cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

Advertising posts
809
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Jabeessaa Qeerroo
#inbox Galgalaa kanaa magaala Naqaamtee keessa gara magaala Angaar guutee ti konkoolata sinoo tiraak tokkoof obamaa tokko Guutu sokkeera kanaaf jaallan quba nuuf qabachisaa.
Show all...
Repost from QBO Zoonii Lixaa
Hidda gabrummaa diiguuf bakkuma hundatti yoo laalan(hammenyaa) gabruumaa hubatee qofa. Dhaloonni amma kunis akkuma isaa kaaleessa hubatee Waraansaa xiyyaa gabroomsaa dura-dhabattee dhiiga dhangalassee maqaa fi eenyummaa har'aan gahe kanatti itti cichee dabaree qabsoo fudhatee gabruumaa xumura itti gochuun dirqaamaa keenya tahuu qaba. Gaafa hiree fi hiriyaa dhabdee dirree taanetii kuftee namni harka si qabu hin jiru atuuman tiradhuu mataa ol-qabadhuu. shigigaa dandamatee gabruumaa awwaalluu dandessaa. murannoon kaate deemnaan ilma biyya taatee argamta, isaa biyya tolee qofa goota fi hayyuu jedhamee seenaa gaarii argatee kabajamaa saba isaa biratti! Gaafa moggoolle buute bitinooytee bakkuma Mooraan jirtuuttii maquu dandessaa malee dirreetti hafee du'aa bakkatti hin eeggu ilmi namaa. Kanaaf Mooraa qabsoo yeroo hunda ummanni jabbeefaachu dirqaamaa. Nutis bakkuma jiru hidda gabrummaa diiguuf kichuuwwaan ilmaan biyyaa warra dhiiga fi lafee cabsee Waregaama qabsoo kaffalaa jiruu kana cinaa dhaabbachuun murteessaa tahuu qofa osoo taanee dirqaamaa keenya. Jajjabaadhaa  hidda gabrummaa diiguuf WBO jabeessaa!
Show all...
በፍፁም ዝም አላልኩም ግሪሳ በሳስቱ ሴሴ እየተባልኩ ሁሉን ችዬ ከእንዳንተ አይነቱ የሚዲያ አርበኛ የተሻለ ስራ እየሰራው ነው!! ቢያንስ የኦሮሞን ሚስጥር በአደባባይ አላሰጣውም እንደ አለቆችህ በትግራይ ቲቪ ቀርቤ የራሴን ሰው ሳንቋሽሽ አልውልም!! ስለ ወለጋም ቢሆን ሶሻል ሚዲያውን ያጨናነቅነው የጀዋር ቄሮዎች ነን!! ግሪሳነት ይለምልም!!
Show all...
Ittii gaafatamaa Wajjira Barnoota magaalaa ...... Barattoota galama keessa walitti qabee haasaa taasisaa jira achiin namtichi :- isiin hidhachiisnaa Barattonni :- maal uuuuu maal jechuudhaa Namtichi := onnachuu Yoo nuuf galtee dubbiin 😂
Show all...
Booji'amtoota #Olaankommii Kunooti Dhaggeffadhaa 💪💪💪
Show all...
ደምቢዶሎ ዩኒቨርስቲ ገብተው ፈተና እንዲወስዱ የተጠሩ የ12ኛ ክፍል ተፈታኝ  ተማሪዎችን ወታደሮች ከዩኒቨርስቲው ግቢ በማስወጣት ሰብስበው ወደ ወታደር ካምፕ ወስደዋቸዋል።
Show all...
በኦሮሚያ አፈሳ ተጧጡፏል!!
Show all...
#Ijolleen Qormaataf #Dambii #Doolloo Dhufaan Qabaman*i Kamb*i Wa*aanatti Gu*ramaa Jiru‼️ Maatin Ijollee Keessan Hordofaa‼️ Qormaaticha University tti gochun shirra kanaf‼️ Via Risaa
Show all...
#AMMEE Yeroo Ammaa Kana Wa**raanni P*p Taataa 15 Fi Konkolaataa Fe'umsaa 13 n Magaalaa Sabbataa Keessa Gara Finfinneetti Seenaniiru! OROMIYAAN BIYYA
Show all...
#Welcome
Show all...