ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

JEECHOOTA BEEKTOTAA

JEECHOOTA BEEKTOTAA

前往频道在 Telegram

Channela keenya kana irraa waantota isin argattan kan akka:- 👉Jeechoota Beektotaa 👉Dhugaa Addunyaa 👉Jechoota Ajaa'ibaa 👉Asoosama garaa garaa 👉Jechoota jaalalaa fi kkf Yaadaaf admin:@Habtem Link:https://t.me/+0jrRKLS5VHkxODdk

显示更多
1 313
订阅者
无数据24 小时
+57 天
+530 天

正在加载数据

吸引订阅者
10月 '26
十月 '26
+311
在0个频道中
九月 '260
在0个频道中
Get PRO
八月 '260
在0个频道中
Get PRO
七月 '260
在0个频道中
Get PRO
六月 '260
在0个频道中
Get PRO
五月 '260
在0个频道中
Get PRO
四月 '260
在0个频道中
Get PRO
三月 '260
在0个频道中
Get PRO
二月 '260
在0个频道中
Get PRO
一月 '260
在0个频道中
Get PRO
十二月 '250
在0个频道中
Get PRO
十一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十月 '250
在0个频道中
Get PRO
九月 '250
在0个频道中
Get PRO
八月 '250
在0个频道中
Get PRO
七月 '250
在0个频道中
Get PRO
六月 '250
在0个频道中
Get PRO
五月 '250
在0个频道中
Get PRO
四月 '250
在0个频道中
Get PRO
三月 '250
在0个频道中
Get PRO
二月 '250
在0个频道中
Get PRO
一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+6
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+35
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+117
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+55
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+255
在0个频道中
Get PRO
七月 '240
在0个频道中
Get PRO
六月 '240
在0个频道中
Get PRO
五月 '240
在0个频道中
Get PRO
四月 '240
在0个频道中
Get PRO
三月 '240
在0个频道中
Get PRO
二月 '240
在0个频道中
Get PRO
一月 '240
在0个频道中
Get PRO
十二月 '230
在0个频道中
Get PRO
十一月 '230
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+17
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+41
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+53
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+64
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+46
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+33
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+19
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+22
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+14
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+35
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+36
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+43
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+27
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+28
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+26
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+24
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+7
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+15
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+36
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+60
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+218
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
17 十月+1
16 十月+1
15 十月+2
14 十月+4
13 十月+1
12 十月+1
11 十月+2
10 十月+3
频道帖子
#WARQEE_MOO_SANTIMAA? Ati geggeessa keenya gorsa dinagdee yoo taatellee, mucaankee garuu warqeef meeti(Birri) keessa kam akka caalu adda baasee hin beeku jedhani namoonni baayyee itti kolfan, abbaan mucaa baayyee aaree manatti galee, halkan mucaasatti saantima warqeef meeti itti agarsiisee kamtu caala jedheen. Mucaanis deebisee "warqeedhaka" jedheen. Abbaan amma xinno tasgabaa'ee, maafiree namoonnii mucaanke adda baasu hin danda'u kan naan jedhaniif jedheen. Mucaan seeqa akkas jedhee deebiseef "ilaa abbaako yeroo hunda ganama ganama gara mana barumsa yeroon deemuu hiriyoonni kee karaarratti na eegani saantima warqee fi meeti natti agarsiisani isa guddaa filadhuutii fudhu naan jedhuu animmo santima meetiin fudhee deema isa booda isaanimmo baayyee natti kolfu" jedhe. Abbaatti bita galee maaf warqee hin fuune? maaf nama na arrabsiifta? jedhee mucaatti wace. Mucaanis "afachu abba kottu sittin agarsiisa" jedhee kutaa ciisichaasatti geessee sireesa jala saanduqa xinno tokko fuudhee gaafanni banu santimmi baayyeen keessa guute jira. Agartee utuun warqee fuudhee taphichi hin dhaabataa. isaan natti kolfuuf yeroo hunda filiiti fudhu naan jedhuu, animmo isa xinnaan fuudha, yeroos galiiko guyya guyyaanin argadha jedhe. abban yaada mucaasaati baayyee dinqisiifate!. Kaayyoof karoora ke bira hamma geessutti namoonni akka gowwaatti si ilaalu danda'u, sitti kolfuus danda'u. Kan sirraa eegamu qaxalee akka taate agarsiisu miti. kaayyoof karoorake dura galchitii... bor eenyu akka taate itti agarsiifta! # share gochuu hin dagatina Join 🧚🙏🎄♻️👇🌲👇👇

2
Lafa hunduma waan hunda fakkaattee kan qubattu yoo ta’e ati madda furmaataa osoo hin taane madda rakkooti. Sareen re’ee fuuldura ishee adeemtuun "eegee kee gad qabi" jette jedhaan mitiree? 𝗢𝗳 𝗵𝗶𝗻𝗮𝗿𝗴𝗶𝗻𝗲𝗲𝗻 𝗴𝗮𝗹𝗴𝗮𝗹𝗹𝗶 𝗴𝗮𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮. Of beekuufi eessa akka deemnu beekuun ogummaadha. 𝗦𝗮𝗿𝗮𝗿𝗿𝗶 𝗱𝗵𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗶𝘆𝘆𝘂𝘂 𝘁𝘂𝗾𝗮𝗮 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗲𝗲𝗴𝗮𝗹𝗮; 𝗸𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝘁𝗮𝗮𝘁𝗲𝗲 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗶𝗻𝗮 𝘂𝘂𝗺𝗮𝗺𝗮𝗮𝘁𝗶. Humna xinnoo qabduun fuulduratti tarkaanfadhu. Waaqayyo immoo si gargaara. 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶𝗻 𝘀𝗶 𝗺𝗼𝗼𝘀𝗶𝘀𝗮; 𝗼𝗴𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 immoo si jiraachisaa!
