Selam School Students' Jamea
Open in Telegram
Selam School is a community based school found in Shashemene town.
Show more590
Subscribers
-224 hours
-37 days
+2230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+3
in 0 channels
August '26
+35
in 0 channels
Get PRO
July '26
+1
in 0 channels
Get PRO
June '26
+4
in 0 channels
Get PRO
May '26
+6
in 0 channels
Get PRO
April '26
+7
in 0 channels
Get PRO
March '26
+7
in 0 channels
Get PRO
February '26
+7
in 0 channels
Get PRO
January '26
+3
in 0 channels
Get PRO
December '25
+4
in 0 channels
Get PRO
November '25
+9
in 0 channels
Get PRO
October '25
+21
in 0 channels
Get PRO
September '25
+19
in 0 channels
Get PRO
August '25
+11
in 1 channels
Get PRO
July '25
+14
in 0 channels
Get PRO
June '25
+3
in 0 channels
Get PRO
May '25
+13
in 0 channels
Get PRO
April '25
+21
in 0 channels
Get PRO
March '25
+60
in 0 channels
Get PRO
February '25
+11
in 0 channels
Get PRO
January '25
+15
in 0 channels
Get PRO
December '24
+44
in 1 channels
Get PRO
November '24
+76
in 0 channels
Get PRO
October '24
+98
in 0 channels
Get PRO
September '24
+81
in 0 channels
Get PRO
August '24
+73
in 0 channels
Get PRO
July '24
+37
in 0 channels
Get PRO
June '24
+28
in 0 channels
Get PRO
May '24
+37
in 1 channels
Get PRO
April '24
+63
in 1 channels
Get PRO
March '24
+54
in 0 channels
Get PRO
February '24
+12
in 0 channels
Get PRO
January '24
+164
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | 0 | |||
| 05 September | +1 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | +1 | |||
| 02 September | 0 | |||
| 01 September | +1 |
Channel Posts
Repost from Freshman Materials
α°α α αα!!
α¨2018 αͺαα²α«α αα€α΅ α°ααα
α¨ α¬αα²α«α αα€α΅ Offical α°ααα
Link :-https://result.ethernet.edu.et or
@MOE_Resultbot
@Freshman_Materials
| 2 | Result qormaata Remedial gad dhiifamee jira | 157 |
| 3 | #BAGA_GAMMADDAN βοΈ
Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!!
Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka taβe ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5% - 49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan. | 405 |
| 4 | No text... | 442 |
| 5 | Ijoolleen teenna baga gammaddan
Congratulations
Bravo π π π | 326 |
| 6 | Selam school natural science summary result
1 mubarak gabi β‘ 518.83 π₯
2 kebar. β‘ 516.58 π₯
3 jamal tashite. β‘ 466.67 π₯
4 ziyaad aman. β‘ 444.17 π₯
5 abdurahman hirpho β‘ 433.25 π₯
6 zuber taha. β‘ 427 π₯
7 Abdulaziz borane. β‘ 420.33 π₯
8 kananisa jamal. β‘ 413.83 π₯
9 Usman godana. β‘ 382.42 π₯
10 kalid irreesso. β‘ 378.92
11 UMER jagano. β‘ 373
12 ibsa alembo. β‘ 365.5
13 Aman Dafo. β‘ 352.20
14 ermias. β‘ 340.33
15 sultan Muhamad. β‘ 338.92
16 Temam abdallah β‘ 338.09
17 jabir. β‘ 337.68
18 abdurahman dafa β‘ 334.
