en
Feedback
Mana Barumsaa Bultii Adda

Mana Barumsaa Bultii Adda

Open in Telegram
699
Subscribers
+2024 hours
+1947 days
+60830 days
Posts Archive
photo content

3.π‘©π’Šπ’šπ’šπ’Šπ’Š π’‚π’…π’…π’–π’π’šπ’‚π’‚ π’Œπ’‚π’π’‚π’“π’“π’‚π’‚ 𝒃𝒂𝒍'π’Šπ’π’‚π’ π’•π’π’Œπ’Œπ’π’‡π’‡π’‚π’‚ 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒆 π’Œπ’‚π’Žπ’Š? 𝑨.π’„π’‰π’‚π’‚π’šπ’Šπ’π’‚ 𝑩.π’‰π’Šπ’π’…π’Šπ’Š π‘ͺ.π‘Ήπ’‚π’‚π’”π’‰π’Šπ’šπ’‚ 𝑫.π‘΄π’π’“π’π’Œπ’

AKKA DUUTU YAADDEE BEEKTAA? β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬ βž› Jiraachuuf jettee sobda. βž› Nyaachuuf jettee hatta. βž› Gammachuudhaaf jettee ejjita. βž› Boonaa ta'uudhaaf fiigda. βž› Sooressa ta'uuf dhagaan ati gara hin galchine hin jiru. βž› Keessan jiraadha jettee mana ijaarratta. βž› Beekumsan argadha jettee ni baratta. βž› Mucaan godhadha jettee fuuta; naaf hin taane jettee hiikta. βž› Miillaan hin deemu jettee konkolaataa bitatta. βž› Haadha manaa osoo qabduu kan biraa hawwita. βž› Mucaa tokko yoo qabaatte lammaffaa yaadda. βž› Dippiloomaa yoo qabaatte digiriidhaaf dhiphatta. βž› Digirii yoo qabaatte Maastersii yaadda. βž› Maastersii yoo qabaatte PhD yaadda. βž› Mana tokko yoo qabaatte lammaffaaf dhiphatta. βž› Konkolaataa tokko osoo qabduu kan biraa yaadda. βž› Baadiyyaa yoo jiraatte magaalaa naannoo kee galuu hawwita. βž› Magaala naannoo kee yoo galtu Finfinnee galuu hawwita. βž› Finfinnee yoo galte immoo Awurooppaa, Ameerikaa hawwita. βž› Ameerikaa yoo deemtu immoo pilaaneeti biraa arguuf wareggamtaa. βž› Aangoo xiqqoo yoo qabaatte guddaatti darbuuf yaadda. βž› Bulchaa gandaa yoo taate bulchaa aanaa ta'uuf dhiphatta. βž› Bulchaa aanaa yoo taate bulchaa godinaa ta'uuf dhiphatta. βž› Bulchaa godinaa yoo taate pireezidaantii ta'uuf yaadda. βž› Pireezidaantii yoo taate Ministeera muummee ta'uuf yaadda. . . . Obboleessa (Obboleettii koo) ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ➬ Guyyaa duutu yaaddee beektaa? ➬ Yooman du'a jettee of gaafattee beektaa? Ati nama har'aati waan bor ta'u hin beektu garuu waa'ee boriif garmalee dhiphatta. Kanaaf yeroo hundumaa dhimma borii qofa yaaduu osoo hin taane yoon har'a du'e qoodni koo mootummaa waaqayyoo keessatti maal ta'a? kan jedhu yaadaa deemuutu nurra jiraata. Yoom akka duunu waan hin beekneef akka itti deemnu beekuu qabna. Macaafni akkas jedha Egaa attamitti akka deddeebitan haleelaa ilaalladhaa! Akka warra ogeessotaatti malee, akka warra ogeessota hin ta'iniitti hin jiraatinaa! 16 Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa! " (Efesoon 5:15 @New2016

αΆœΚ°α΅ƒβΏβΏα΅‰Λ‘ ᡏᡉᡉⁿʸᡃ ʲⁱᡒⁿ α΅α΅’α΅ˆΚ°α΅ƒ ʷᡃᡃ, ᡉ α΅ƒα΅ˆα΅ˆα΅ƒα΅ˆα΅ƒ ⁱ˒ⁱⁿⁱᢠ ᡠᡃᡇⁿᡉ ᡈʰᡘᢠᡘᢠ ʲⁱʳʳᡃ ʲᡒⁱⁿ α΅α΅’α΅ˆΚ°β± @New2016 @New2016 @New2016