263
3
Lafa hunduma waan hunda fakkaattee kan qubattu yoo ta’e ati madda furmaataa osoo hin taane madda rakkooti. Sareen re’ee fuuldura ishee adeemtuun "eegee kee gad qabi" jette jedhaan mitiree? 𝗢𝗳 𝗵𝗶𝗻𝗮𝗿𝗴𝗶𝗻𝗲𝗲𝗻 𝗴𝗮𝗹𝗴𝗮𝗹𝗹𝗶 𝗴𝗮𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮. Of beekuufi eessa akka deemnu beekuun ogummaadha. 𝗦𝗮𝗿𝗮𝗿𝗿𝗶 𝗱𝗵𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗶𝘆𝘆𝘂𝘂 𝘁𝘂𝗾𝗮𝗮 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗲𝗲𝗴𝗮𝗹𝗮; 𝗸𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝘁𝗮𝗮𝘁𝗲𝗲 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗶𝗻𝗮 𝘂𝘂𝗺𝗮𝗺𝗮𝗮𝘁𝗶. Humna xinnoo qabduun fuulduratti tarkaanfadhu. Waaqayyo immoo si gargaara. 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶𝗻 𝘀𝗶 𝗺𝗼𝗼𝘀𝗶𝘀𝗮; 𝗼𝗴𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 immoo si jiraachisaa!
238
4
#WARQEE_MOO_SANTIMAA? Ati geggeessa keenya gorsa dinagdee yoo taatellee, mucaankee garuu warqeef meeti(Birri) keessa kam akka caalu adda baasee hin beeku jedhani namoonni baayyee itti kolfan, abbaan mucaa baayyee aaree manatti galee, halkan mucaasatti saantima warqeef meeti itti agarsiisee kamtu caala jedheen. Mucaanis deebisee "warqeedhaka" jedheen. Abbaan amma xinno tasgabaa'ee, maafiree namoonnii mucaanke adda baasu hin danda'u kan naan jedhaniif jedheen. Mucaan seeqa akkas jedhee deebiseef "ilaa abbaako yeroo hunda ganama ganama gara mana barumsa yeroon deemuu hiriyoonni kee karaarratti na eegani saantima warqee fi meeti natti agarsiisani isa guddaa filadhuutii fudhu naan jedhuu animmo santima meetiin fudhee deema isa booda isaanimmo baayyee natti kolfu" jedhe. Abbaatti bita galee maaf warqee hin fuune? maaf nama na arrabsiifta? jedhee mucaatti wace. Mucaanis "afachu abba kottu sittin agarsiisa" jedhee kutaa ciisichaasatti geessee sireesa jala saanduqa xinno tokko fuudhee gaafanni banu santimmi baayyeen keessa guute jira. Agartee utuun warqee fuudhee taphichi hin dhaabataa. isaan natti kolfuuf yeroo hunda filiiti fudhu naan jedhuu, animmo isa xinnaan fuudha, yeroos galiiko guyya guyyaanin argadha jedhe. abban yaada mucaasaati baayyee dinqisiifate!. Kaayyoof karoora ke bira hamma geessutti namoonni akka gowwaatti si ilaalu danda'u, sitti kolfuus danda'u. Kan sirraa eegamu qaxalee akka taate agarsiisu miti. kaayyoof karoorake dura galchitii... bor eenyu akka taate itti agarsiifta! # share gochuu hin dagatina Join 🧚🙏🎄♻️👇🌲👇👇
384
5
Kutaa 12 tti kufe jettee murtee hin taane hin murteessin mee seenaa dhugaa kana dubbisi 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Biliyeena beekkamaadha. Namoota 100,000 ol qacaree  hojjisiisa. Awuropa keessatti warsha qorichaa beekkamaan kan isaati. Biyya Garman keessatti biliyeenara tokkoffaadha. Akka addunyaatti Dhaabbata 120 qaba. Akka tasa ta'ee yeruma tokkoon kisaara cimaan isa quunname. Innis kisaaraa koo kana taa'ee ilaalurra ija namaa jalaa sokkuu wayya kan jedhu sodaan keessa isaatti uummame. Battaluma san mana jireenya isaatii bahee Baabura🚊🚊 saffisaan fiigu jala of buusun lubbuu of dabarse😭 wanta nama ajaa'ibu inni Du'ee guyyaa sadi booda wantootni isa sodaachisan hunduu  sirreeffamuun haalonni mijatee ture. Innii garuu sodaa moo'achuu dadhabee lubbuu of dabarse. Seenaa dhugaa Bara 2008 kufaatii Diinagdee biyya Jarman keessatti uummameedha. Namichi Adolf markel jedhama. wanta baay'ee sodaachuu dandeessa. Qabxiin koo gadi bu'e namni maal naan jedha jettee ofitti gadduun abdii kutuu dandeessa. Yaada gaaddita malee eenyumtuu jireenya kee siif hin jiraatu.  