cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Badri School baalee robee

Madrasaa Badrii

Show more
Finland3 603The language is not specifiedReligion & Spirituality133 936
Advertising posts
191
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Oduu Ammee Iraan ifaan ifatti Israa’el waliin waraana eegalte. Gareen Saayibarii Iraan Raadaarii Israa’el haak taassisteetti. Midiyaaleen hedduun waraanni kun yoo akkanatti kan itti fufu ta'a maqaa waraana Addunyaa sadaffaa jedhu kan wamamuudha
Show all...
Video from Abdulfatah Awol
Show all...
ረመዷን እንደ ቀልድ!!!
Show all...
Guyyaa Juma'aa kalaandariin cufaa ta'uu qaba > Ustaaz Ahmedin Jebel ~~~ Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል!! Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል  waamicha dhiheessaniiru!! Deebii eeyna Dhugumaatti Amma qilleensi nasrii bubbise ....yaa rabb
Show all...
Kabajamoo MSSW, namoonni affeerraa keessaniin miseensa saafarikoom ta'anii 0 dha. ❇️ Badhaafamaa/tuu ta'uudhaf Chaanaalii SAFARICOM - AFAAN OROMO keessa jiraachuu mirkaneeffadha!
Show all...
Hagaa danda.ameen risiiti karaa kanaa nuu erguu yaala obboolleewwaan kiyyaa
Show all...
Hunda keessaniifuu rabbi barakaa haa godhu
Show all...
Maashaa Allaah Rabbiin waan isin dalaydan anumaaf dalaydan jedhee isin irraa haajaalatu, waan isin ajaa'ibu masoo hedduu nubaaftanii bakka jirtanitti Rabbi isin haa tiiysu. Nuuf jiraadhaa
Show all...