EYOB TECH
Crypto and Airdrop channel Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS CEO ⏩️ @Eyob_Degefe
إظهار المزيد📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام EYOB TECH
تُعد قناة EYOB TECH (@eyob_tech) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 14 206 مشتركاً، محتلاً المرتبة 7 219 في فئة العملات المشفرة والمرتبة 2 504 في منطقة إثيوبيا.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 14 206 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 17 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -375، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -8، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 4.23%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 2.33% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 601 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 331 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 11.
- الاهتمامات الموضوعية: يركز المحتوى على مواضيع رئيسية مثل namooti, dubbisaa, birr($9, ammas, isinif.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Crypto and Airdrop channel
Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS
CEO ⏩️ @Eyob_Degefe”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 18 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة العملات المشفرة.
جارٍ تحميل البيانات
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 18 نوفمبر | 0 | |||
| 17 نوفمبر | 0 | |||
| 16 نوفمبر | 0 | |||
| 15 نوفمبر | 0 | |||
| 14 نوفمبر | 0 | |||
| 13 نوفمبر | 0 | |||
| 12 نوفمبر | 0 | |||
| 11 نوفمبر | 0 | |||
| 10 نوفمبر | 0 | |||
| 09 نوفمبر | 0 | |||
| 08 نوفمبر | 0 | |||
| 07 نوفمبر | 0 | |||
| 06 نوفمبر | +1 | |||
| 05 نوفمبر | 0 | |||
| 04 نوفمبر | 0 | |||
| 03 نوفمبر | 0 | |||
| 02 نوفمبر | 0 | |||
| 01 نوفمبر | 0 |
| 2 | ✔️Guys active kan tahe qofa bita
✅Namni channel koo active dha jettu qofti keessan na dubbisi @Eyob_Degefe | 95 |
| 3 | ✅Proof
✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru
✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birrii naf dhufe arguu dandeessu so dafaa itti fayyadamaa
💡Akkata hojii isaa ⬇️
✅Account account Register gootanin birrii 50 isinf kenna
✅Task isaa sa'ati ja'a ja'an birrii 100 - 300 isinf kenna WhatsApp connect gochun
✅Nama tokko qofa referal link keessanin birrii 50 isinif kenna kanuma
✅START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094 | 341 |
| 4 | ✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa
✔️Channel Active ta'u qaba 📌
📞0931253708
✉Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe | 396 |
| 5 | ✔️Task isaa kana hojjechun guyyatti haga birrii 100 - 300 hojjechuu dandeessu
✔️Step isaa photo irraa ilaalaa screen shot isinif kaa'ee jira
✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gootu
✔️Utuu namni itti baayyatin dafaa jalqabaa
START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094 | 302 |
| 6 | ✔️Aidrop haaraa dhufe kanatti fayyadamaa
💸Nama 1 affeeruun Birrii 50 argattu
🚑 Osoo namni hin baayyatiin dafaa eegalaa
🔗 Eegaluuf 👉 https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
❤ @Eyob_Tech | 259 |
| 7 | 💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️
✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo imalle, SIM Ethio Telecom keenya biyya deemne keessatti fayyadamuu yoo barbaanne, Data Roaming fayyadamuu dandeenya.
✔️Data Roaming jechuun SIM keenya network dhaabbata telekoomii biyya biraatiin hojjetu waliin walqabsiisuun interneetii bilbilaa (Mobile Data) akka fayyadamnu kan dandeessisu dha.
✅Akkasumas, International Roaming fayyadamuun bilbila bilbiluu fi bilbila fudhachuu ni dandeenya.
✔️ Yoo fayyadamaa SIM Ethio Telecom taatan, tajaajilli International Roaming biyyoota gara 159 ta’an keessatti ni jira.
✔️Tajaajila kana fayyadamuuf:
1. Bilbila keessan irratti Data Roaming ON godhaa.
2. Sana booda karaa Telebirr SuperApp tajaajila kana argachuu dandeessu.
☺️Yoo odeeffannoon kun isin fayyade, namoota birof qoodaa 🔥❤️ 👍
📱 @Eyob_Tech | 584 |
| 8 | 😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️
✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤
✔️Copy right kan hin qabne ©
✔️Warning kan hin qabne ⚠️
✔️Account sun active ta'u qaba🔔
✉️Namooti kanan dura na dubbistanii messenge isinif hin deebisin jiru irra deebiaa na dubbisaa 🙏
😎Ulaagaa kana kan guuttan amma keessan na dubbisaa
😎Dm @Eyob_Degefe
📞0931253708 | 744 |
| 9 | 📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details | 753 |
| 10 | 🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf!
✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya kana gadhiifame bilbila keessan irratti hin fe’inaa.
✔️Fayyadamtoonni tokko tokko haaromsa kana erga fe’anii booda bilbila isaanii Restart yeroo godhan, bilbilli sun irra deddeebi’ee ofumaan banuu fi cufamuu (Boot Loop) keessa akka seenu gabaasaa jiru.