Pls Namni maal naan jedhaa of keessa gati Abdii kutuu keen dura mee uumaa kee yaadadhuu🧏🏽‍♀bar inni  tasumallee sin gatu. Uumaa kee jechuun isa abdattee raftee qilleensa ati hargantu kan balbala jalaan siif galchuudha. Uuman kee iddoo addaa siif qaba. Namoonni baay'en qoramanii, garuu firii isaanii osoo hin argin darbaniiru. Ati carra qabeessa firii kee argiteetta. Kan sii ol fidan dhiisi, kan sii gadi fidhan kumaatama ilaalii gammadi. isaan sunniin qabxii keet hawwu. Osoo beektee lubbuun jiraachun kee qofti abdiidha. Daandin milkaa'inaa immoo kumaatama. pls hiriyaa keef share godhi @beeka24 Daawwitii Milkaa'inaa
281
6
JEECHOOTA BEEKTOTAA: #Jireenya harkaa fi miilla maalee Seenaa dhugaa jireenya namaa jijjiiru! Maqaan isaa guutuun Nicholas James Vujicic jedhama. Bara 1982 (G.C) biyya Awustiraaliyaatti dhalate. Seenaan jireenya isaa ‘Wikipedia, the free encyclopedia’ irratti barreeffamee jiru akka ibsutti, wayita inni harkaa fi miilla guutuu hin taane waliin dhalatu maatiin isaa ogeessa fayyaa harkattillee isa ilaaluu jibbanii turan jedha. Haala kanaan dhalachuu isaatti kan gaddan maatiin Vujicic, boodarra akka carraa Uumaa biraa isaaniif kennameetti hubatan. Namni kun harkaa fi miilla guutuu malee dhalachuun isaa hanguma inni jabaachaa adeemu miira isatti hin tolle keessa isa galchuu jalqabe. Dhiibbaan ilaalcha badaa hawaasa biraa isarra gahuu fi haala kanaan uumamuun isaa akka waan uumama addaa ta’e tokkootti akka inni of ilaalu isa taasise. Kana malees, yeroo inni umurii waggaa 10 keessa turetti miira dhiphinaa fi of jibbuu hamaa keessa galee akka ture seenaan jireenya isaa kun dabalee ni ibsa. Haala hamaa fi dadhabsiisaa akkasii keessa utuma jiruu waan tokko hubate. “Ofii koon alatti namni na jabeessuu fi na honnachiisu hin jiru” jedhee ofii isaaf jaalala qabaachuu eegale. Ofii isaa akka nama jaallatamaa fi abdii jireenyaa gaarii qabuutti of ilaaluu itti fufe. Ilaalcha badaa ofiif qabaachaa ture sana ni jijjiire. Jireenya isaaf abjuu gaarii abjoochuu eegale. Nick Vujicic, bara 2005 tti dhaabbata idil addunyaa ‘Life Without Limbs’ (Jireenya Harkaa fi Miilla Malee) jedhamuu fi dhaabbata ‘Attitude is Altitude’, kan gorsaawwan honnachiisoo fi barsiisoo ta’an itti kennamu hundeessuu danda’e.  Namni jabaan kun nama harkaa fi miilla hin qabne ta’ee utuu jiruu hojiiwwan gurguddoo ‘ajab!’ nama jechisiisan hedduu hojjeteera. Jireenya isaatiinis tarree namoota milkaa’oo addunyaa keessa taa’uu danda’eera. Nick Vujicic fiilmii ‘The Butterfly Circus’ jedhamu irratti qooda fudhatee hojjeteera. Hojii isaa kanaanis bara 2010 ‘Method Fest Indepeendent Film Festval’ irratti dhiyaachuun badhaasa ‘Best Actor’ gonfatee ture. Namni harkaa fi miilla hin qabne kun, jireenya dadhabsiisaa akkasii keessa utuma jiruu kitaabota hedduu barreessuunis maxxansiiseera. Keessumaa kitaabni isaa jalqabaa “Life Without Limits” jedhamu afaanota addunyaa kanaa 30 olitti hiikamuun jaallatamummaa guddaa horate. Hanga har’aattis kitaabni kun kitaaba jireenya namaa haalaan jijjiiru jedhamuun baay’ee dubbifamaa jira. Namni qaama hir’uu, garuu immoo mul’ata guutuu waliin dhalate kun biyyoota addunyaa 57 ol ta’an irra naanna’uun haasaawwan nama barsiisan, nama honnachiisanii fi hamilee namatti horan (motivational speech) taasisaa jira. Bakka deemu hundumaatti wayita haasaa taasisu hima jabaa akkas jedhuun eegala: “Haalli kee hangamuu yoo sitti ulfaateyyuu ni injifatta” jedha. Kitaaba isaa ‘Life Without Limits’ jedhu keessattis yaadni inni barreesse tokko akkas jedha: “Ani jireenyi koo daangaa hin qabu jedheen amana. Atis haaluma kanaan waa’ee jireenya kee akka ati yaaddun barbaada. Gufuuwwan jireenyaa kamillee yoo qabaatte haaluma kanaan yaadi. Amma imala jireenyaa waliin eegallee jirra. Mee rakkoowwan ati jireenya keetti fidde yookiin akka namoonni biroon sirratti raawwataniif isaaniif heyyamte mara yaadi. Mee rakkoowwanii fi gufuuwwan jireenyaa kanarraa utuu walaba taatee maal akka uumuu dandeessu yaadi.”  