19 Abdurahman Bashirβ‘ 333
20 nejar ismail. β‘ 329.44
21 kuftu aman. β‘ 329.42
22 sadik abdallah. β‘ 329.25
23 abdisa kasim. β‘ 326.33
24 siraj adam. β‘ 320.67
25 ikram. β‘ 319.83
26 bonsa. β‘ 314.31
27 abduljabar kadir β‘ 313
28 kume kormee. β‘ 312.3
29 Abduraman tib. β‘ 311.92
30 zamzam Muhamad β‘ 309.55
31 muktar aman β‘ 309 .50
32 Asha husen. β‘ 307.67
33 Abdullahi kasim. β‘ 307.17
34 simawoya jaldoo. β‘ 306.5
35 nura dastaa. β‘ 306.08
36 Alfiya usman. β‘ 305.53
37 milion daraje. β‘ 305
38 nasradin Muhamad β‘ 304.10
39 jombaa. β‘ 303.09
40 fuad. β‘ 301.9
41 ferhan. β‘ 301.25
Selam social science summary result
1 Abu. β‘ 415.33 π₯
2 Abdisa musa. β‘ 393 π₯
3 mufti umer. β‘ 392.42 π₯
4 sofiya baldaa. β‘ 390.25π₯
5 Abdallah said. β‘ 376.50
6Abdulfatta jamal. β‘ 373.58
7 Abdurahman abdallah β‘ 372.17
8 Abdurahman tesho. β‘ 344.33
9 abdallah kadir. β‘ 339.25
10 ziyad Awel β‘ 329.83
11 Muftada. β‘ 320.33
12 Nuradin tibbaa β‘ 310.10
13 Sitina. β‘ 308.50
14 Zakir. β‘ 307.34 | 886 |
| 7 | Carraa gaarii ijoolleen teenna
Waan gammachuu rabbiin nu haa dhageessisu | 289 |
| 8 | Platformii Barnoota Islaamaa β sharh.qm.edu.sa
Barnoota Islaamaa bu'uuraa sirnaan fi salphaan barachuuf sharh.qm.edu.sa filannoo gaarii dha.
π Platformiin kun barnoota online kan kennu yoo taβu, kitaabota Islaamaa buβuuraa (Mutuuna) irratti xiyyeeffata.π Barnoonni isaa bilisaa dha, akkasumas video, audio fi kitaabota PDF Sharhiiwwan mutuunaa waliin dhiyaata.π Qormaataa fi certificate illee ni qaba.
π Barnoota keessaa: Mutuuna
Hadiisaa
Fiqhii
Aqiidaa
Tajwiida fi kkf of keessaa qaba
π¨βπ« Barnoonni kun Sheikh Dr. Abdul Muhsin Al-Qasim (Imaama Masjid Nabawi) jalatti kennama.
β¨ Faayidaa isaa:
Mana kee irraa barachuu dandeessa
Sadarkaa sadarkaadhaan si guddisuu
Beekumsa Islaamaa sirnaan hubachuu
π Amma jalqabi: https://sharh.qm.edu.sa | 367 |
| 9 | As wr wb akkam jirtan fayyaan keessan akkam bonnaan maal fakkaata | 457 |
| 10 | Reeffa Harmee Isaa Manatti Dhiisee Qormaata Qorame.
Barataa kun maqaan isaa Kaalid Qaasim Jedhama. Jiraataa bulchiinsa magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Eekkaa Xaafoo Yoo ta'u,Mana Barumsaa Muuxxannichaa jedhamuuti Barataa Kutaa 8ffaa ti.
Kaalid Haati isaa jalaa boqatte. Innis Qormaata Ministirii Kutaa 8ffaa waan qabuuf, gorsa haadha isaa yaadate.
"Yoo akkam Rakkatte Barumsakee addaan hin kutin" jetteeni turte.innis kana yaadachuun Reeffa haadha isaa manatti dhiisee qormaata Ministirii gosa 2 deemee qorame. | 335 |
| 11 | Hijran bara 1448 seenee jira. πβ¨
Erga Nabiyyuu Muhammad S.A.W Makkarraa gara Madiinaa baqatanii bara 1448 hardha guutee jira. πποΈ
Bara milkii, jaalalaa, fi badhaadhina nuuf haa godhu Rahmaan. π€²π
Bara Qur'aanaa, π
Salaataa, π
Hiriyyaa gaarii, π€
Maatii gaarii fi π¨βπ©βπ§βπ¦
Ibaadaa nuuf haa ta'u. π
Al-rida | 578 |
| 12 | Aqlii xixiqqotti abjuu kee gurguddaa hin himin, osoo bakka hin geenne kaayyoon kee karatti si harkaa kufee lafatti hafaa beeki.
ila
Nama duniyaa wajji hojjattu filadhu,nama amantii kee wajji hordoftu addaan baafadhu,nama jiruu hawaasummaa wajjii jiraattu filii wajji jiraadhu malee,nasiiba imaluu dhiisi.
