EYOB TECH
Crypto and Airdrop channel Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS CEO ⏩️ @Eyob_Degefe
Mostrar más📈 Análisis del canal de Telegram EYOB TECH
El canal EYOB TECH (@eyob_tech) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 14 892 suscriptores, ocupando la posición 7 022 en la categoría Criptomonedas y el puesto 2 295 en la región Etiopía.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 14 892 suscriptores.
Según los últimos datos del 15 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -359, y en las últimas 24 horas de -16, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 7.09%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 3.32% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 1 056 visualizaciones. En el primer día suele acumular 494 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 8.
- Intereses temáticos: El contenido se centra en temas clave como namooti, dubbisaa, birr($9, ammas, isinif.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Crypto and Airdrop channel
Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS
CEO ⏩️ @Eyob_Degefe”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 16 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Criptomonedas.
Carga de datos en curso...
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 16 septiembre | 0 | |||
| 15 septiembre | 0 | |||
| 14 septiembre | 0 | |||
| 13 septiembre | 0 | |||
| 12 septiembre | 0 | |||
| 11 septiembre | 0 | |||
| 10 septiembre | 0 | |||
| 09 septiembre | 0 | |||
| 08 septiembre | 0 | |||
| 07 septiembre | 0 | |||
| 06 septiembre | 0 | |||
| 05 septiembre | 0 | |||
| 04 septiembre | 0 | |||
| 03 septiembre | 0 | |||
| 02 septiembre | 0 | |||
| 01 septiembre | 0 |
| 2 | 💸Dolara gatii madaalawwan namooti bitachuu barbaaddan amma keessan na dubbisaa
⬇️⬇️
📥@Eyob_Degefe | 632 |
| 3 | 🎉🥳Baga bara haaraa 2018 nagaan geessan!🥳
🌼Barri kun kan nagaa,bara waan itti yaaddan isinif milkaau isinif haa tahu‼️
Ayyaana gaarii ‼️
✉️@Eyob_Tech | 816 |
| 4 | Guys akkam jirtu 👋
⚠️Namooti airdrop ATF kana hojjechaa jirtan of eeggannoo godhaa
⚠️Coin atf trust coin hin tahin jira sababa tahef yeroo yeroon withdraw godhaati dolaratti jijjiirradhaa
⚠️Booda gatiisaa gadi buusanii harka qullaa nu gashu danda'u sababa taheef 😁
✔️Guyyaa gaarii ✌️
✈️@Eyob_Tech | 1 170 |
| 5 | ✔️Guys akkam gootani hojjechaa jirtu mitii ATF airdrop ?
✔️Jabaadhaa summer kana minium dolara 50 gadi hojjechuu hin qabdan 😁
✔️Namni ammayyuu hin eegalle ammayyuu yeroo qabda jalqabi ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481
Akkatan hojii isaa ...
1. Wallet connect gochuu
2. Mining isaa Start gochun yeroo yeron seentanii claim gochuu
3.Task isaa hojjechuu akkasumas invite link keessan nama affeerun ATF coin walitti qabachuu
4.yeroo ATF coin keessa 500 gahu withdraw gochuu dandeessu
✈️@Eyob_Tech | 1 178 |
| 6 | 🛒Tiktok account followers gurguddaa kan hojiif barbaada turtan kunoo ☑️
💛Followers ➡️158.3k 🔥
👍like ➡️1.1M 🔥
🔣Gatii isaa madalawwadha keessan na dubbisaa yookin naaf bilbilaa
📞0931253708
📥 @Eyob_Degefe | 1 315 |
| 7 | 👊Hawwii guddaadhaan kan eeggama turee MMA fight injifannoo Jonnittin xummurame.
✔️Seedoon sekondoota muraasa kessatti harka jonnii galuudhaan mo'ameera👊
📱@Eyob_Tech | 1 143 |
| 8 | ✔️Guys airdrop kun multiple account hin dhorku kanaafuu telegram account baayyee namooti qabdan itti fayyadamaa
✔️Namni hin eegalle yoo jiraate link kanan eegalaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481
✔️Namooti eegaltani jirtanimmoo wallet connect gochu hin dagatiinaa akkasumas yeroo yeroon farm achirra jiru claim gochuu hin dagatiinaa
✔️Comment jelatti link waliif ergaa walif start godhaa | 1 322 |
| 9 | 👋Guys airdrop ani kaleessa isinif post godhe maalirra geessaniittu ?
