratan kan of keessatti hin qabanne waan ta'eef, Waldaan Misooma Oromiyaa Guyyaa galmee barattoota kanaa dhiheenyatti kan beeksisu ta'a.
Hagasitti barattoonni kun qophii barbaachisu gochuun obsaan akka eeggattan gamanumaan isiniif dhaamna. | 896 |
