en
Feedback
❤️Dhandhama Jaalala❤️

❤️Dhandhama Jaalala❤️

Open in Telegram

☞ ❣️xinsammuu❣️ ❣️ Wantoota barsiisoo❣️ ❣️beekumsa❣️ ❤️𝒘𝒂𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐❤️ Buy ads: https://telega.io/c/Dhandhama3 Yaadaaf @Filishaggar

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel ❤️Dhandhama Jaalala❤️

Channel ❤️Dhandhama Jaalala❤️ (@dhandhama3) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 12 043 subscribers, ranking 8 019 in the Religion & Spirituality category and 309 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 12 043 subscribers.

According to the latest data from 17 February, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -146 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
☞ ❣️xinsammuu❣️ ❣️ Wantoota barsiisoo❣️ ❣️beekumsa❣️ ❤️𝒘𝒂𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐❤️ Buy ads: https://telega.io/c/Dhandhama3 Yaadaaf @Filishaggar

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 18 February, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

12 043
Subscribers
No data24 hours
-257 days
-14630 days
Posts Archive
Repost from N/a
🎙 Breaking news ___ Group telegram durii kan isin hin fayyadamne nan bita ✅Bara 2019 fi isa dura kan baname ✅Bara 2020 baname ✅Bara 2021 baname ✅ Bara 2022 baname ✅ 2023 kan baname ✅ 2024 ji'a jalqabaa 9 Lakkoofsi miseensotaa 1 yoo ta'ellee rakkoon hin jiru 🔻 Gatii guddaa siif bita waan ta'eef baay'inni miseensotaa dhimma hin qabu, wanti guddaan bara itti banamedha.💯 Kaffaltii filannoo adda addaatiin ✅Baankii 🏦 🏦 🏦 🏦 ✅Telebirr, bank 🏦 ✅M-pesa bank 🏦 akka mijannaa keessaniitti fudhachuu ni dandeessu 🎚Hubachisa owner dura dabarsudhan. Yoo qabaattan @Ale_pair irratti inbox na dubbisi Dm me @Ale_pair✅ Payment Proof ✅ https://t.me/Ale_proof

Elaa…! Na hamadhu, sin hammadha Na darbadhu, sin abdadha Na tuffadhu, Sin bulfadha Na qiyyaafadhu, sin iyyaafadha #Garuu… Yoo daangaa dabarte Yoo alagaan na Dararte Yoo badii kankoo feete Yoo daangaakoo ceete, ~ Wal darbaa wal hin dheessinu Wal sarbaa gumaatti wal hin geessinu!

Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇 @Filishaggar @Dhandhama3

#Har'a fixeensa argeen jaalala namoota baayyee yaadadhe!. @Filishaggar @Dhandhama3

#Gaafa Miindankee dabalu hiriyyaa biraa hin dabalin! @Filishaggar @Dhandhama3

#Onnee dhiira fi mana barnootaa nama kaayyoo qabuttu seena.🤞 #Onnee shamarran fi mana nyaataa nama qarshii qabuttu seena.🤔 @Filishaggar @Dhandhama3

Naan rafiisuu na fuuldura yaada naqee......!😘 @Filishaggar!

#Eenyuun madaalamta? Sadarkaan kan kee bakka ati of keesse malee bakka ilmi namaa si kaa'ee miti. ilmi namaa madaala tolchuu fi haqa dalaguu keessatti hanqinna guddaa waan qabuuf! Kanaafuu madaala namaa hin eegin ofumaa of madaali.! @Filishaggar @Dhandhama3

#Shamarran baay'een gorsa hiriyyaa hinaftuu dhaggeeffachuun dhiiraa gaarii dhabu.! #Mejemeriya_Teredasha!🤞 @Filishaggar @Dhandhama1

#Shamarran baay'een gorsa hiriyyaa hinaftuu dhaggeeffachuun dhiiraa gaarii dhabu.! #Mejemeriya_Teredasha!🤞 @Filishaggar @Dhandhama1

Yaadaa keessan nan dubbisa. Mee yaadaas ta'ee waan isinitti dhaga'amuu kan waa'ee channel kanaa irratti Yaadaa, Gaaffii, qeeq
Yaadaa keessan nan dubbisa. Mee yaadaas ta'ee waan isinitti dhaga'amuu kan waa'ee channel kanaa irratti Yaadaa, Gaaffii, qeeqaa qabdan @Filishaggar Irratti naaf barreessaa. Yaanni keessan naaf waan guddaadha. Mee waanuma naan Jachuu feetan kamuu naan jadhaa🙏 Yaadaaf @Filishaggar @Filishaggar @Dhandhama3

#Jaalalleen hiriyyaa keetii jaalallee keetti miti. ♡Ati bifa, qallina, guntuta taa'aa laalte nama jaalatu ta'uu Malta, hiriyy
#Jaalalleen hiriyyaa keetii jaalallee keetti miti. ♡Ati bifa, qallina, guntuta taa'aa laalte nama jaalatu ta'uu Malta, hiriyyaan Kee immoo guurraachomina, gabbina, shape fi waan akkana akkanaatiif xiyyeeffannaa ka hin laanne kan bilchinni qofti isa butee jaalatu ta'uu mala.🤞 #Kanaafuu miira Kee irra dhaabbattee filannaa nama biraa irratti yaada -ve hin kaasin. Wanti si biratti haalaan jaalatamu nama biraa biratti waan gatii hin qabne ta'uu danda'a. Nuti hundi wal adda, miirri fedhii fi jaalala keenyaatiis wal adda ❤️‍🔥 @Filishaggar @Dhandhama3

#Yoo nuti daangessine malee wanti sammuun keenya yaadee milkeessuu dadhabu hin jiru. #Hiyyummaafi badhaadhummaan yaada sammuu irraa maddu. @Filishaggar @Dhandhama3

#Shaggee😘 Yoon kufeyyuu maalii Nama akka keef gaggabee Gaafuman si argee kaasee Jaalalli kee na qabee Ergan si argee kaasee
#Shaggee😘 Yoon kufeyyuu maalii Nama akka keef gaggabee Gaafuman si argee kaasee Jaalalli kee na qabee Ergan si argee kaasee Waa'ee kee qofaan yaadaa Tolen naan jettuu bareedduu Si jaallachuun barbaada Hubadhumee miira kiyya Shokoksa qaama kootii Ani hedduu si fedheera Bareedduu intala mootii ! @Filishaggar @Dhandhama1

Gaafa baayyee abshaalomtu gowwaa fakkaachuu filatta!🙏 @Filishaggar @Dhandhama3

Gaafa baayyee abshaalomtu gowwaa fakkaachuu filatta!🙏 @Filishaggar @Dhandhama3

#BAJAJI😁 B-Beekumsa A-Akkaata J-Jaalallee namaa A-Afuura kutanii J- Janaajjannan I- irraa fudhatan @Filishaggar @Dhandhama3

Akka aduu ifuuf akka aduutti gubachuu qabda! @Filishaggar @Dhandhama3

Jaalalli gamtokkee balaa qaba. Walqixa ta'u qaba. @Filishaggar @Dhandhama3

Nama si mufachiisuuf dubbataa jiru tokko sammuu tasgabbaa'aan ilaaluu caalaa wanti isa aarsu hin jiru. Tasgabbiin kee humna dubbannaa isaatii dadhabsiisa! @Filishaggar @Dhandhama3