✔️Baayyee keessan hojjecha jirtu jabaadha namooti kaanimmoo wallet connect hin goone wallet keessan Tonkeeper'tti yookin telegram wallet'tti connect godhaa
💸 300 ATF = $1🏦
✔️Farm achirra jiru sahati sahatitti claim gochuu hin dagatiinaa
✔️Akkasumas nama tokko qofa invite link dhan ATF 100 argattu
💛Namooti hin jalqabin jirtan link kanan jalqabaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481
👛Wallet connect hin gochuu hin dagatiinaa
📱@Eyob_Tech | 1 290 |
| 10 | 🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru
✅Followers 17k
✅Language Afaan Oromoo
🟧Gatin isaa baayyee gadi buhaadha
✔️Gatii xiqqoodhan namooti barbaadaa turtan kun isin hin darbin
✔️Page kana bitachu kan barbaaddan keessan amma na dubbisaa yookin naaf bilbilaa
📞0931253708
📥Dm➡️ @Eyob_Degefe | 1 135 |
| 11 | 🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru
✅Followers 17k
✅Language Afaan Oromoo
🟧Gatin isaa madalawwadha
✔️Namooti page kana bitachu barbaaddan keessan na dubbisaa yookin naaf bilbilaa
📞0931253708
📥Dm➡️ @Eyob_Degefe | 1 |
| 12 | ✔️Airdrop ammatti fooyyee qaba jedhee an yaadu kana hojjedha
✔️Mood isaa akkuma airdrop kanan dura darbanii Tap Tap kan qabu dha
✔️Dabalan ammoo link keessan nama affeerun ATF coin sassabbachuu dandeessu
✔️Nama 5 yoo invite gootan ATF 500 akkas jechun tilmaaman dolara 1 jechuudha
✔️Link kanan seenaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481
📱@Eyob_Tech | 784 |
| 13 | Ilaalladhaa amma gadi dhiifameeraa 🎉🎉🎉 | 113 |
| 14 | 📣Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu bekkameera
🕓Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegaltanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna.
✔️Har'a sa'aa booda ykn boru ganama irraa kaasuun barattoonni kutaa 12ffaa bu'aa qormaata isaanii akka ilaalan ni taasifama.
✔️Qabxiin yemmuu gadi lakkifamu qabxii keessan karaawwan armaan gadiidhaan ilaluu ni dandeessu:-👇👇
1. https://result.eaes.et
2. https://result.neaea.gov.et
3. https://t.me/eaesbot
4. SMA ➡️ 6284
Hiriyoota keessanif share godhaa
🫶Result gaarii isinif haa tahu
✈️@Eyob_Tech | 1 132 |
| 15 | 🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru
✅Followers 17k
✅Language Afaan Oromoo
🟧Gatin isaa madalawwadha
✔️Namooti page kana bitachu barbaaddan keessan na dubbisaa yookin naaf bilbilaa
📞0931253708
📥Dm➡️ @Eyob_Degefe | 1 346 |
| 16 | 📣Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e!
✅Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadhiifamu ta'uu beeksisaniiru.
✅Adeemsa simannaa barattoota haaraa ilaalchisees, jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis saffisaan waamicha barattootaa akka taasisan qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.
✅Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru.
📱@Eyob_Tech | 1 099 |
| 17 | 🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa
📱 TIKTOK ACCOUNT
🌐 FACEBOOK ACCOUNT
📱 YOUTUBE
🌐TELEGRAM CHANNEL
😎 TELEGRAM OLD GROUP 2019 - 2016
➕Akkasumas
🎁Telegram Gift garaagaraa
💰Coin TIKTOK 💻
☑️Telegram Premium
🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵
✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa
📞0931253708
Dm⬇️
📧 @Eyob_Degefe | 1 286 |
| 18 | Gaban crypto guyyaa har'aa kana fakkaata 🟢
🌎 @Eyob_Tech | 1 269 |
| 19 | 🔥Youtube account gurgurataf dhihaate jiru
✅️ Subscribe 4.96k
✅️ Watch hours 2296
💲Gatiinsaa madalawwadha
📞 0931253708
📥 Dm @Eyob_Inbox | 1 416 |
| 20 | ✅️ Youtube account namooti gurgurachu barbaaddani ulaagaa gadii jiru kannen guuttan keessan na dubbisa nan bitaa
👨👧 Subscribe 4k
⌚️ Watch hours 1k
©️Copyright 🚫
🔥New account 2025 , 2024 , 2023 ta'u qaba (Active)
📥 Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox | 1 668 |
