cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

JEECHOOTA BEEKTOTAA

SHARE WAALI YAA GONUU ERGAA GUDDAA BAARACHUU DANDENYA. Hordoftootaa channel kana yoo qabaatani karaa kanaani nuu dubbisaa. @beeka24

Show more
Finland1 767The language is not specifiedPsychology10 536
Advertising posts
563
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+1930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Invite Your Friends and Earn Rewards! ๐ŸŽ‰ Invite your friends to join our exciting Keno betting platform and win together! For every friend you invite, you'll earn: When they register:                   โจ1 ETBโฉ When they play their first bet:       โจ1 ETBโฉ When they make their first deposit:  โจ5 ETBโฉ Not only that, your friend will earn โจ15 ETBโฉ to start their betting journey. Simply click the "Share" button below, choose a chat to share your unique invite link with, and once your friend registers and starts playing, both of you will receive the bonus. Your unique invite link: โจhttps://telegram.me/kana_betting_bot?start=i1089078726โฉ
Show all...
Kana Bet

For any questions, contact us at @kana_bet_support

AMALOOTA NAMOOTA MILKAA'OO #7 โœช Ni Galateeffatu Namoonni milkaaโ€™an yeroo hunda eebba jireenya isaanii keessatti argamuuf Waaqayyoon galateeffatu; Gaafa galateeffatan caalaatti akka isaaniif kennamu sirriitti beeku; Hanga dhumaatti osoo abdii hin kutatin akka ciman kan isaan godhu shaakala galateeffannaa isaaniiti; Jireenya isaanii keessatti galateeffachuuf jijjiirama guddaa hin eegan, waan xixiqqoodhaaf garaadhaan galateeffatu; Wantoonni galateeffamuu qaban baayโ€™achaa deemu. โ–ฃ Milkaa'inni karaa dha; Waa'ee karaa baruu yoo barbaaddan warra deebi'an gaafadhaa!!   Share gochuu hin dagatinaa!! โ™ก    โใ…ค    โŽ™      โŒฒ                      
Show all...
Wantoota Dhala Namaa Milkeessan Sadan..........#C3............ โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โœช Competence (Dandeettii) โœช Character (Amala) โœช Chemistry (Keemistirii) โž› Namni tokko dirree ogummaa isaatti barbaadamummaa, fudhatamummaa akkasumas nageenyummaa isaa mirkaneessuuf wantoota armaan olitti eeraman sadan walfaana horachuu qaba jedhama. โ“ต. Dandeettii: Dandeettii qabda taanaan bakka hundatti barbaadamta. Furmaata tokkoof situ furtuu waan ta'eef hanga ati bakkicha geessutti namni hunduu balbala furmaataa ta'ee siin eega. Situ dhaqee banee hiika kennaaf. Dandeettii kee kanaan: โž› Addunyaatu si mararsiifata; โž› Kan rakkatetu si iyyaafata; โž› Halkan hirriibaa si kaafata; โž› Rakkoo isaaf fala si gaafata; Eeyyeen, dandeetticha keetu kanaan si gahe. Qabda taanaan ittumaa jabeeffadhu; hin qabdu taanaan hulaa isaa irra gori! Dandeetticha horadhu! โ“ถ. Character/Amala: Amalli kee namoota biratti kabaja akka qabaattu si gargaara. Fudhatamummaa keefis utubaadha. Amala hin qabdu taanaan garuu dandeettii hangamuu qabaattu gateettiin namootaa danda'ee si hin baatu. โ“ท. Chemistry/Keemistirii: Keemistirii yeroo jennu wal nyaatinsa, yaa'a fi jijjiiramummaa ati naannoo kee waliin taasiftudha. Kunis jijjiirama fudhachuu, ilaalchaa fi ejjennoo ofii irra deebi'anii ilaaluun kan warra kaanii waliin walitti araarsuudha. Kana yeroon jedhu, "bakka hundatti amala gaararraa qabaachuu qabda" jechuu osoo hin taane, yaadaa fi ilaalcha tokko kanuma koo qofatu sirriidha jettee rincicaa ta'uu dhiistee, yaada haaraa fudhachuufis qophaa'oo ta'iidha. Kun yoo hin taane nageenyi kee yaaddessaa dha. Umuriin naannoo sana turuu kees ni xiqqaata. โž› Walumaa galatti dandeettiin kee barbaadamummaa kee murteessa. Amalli kee fudhatamummaa kee murteessa. Keemistiriin kee nageenya kee murteessa. Kanan Dubbise irraan isiniif qoode!
Show all...
