EYOB TECH
Crypto and Airdrop channel Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS CEO ⏩️ @Eyob_Degefe
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel EYOB TECH
Channel EYOB TECH (@eyob_tech) is an active participant. Currently, the community unites 14 191 subscribers, ranking 7 209 in the Cryptocurrencies category and 2 504 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 14 191 subscribers.
According to the latest data from 18 November, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -367 over the last 30 days and by -6 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 4.91%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 2.33% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 697 views. Within the first day, a publication typically gains 331 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 13.
- Thematic interests: Content is focused on key topics such as namooti, dubbisaa, birr($9, ammas, isinif.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Crypto and Airdrop channel
Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS
CEO ⏩️ @Eyob_Degefe”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 19 November, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Cryptocurrencies category.
Loading data
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 19 November | 0 | |||
| 18 November | 0 | |||
| 17 November | 0 | |||
| 16 November | 0 | |||
| 15 November | 0 | |||
| 14 November | 0 | |||
| 13 November | 0 | |||
| 12 November | 0 | |||
| 11 November | 0 | |||
| 10 November | 0 | |||
| 09 November | 0 | |||
| 08 November | 0 | |||
| 07 November | 0 | |||
| 06 November | +1 | |||
| 05 November | 0 | |||
| 04 November | 0 | |||
| 03 November | 0 | |||
| 02 November | 0 | |||
| 01 November | 0 |
⚠️ WhatsApp itti fayyadamtanitti utuu connect hin gootan ta'ee bareedadha 2nd account keessani wajjin connect godhaa🔗START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
💡Akkata hojii isaa ⬇️ ✅Account create gochun birrii 50 isinif kenna jalqabuma ✅Task isaa hojjechun WhatsApp keessan connect gochun guyyattii birrii 100- 300 hojjechuu dandeessu account lama sadin yoo hojjettanimmoo fagoodhaqa 😉 ✅Nama tokko invite gochun birrii 50 isinif kenna (namni isin invite gootan sun WhatsApp connect gochuu qaba )📱@Eyob_Tech
| 2 | 📹 Video isinif qopheesseera haala kanan WhatsApp keessani wajjin connect godhaa
✔️Yeroo connect gootan lakkofsa bilbila ittin connect gootan check gochun app WhatsApp keessan banuu hin dagatiinaa
⚠️ WhatsApp itti fayyadamtanitti utuu connect hin gootan ta'ee bareedadha 2nd account keessani wajjin connect godhaa
🔗START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
💡Akkata hojii isaa ⬇️
✅Account create gochun birrii 50 isinif kenna jalqabuma
✅Task isaa hojjechun WhatsApp keessan connect gochun guyyattii birrii 100- 300 hojjechuu dandeessu
✅Nama tokko invite gochun birrii 50 isinif kenna (namni isin invite gootan sun WhatsApp connect gochuu qaba )
📱@Eyob_Tech | 3 |
| 3 | ✔️Guys active kan tahe qofa bita
✅Namni channel koo active dha jettu qofti keessan na dubbisi @Eyob_Degefe | 198 |
| 4 | ✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gochuu hin dagatiinaa guys
✔️Akkatan isaa yoo isin rakkise video isinifan qopheessa
✅START LINK ➡️https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094 | 82 |
| 5 | ✔️Guys active kan tahe qofa bita
✅Namni channel koo active dha jettu qofti keessan na dubbisi @Eyob_Degefe | 156 |
| 6 | ✅Proof
✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru
✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birrii naf dhufe arguu dandeessu so dafaa itti fayyadamaa
💡Akkata hojii isaa ⬇️
✅Account account Register gootanin birrii 50 isinf kenna
✅Task isaa sa'ati ja'a ja'an birrii 100 - 300 isinf kenna WhatsApp connect gochun
✅Nama tokko qofa referal link keessanin birrii 50 isinif kenna kanuma
✅START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094 | 530 |
| 7 | ✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa
✔️Channel Active ta'u qaba 📌
📞0931253708
✉Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe | 512 |
| 8 | ✔️Task isaa kana hojjechun guyyatti haga birrii 100 - 300 hojjechuu dandeessu
✔️Step isaa photo irraa ilaalaa screen shot isinif kaa'ee jira
✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gootu
✔️Utuu namni itti baayyatin dafaa jalqabaa
START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094 | 383 |
| 9 | ✔️Aidrop haaraa dhufe kanatti fayyadamaa
💸Nama 1 affeeruun Birrii 50 argattu
🚑 Osoo namni hin baayyatiin dafaa eegalaa
🔗 Eegaluuf 👉 https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
❤ @Eyob_Tech | 337 |
| 10 | 💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️
✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo imalle, SIM Ethio Telecom keenya biyya deemne keessatti fayyadamuu yoo barbaanne, Data Roaming fayyadamuu dandeenya.
✔️Data Roaming jechuun SIM keenya network dhaabbata telekoomii biyya biraatiin hojjetu waliin walqabsiisuun interneetii bilbilaa (Mobile Data) akka fayyadamnu kan dandeessisu dha.
