❤️Dhandhama Jaalala❤️
☞ ❣️xinsammuu❣️ ❣️ Wantoota barsiisoo❣️ ❣️beekumsa❣️ ❤️𝒘𝒂𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐❤️ Buy ads: https://telega.io/c/Dhandhama3 Yaadaaf @Filishaggar
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel ❤️Dhandhama Jaalala❤️
Channel ❤️Dhandhama Jaalala❤️ (@dhandhama3) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 12 043 subscribers, ranking 8 019 in the Religion & Spirituality category and 309 in the Finland region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 12 043 subscribers.
According to the latest data from 17 February, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -146 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“☞ ❣️xinsammuu❣️
❣️ Wantoota barsiisoo❣️
❣️beekumsa❣️
❤️𝒘𝒂𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐❤️
Buy ads: https://telega.io/c/Dhandhama3
Yaadaaf @Filishaggar”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 18 February, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 16 February | 0 | |||
| 15 February | 0 | |||
| 14 February | 0 | |||
| 13 February | +1 | |||
| 12 February | 0 | |||
| 11 February | 0 | |||
| 10 February | 0 | |||
| 09 February | 0 | |||
| 08 February | 0 | |||
| 07 February | 0 | |||
| 06 February | 0 | |||
| 05 February | 0 | |||
| 04 February | +1 | |||
| 03 February | +1 | |||
| 02 February | 0 | |||
| 01 February | 0 |
| 2 | Elaa…!
Na hamadhu, sin hammadha
Na darbadhu, sin abdadha
Na tuffadhu, Sin bulfadha
Na qiyyaafadhu, sin iyyaafadha
#Garuu…
Yoo daangaa dabarte
Yoo alagaan na Dararte
Yoo badii kankoo feete
Yoo daangaakoo ceete,
~
Wal darbaa wal hin dheessinu
Wal sarbaa gumaatti wal hin geessinu! | 3 805 |
| 3 | Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 4 972 |
| 4 | #Har'a fixeensa argeen jaalala namoota baayyee yaadadhe!.
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 4 414 |
| 5 | #Gaafa Miindankee dabalu
hiriyyaa biraa hin dabalin!
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 4 236 |
| 6 | #Onnee dhiira fi mana barnootaa nama kaayyoo qabuttu seena.🤞
#Onnee shamarran fi mana nyaataa nama qarshii qabuttu seena.🤔
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 4 968 |
| 7 | Naan rafiisuu na fuuldura yaada naqee......!😘
@Filishaggar! | 4 428 |
| 8 | #Eenyuun madaalamta?
Sadarkaan kan kee bakka ati of keesse malee bakka ilmi namaa si kaa'ee miti. ilmi namaa madaala tolchuu fi haqa dalaguu keessatti hanqinna guddaa waan qabuuf!
Kanaafuu madaala namaa hin eegin ofumaa of madaali.!
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 3 928 |
| 9 | #Shamarran baay'een gorsa hiriyyaa hinaftuu dhaggeeffachuun
dhiiraa gaarii dhabu.!
#Mejemeriya_Teredasha!🤞
@Filishaggar
@Dhandhama1 | 1 |
| 10 | #Shamarran baay'een gorsa hiriyyaa hinaftuu dhaggeeffachuun dhiiraa gaarii dhabu.!
#Mejemeriya_Teredasha!🤞
@Filishaggar
@Dhandhama1 | 3 568 |
| 11 | Yaadaa keessan nan dubbisa.
Mee yaadaas ta'ee waan isinitti dhaga'amuu kan waa'ee channel kanaa irratti Yaadaa, Gaaffii, qeeqaa qabdan @Filishaggar Irratti naaf barreessaa.
Yaanni keessan naaf waan guddaadha. Mee waanuma naan Jachuu feetan kamuu naan jadhaa🙏
Yaadaaf
@Filishaggar
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 3 483 |
| 12 | #Jaalalleen hiriyyaa keetii jaalallee keetti miti.
♡Ati bifa, qallina, guntuta taa'aa laalte nama jaalatu ta'uu Malta, hiriyyaan Kee immoo guurraachomina, gabbina, shape fi waan akkana akkanaatiif xiyyeeffannaa ka hin laanne kan bilchinni qofti isa butee jaalatu ta'uu mala.🤞
#Kanaafuu miira Kee irra dhaabbattee filannaa nama biraa irratti yaada -ve hin kaasin. Wanti si biratti haalaan jaalatamu nama biraa biratti waan gatii hin qabne ta'uu danda'a. Nuti hundi wal adda, miirri fedhii fi jaalala keenyaatiis wal adda ❤️🔥
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 3 273 |
| 13 | #Yoo nuti daangessine malee wanti sammuun keenya yaadee milkeessuu dadhabu hin jiru.
#Hiyyummaafi badhaadhummaan yaada sammuu irraa maddu.
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 3 508 |
| 14 | #Shaggee😘
Yoon kufeyyuu maalii
Nama akka keef gaggabee
Gaafuman si argee kaasee
Jaalalli kee na qabee
Ergan si argee kaasee
Waa'ee kee qofaan yaadaa
Tolen naan jettuu bareedduu
Si jaallachuun barbaada
Hubadhumee miira kiyya
Shokoksa qaama kootii
Ani hedduu si fedheera
Bareedduu intala mootii !
@Filishaggar
@Dhandhama1 | 3 596 |
| 15 | Gaafa baayyee abshaalomtu
gowwaa fakkaachuu filatta!🙏
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 3 481 |
| 16 | Gaafa baayyee abshaalomtu gowwaa fakkaachuu filatta!🙏
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 1 |
| 17 | #BAJAJI😁
B-Beekumsa
A-Akkaata
J-Jaalallee namaa
A-Afuura kutanii
J- Janaajjannan
I- irraa fudhatan
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 4 181 |
| 18 | Akka aduu ifuuf akka aduutti gubachuu qabda!
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 3 836 |
| 19 | Jaalalli gamtokkee balaa qaba. Walqixa ta'u qaba.
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 3 754 |
| 20 | Nama si mufachiisuuf dubbataa jiru tokko sammuu tasgabbaa'aan ilaaluu caalaa wanti isa aarsu hin jiru.
Tasgabbiin kee humna dubbannaa isaatii dadhabsiisa!
@Filishaggar
@Dhandhama3 | 3 603 |