KANA BEEKTAA LAATA? โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โœช Namoonni gatii gaarii ofiif kennan yeroo hundaa addunyaa mataa isaanii keessa jiraatu. Waan isaan biratti fudhatama argate jajanii jaallachuun, wanta isaan biratti kiiloo hin kaafne tuffatanii dhiisu. Tuutni gurmaa'ee waan harka irratti reebeef yaadota hin keessummeessan; koreen hundaa'ee yaadota kuffiseefis waliin yaadatti dugda hin galan. Koreen ajandaa isaas, miseensi gurmii isaas of mataa isaaniiti. โœช Wanti nama ajaa'ibu garuu nama akkasii taatee gaafa of argitu jibbitoota baay'ee qabaachuu kees duukaa of argita. Ilkaan isaanii addaatee seeqaa jiraachuu qofa argitee duukaa hin qasaatu taanaan, hojiiwwan gowwummaa isaaniif duukaa harka hin reebdu taanaan, akkuma isaanii beekumsa xiqqoon qalbii kee buuftee akka nama fiixee beekumsaa irra gaheetti hin burraaqxu taanaan maalif si jaalaturee? โœช Isheen oftuultuudha siin jedhanii? Inni gara jabeessa siin jedhanii? Eeyyeen, isaan akkasuma jedhu. Kuustuun yaadannoo sammuu isaanii jechoota negatiivii qofaan guutamee waan jiruuf, jechoota isaan gad jijjigsan sanaan haamileen si hin bu'in! Otuu ati isaan fakkaatteetta ta'ee sababii si jibbaniif hin qaban ture. โœช Waan isaan gochuu hin dandeenye gochaa jirta. Lafa abjuu isaanii dursitee gonfattee jirta. Jaallattoota keen jajamuu kee arganii quba of nyaataa jiru. Daandii ittiin gara qileetti si darbatan dhabanii rakkatan. Kanaaf si jibbu, kanaaf jechoota negatiivii sirratti haasawu. โƒ Yeroo ati haasaaf kaatu gurra qabatu! โƒ Yeroo si argan daandii sirraa jal'ifatu! โƒ Carraa eeggatanii sobaan dhugaa sirratti bahu! โƒ Biqiltuuwwan kee irraa amma danda'anitti burqituuwwan gogsuuf yaalu! โƒ Isaan wallaalota, โƒ Isaan jibbitoota, โƒ Isaan warra kufaatiif mallatteessaniidha. โƒ Isaan koree jibbiinsaati, โƒ Isaan gurmii mul'ata sakaalanidha. โฉฉ Ati immoo abbaa kaayyooti, โฉฉ Ati immoo abbaa mul'ataati. โฉฉ Ati nama yaada mataa kee hordofuun galma kee isa guddaa sanaaf aggaamudha. โ— Maalif isaan dhaggeeffattaree? โ— Maalif jechi isaanii kaayyoo keetti shakkii uumuree? โ— Maalif miirri kophummaa sitti dhagahamaree? โ— Maaf miira jibbamuu keessummeessiftaree? โ— Maalif kolfa gowwummaa isaaniitti aartee of miitaree? โ— Maalif ofitti banbanuun karoora isaanii milkeessitaafiree? โฉฉ Isaan hin dhaga'in! Daandii sirrii irra waan jirtuuf itti fufi! Baay'ina jibbitoota kee hin lakkaa'in! Gochaa gowwootaatti hin aariin! Fuuldura isaaniitti fuula kee hin gurraachessin! Atiif isaan dachee tokko irra jiraattu malee addunyaa tokko keessa hin jirtan. Jabaadhu korma koo! Ani nama akka keen jaaladha! @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Show all...
KAAYYOO DHAABBATAA MALEE RAKKOO DHAABBATAAN HIN JIRU! โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โœช Wantonni jireenya dhala namaa jijjiiruu danda'an hedduun galma hin ga'in kan hafaniif abdii kutannaa dhala namaa irraa kan ka'edha. โœช Namni mo'u abdii hin kutatu; namni abdii kutatu immoo hin mo'u. โœช Waan tokko hojjechuuf yaaltee itti milkaa'uu yoo baatte, sun kufaatii utuu hin taane muuxannoodha; muuxannoo sana irraa immoo waan tokko baratta. โœช Fayyaa guutuu qabaannaan abdii kutachuuf sababa tokkollee hin qabdu. โœช Jireenya kee keessatti sagalee wacaa naannoo kee jiruuf iddoo hin kennin! โœช Qeeqa namootaa sodaachuunis kaayyoo kee irraa gara boodaa hin deebi'in! Hojii kamiyyuu yoo hojjette, gaarii ta'uu hamaa namoonni si qeeqan yeroo hundaa ni jiru. โœช Jireenya kee keessatti raawwattee namoota kaaniin of hin madaalin! Eenyuun iyyuu hin dorgomin! Ga'umsa dhokataa keessa kee jiru gad baastee ittiin hojjechuuf qofa of dorgomi! Milkaa'ina kees ta'ee kufaatii kee kan nama biroon hin dorgomsiisin! โœช Namni kan ittiin madaalamu madaallii sirriin namummaa isaa qofa. Sanaan ala madaalliwwan jiran hunduu madaalliwwan dogoggoraati. โœช Qormaanni ati qoramtu kan namni qoramee hin beekne miti. Haa guddatu haa xiqqaatus namni kamiyyuu rakkoo mataa isaa qaba. Kanaafuu, haala keessa jirtu ilaaltee abdii hin kutin! โ–ฃ Kaayyoo dhaabbataa malee rakkoo dhaabbataan hin jiru! @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Show all...
