Adama Senior Secondary School(ASSS) We are dedicating to be center of Excelence !!
رفتن به کانال در Telegram
This is the original telegram Chanal for Adama Senior Secondary School It is all about Education !!
نمایش بیشتر6 648
مشترکین
+524 ساعت
-67 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
آرشیو پست ها
Barattoota Mana barumsaa keenyaa hundaaf adeemsi baruuf barsiisuu bara kanaa Fulbaana 05/2019 jalqabuun isaa ni beekkama haata'u malee barattoonni hedduun hanga ammaatti mana barumsaatti hin argamne kun immoo barnoota keessan irratti dhiibbaa guddaa qaba waan ta'ee brataan kamuu guyyaa boruu jechuun Fulbaana 11/2019 daree keessanitti akka argamtan jechaa barataa guyyaa boruu mana barumsaatti argamee barnoota isaa hin hordofne manni barumsaa kan hin keessummeessine ta'uu cimsinee isin beeksifna.
Hub: Kutaan 9 fi 11 koochoo ganamaa yoo ta'u kutaa 10 fi 12 waaree booda
Repost from Ministry of Education Ethiopia
ማስታወቂያ
በ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ-ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡-
የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የምደባ ምርጫችሁን ከመስከረም 7/ 2019 ዓ.ም. እስከ መስከረም 11 ቀን 2019 ዓ.ም. ድረስ ወደ ትምህርት ቤት መሄድ ሳይጠበቅባችሁ ባላችሁበት ቦታ ሆናችሁ ከታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) በመጠቀም እራሳችሁ እንድትሞሉ እንገልጻለን።
የማስፈንጠሪያ ሊንክ (Link): https://student.ethernet.edu.et/preferences
Here are some key takeaways and actionable tips to help students start the new academic year with confidence, focus, and excitement 📚✨:
Key Takeaways for Students
Embrace a Growth Mindset: 🧠 Understand that intelligence and skills are developed through effort and practice. Mistakes are not failures; they are essential opportunities for learning.
Establish a Routine Early: ⏰ Get into a consistent sleep schedule and set aside dedicated daily time for studying and homework to reduce stress and build healthy habits.
Stay Organized: 📅 Use a planner, digital calendar, or notebook to track assignments, tests, and extracurricular activities so deadlines never catch you by surprise.
Ask Questions and Seek Help: ❓ Curiosity is your greatest tool. Never hesitate to ask teachers for clarification when something is unclear—they are there to support your success.
Focus on Consistency Over Intensity: 🏃♂️ Small, daily study habits are far more effective than cramming the night before an exam. Stay steady and pace yourself.
Balance Work and Rest: 🧘♀️ Make time for hobbies, physical activity, and socializing. A well-rested and happy mind performs much better in the classroom.
Guyyaa 7/01/2019 📅
Beeksisa Ariifachiisaa 📢
Barattoonni maqaan keessan armaan gadiitti tarreeffame jiru bara 2019 kutaa 10ffaatti barachuuf galmaa'un keessan ni beekama. 📚
Hataa'u malee, galmee galmooftan waliin walqabatee ragaan guutamuu qabu waan hir'atee jiruuf hanga guyyaa 08/01/2019tti ganama keessa sa'aatti 3:00tti Mana Barumsaaf akka gabaastan isin beeksifna. ⏰
1. Yeabsira Mesfen
2. Hinsene Abebe
3. Ashreka Mohammed
4. Elias Demeke
5. Eyuel Zenebe
6. Sheri Kasim
,,,,,,,,,,,,Mana Barumsiichaa,,,,,,,,,,
Guyyaa 7/01/2019
Beeksisa Ariifachiisaa
Barattoonni maqaan keessan armaan gadiitti tarreeffame jiru bara 2019 kutaa 10ffaatti barachuuf galmaa'un keessannibeekama.
Hataa'u malee,galmee galmooftan waliin walqabatee ragaan guutamuu qabu waan hir'atee jiruuf hanga guyyaa 08/01/2019tti ganama keessa sa'aatti 3:00tti Mana Barumsaaf akka gabaastan isin beeksifna.