Qabiyyee kitaaba isaa kanas ta’e, seenaa gabaabaan waa’ee nama jabaa kanaa waan guddaa tokko nama barsiisa. Innis abdii kutachuu dhiisuu dha. Ati inni seenaa kana dubbisaa jirtus waan ajaayibaa tokko akka irraa hubattu shakkii hin qabu. Yaada kee keessattis milkaa’ina nama harkaa fi miilla malee dhalate kanaa fi seenaa jireenya kee waliin madaalchisaa akka jirtu nan amana. ‘Inni eessaa ka’ee eessa ga’e?’ jettee of gaafachuun, atis eessaa ka’uun eessa ga’uu akka qabdu yaadaa jirta jedheen tilmaama. Eeyyee, anis akkuma ati akkasitti yaaddu barbaadeen seenaa kana haala kanaan qindeessee siif dhiyeesse malee, waa’ee miidhama nama kanaatiif gadditee akka ati hidhii xuuxxuuf miti. Inni har’a nama namni gaddeefii ‘anaa nyaatu!’ ittiin jedhu miti.
271
7
AMALOOTA NAMOOTA GATII OFII BEEKANII *** 1. Daangaa Jireenyaa qabu (Setting Boundaries) Namoonni gatii ofii beekan wanta isaan miidhu ykn yeroo fi humna isaanii gubuuf "Lakki" jechuu hin sodaatan. Namoota biroof kabaja utuu hin hir’isin, mirga fi yeroo ofii isaanii eegsisuuf daangaa ifa ta’e ni kaawwatu. 2. Ofitti Amanamummaa Dhugaa Qabu (Genuine Self-Confidence) Ofitti amanamummaan isaanii addunyaa alaa irraa kan maddu miti—uffata gatii jabaa, konkolaataa ykn beekamtii qofa irratti hin hundaa’u. Keessa isaaniirraa dandeettii, bilchina fi eenyummaa isaanii waan amananiif, utuu hin lallabin callisanii addunyaatti of agarsiisu. 3. Dogoggora Fi Kufaatii Irraa Ni Baratu (Learning from Failures) Yeroo kufan ykn dogoggorri yoo uumamu, of abaaruun yeroo hin guban. Kufaatii akka carraa barumsaa fi guddinaatti (Growth Mindset) ilaalu malee, akka dhuma jireenyaatti hin fudhatan. 4. Gorsa Fi Yaada Fooyya’iinsaa Ni Fudhatu (Open to Constructive Feedback) Namni gatii ofii beeku yaada jajjabeeffamaa fi qeeqa isa fooyyessu simachuu hin sodaatu. Haa ta’u malee, arrabsoo fi yaada hamilee cabsu addaan baasanii waan beekaniif, dubbii namootaa hundaan hin raafaman. 5. Ofii Isaanii Naman Wal Hin Dorgomsiisan (No Unhealthy Comparison) Isaan dorgommii keessa kan jiran kaleessa ofii isaanii waliin qofa. Milkaa’ina namoota birootti hin hinaafan; gammachuu fi injifannoo nama biroos ni faarsu, sababiin isaas badhaadhina addunyaa kanaa keessaa qoodni isaanii akka isaan jalaa hin hafne ni amanu. 6. Of Hordoffii Fi Of Kunuunsuuf Yeroo Qabu (Self-Care & Reflection) Fayyaa isaanii (sammuu, qaama fi hafuura) ni kunuunsu. Jireenya fi hojii gidduutti madaallii uumu. Sababii jireenya fi hojiitiif jedhanii of miidhuu fi dhiphina hin malle keessa of hin galchan. 7. Mul’ata Fi Wanta Amananitti Ni Cichu (Living with Purpose & Integrity) Gatiin kee mul’ata ati qabduun safarama. Namoonni gatii ofii beekan waan amanan tokko dubbachuu fi hojiirra oolchuuf sodaa hin qaban. Via Beka
407
8
Together, let us make this year one of significant achievement and collective progress. 🔠🔠🔠 🔠🔠🔠🔠 2️⃣0️⃣1️⃣9️⃣
553
9