✅Akkasumas, International Roaming fayyadamuun bilbila bilbiluu fi bilbila fudhachuu ni dandeenya.
✔️ Yoo fayyadamaa SIM Ethio Telecom taatan, tajaajilli International Roaming biyyoota gara 159 ta’an keessatti ni jira.
✔️Tajaajila kana fayyadamuuf:
1. Bilbila keessan irratti Data Roaming ON godhaa.
2. Sana booda karaa Telebirr SuperApp tajaajila kana argachuu dandeessu.
☺️Yoo odeeffannoon kun isin fayyade, namoota birof qoodaa 🔥❤️ 👍
📱 @Eyob_Tech | 702 |
| 11 | 😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️
✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤
✔️Copy right kan hin qabne ©
✔️Warning kan hin qabne ⚠️
✔️Account sun active ta'u qaba🔔
✉️Namooti kanan dura na dubbistanii messenge isinif hin deebisin jiru irra deebiaa na dubbisaa 🙏
😎Ulaagaa kana kan guuttan amma keessan na dubbisaa
😎Dm @Eyob_Degefe
📞0931253708 | 813 |
| 12 | 📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details | 801 |
| 13 | 🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf!
✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya kana gadhiifame bilbila keessan irratti hin fe’inaa.
✔️Fayyadamtoonni tokko tokko haaromsa kana erga fe’anii booda bilbila isaanii Restart yeroo godhan, bilbilli sun irra deddeebi’ee ofumaan banuu fi cufamuu (Boot Loop) keessa akka seenu gabaasaa jiru.
✔️Kanaafuu, hanga rakkoon kun karaa ofiisaa mirkanaa’ee furmaanni isaa dhiyaatutti, haaromsa kana fe’uu irraa of qusadhaa.
📍 Haaromsi kun eessatti argama?
✔️Bilbila keessan irratti karaa kana hordofaa:
📍 Settings → Security and Privacy → Updates → Google Play System Update
⚠️ Odeeffannoo kana fayyadamtoota Android biroo waliin qooduun akka of eeggatan gargaaraa!
📱@Eyob_Tech | 881 |
| 14 | 🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru
✅Followers 30k
✅like 150k
🔥Account active dha ✔️
🔣Gatii ➡️DM
📞0931253708
📥Namooti bitachuu barbaaddan keessan na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe | 580 |
| 15 | ✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu?
✅ The Principle of Least Privilege (Seera Hayyama Xiqqaa Kennuu).
✔️ Kana jechuun, software tokko hojii isaa raawwachuuf hayyama isa barbaachisu qofa argachuu qaba jechuudha.
➡️ App tokko hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne yoo isin gaafate, odeeffannoo dhuunfaa keessan saaxiluu, hordoffii (Spying) fi gowwoomsaa (Fraud) irratti isin saaxiluu danda’a.
😄 Fakkeenyaaf:
🔗 Appii Calculator (Lakkoofsa Shallaguu) tokko hayyama Contact (Lakkoofsa Bilbilaa) yookaan Location (Bakka Jirtan) yoo isin gaafate, shakkii qabaachuu qabdu.
🔥 Sababni isaas, Calculator tokko lakkoofsa ida’uuf lakkoofsa bilbilaa keessan yookaan bakka isin jirtan beekuun isa hin barbaachisu.
✔️ Kanaafuu, Appii tokko osoo hin buufatin hayyama inni gaafatu sirriitti ilaalaa. Hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne hin kenninaa.
✔️ Yoo isin fayyade, 👍 Like godhaa!
📱 @Eyob_Tech | 1 093 |
| 16 | 🚨 koriyaan Kaabaa Binance hack Goote...
CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti raawwatameef kooriyaan Kaabaa itti gaafatamummaa qabdi.
📱@Eyob_Tech | 632 |
| 17 | 🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa
📱 TIKTOK ACCOUNT
🌐 FACEBOOK ACCOUNT
📱 YOUTUBE
🌐TELEGRAM CHANNEL
➕Akkasumas
🎁Telegram Gift garaagaraa
💰Coin TIKTOK 💻
☑️Telegram Premium
🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵
✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa
📞0931253708
Dm⬇️
📧 @Eyob_Degefe | 506 |
| 18 | 🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa
📱 TIKTOK ACCOUNT
🌐 FACEBOOK ACCOUNT
📱 YOUTUBE
🌐TELEGRAM CHANNEL
➕Akkasumas
🎁Telegram Gift garaagaraa
📱Coin TIKTOK 💻
☑️Telegram Premium
🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵
✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa
📞0931253708
Dm⬇️
📧 @Eyob_Degefe | 1 |
| 19 | Hi guys akkam jirtu
✅Haala badhaasa keenyaa ilaalchisee haga ammaa namoota nuti yaadne hin guutin jira sababa tahef yeroo namni guutuu isin beeksifna namooti karaa inbox nu gaafattani nu hubattan galatoomaa
✅Odeeffannoo Tech walitti deebina | 399 |
| 20 | Badhaasa ilaalchisee gaaffii keessaniif deebii ⁉️ | 78 |
