Adama Senior Secondary School(ASSS) We are dedicating to be center of Excelence !!
Open in Telegram
This is the original telegram Chanal for Adama Senior Secondary School It is all about Education !!
Show more6 669
Subscribers
+124 hours
-77 days
+3430 days
Posts Archive
Repost from Tikvah-University
#National_Exam_Result
የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ መልቀቂያ ፈተና ከፍተኛ ውጤት፦
ተፈጥር ሳይንስ
ወንድ - 591.6 ኦዳ ልዩ አዳሪ ት/ቤት (አዳማ)
ሴት - 583 አገው ምድር ት/ቤት (እንጅባራ)
ማኅበራዊ ሳይንስ
ወንድ - 576.2 ዶዶላ ኢፋ ቦሩ ት/ቤት
ሴት - 569.1 ቦሌ ሱፐር ሆሊሴቪየር ት/ቤት
@tikvahuniversity
ተማሪዎች የምዝገባ ቀናት ማስታወቂያ 📅
1️⃣ ነባር ተማሪዎች፡ እስከ ነሀሴ 25፣ 2018
2️⃣ አዲስ ተማሪዎች፡ እስከ ነሀሴ 30፣ 2018
...............ት/ቤቱ................
Guyyaa 13/12/2018
BEEKSISA
Barattoota sagantaa idileen barachaa turtan fi haaraa kutaa 9ffaa hundaaf.
Galmeen guyyaa 14/12/2018 irraa hanga qaammee 5/13/2018 qofatti kan gaggeeffamu ta'uu hubahuun akka galmooftan.
Ragaa barbaachisu
1.barattoota bara 2018 barachaa turtaniif kaardii daree gara daree ittiin dabartan qabattanii argamtu ta'a.
2.Barattoota kutaa 9ffaa (haaraaf)
A.kaardii ministirii kutaa 8ffaa (orojinaalii fi copy)
B. Waraqaa Eenyummaa (fayida ) maatii fi b/taa (copy)
C.Suuraa maatii fi barataa (tokko tokko)
D. Maatii fi barataan qaaman argamuu qabu.
E. Doosee (Kilaaseera) qabattanii ganama 2:00 tti argamuun akka galmooftan
$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$
ቀን፡ 13/12/2018
ማስታወቂያ
ለመደበኛው ፕሮግራም ተማሪዎች እና አዲስ ለሚገቡ የ9ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ፤
ምዝገባው የሚከናወነው ከ14/12/2018 እስከ 5/13/2018 ባለው ጊዜ ውስጥ ብቻ ነው።
የሚያስፈልጉ ማስረጃዎች፡-
1. በ2018 የትምህርት ዘመን ሲማሩ ለነበሩ ተማሪዎች፡ የክፍል ዝውውር ካርድ (Class-to-class card)።
2. ለአዲስ የ9ኛ ክፍል ተማሪዎች፡-
ሀ. የ8ኛ ክፍል ሚንስትሪ ውጤት ካርድ (ኦሪጅናል እና ኮፒ)
ለ. የቤተሰብ እና የተማሪ መታወቂያ (ፋይዳ መታወቂያ) (ኮፒ)
ሐ. የቤተሰብ እና የተማሪ ፎቶግራፍ(አንድ አንድ )
መ. ቤተሰብ እና ተማሪ በአካል መገኘት አለባቸው።
ሠ. ዶሴ (ፋይል) በመያዝ ጠዋት 2:00 ጀምረው እንድትመዘገቡ።
Guyyaa 09/11/2018
Barattoota Mana barumsa keenyaa kutaa 12ffaa hundaaf
Dursa baga nagayaan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 nagayaan xummuurtan jechaa guyyaa boruu jechuun Adoolessa 10/11/2018 kitaaba akka deebisuun waraqaa qulqullinnaa akka fudhattan cimsinee isin beeksifna.
M/B
Round Three G12 Student Placement.xlsx
Guyyaa: 30/10/2018.
Beeksisa
Barattoota Mana Barumsaa Adaamaa Sadarkaa 2ffaa Kutaa 12ffaa hundaaf
Baga jalaa bultii qormaata biyyoolessaa nagaan geessan isiniin jechaa.
Boru, Guyyaa 01/11/2018, ganama sa'aatii 12:00 irratti Mana Barumsaa keenya akka argamtan jechuun isin beeksifna. Sana booda basiidhaan Mana Barumsaa irraa gara iddoo qormaataa ramadamtanitti waliin deemtu.
#Hubachiisa
Barataan kamiyyuu yeroo gara Mana Barumsaatti dhufu wantoota armaan gadii qofa qabatee akka dhufu ni hubachiifama:
1.Uffata Mana Barumsaa (Uniform)
2.Admission Card
3.National ID
4.Waraqaa duwwaa fi Iskiriiptoo qofa
#Akeekkachiisa: Wantoota armaan olitti tarreeffaman ala waan biraa qabatanii gara iddoo qormaataa kan dhufan taanaan, seera qormaataatiin qormaata irraa kan ari'amuu/tuu ta'aa.