🐴Harree Awwaalamte🦄 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬‎   Seenaa Gabaabduu kana irraa Waan baay'ee barattu! 📝 Guyyaa tokko qotee bulaa tokko jalaa Harreen waggaa hedduu isa tajaajile tokko boolla gad fagoo keessa jalaa bu'e! 🐴 Harreen kunis boollicha keessaa bahuuf wixxifatullee boollichi gadi fagaachuu isaa irraa kan ka'e ba'uu akka hin dandeenye yommuu isaaf galu achuma keessa taa'ee sagalee isaa ol kaasee halaakuu eegale! 🐴 Qotee bulaan kunis Harree kana baasuuf yaaliin inni taasise Waan isaaf milkaa'u Hin dandeenyeef Yaada tokko yaade... ✍️ Harreen koo kun waggoota Hedduu na tajaajilaa turullee Amma garuu Umuriin isaa dulloomeera dugdi isaas dadhabeera akka duraaniitti na fayyaduu hin danda'u kanaaf Harree kana faana dhiphachuu koof ollaa koos rakkisuu koo irra horiin koo biroo boolla gadi fagoo kana keessa akka najalaa hin buuneef utuu harrichi boolicha keessa jiruu biyyoo itti deebisee boollicha duuchuun qaba jedhee murteesse! ➡️ Sana booda Ollaa isaa waammatee Biyyoo sana Boolla Harrichi keessa jirutti guutuu Eegalan Harrichis Baay'ina namoota kanaa ol ilaalee isa baasuuf utuu hin taane Isa awwaaluuf akka duulan yemmuu argu keessoon isaa baay'ee gadde! 😭 🐴 Namoota an duraan ba'aa jaraaf baachaa turetu har'a duugdi koo dadhabnaan bifti koo narraa harcaanaan jiratti na awwaaluuf natti duuluu? jedhee lapheen isaa cabe. 🐴 Harrichis yommuu jarri na awwaalan callisee ilaaluu koo irra hamman danda'e of oolfachuuf dhama'uun qaba jedhee murteesse! ✅ ➡️Sana booda yeroo jarri biyyoo marsaa jalqabaa itti naqan of Irraa urgufee biyyoo sana irra utuu dhaabatuu, Lammaffaa irrattis yommuu jarri itti naqan of irraa urgufuun utuu biyyoo sana irra dhaabatuu bakka sila ture irraa ol siqaa ol siqaa dhufee utuu akkas godhuu daqiiqaa muraasa booda utaalee boolla sana keessaa bahe! ➡️ Namoonni harree kana awwaaluuf duulaa turanis Akka harreen kun itti bahe ilaalanii hedduu ajaa'ibsiifatan! Hubadhaa! 🖊 ✉️ Obboloota koo namni kaleessa bifa kee, qabeenya kee, taayitaa kee, qarshii kee, ilaalee sitti fayyadamaa, si faarsaa, si jala fiigaa ture har'a garuu kufaatii kee irraa si oolchuuf utuu hin taane si balleessuuf si awwaaluuf warreen dhama'an keessaa isa tokko ta'ee yommuu argitu baay'ee lapheen nama caba! ✉️ Mudannoon kun har'a yoo sin mudanne illee boriitu akka si mudatu homaa hin shakkin! Addunyaan kun Amma bu'aa sirraa Argatte qofatti sifaana ta'a bor yemmuu ati kuftu bakka ati kuftetti sirra ejjatee darbee deema! 🖊 Kanaaf har'a illee jireenya keessan keessatti isin awwaaluuf, isin kuffisuuf, gad isin deebisuuf, kaayyoo keessan irraa isin gufachiisuuf, ofii gaditti isin ilaaluuf namoota yaalaniif gonkumaa harka hin kenninaa! ❌ 💪 Yoo Kufte illee biyyoo jarri siin awwaaluuf gad sitti naqan sana of irraa urgufiitii jabinaan diinota kee dura ija miila lamaan ka'ii dhaabbadhu! ✅
678
10
𝗔𝗻𝗶 𝗵𝗶𝗻𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂! Duval jedhama. Mana kitaabaa "Firaansis I" eega ture. Garuu hojiin isaa mana kitaabaa kana eeguu qofa miti. Kitaabota hedduu dubbisa. Baay'ee barachuun beekamaadha. Beekaadhas! Gaaf tokko namichi akka malee isa jibbu miira hinaaffaan guutamee gara isaa dhaqe. Akkuma bira gaheen ija dalgaan ilaalaa gaaffiilee hinaaffaa irraa maddan itti roobse. Gaaffiilee gaafatame hundaaf Duval deebii tokko qofa kenne. "Ani hinbeeku!" jedhe hafuura tasgabbii qabuun. Gaaffiilee isaa hundaaf deebii kan dhabe namichi daran aare. "Maaliif wallaalta? Mootiin beekumsa keef miindaa siif kaffala mitii?" ittiin jedhe. Duval deebisee, "Sirriidha! Mootiin waantota ani beekuuf naaf kaffala. Otoo