✔️Kanaafuu, hanga rakkoon kun karaa ofiisaa mirkanaa’ee furmaanni isaa dhiyaatutti, haaromsa kana fe’uu irraa of qusadhaa.
📍 Haaromsi kun eessatti argama?
✔️Bilbila keessan irratti karaa kana hordofaa:
📍 Settings → Security and Privacy → Updates → Google Play System Update
⚠️ Odeeffannoo kana fayyadamtoota Android biroo waliin qooduun akka of eeggatan gargaaraa!
📱@Eyob_Tech | 845 |
| 11 | 🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru
✅Followers 30k
✅like 150k
🔥Account active dha ✔️
🔣Gatii ➡️DM
📞0931253708
📥Namooti bitachuu barbaaddan keessan na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe | 549 |
| 12 | ✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu?
✅ The Principle of Least Privilege (Seera Hayyama Xiqqaa Kennuu).
✔️ Kana jechuun, software tokko hojii isaa raawwachuuf hayyama isa barbaachisu qofa argachuu qaba jechuudha.
➡️ App tokko hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne yoo isin gaafate, odeeffannoo dhuunfaa keessan saaxiluu, hordoffii (Spying) fi gowwoomsaa (Fraud) irratti isin saaxiluu danda’a.
😄 Fakkeenyaaf:
🔗 Appii Calculator (Lakkoofsa Shallaguu) tokko hayyama Contact (Lakkoofsa Bilbilaa) yookaan Location (Bakka Jirtan) yoo isin gaafate, shakkii qabaachuu qabdu.
🔥 Sababni isaas, Calculator tokko lakkoofsa ida’uuf lakkoofsa bilbilaa keessan yookaan bakka isin jirtan beekuun isa hin barbaachisu.
✔️ Kanaafuu, Appii tokko osoo hin buufatin hayyama inni gaafatu sirriitti ilaalaa. Hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne hin kenninaa.
✔️ Yoo isin fayyade, 👍 Like godhaa!
📱 @Eyob_Tech | 1 046 |
| 13 | 🚨 koriyaan Kaabaa Binance hack Goote...
CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti raawwatameef kooriyaan Kaabaa itti gaafatamummaa qabdi.
📱@Eyob_Tech | 614 |
| 14 | 🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa
📱 TIKTOK ACCOUNT
🌐 FACEBOOK ACCOUNT
📱 YOUTUBE
🌐TELEGRAM CHANNEL
➕Akkasumas
🎁Telegram Gift garaagaraa
💰Coin TIKTOK 💻
☑️Telegram Premium
🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵
✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa
📞0931253708
Dm⬇️
📧 @Eyob_Degefe | 496 |
| 15 | 🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa
📱 TIKTOK ACCOUNT
🌐 FACEBOOK ACCOUNT
📱 YOUTUBE
🌐TELEGRAM CHANNEL
➕Akkasumas
🎁Telegram Gift garaagaraa
📱Coin TIKTOK 💻
☑️Telegram Premium
🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵
✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa
📞0931253708
Dm⬇️
📧 @Eyob_Degefe | 1 |
| 16 | Hi guys akkam jirtu
✅Haala badhaasa keenyaa ilaalchisee haga ammaa namoota nuti yaadne hin guutin jira sababa tahef yeroo namni guutuu isin beeksifna namooti karaa inbox nu gaafattani nu hubattan galatoomaa
✅Odeeffannoo Tech walitti deebina | 387 |
| 17 | Badhaasa ilaalchisee gaaffii keessaniif deebii ⁉️ | 78 |
| 18 | ✅Namoota 3 qofatatu active tahe yookin deposit godhee trade godhe
✔️So namoota badhaafaman 10 kan ture 5 goona jennee yaadne
1️⃣ 2000 birr
2️⃣ 2000 birr
💘 2000 birr
🍐 2000 birr
5️⃣ 2000 birr
✔️Namooti account verify gootanii jirtan nama 26 dha so hundi keessan keessan na dubbisaa guid isin gochuu dandahaa step 1 qofatu isin hafe sababa taheef
✉ @Eyob_Degefe | 1 065 |
| 19 | ✔️Nama 2 qofaatu eligible tahee jira ammayyuu
✔️Nama 68 tu register godhe
✔️Nama 22 qofaatu account verify godhate
Ammallee yeroo qabdu
📌Waan isin irraa eegamu
✅Account create gochuu
✅Verify gochu
✅MT5 account create gochu
✅Deposit gochu
✅trade galtani bahu (buy or sell)
🔗Link ➡️ https://www.hfm.com/sv/en/?refid=30582238 | 588 |
| 20 | Nama 2 qofaatu eligible tahee jira 😔
✅Sorry dhugaa akkam godhee kanarra akkan isinif ibsu hin beeku
✅Ammallee carraa bal'aa qabdu yaalaa | 431 |