Jaaloo
Dhukkubbiifi laalaa dhandhaman malee bu'aan hin argamu,itti gaafatamummaa fudhatan malee Aangoon hin argamu,amanamummaa qabaatan malee jaalalli hin argamu,hujii irratti tattaafatan malee jijjiiramni hin argamu,naamusa qabaatan malee galmatti hin gahamu,waldhaanatan malee bilisummaan hin argamu,obsan malee firiin hujii hin argamu,carraaqatan malee carraan tokkollee hin argamuu hubadhu.
Obbolaa
Samii baldhoo,ardii diriirtuu,rooba samii,aduu baatu,qilleensa bubbisutu qixa sitti dhufa malee, kan achirraa hafe carraaqqii ati gootu keessa jiraa hubadhu.
Eeeee.
Al tokko tokko,boohaa kolfitaa laali,al tokko tokko nadaawaa milkooftaa argi,al tokko tokko biyyaa bahaa,biyya kee keessatti jaalala hawaasaatiin fagoodhaa ijaaramtaa hubadhu.
Haloo
Al tokko tokko waan wal-hin madaalle wal-hin madaalchisin,waan wal hin-fakkaanne wal-hin fakkeessin,bishaaniifi zeyitii wal-seensisuufis hin raatahin,haadhoofi kurree walitii hin galle walitti qadaaduuf hin ifaajin,hunduu quluu keessaa dhugu fakkaataa,quluu waljijjiira jettee hin dhama'inii,dandeettu quluu sana harkaa fuudhi, dadhabdu itti dhiisi malee yeroo kee hin qisaasin.
Yooo
Nama seequu kee duubaan imimmaan kee hin argine,nama gorsa kee duubaan lallaba jiruu isaa hin hubanne,nama dirmammuu qaana keetii duubaan madaa kee hin arginetti riqattee,lama quunca'aa hin oolinii,kophaa kee bahii,imimmaan hoo'aa ufirraa harcaasii ufiin qabaneessii cichii galma manaa baateefiif bakkaan gahadhu.
Santu Seeraa,beenuma beeni. | 281 |
| 13 | Yaamicha cidhaa uffataafi qaama kee dhiqattee dibattee dhaqxa,Β yaamicha mootummaa uffatteeΒ tolfattee,haasawa qajeelfattee dhaqxa,beellama doktora fayyaa keetii,dursitee dhaqxee dabaree eeggatta,konkolaataafi xayyaara imala ittiin deemtu,dursitee dhaquu bira dabartee achi teettee eeggatuuf mugaa oolta,ergaa haadha warra keetii osoo si hin yaamin awwaatta,garuu!
Yaamicha samii lallabamu gurra irraa qabatta,ajaja Rabbii irra ijjattee daangaa dabarta,ajaja haadhaa abbaa keetii waggatti guyyaa tokko fuula guuraa raawwatta,gaafa walitti nama harkaa duude, akkas nama godha.
Yoooo
Samiin roobaa kan jirtuuf mixiifi looniif,biqiltuufi daa'immaniif yoo taate malee,akki anaafi ati itti jirru raajiidhuma!π’ | 562 |
| 14 | π Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu
β¨ Baga Nagaan Gara Maaddii Beekumsa Shari'aa Dhuftan β¨
πAkkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo
Kuni Guruuppi Ofiishaalaa kan ittiin barnoonni online Afriikaa Akaadaamii damee Afaan Oromoo ittiin kennamuu dha. In shaa Allah marsaan 1ffaa (jalqabaa) barnoota ShariΚΌaa keenyaas yeroo dhihoo keessatti ni jalqabama.
π£ Waamicha keeyrii:-
Namoonni hedduun maaddii beekumsaa kana irraa fayyadamoo akka taΚΌaniif, giruuppii kana nama hedduuf Erguun/qooduun hojii keeyrii kana keessatti akka hirmaattan kabajaan isin gaafanna.
π― Kaayyoon keenya:-
" Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! "
π₯ Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
Akkaadaamii Afriikaa!
Ifa beekumsaa Nama hundaaf! | 159 |
| 15 | https://youtu.be/7RdzH-Ox-Vk?si=lwzSOHwK0sWgYV1S | 239 |
| 16 | Worra dhaloota dhufuuf fakkeenya tau isin haa taasisu | 339 |
| 17 | Maasha Allah sagantaa bareeda ture. | 382 |
| 18 | No text... | 490 |
| 19 | No text... | 469 |
| 20 | No text... | 336 |
