Selam School Students' Jamea
رفتن به کانال در Telegram
Selam School is a community based school found in Shashemene town.
نمایش بیشتر579
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
-1130 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '260
در 0 کانالها
ژوئن '26
+4
در 0 کانالها
Get PRO
مه '26
+6
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+7
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+7
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+7
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+3
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+4
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+9
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+21
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+19
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '25
+11
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+14
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+3
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+13
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+21
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+60
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+11
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+15
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+44
در 1 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+76
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+98
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+81
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+73
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+37
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+28
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+37
در 1 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+63
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '24
+54
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+12
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+164
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 07 ژوئیه | 0 | |||
| 06 ژوئیه | 0 | |||
| 05 ژوئیه | 0 | |||
| 04 ژوئیه | 0 | |||
| 03 ژوئیه | 0 | |||
| 02 ژوئیه | 0 | |||
| 01 ژوئیه | 0 |
پستهای کانال
Reeffa Harmee Isaa Manatti Dhiisee Qormaata Qorame.
Barataa kun maqaan isaa Kaalid Qaasim Jedhama. Jiraataa bulchiinsa magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Eekkaa Xaafoo Yoo ta'u,Mana Barumsaa Muuxxannichaa jedhamuuti Barataa Kutaa 8ffaa ti.
Kaalid Haati isaa jalaa boqatte. Innis Qormaata Ministirii Kutaa 8ffaa waan qabuuf, gorsa haadha isaa yaadate.
"Yoo akkam Rakkatte Barumsakee addaan hin kutin" jetteeni turte.innis kana yaadachuun Reeffa haadha isaa manatti dhiisee qormaata Ministirii gosa 2 deemee qorame.
| 2 | Hijran bara 1448 seenee jira. 🌙✨
Erga Nabiyyuu Muhammad S.A.W Makkarraa gara Madiinaa baqatanii bara 1448 hardha guutee jira. 🕌🕊️
Bara milkii, jaalalaa, fi badhaadhina nuuf haa godhu Rahmaan. 🤲💚
Bara Qur'aanaa, 📖
Salaataa, 🕌
Hiriyyaa gaarii, 🤝
Maatii gaarii fi 👨👩👧👦
Ibaadaa nuuf haa ta'u. 🌟
Al-rida | 523 |
| 3 | Aqlii xixiqqotti abjuu kee gurguddaa hin himin, osoo bakka hin geenne kaayyoon kee karatti si harkaa kufee lafatti hafaa beeki.
ila
Nama duniyaa wajji hojjattu filadhu,nama amantii kee wajji hordoftu addaan baafadhu,nama jiruu hawaasummaa wajjii jiraattu filii wajji jiraadhu malee,nasiiba imaluu dhiisi.
Jaaloo
Dhukkubbiifi laalaa dhandhaman malee bu'aan hin argamu,itti gaafatamummaa fudhatan malee Aangoon hin argamu,amanamummaa qabaatan malee jaalalli hin argamu,hujii irratti tattaafatan malee jijjiiramni hin argamu,naamusa qabaatan malee galmatti hin gahamu,waldhaanatan malee bilisummaan hin argamu,obsan malee firiin hujii hin argamu,carraaqatan malee carraan tokkollee hin argamuu hubadhu.
Obbolaa
Samii baldhoo,ardii diriirtuu,rooba samii,aduu baatu,qilleensa bubbisutu qixa sitti dhufa malee, kan achirraa hafe carraaqqii ati gootu keessa jiraa hubadhu.
Eeeee.
Al tokko tokko,boohaa kolfitaa laali,al tokko tokko nadaawaa milkooftaa argi,al tokko tokko biyyaa bahaa,biyya kee keessatti jaalala hawaasaatiin fagoodhaa ijaaramtaa hubadhu.
Haloo
Al tokko tokko waan wal-hin madaalle wal-hin madaalchisin,waan wal hin-fakkaanne wal-hin fakkeessin,bishaaniifi zeyitii wal-seensisuufis hin raatahin,haadhoofi kurree walitii hin galle walitti qadaaduuf hin ifaajin,hunduu quluu keessaa dhugu fakkaataa,quluu waljijjiira jettee hin dhama'inii,dandeettu quluu sana harkaa fuudhi, dadhabdu itti dhiisi malee yeroo kee hin qisaasin.
Yooo
Nama seequu kee duubaan imimmaan kee hin argine,nama gorsa kee duubaan lallaba jiruu isaa hin hubanne,nama dirmammuu qaana keetii duubaan madaa kee hin arginetti riqattee,lama quunca'aa hin oolinii,kophaa kee bahii,imimmaan hoo'aa ufirraa harcaasii ufiin qabaneessii cichii galma manaa baateefiif bakkaan gahadhu.
Santu Seeraa,beenuma beeni. | 246 |
| 4 | Yaamicha cidhaa uffataafi qaama kee dhiqattee dibattee dhaqxa, yaamicha mootummaa uffattee tolfattee,haasawa qajeelfattee dhaqxa,beellama doktora fayyaa keetii,dursitee dhaqxee dabaree eeggatta,konkolaataafi xayyaara imala ittiin deemtu,dursitee dhaquu bira dabartee achi teettee eeggatuuf mugaa oolta,ergaa haadha warra keetii osoo si hin yaamin awwaatta,garuu!
Yaamicha samii lallabamu gurra irraa qabatta,ajaja Rabbii irra ijjattee daangaa dabarta,ajaja haadhaa abbaa keetii waggatti guyyaa tokko fuula guuraa raawwatta,gaafa walitti nama harkaa duude, akkas nama godha.