00:37
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿšซ Fuula Waaqayyoottis ta'ee fuula namaatti waan jibbisiisaa kan ta'e ๐Ÿšซ Anis Amala Sodoomummaa nan morma! ๐Ÿšซ โŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒโŒ ๐Ÿšซ I am against Homosexual Behavior! ๐Ÿšซ ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซ @Gaaela_Gaarii @Gaaela_Gaarii
Show all...
1.66 MB
JECHOOTA BEEKTOTAA ...... โ€œRakkoon carraa ati waan dandeessu hunda akka gootu siif taโ€™a.โ€ โ€”Duukii Eelingtoon โ€œJireenya keessatti imalli barbaachisaan ati gochuu dandeessu namoota walakkaa karaa irra jiruu wajjin wal arguudha.โ€ โ€”Heenrii Booye โ€œGammachuun waan dheerina irraa hanqate olkaโ€™iinsaan bakka buusa.โ€ โ€”Roobart Firoost โ€œSaโ€™aatii duubatti deebisuu hin dandeessu. Garuu ammas qilleensarra oolchuu dandeessa.โ€ โ€”Boonii Pruden Dogongorri guddaan ati gochuu dandeessu tokko akka hojjettu itti fufiinsaan sodaachuudha.โ€ โ€”Elbart Haabaard โ€œJireenya keessatti wanti mirkanaaโ€™e tokko qofa kan jiru yoo taโ€™u innis wanti mirkanaaโ€™e tokkollee akka hin jirredha.โ€ โ€”G.K. Chesterton Jechoota Beektotaa Onnee Isinitti horan argachuu yoo barbaaddan ammuma #JOIN godhuun nutti dabalamaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @OGUMMAA_A_U @OGUMMAA_A_U
Show all...
Gorsa xinnoo kana HUBADHU! โ–ฌโ–ฌ โ–ฌโ–ฌ โ–ฌโ–ฌ โžฅ Namaaf jettee yeroo kee hin gubin! โžฅ Jaallatamuufis ta'ee jaalachuufis jettee hin rakkatin! Kan eenyummaa kee beeku si jaallata. โžฅ Waan gaarii gootu hunda gatii isaa ilma namaa irraa hin eggatin waaqarraa galata argatta. โžฅ Nama tokko jaallattee yoo dhabde itti hin gaddin sababni isaa waaqayyo nama sana akka inni siif hin taane waan beekuuf sirraa qabe. JAALALLI DHUGAA: โ–ท Dhoksaa hin qabu. โ–ท Gaabbii hin qabu. โ–ท Jibba hin qabu. โ–ท Wal tuffii hin qabu. โ–ท Wal komii hin qabu. โ–ท Walitti mufachuun yoo jiraates walirraa fagaachuu hin qabu. โ–ท Jaalalli dhugaa onnee qulqulluu qofa barbaada. HIRIYAAN GANTUUN WAA SADII (3): โžŠ. Qoree bishaan keessaa โž‹. Bofa marga keessaa โžŒ. Summii midhaan keessaati. HIRIYAAN DHUGAA WAA SAGAL(9) Garuu salgaan sun bakka sagaltama siif gaha. โžŠ. Abdii jiruu โž‹. Obsaa jiruu โžŒ. Gorsaa jiruu โž. Qajeelchaa karaa โžŽ. Dawaa sammuu โž. Irkoo guyyaa rakkoo โž. Galma geessaa kaayyoo keeti. โž‘. Jajjabeessaa hojii keeti โž’. Gorfataa karaa guddinaa โžฒ Hiriyyaa sobaa mannaa diina dhugaa wayya. Maaliif seete, diina akka diinatti beektee irraa fagaatta. Garuu hiriyaan gadheen si fakkaatee si nyaata. Kaayyoon Hiriyaa Gadhee: โžŠ. Jireenya kee balleessee namaa gadi si godhuu. โž‹. Agartuu kee jamsee ija kee balleessuu. โžŒ. Miila kee mummuree tarkaanfii si dhorkuu. โž. Harka kee si hidhee hojii irraa si hambisuu. โžŽ. Sammuu kee maraachisee baasee si salphisuu. โž. Jaarsaa fi Jaartii Addaan baasee kophaatti si hambisuu. โž. Fuudhaa fi heeruma dhorkee manatti si hambisuu. โž‘. Uummata keessatti maqaa kee xiqqeessuu dha... HIRIYYAAN DHUGAA HOO? โ‡ฃโ‡ฃ โ‡ฃโ‡ฃ โ‡ฃโ‡ฃ โ‡ฃโ‡ฃ โžŠ. Karaa hamtuu irraa si gorsee karaa qajeeltuu siif hawwa. โž‹. Yoo gaarii hojjatte gammachuu siif qaba. โžŒ. Yoo ati rakkatte si wajjin cinqama. โž. Bakka ati hin jirretti toltuu kee haasa'a. โžŽ. Utubaa siif ta'ee mana siif ijaara. โž. Olfuudhee si baatee tabarra si dhaaba. โž. Kabaja siif laatee maqaa kee ol qaba. โž‘. Gammachuu kee gammadee, gadditus si wajjin gadda. โž’. Dh
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.