1.Yeabsira Mesfen
2.Hinsene Abebe
3.Ashreka Mohammed
4.Elias Demeke
5.Eyuel Zenebe
6.Sheri Kasim
,,,,,,,,,,,,Mana Barumsiichaa,,,,,,,,
ቀን 06/01/2019
ማስታወቂያ 📢
እንደሚታወቀው፣ የ2019 ተማሪዎች ምዝገባ ከታህሳስ 14 ቀን 2018 ጀምሮ እየካሄደ መሆኑ ይታወቃል። 📅 ሆኖም ግን፣ እጅግ ብዙ ቁጥር ያላቸው ነባር ተማሪዎች እስከ አሁን ድረስ ሳይመዘገቡ ቀርተዋል። በመሆኑም፣ የ2019 ተማሪዎች የመጨረሻ የምዝገባ ቀን በ08/01/2019 የሚጠናቀቅ ይሆናል። ⏰
ስለዚህ፣ እስከ አሁን ድረስ ያልተመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ በተጠቀሰው ቀን ውስጥ ሰዓቱን ጠብቃችሁ እንድትመዘገቡ እያሳሰብን፤ ይህንን ማስታወቂያ ባለማክበርዎ ቆይቶ ለሚገጥማችሁ ችግር ትምህርት ቤቱ ኃላፊነት የማይወስድ መሆኑን እናሳስባለን። ⚠️
Guyyaa 06/01/2019
Beeksisa 📢
Akkuma beekamu, galmeen barattoota bara 2019 guyyaa 14/12/2018 irra eeggalee adeemsifamaa jiraachuu isaa ni beekama. Haata'u malee, barattoonni buleeyyii lakkoofsan baay'ee ta'an hanga yoonatti otuu hingalmaa'in hafanii jiru. Waan ta'eefis, guyyaan galmee barattoota bara 2019 inni xumuraa guyyaa 08/01/2019tti raawwatama.
Kanaafu, barattoonni hanga ammaatti hingalmaa'in jirtan hundi keessa guyyaa eeramee keessatti yeroon akka galmooftan beeksisa kana gchuu dhabuun boodarra rakkoo isin qunnamuu maluuf Manni Barumsaa kan itti hingaafatamne ta'usaa isin yaadachiifna. 📅
Guyyaa 06/01/2019
Beeksisa
Barattoota buleeyyii Mana Barumsaa keenya tiif Akkuma beekamu galmeen barattota bara 2019 gaafa guyyaa 14/12/2018 irra eeggalee adeemsifamaa jiraachuun isa nibeekama.Haata'u malee,barattoonni buleeyyii lakkoofsan baay'ee ta'an hanga yoonatti otuu hingalmaa'in hafanii jiru.Waan ta'eefis,guyyaan galmee barattoota bara 2019 inni xumuraa gaafa guyyaa 08/01/2019tti raawwatama.Kanaafu,barattoonni hanga ammaatti hingalmaa'in jirtan hundi keessa guyyaa eeramee keessatti yeroon akka galmooftan beeksisa kana gchuu dhabuun boodarra rakkoo isin qunnamuu maluuf Manni Barumsaa kan itti hingaafatamne ta'usaa isin yaadachiifna.
Repost from Ministry of Education Ethiopia
📢 ማስታወቂያ
የ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን ነገ መስከረም 05 ቀን 2019 ዓ.ም ይጀምራል!
ውድ ተማሪዎች፣ መምህራን፣ ወላጆች/አሳዳጊዎች እና መላው የትምህርት ማኅበረሰብ፤ እንኳን ለ2019 አዲሱ ዓመት እና የትምህርት ዘመን አደረሳችሁ!
በትምህርት ካሌንደሩ መሠረት፣ የ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን በመላ ሀገሪቱ ነገ፣ መስከረም 05 ቀን 2019 ዓ.ም፣ በይፋ ይጀምራል።
በዚህም ትምህርት ቤቶች ለአዲሱ የትምህርት ዘመን የሚያስፈልጉ የቅድመ ዝግጅት ሥራዎችን በማጠናቀቅ እናንተን ለመቀበልና የመማር–ማስተማር ሂደቱን በተቀመጠው የትምህርት ካሌንደር መሠረት ለመጀመር እየተጠባበቁ ይገኛል።
ስለሆነም፣ ወላጆች/አሳዳጊዎች እና ሁላችሁም የሚመለከታችሁ አካላት ለትምህርት የደረሱ ልጆችን አስፈላጊውን የትምህርት ግብዓት በማሟላት ወደ ትምህርት ቤት እንዲሄዱ በማድረግ፣ የድርሻችሁን እንድትወጡ በዚህ አጋጣሚ መልዕክታችንን እናስተላልፋለን።
🌟 መልካም የትምህርት ዘመን!
ትምህርት ሚኒስቴር
Barattoota 🎓 Mana barumsa keenyaa hundaaf guyyaa boruu jechuun Fulbaana 05/2019 barnoonni akka jalqabamu kallattii gara garaan isin beeksifneerra. Ammas irra deebi'uun qophii hunda waan xummuurreef ganama sa'aatii 1:30 mana barumsaatti argamuun barnoota akka jalqabdan cimsinee isin beeksifna!! 🕜📚
M/B
Barattoota Mana barumsa keenyaa hundaaf guyyaa boruu jechuun Fulbaana 05/2019 barnoonni akka jalqabamu kallattii gara garaan isin beeksifneerra.Ammas irra deebi'uun qophii hunda waan xummuurreef ganama sa'aatii 1:30 mana barumsaatti argamuun barnoota akka jalqabdan cimsinee isin beeksifna!!