Qoramtoota keenya hundaaf milkaa'ina guddaa hawwina!
…… Nagaan Deemaa, Milkaa'aa! ……
ቀን፡ 30/10/2018
ማስታወቂያ
ለአዳማ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ
ለብሔራዊ ፈተናችሁ ዋዜማ በሰላም በመድረሳችሁ እንኳን ደስ አላችሁ!
ነገ፣ 01/11/2018 ጠዋት 12:00 ሰዓት በትምህርት ቤታችን እንድትገኙ እናሳስባለን። ከዚያም በትምህርት ቤቱ በተዘጋጀ አውቶቡስ ወደ ተመደባችሁበት የፈተና ጣቢያ በአንድነት ትጓዛላችሁ።
ማሳሰቢያ
እያንዳንዱ ተማሪ ወደ ትምህርት ቤት ሲመጣ የሚከተሉትን ብቻ እንዲይዝ ይጠበቃል፦
1. የትምህርት ቤት ዩኒፎርም
2. የፈተና መግቢያ ካርድ (Admission Card)
3. ብሔራዊ መታወቂያ (National ID)
4.ባዶ ወረቀት እና እስክሪብቶ ብቻ
ማስጠንቀቂያ፦ ከላይ ከተጠቀሱት ውጭ ማንኛውንም እቃ ይዞ ወደ ፈተና ጣቢያ የሚመጣ ተማሪ በፈተና ደንብ መሠረት ከፈተናው ይሰናበታል።
ለሁሉም ተፈታኞች ታላቅ ስኬት እንመኛለን!
…… መልካም ጉዞ፣ መልካም ስኬት! ……

Guyyaa 27/10/2018 📅
Beekisa 📢
Barattoota Mana Barumsaa keenya hundaaf 🏫
Manni Barumsaa Adooleessa 4, 2018tti cuufama. 🚫 Kanaafu, Adooleessa 4, 2018 barattoonni Mana Barumsaa keenya hundi keessan kanuma beekun maatii keessan waliin ganama keessa sa'aatti 2:00 irratti Mana Barumsaatti argamuun sagantaa sirna cufiinsaa irratti akka argamtan hubachiisaa guyyaadhuma kanatti kaardiin kan isinif keennamu ta'usaa isin beeksifna. 🎓
Mana Barumsiichaa 🏫
ቀን 27/10/2018
ለትምህርት ቤታችን ተማሪዎች በሙሉ 📚
ሐምሌ 4, 2018 የትምህርት ዘመኑ ተጠናቆ ት/ቤት የሚዘጋበት ቀን ነው። 🛑
ስለዚህ ተማሪዎች በተጠቀሰው ቀን ት/ቤት በተለያየ መርሃ ግብር የመዝገቢያ ስነ ስርአቶች እንደሚኖሩ ተገንዝባችሁ ወላጆቻችሁን በመያዝ ት/ቤት እንድትገኙልን እየሳሳወቅን በእለቱ የውጤት ማስገለጫ ካርድ የሚሰጣችሁ መሆኑን እናሳውቃለን 📄✨
ፕሮግራሙ የሚጀመረው ሰዓት 2:00 ላይ ነው ⏰
........ት/ቤቱ.............
Beeksisa Ariifachiisaa
Barattoota kutaa 9 hanga 11 kitaaba hin deebisne hundaaf:
Akkuma beekkamu kanaan dura sagantaan isiniif bayee kitaaba akka deebistan ta'uun ni yaadatama .Haata'uu malee barattootni osoo hin deebisin haftan hanga waxabajjii 26/2018 qofatti akka galchitan cimsinee isin beeksifna.
#kutaa12ffaa
Qophiin Xumurameera: Qorumsi Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Boru Ni Eegala!
Qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 boru irraa eegalee wiirtuuwwan qormaataa 607 keessatti barattoota kuma 560 ol ta'aniif kennamuu akka jalqabu Tajaajilli Madaallii Batnootaa fi Qormaataa beeksise.
Qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 boru Waxabajjii 23 irraa eegalee hanga Adooleessa 16, 2018tti wiirtuuwwan 607 keessatti marsaa ja'aan (6) akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera.
Qabxiilee ijoo qormaata kanaa:
- Baay'ina Qoramtootaa: Waliigala barattoota 563,501 (Saayinsii Uumamaa 306,456 fi Saayinsii Hawaasaa 257,045) tu qormaata kana fudhata.
- Gosa Qormaataa: Toora interneetiin (Online) marsaa 6n kan kennamu yoo ta'u; waraqaan kan qoraman barattoonni Saayinsii Uumamaa Adooleessa 1-3, kanneen Saayinsii Hawaasaa immoo Adooleessa 6-8, 2018tti ni qoramu.
- Wantoota Qabachuun Eyyamaman: Kaardii Seensaa (Admission Card), Waraqaa Eenyummaa, Iskiribtoo fi waraqaa duwwaa qofa.