waantota ani hinbeekneef naaf kaffalee silaa qabeenyi biyyichaa guutuun hinga'u ture!" Jedhe. "Waan ani beeku muraasa, waan hin beekne hedduudha!" jechuu isaati. #Seenaan Duval wantota gurguddoo lama nu barsiisa:- 1) Namoonni nu jibban gaaffiiwwan hinaaffan masakaman yemmuu nutti darbatan hinbeeku jechuun abshaalummaa guddaadha. Beekaa gaaffii sammuu keenya hubuun nu dha'uu danda'u. Miira aarii hinbarbaachifne keessa nu galchuuf, xiyyeeffatanii humna jechootaan nu adabu. Garuu gaaffii dalgaaf deebii bareedduun tokko jirti. "Ani hinbeeku" jechuu! Kun namoota mataa si dhukkubsuuf deemaniif mata dhukkubbii guddaadha. 2) Hammamuu haa beeknu, hammi nuti hin beekne hamma nuti beeknu baay'ee akka caalu beekuu qabna. Otoo hinbeekiin waan beeknu fakkeessuu mannaa, akka hinbeekne beeknee gad teenyee barachuutu ogummaadha. Ani beekaadha nama jedhurra, baay'ee hinbeeku kan jedhutu ogeessa. Baay'ee beekuun gaariidha, kan nuti beeknu waan nuti hinbeekne irra baay'ee akka ta'e beekuunis haalaan barbaachisaadha!
615
11
Addunyɑɑ kɑnɑ irrɑtti nɑmɑ bɑrbɑɑchisɑɑ fi kɑɑyyoof dhɑlɑte tɑɑtee ɑrgɑmuuf wɑntootɑ ɑrfɑn 【4】 kɑnɑ yɑɑdɑtti qɑbɑdhu. ➊. Gonkumɑɑ hin ɑriifɑtin❗️ ➋. Gonkumɑɑ hin dhiphɑtin❗️ ➌. Gonkumɑɑ ɑbdii hin kutin❗️ ➍. Gonkumɑɑ wɑntɑ xiqqoon qɑbɑmtee hin dhɑɑbbɑtin❗️       — Miretuu Shɑɑnqoo 🪨 @Habte4517
660
12
#Namni_Waan_Jedhu_hin_Dhabu! Waan Gaarummaa isaatti Amante Hojjechuuf Duubatti hin Deebi'in! ➥ Abbaa fi ilmatu lafa fagoo deemuuf waliin manaa bahan. Kan isaan fudhatanii deeman harree tokkotu turte. Harree sana irratti waan isaan barbaachisu fe'atanii, ilmi harree yaabbatee, abbaan ammoo funyoo itti dha'atee fuulduraan harkisee qajeelan. ● Osuma deemanii ganda tokko keessa yeroo darbuuf jedhan namoonni jarreen imala irra jiran kana arganii, "maali gurbaan gadheen kun ofii yaabbateetu abbaa isaa lafoo deemsisaa?," jedhan. Mucaanis dubbii jaraa dhaga'eetu, ofii irraa bu'eetu abbaa isaatiin yaabbadhu anii harkisa jedhee deemsa itti fufan. ● Ammas yeroo xiqqoo achi siqan, "maali abbaan ilmoof hin yaanne?" jedhanii arrabsan. Imaltoonni kun dubbii kana dhageenyaan, abbaanis irraa bu'ee lachuu lafoo deemuu eegalan. Ammas xiqqoo yeroo achi siqan namoonni walitti agarsiisaniitu, "Ilaali argitee, warri qabeenya qaban kun ammoo akkumatti qabeenya isaaniitti fayyadaman hin beekaniim, harreen osoo jirtuu lafoo deemu," waliin jedhan. Abbaa fi ilmis kana dhaga'aniitu, koottu nuti lachuu haa yaabbannu jedhanii lama ta'anii yaabbatanii qajeelan. ● Namoota wayii bira yeroo gahan, "maali waaqa hin sodaattanii, hin dubbattu duudaadha jettanii miituu, waaqni maal isiniin jedha?" jedhan. ● Jarris irraa bu'an. Yoo maal goone gammachiisna jedhanii dhiphatan. Amma harree kana ol fuunee baannee deemna, yoos namni nutti gammada waliin jedhan. Harree sana lama ta'anii ol fuudhanii baatanii deeman. Yeroo isaan harree baatan arganii namoonni ni ajaa'ibsiifatan. Ittis kolfan. ● "Maali isaan gowwoota akkamiiti kan harree baatan," jedhanii itti qoosan. Abbaa fi ilmi kana hunda ilaalanii, nama gammachiisuu waan hin dandeenyeef, akkuma ofii yaadanitti imala isaanii itti fufan. Ergaa: ➦ Waan gaarii hojjettu, yaraas hojjettu namni waan siin jedhu hin dhabu. Ati garuu, namoota gammachiisuuf osoo hin taane, waan sirrii ta'uu isaa itti amante kamiyyuu hojjechuuf duubatti hin jedhiin! Lafa kanarratti waan ofiikee yaadde gaarii fi qajeelaa taanaan namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda'a jette hojjedhu. Via kanan dubbisee irraa.