M/B
Repost from Oromia Times
#UPDATE
#remedial
🎓 Qabxiin seensa barattoota sagantaa Riimidiyaalii galan ifa ta’e.
Haaluma Kanaanis
Barattootni natural science fi social science dhiiraaf: 240 fi isaa ol
Barattoota natural science fi social science dhalaaf: 228 fi isaa ol
Join 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Repost from Ministry of Education Ethiopia
ማስታወቂያ
በ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት መልቀቂያ ሰርተፊኬት ፈተና ወስዳችሁ በመደበኛው የትምህርት መርሃ ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፤
የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት እና የትምህርት መስክ ምርጫ ማጠናቀቂያ ቀን እስከ መስከረም 5 ቀን የተራዘመ መሆኑን እንገልጻለን።
ስለሆነም በተለያዩ ምክንያቶች እስካሁን ምርጫችሁን ያላስገባችሁ ተማሪዎች በ https://student.ethernet.edu.et ድህረ ገጽ በመግባት የራሳችሁን ፋይዳ (የመለያ ቁጥር) በመጠቀም ምርጫችሁን እንድታጠናቅቁ እናሳውቃለን።
Repost from Tikvah-University
#National_Exam_Result
የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ መልቀቂያ ፈተና ከፍተኛ ውጤት፦
ተፈጥር ሳይንስ
ወንድ - 591.6 ኦዳ ልዩ አዳሪ ት/ቤት (አዳማ)
ሴት - 583 አገው ምድር ት/ቤት (እንጅባራ)
ማኅበራዊ ሳይንስ
ወንድ - 576.2 ዶዶላ ኢፋ ቦሩ ት/ቤት
ሴት - 569.1 ቦሌ ሱፐር ሆሊሴቪየር ት/ቤት
@tikvahuniversity
ተማሪዎች የምዝገባ ቀናት ማስታወቂያ 📅
1️⃣ ነባር ተማሪዎች፡ እስከ ነሀሴ 25፣ 2018
2️⃣ አዲስ ተማሪዎች፡ እስከ ነሀሴ 30፣ 2018
...............ት/ቤቱ................
Guyyaa 13/12/2018
BEEKSISA
Barattoota sagantaa idileen barachaa turtan fi haaraa kutaa 9ffaa hundaaf.
Galmeen guyyaa 14/12/2018 irraa hanga qaammee 5/13/2018 qofatti kan gaggeeffamu ta'uu hubahuun akka galmooftan.
Ragaa barbaachisu
1.barattoota bara 2018 barachaa turtaniif kaardii daree gara daree ittiin dabartan qabattanii argamtu ta'a.
2.Barattoota kutaa 9ffaa (haaraaf)
A.kaardii ministirii kutaa 8ffaa (orojinaalii fi copy)
B. Waraqaa Eenyummaa (fayida ) maatii fi b/taa (copy)
C.Suuraa maatii fi barataa (tokko tokko)
D. Maatii fi barataan qaaman argamuu qabu.
E. Doosee (Kilaaseera) qabattanii ganama 2:00 tti argamuun akka galmooftan
$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$
ቀን፡ 13/12/2018
ማስታወቂያ
ለመደበኛው ፕሮግራም ተማሪዎች እና አዲስ ለሚገቡ የ9ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ፤
ምዝገባው የሚከናወነው ከ14/12/2018 እስከ 5/13/2018 ባለው ጊዜ ውስጥ ብቻ ነው።
የሚያስፈልጉ ማስረጃዎች፡-
1. በ2018 የትምህርት ዘመን ሲማሩ ለነበሩ ተማሪዎች፡ የክፍል ዝውውር ካርድ (Class-to-class card)።
2. ለአዲስ የ9ኛ ክፍል ተማሪዎች፡-
ሀ. የ8ኛ ክፍል ሚንስትሪ ውጤት ካርድ (ኦሪጅናል እና ኮፒ)
ለ. የቤተሰብ እና የተማሪ መታወቂያ (ፋይዳ መታወቂያ) (ኮፒ)
ሐ. የቤተሰብ እና የተማሪ ፎቶግራፍ(አንድ አንድ )
መ. ቤተሰብ እና ተማሪ በአካል መገኘት አለባቸው።
ሠ. ዶሴ (ፋይል) በመያዝ ጠዋት 2:00 ጀምረው እንድትመዘገቡ።
Guyyaa 09/11/2018
Barattoota Mana barumsa keenyaa kutaa 12ffaa hundaaf
Dursa baga nagayaan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 nagayaan xummuurtan jechaa guyyaa boruu jechuun Adoolessa 10/11/2018 kitaaba akka deebisuun waraqaa qulqullinnaa akka fudhattan cimsinee isin beeksifna.
M/B
Round Three G12 Student Placement.xlsx