@New2016 Jireenyi walitti dabalama waantootaa ti. Rakkina qaba.Bal'ina qaba. Salphina qaba. Ulfina qaba. Warra kanatu walitti dabalamee jireenya hiikkaa qabu fida. Nan kufa jettee hin sodaatin. Kufaatiin dhuma jireenyaa miti. Ulfinatu naaf dhufe jettee hin boonin. Ofiin boonuun galma jireenyaa miti. Isa ta'uf dhalatte osoo hin ta'in hafuun kufaatidha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo, rakkina keessa darbuun dirqama. madda; Kallattii Geggeessummaa(Miratu Shanko) @New2016 @New2016 @New2016

Jechoota Hayyootaa πŸ‘‰ Ifa guyyaa argachuuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. Wiiliyaam Shekipiir πŸ‘‰ Kaleessaaf gaabbuuf boriif dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. Maaksim Tiroobey πŸ‘‰ Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jala ba'uu hin dandeessu. Wiiliyaam Shekispiir πŸ‘‰ Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i! Jecha warra Inglizii πŸ‘‰ Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru. Jecha warra Moorookoo πŸ‘‰ Nama carraa qabu galaanatti yoo darbateyyuu qurxummii qabatee ba'a. Jecha warra Arabaa πŸ‘‰ Namni suuta deemuu dafee bakka yaade ga'a Jecha warra Chaayinaa πŸ‘‰ Daandii bakka yaadde sigeessisu utuu hin beekin adeemsa hin jalqabin. Jecha warra Inglizii πŸ‘‰ Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu danda'u qofa hawwummoo nama ogeessa. Jecha warra Aayilaandi πŸ‘‰ Namni dogoggorasaa mul'isee himatu akka nama kosii mana keessaa haruuti. Maatammaa Gaandii πŸ‘‰ Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha. Abirahaam Liinkan πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @New2016 @New2016 @New2016

#Kutaa_12ffaa Maqaan ishee Furaat Toofiq Yemmuu jedhamtu, kan isheen dhalattee guddatte Godina Jimmaa Aanaa Gommaa Magaalaa Aggaarootti. Furaat mana baruumsaa addaa Adaamaatti barataa kan turte yemmuu ta'u, qabxii seensa yuunivarsiitii kutaa 12ffaa 618 galmeessuun seenaa hojjatteetti. http://nebsefte.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘ @ABDII_SABAA

#Hanaan_NaajiiπŸ‘ Akka Itiyoophiyaatti barattuun qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 qabxii olaanaa galmeessite, magaalaa Finfinnee, mana barumsaa Kiruuz irraa. Barattuun Hanaan Naajii Ahmad Saayinsii Uumamaatiin qabxii 649 galmeessuun seenaa hojjette . πŸ—‘ADSπŸ—‘ http://nebsefte.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘ @ABDII_SABAA

Maatiin Barattootaa Ministeericha komatan. "Bara baraan dhimma waa'ee qormaata kutaa 12ffaan walqabatee gochaa ministteeri barnootaa raawwatuun xiinsammuun ilamaan keenyaa miidhamaara." Maatii barattootaa miidiyaan @Abdii_Sabaa dubbisan. ''Maatii Barattoota" Maatiin barattootaa waggaa waggaan dhimma qormaata kutaa 12ffaa irratti xiinsammuun ilmaan isaanii miidhamaa kan jiru ta'uu ibsuun, kaleessa boru ganamaa firii qormaataa sa'atii 12:00 irraa kaafnee ifoomsina jedhanus haga yeroo ammaatti firiin barattoota isaanii sirnaan ibsamuu dhabuu komatan. Barattoonni qabxii darbiinsaa galmeessan 100% keessaa 3.2% qofa jedhanii, eega ibsaniin booda firii barattoota keenyaa qabanii taa'uun barattoota keenya xiinsammuu isaanii irratti rakkoo guddaa uumeera jechuun miidiyaa @New2016 f komii erganiin maatiin barattootaa kun ibsaniiru. Akkamitti barattootaa kana hunda keessaa parsantiin hangi kun qofti darba jennee yeroo gaaffii nutti ta'ee jirutti, firiin Ijoollee keenyaa haga yeroo ammaatti qabanii taa'uun, rakkoon siistemaa tokkollee hin jiru jechuun bifa kanaan gabaasuun isaanii daran shakkii cimaa nutti uumeera jedhu maatiin barattootaa komii isaanii dhiheeffatan kunniin. Itti dabaluunis, Ministeerri barnootaa gocha akkasii irra deddeebiin waggaa waggaan raawwataa kan jiru waan ta'eef, maatii barattootaas ta'ee, barattootaa isaanii ifaan ifatti dhiifama gaafachuun gara fuulduraatti waan hojjatan hundaa iftoominaan qofa dalaguun akka qaban dhaamaniiru. πŸ—‘ADSπŸ—‘ SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU

#kutaa_12ffaa Ministeerri barnootaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 bor ganama akka gadhiifamu ibseera, haa ta'uyyuu malee rakkoolee Teeknikaa akka hin mudanneef ministeerichi sirreeffama (Debug) taassisuun haala mijeessaa kan jiru yemmuu ta'u, firii barattootaa ganama irra ni gadhiifama jedhamee eegamaa jira. Akka,ministeerichi fuula miidiyaa hawaasummaa isaa irratti ibsetti firiin barattootaa ganama sa’aatii 1:00 irraa kaasuun kan ifoomu ta'a. Firiin akka ifoomeen miidiyaan @New2016 kan isin beeksisu ta"a. Yeroo ifoomutti Barattoonni Firii isaanii filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu danda'u 🫴 Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284

Dhugaalee kofalchiisoo 10 πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ€£πŸ€£ 1. Ija kee daawwitii keessatti malee arguu hin dandeessu😬😬 2. Rifeensa mataa kee laakkoftee fixuu hin dandeessu😳😳 3. Afaan kee bantee funyaaniin harganuu hin dandeessuπŸ€—πŸ€— 4. Amma ati gocha lakkofsa 3 yaalaa jirta😁😁 6. Yeroo laakkofsa 3 yaaltu wanti sun siif danda'amee gammadeetta.  Garuu akka sareetti harganaa jirtaπŸ˜‹πŸ˜‹πŸ˜¬πŸ˜¬ 7. Yeroo ammaa kolfaa jirta sababni isaas akka gowwoomfamte barteettuπŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ€“πŸ€“πŸ˜Ž 8. Laakkofsa 5 irra utaalte jirtaπŸ™ŠπŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™‰πŸ˜‰πŸ˜‰ 9. Amma ammoo akka laakkofsi 5 jiru baruuf ilaala jirtaπŸ€“πŸ€“πŸ€“πŸ˜‚πŸ˜‚ 10. Amma ammoo wanti kun so ajaa'ibee namatti himuuf jettaπŸ˜…πŸ˜…πŸ˜… Hiriyyoota keetiif share gochuudhaan bohaarsi Barattoota Oromoof @New2016 Join godhaa itti makamaa

Irrechi Irreee Keenya
Irrechi Irreee Keenya

Irreecha_ baranaa Oromoon hundumtuu Kanbargamaaf gamaa Hayyuuf beekaa ta'uuf Yeroon qabdan amma Wolaalaa kee gorsaa Beekaa kee kabajaa Keeniyaaf somaalii Barri bara gaarii Abdachuun argachuu Siif ta'ati yaadi Oromoon beekumsaan Kan addunyaa caalu Garuu maal nuufgodha Tokkummaan hin jiru Yaa oromoo tiyyaa Guddicha afrikaa Beekaa fi beekamaa Ardii fi addunyaa Baga geessan jenna Irreecha baranaa Ummatni biyya koo Jimmaaf dambidooloo Adaamaaf finfinnee Booranaaf wollaggaa Iluudhaafi baalee Shawaa fi arsiileen Amboofi karrayyuu Kiristaanni martuu Baga geessan jenna Nuti muslimootni Irreechi kan milkii Kan quufaa gabbinaa Akka siniif ta'u hawwina ⚘️⚘️⚘️🌹🌹🌹⚘️⚘️⚘️

Namoni Group kana seentan link kana Tuqi hin dagatina Isin gargara @New2016 @New2016

#Kutaa_12ffaa Akka Ministeerri Barnootaa beeksisee turetti torbee kana bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ni ifooma jedhamee eegama. Haa ta'uyyuu malee Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ifoomeera jechuun miidiyaalee hawaasummaa adda addaa irratti odeeffannoo sobaa ballinaan ni tamsa'a. Bu'aan qormaataa osoo hin ifoomin dura Ministeerri Barnootaa ibsa xiinxallii bal'aa qormaata kanaa ni kenna. Ibsa kana keessatti guyyaa fi sa’aatiin barattoonni bu’aa isaanii itti beekan ifatti ni ibsama. kanaaf oduu miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiruun hin burjaaja'inaa. Akkuma yeroo hundaa odeeffannoo madda sirrii irraa yeroo dhageenyu dursinee isin beeksifna. Bu'aa Gaarii Isiniif Hawwina! Odeeffannoo hin mirkanoofne waliif qooduu irraa of qusadhaa

Sirreeffama Waamicha Beeksisa Galmee! Waamicha Beeksisa Galmee Barattoota kutaa 9ffaa haaraa bara 2016 manneen barnootaa ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaatti baratanii kan Biiroon Barnootaa Oromiyaa Beeksisee ture, Barattoota WMO Bishooftuutti baratan kan of keessatti hin qabanne waan ta'eef, Waldaan Misooma Oromiyaa Guyyaa galmee barattoota kanaa dhiheenyatti kan beeksisu ta'a. Hagasitti barattoonni kun qophii barbaachisu gochuun obsaan akka eeggattan gamanumaan isiniif dhaamna.