661
13
Seenaa kubbaa miilaa keessatti, goonni dandeettii qofa osoo hin taane, onnee hin jilbeenfanneen beekama. Gaafa dorgommii cimaa kana irratti, taphattoonni fi leenjisaan Senegaal murtii dabaa tokkoon dallananii dirree gadhiisanii bahuuf yeroo murteessan, murteen kun abdii kutannaa fi dallansuun kan guutame ture. Haa ta'u malee, leenci sun, Saadiyoo Maanee 'n ka’ee akkana jedhe: "Ani murtii dirree gadhiisanii bahuu kana hin deeggaru! Wanti fedhe haa uumamu, deebinee tapha keenya xumuruu qabna." Maaneen onnee guutuun dhuunfaa isaatiin miseensota garee isaa amansiisuun gara dirreetti deebise. Inni akka hoogganaa dhugaatti, "Taphi hin dhumne, Rabbitti hirkadhaa deebi'aa taphadha," jechuun taphattoota garee isaatti onnee deebise. Murtii gootummaa kanaan, Senegaal cichoominaan taphattee injifannoo ishee haqa ta'e galmeessisun xumura ishee bareechite. Maaneen dirree keessattis ta'e dirreen alatti hoogganaa akka ta’e addunyaatti agarsiise. Cichoominni Maanee kan agarsiisu gootummaa "Leencota Terangaa" dha! Seenegaal Shaampiyanii waancaa Afriikaa 35ffaa haala dinqisiisaa taheen goonfattee jirti.
654
14
𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮,... 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗱𝗵𝘂𝗳𝘂 𝘆𝗼𝗼 𝘁𝗮’𝘂, 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮. 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗱𝗵𝗮,.... 𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳, 𝗱𝗼𝗴𝗼𝗴𝗴𝗼𝗿𝗮 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝘀𝗼𝗱𝗮𝗮𝘁𝗶𝗻! 𝗙𝘂𝘂𝗹𝗱𝘂𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗱𝗲𝗲𝗺𝗶 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗻 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂! ✅Yeroo sammuun kee dadhabu Haalli rakkoodha. ✅Yeroo sammuun kee madaalawaa ta’u haalli qormaata. ✅Garuu yeroo sammuun kee jabaatu Haalli carraa ta'a! @Habte4517
573
15
https://t.me/beeka24
1 192
16
FALA GUBA LAPHEEF ( Dhukkuba garaachaa) 1. Gosoota nyaata mi'eessituun itti baayyate irraa of qusachuu 2. Nyaata qullubbii, mimmixa ( barbareen ) itti baayyatee irra of qusachuu 3. Loomii, burtukaana , timaatima fa. 4. Nyaata coomaa 5 dhugaatii irraa alkoolii , karameellaa , chokoleeti, buna fi dhugaatiwwan lallaafaa. Irra ofqusachuun baayyee gaaridha. 6. Nyaata eega nyaatanii booda sa'atatii 2 turuun rafuu 7. Bishaan baayyisanii dhuguu, maastikaa alanfachuu , 8 . Muuzii , apple nyaachu , shaayi jinjabilaan dhuguu 9. Aarii fi dhippachuu dhiisu akkasumaas spoortii hojjachuu ulfaatina keenya jiddu gala godhu qabna 10. Qoricha garaachaaf kennaman  sirnaan fayyadamuu Galatoomaa Fayyaan lubbuu teenyaf Page keenya like and follow gochuun mammilaa keenya taha
1 494
17
Baankiin Sababa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa (NID/Fayda) Walhinqabsiifne jedhuun Lkk Herreega Maamilaa Cufuu Nidanda’aa? Yoo Cufe Bu’uura Seeraa Hoo Niqabaa? “Eeyyee” 1. Labsii Eenyummeessa Biyyaalessaa (Labsii Lak. 1284/2015) Labsiin kun eenyummeessi dijitaalaa biyyaalessaa (Fayda) tajaajiloota mootummaa fi dhuunfaa hundaaf akka ragaa jalqabaatti akka tajaajilu dirqama kaa'a. • Keewwata 18 (1): "Eenyummeessi Biyyaalessaa (Digital ID) tajaajiloota tajaajila kennitoota mootummaa fi dhuunfaa irraa kennaman argachuuf ragaa eenyummaa bu'uuraa ta'ee tajaajila." • Keewwata 18 (2): "Tajaajila kennitoonni (Baankonni dabalatee) eenyummaa nama tajaajila gaafatuu mirkaneessuuf Digital ID fayyadamuu qabu." 2. Labsii Ittisa fi To’annoo Hanna Maallaqaa (Labsii Lak. 780/2005 ykn 2013 GC) Labsiin kun baankonni eenyummaa maamiltoota isaanii akka qulqulleessan (Customer Due Diligence) ni dirqamsiisa. • Keewwata 11 (5): "Dhaabbanni maallaqaa (Baankiin) eenyummaa maamilaa ragaa amansiisaan mirkaneessuu yoo dadhabe, herreega banuu ykn tajaajila kennuu hin qabu; hariiroo hojii jiru immoo adda kutuu (terminate) qaba." (Digital ID ragaa amansiisaa mootummaan murteesse waan ta'eef, isaan malee tajaajilli adda cita). 