- Wantoota Dhoorkaman: Bilbila, Sa'aatii Ismaartii, Bluetooth, Laaptooppii fi meeshaalee elektirooniksii kamiyyuu qabatanii seenuun dhorkadha.
Qoramtoota hundaaf carraa gaarii hawwa.

Guyyaa 22/10/2018
Barattoota mana barumsaa Adaamaa sad. 2ffaa kutaa 9--11 hundaaf
Akkuma beekamu baruu- barsiisuu bara barnootaa 2018 gara xumuraatti adeemaa jiraachuun ni beekama.kanaaf barataan/ttuun kamuu qabxii isaa/ishee 100%keessaa beekuun kan isa/ishee irraa eegamu (mirga beekuu) qabdu waan ta'eef akka beektan.
Hub.Gosa barnootaa 100% keessaa hin beekne yoo jiraate kutaa baruu barsiisutti akka beeksistan.
*****
ቀን 22/10/2018
የአዳማ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ከ9--11ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ።
እንደሚታወቀው የ2018 የትምህርት ዘመን የመማር ማስተማር ሂደት እየተጠናቀቀ ነው።ስለዚህ እያንዳንዱ ተማሪ ከ100% ውጤቱን ማወቅ ይጠበቅበታል (የማወቅ መብት) አለዉ።
ማስታወሻ፡ 100% የትምህርት ዓይነቶችን ካላወቁ፣ የመማር ማስተማር ክፍሉን ያሳውቁ።
Urgent
Barattuu RUZIYA MUHAMMED IBRAHIM kutaa 12ffaa Daree Social Science kan taate fi maatiin ishee guyyaa 22/10/2018 ganama sa'aa 2:30 tti mana barumsaa Adaamaa sad.2ffaa tti ni barbaadamtu.
Akkam jirtu barattootni mana barumsa keenyaa kutaa 12ffaa hunduu ergaa armaan olitti isiniif darbe kanaaf qophooftanii ? Yeroo dhuftan yuunifoormii mana barumsaa,Waraqaa eenyummaa biyyaalessaa fi Waraqaa seensa qorumsaa qabachuu akka hin daganne jechaa sa'aatiin 7:00 kan itti jalqabu waan ta'eef dursitanii akka argamtan cimsinee isin beeksifna.Halkan gaarii!!
Sirreeffama:
Kan ASTU tti ramadaman barattootni hundi (Natural+ Social) Orientation boruu irratti argamuu akka qaban sirreeffamni taasifamee jira.
Kanaafuu barattootni
Social Science tis boru Sa'aatii 7:00 tti Orientation irratti akka argaman ergaan yaa dabru.
ማስተካከያ
ወደ ASTU የተመደቡ ሁሉም ተማሪዎች (Natural Science እና Social Science) ነገ በሚካሄደው የOrientation ፕሮግራም ላይ መገኘት እንዳለባቸው ማስተካከያ ተደርጓል።
ስለዚህ የSocial Science ተማሪዎችም ነገ ከቀኑ 7:00 ሰዓት በOrientation ፕሮግራሙ ላይ እንዲገኙ መልዕክቱን እንዲያስተላልፉ ይጠየቃሉ።
Orientation for Natural Science Students:
Boru (Wiixata) Waaree booda Sa'aatii 7:00tti.
Iddoon: 'Stadium' (Staadiemii) ASTU tti.
Beeksisa Hatattamaa/
Urgent News
Barattoota kutaa 12ffaa Hundaaf:-
Guyyaa boruu Waxabajjii 18/2018 shaakalliin online Mock Exam xumuraa ganama sa,aa sadii fi waareebooda sa'aa saddeet eegalee waan kennamuuf yeroo kabajjaanii #ASTU #UNVERSTITI akka argatan cimsinee isin beeksifna.
Hubachiisa
Sababa kamiinuu hafuun hin danda'amu.
, Sagantaan Qorumsaa :
##waaree dura(ganam) Natural S fi
##* waaree booda(guyyaa) Social S
Share share share.....
ለሁሉም የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች
አስቸኳይ ማስታወቂያ
ነገ ሰኔ 18/2018 ዓ.ም. የመጨረሻው የኦንላይን የሙከራ ፈተና (Mock Exam) ስለሚሰጥ፣ በሰዓቱ በመገኘት በASTU ዩኒቨርሲቲ እንድትገኙ በአክብሮት እናሳስባለን።
ጠዋት 3:00 ሰዓት ጀምሮ
ከሰዓት በኋላ 8:00 ሰዓት ጀምሮ
ማሳሰቢያ
በማንኛውም ምክንያት መቅረት አይቻልም።
የፈተና መርሃ ግብር
ጠዋት (Natural Science)
ከሰዓት በኋላ (Social Science)
ለሌሎችም ያጋሩ! 📢
Exam-Rounds.xlsx0.57 KB