Yoooo
Samiin roobaa kan jirtuuf mixiifi looniif,biqiltuufi daa'immaniif yoo taate malee,akki anaafi ati itti jirru raajiidhuma!😢 | 553 |
| 5 | 🍀 Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu
✨ Baga Nagaan Gara Maaddii Beekumsa Shari'aa Dhuftan ✨
📝Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo
Kuni Guruuppi Ofiishaalaa kan ittiin barnoonni online Afriikaa Akaadaamii damee Afaan Oromoo ittiin kennamuu dha. In shaa Allah marsaan 1ffaa (jalqabaa) barnoota Shariʼaa keenyaas yeroo dhihoo keessatti ni jalqabama.
🗣 Waamicha keeyrii:-
Namoonni hedduun maaddii beekumsaa kana irraa fayyadamoo akka taʼaniif, giruuppii kana nama hedduuf Erguun/qooduun hojii keeyrii kana keessatti akka hirmaattan kabajaan isin gaafanna.
🎯 Kaayyoon keenya:-
" Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! "
👥 Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
Akkaadaamii Afriikaa!
Ifa beekumsaa Nama hundaaf! | 159 |
| 6 | https://youtu.be/7RdzH-Ox-Vk?si=lwzSOHwK0sWgYV1S | 239 |
| 7 | Worra dhaloota dhufuuf fakkeenya tau isin haa taasisu | 339 |
| 8 | Maasha Allah sagantaa bareeda ture. | 382 |
| 9 | بدون متن... | 490 |
| 10 | بدون متن... | 469 |
| 11 | بدون متن... | 336 |
| 12 | بدون متن... | 251 |
| 13 | Sagantaa glateeffannaa barattoota kutaa 12ffaa M/B Salaam kan bara 2026 April 23 tti / 1447/ذالقعدة ٦/ 15/8/ Haala namatti toluun geggeeffameera.
Hunda isaaniituu Rabbi haa milkeessu! | 194 |
| 14 | Akkaataa ittiin guutan
https://youtu.be/GLSlpJDn7_4 | 125 |
| 15 | Seera Rabbii jechuun maal jechuudha?
jechuun sirna yookaan dambii dhaabbataa (constant) Inni uumama hunda ittiin bulchuuf diriiredha. Kunis kallaattii lamaan dhufee mizaana uumamaa eega:
1. Seera Uumamaa (Universal Laws): Akkuma mizaana lafaa (gravity), deemsa aduufi baatii, yookaan jijjiirama mizaana dachee. Kun seera namni jijjiiruu hin dandeenye fi uumamni hundi ittiin buludha.
2. Seera Amantii fi Naamusa (Moral Laws): Akkaataa itti namni walitti dhufeenya isaa, jireenya isaa fi uumaa isaa waliin mizaana eeggatee jiraatuuf kan bu'eera.
Gabaabumatti:
Seerri Rabbii "Mizaana" dha. Yoo seera sana hordofte jireenyi kee ni mizaana'a (balance ta'a); yoo seera uumamaa fi naamusaa sana cabsite immoo jireenyi kee daangaa darbee ni jeeqama. | 142 |
| 16 | The Islamic University invites students from around the world interested in enrolling in its academic programs to apply through the #StudyInSaudi platform for both internal and external scholarships. These programs offer high-quality educational pathways that contribute to their academic and intellectual development, enabling them to become active members of their communities.
To apply through the platform: studyinsaudi.sa/ar | 158 |
| 17 | #الجامعة_الإسلامية تدعو الطلاب الراغبين في الالتحاق ببرامجها الأكاديمية من مختلف دول العالم إلى التقديم عبر منصة #ادرس_في_السعودية، وذلك للمنح الداخلية والخارجية، ضمن مسارات تعليمية نوعية تسهم في تأهيلهم علميًا ومعرفيًا؛ ليكونوا عناصرًا فاعلةً في خدمة مجتمعاتهم.
للتقديم عبر المنصة: studyinsaudi.sa/ar | 147 |
| 18 | بدون متن... | 199 |
| 19 | 🚢 #GABAASA ADDAA
| "Dooniin Tokkummaa " Inni Haaraa Barshiloonaa Irraa Gara Gazzaatti Imala Jalqabe!
–guyyaa har'aa, "Asxaan Donij Tokkummaa Addunyaa" uggura namoomaa,Nyaata,Uffata,Dawaa fi wantoota bu’uura jireenyaaf tahan Israa'el waggaa lamaa oliif ummata Miliyoona 2 ol Gazzaa irratti keesse cabsuuf fi deeggarsa namoomaa geessuuf qarqara galaanaa biyya Ispeen, Barshiloonaa irraa imala isaa jalqabeera.
Imalli ammaa kun kan kanaan duraa caalaa hirmaattota hedduu qaba; dooniiwwan 70 irratti namoota namummaaf of kennuun gara Gazzaa imaluuf fedha qaban 1,000 ta'an biyyoota 70 irraa walitti dhufan of keessatti qabateera.
Kun yaalii waggaa tokko osoo hin guunne keessatti taasifame isa lammaffaadha.
Yaaliin duraa Fulbaana 2025tti dooniiwwan 42 fi namoota 462n taasifamee ture. Haa ta'u malee, humni galaanaa Israa'el dooniiwwan hundaa kallaattiin dhorkuun namoota doonii san irra turan erga hidhanii booda gara biyya isaaniitti ari'uun isaa ni yaadatama.
dooniiwwan kanaa deeggarsa namoomaa Gazzaa galchuu fi dhiibbaa Israa'el irratti gochuu dha. | 176 |
| 20 | https://youtu.be/x61SZUm3i1U?si=cxl1txJPKde25ntX | 223 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