3. Labsii Baankii Biyyaalessa Itoophiyaa (Labsii Lak. 591/2000) Labsiin kun Baankii Giddugaleessaa Itoophiyaatti (NBE) aangoo qajeelfama baankota hunda irratti hojjetu baasuu kennaaf. • Qajeelfama NBE (Directive): NBE qajeelfama baankonni hundi maamiltoota isaanii "Fayda ID" waliin akka hidhan dabarseera. Baankonni qajeelfama kana yoo hin kabajne adabbii guddaaf waan saaxilamaniif, herreega maamilaa dhowwuuf dirqama qabu. 4. Labsii Hojii Baankii (Labsii Lak. 592/2000) Baankonni seeraa fi qajeelfama Baankii Giddugaleessaa (NBE) hordofuuf dirqama qabu. Walumagalaatti: • Labsii 1284/2015 (Kwt 18): Fayda ID tajaajila baankii argachuuf ulaagaa godhee kaa'e. • Labsii 780/2005 (Kwt 11): Yoo ragaan eenyummaa hin guutamne tajaajila adda kutuun dirqama jedhe. Kanaaf, baankiin herreega kee kan dhowwe (freeze kan godhe) tarkaanfii seeraa (legal administrative measure) Labsii 1284/2015 fi Labsii 780/2005 irratti hundaa’uun dhufeedha. Maallaqni kee ammas qabeenya keeti, garuu sochoosuuf ragaa eenyummeessaa (Fayda ID) dhiyeessuun dirqama. Via Saabu Sendel
1 611
18
Namni tamboo xuuxu bu'aa sadii argata! 1. Hin dulloomu 2. Sareen isa hin nyaattu 3. Hattuunis isan hattu ~ Hin dullomu; sabab
Namni tamboo xuuxu bu'aa sadii argata! 1. Hin dulloomu 2. Sareen isa hin nyaattu 3. Hattuunis isan hattu ~ Hin dullomu; sababnisaa, carraa dulloomuu osoo hin argatiin, sombisaa miidhamee, dafee waan du'uuf. Sareen isa hin nyaattu; sababnisaa, namichi sombisaa burkutaa'ee waan dadhabuuf, ulee dhadhaabbachaa deema; sareenis nama ulee qabatee deemu ni sodaatti. Hattuun isa hin hattu; sababnisaa, hattuun halkaan yeroo manasaa saamuu dhaqxu, namichi halkan guutuu qufa'aa waan buluuf, hattichis "dhaga'aa jira" jechuun ofirra deebi'a! Akka sirritti na hubattan abdiin qaba! Fayyaa keenya eeggachuuf tamboo xuuxuurraa of haa eeggannuun dhaamsa kooti. #share
1 382
19
Dubbii warra sadii , akka saditti fixan. ******** 1,dubbii warra Gowwaa, Sossobaan fixan. 2, Dubbii warra Hayyuu, dhugaa itti himaa fixan. 3, Dubbii warra yaraa sodaachisuun fixan... ● WAA SADI SITTI HIN FAKKAATIN.. ~Dubbachuun bekumsa, ~Obsuun wallaalummaa, ~Nama kabajuun sodaa .......Sitti hin fakkaatin. ● WAA SADII HIN SEE'IN ~Nama beektu hunda fira kee, ~Nama si lolu hunda diina kee, ~Nama badii irra si dhorku hunda hammaataa....Hin see'in. ● WAA SADII HIN HAWWIN................. ~Bokokni quufaa miti, ~Abaarsi eebbaa miti ~Summiin qorichaa miti.. hin hawwin. ● WAA SADII JETTEE HIN TILMAAMIN. ~Nama kolfu hunda gammadaa, ~Nama dureessa hunda arjaa, ~Nama dhabaa hunda doqna.. jettee hin~ tilmaamin. ● MANGUDDOON WAA SADII JAALATU ~Oduu:-haasawa gaggaarii ~Aduu:-caama ganamaa ~Adii:-dubbii dhugaa...... jaallatu. ● WAA SADII HUBATTU MALEE HIN SEENIN ~Dubbii keessa hin beekne, ~Bishaan gad-fageenya isaa hin beekne, ~Imala daandii isaa hin beekne Hubattu malee hin seenin. waan dubbiftanif galatooma💞💞 Ergaan koo yoo si tole 👉Share 👍Like 👍 Follow
1 218
20
没有文字...
1 043