407
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-630 days
Posts Archive
Kabajamoo @obora inspire, Galmee jalqabaa xummuruu keessanif qarshii 1000 badhaafamtanirtu.
🔹 BAGA GAMMADDAN 🔸
💰 Membership award : 1000 Birr
Maallaqa baasuuf namoota 30 ol affeeraa !
Telebirr - Afaan Oromoo
Invalid token. Please try again.
Token looks like this: '12345678:ABCDEfgHIDUROVjkLmNOPQRSTUvw-cdEfgHI'
..or /cancel
Kabajamoo @obora inspire, Galmee jalqabaa xummuruu keessanif qarshii 1000 badhaafamtanirtu.
🔹 BAGA GAMMADDAN 🔸
💰 Membership award : 1000 Birr
Maallaqa baasuuf namoota 30 ol affeeraa !
Telebirr - Afaan Oromoo
Rakkattu kan si bira jiru, waywaattu kan siif dirmatu, hiraar khee kan isa hin hifachiifne, Himata keetirraa kan gara hin galle, darbee kan sin dhiisne
Mootii Moototaa qabdaatii Abshiir
❤️❤️❤️GORSA HAADHAA❤️❤️❤️
Guyyaa tokko haati koo akkana jettee na gorsite "dhalakoo Addunyaan nuti irra jiraannu Kun wanta kan keenya ta'ee hafuu nutti fakkaata, dargaggummaan keenyas akka waan nutti hafuutti yaanna garuu miti dhalaakoo" naan jette. Maaliif jedhee gafaadheen isheenis: "yeroo dhufee darbuuf jettee wanta hamaa hin yaadin ,dabaa dhala namaa irratti hin hojjatin Ummaakee yadaadhuu dachiin nuti irra jiraannu kun yeroodhaafii" naan jettee nagorfatte.
Yaa haadha ofi damma jechi ishee❤️❤️❤️👇👇
Obbo #AbbaaDuulaaGammadaa #Finfinnee ilaalchisuun haasawa jabduu godhe keessaa
"Oromoon gara magaalaa Finfinneetti akka seenu hojjachuu eegallee inni Amboo fiWallaggaa dhufee Burraayyuu ga'ee morma koo na kutaa jedhe, kan karaa Jimmaa Sabbataa ga'e miilakoo, mataa koo jedha, kan Baalee, Arsii fi Harargee irraa dhufanis Adaamaa hin darban. Ijoollen Kibbaa #Liistiroo eegalan kun immoo nu dhaaluu hin oolan. Kan keenya walakkaa magaalaa baqata, gariin immoo hojii filata. Inni lafa mana jireenyaa fudhates gurguratee keessaa baqata. Kana rakkoon cimaan nu mudate."
Kun dhugaa dirree jirtuudha. Isa darbe caalaa kan dhufuuf xiyyeeffannoo kennuudha. Hundumti keenya kun nu yaachisuu qaba. Irrattis hojjatamuu qaba. Magaalatti kan abbaa tahu uummata obsee keessa jiraatedha. Halaalaa abbaa itti tahuun abjuudha. via Firaol Waggaa 2 dura kan.https://t.me/obora_7
Obbo #AbbaaDuulaaGammadaa #Finfinnee ilaalchisuun haasawa jabduu godhe keessaa
"Oromoon gara magaalaa Finfinneetti akka seenu hojjachuu eegallee inni Amboo fiWallaggaa dhufee Burraayyuu ga'ee morma koo na kutaa jedhe, kan karaa Jimmaa Sabbataa ga'e miilakoo, mataa koo jedha, kan Baalee, Arsii fi Harargee irraa dhufanis Adaamaa hin darban. Ijoollen Kibbaa #Liistiroo eegalan kun immoo nu dhaaluu hin oolan. Kan keenya walakkaa magaalaa baqata, gariin immoo hojii filata. Inni lafa mana jireenyaa fudhates gurguratee keessaa baqata. Kana rakkoon cimaan nu mudate."
Kun dhugaa dirree jirtuudha. Isa darbe caalaa kan dhufuuf xiyyeeffannoo kennuudha. Hundumti keenya kun nu yaachisuu qaba. Irrattis hojjatamuu qaba. Magaalatti kan abbaa tahu uummata obsee keessa jiraatedha. Halaalaa abbaa itti tahuun abjuudha. via Firaol Waggaa 2 dura kana
.https://t.me/obora_7
✍✍Amala Gaarii
👉Jireenya keessatti dandeetti fi beekumsaa olitti nama tokko milkaa'aa akka ta'u wanti godhu yoo jiraate amala gaariidha
💪💪Dandeettii barbaadde qabaattee amala gaarii yoo hin qabaanne gatii hin qabu kabajamoo dandeettii wanta yeroo muraasaaf siif kennamu amalli gaariin garuu wanta dandeettii kee yeroo hunda siif utubuudha
👉👉Amalli gaariin wanta ati hojjataa fidattuudha malee wanta siif kennamuu miti
👉👉Amalli gaariin filannoodha kan ati filatte jireenya kee keessatti ni ta'a
👍👍Mee guyyaa hunda keessatti amala gaariin dabarsuuf yaali wanta goota hunda bifa sirrii ta’een hojjadhu
👉👉Waan tokko hin irraanfatin milkaa'inni amala gaariin hin deeggaramne bu'aan isaa aarsaan taane si kafalchiisa Kanaaf kabajamoo amala bareedaa nama ofitti sii harkisu yeroo hunda si guddisu qabaadhu
Iccitiin kee hanga hidhii kee fi arraba kee jidduu hin bahinitti iccitii tahuu danda'a malee sana booda siifin himu atuu ni beytaa !!!!
Share
@obora_inspire_bot
Mootummaa Kanaadaa iŕŕaa oduu gammachiisaan dhagahame. Mootummaan Kanaadaa 🇨🇦
Itoophiyaanota 40,000 ta'aniif carraa hojii bilisaan Kanaadaa seenanii akka hojjetaniif ibsa baaseera. Ibsi bahe kunis eenyuyyuu lammummaa Itoophiyaa kan qabu tokko galmaahuuf ulaagaalee inni guutuu qabu👇👇👇
✅️umurii 20 irraa kaasee
✅️waraqaa eenyummaa naannoo jiraatuu
✅️ kutaa 10 ol kan barate/tte yoo ta'u
Namoota ulaagaalee kana guutan mootummaan Kanaadaa baasii hunda ofiisaa #shaffanee namoota fudhachuu barbaada. Haalli galmees online ta'uun isaa gammachuu guddaadha.
Isinis carraa kanatti fayyadamuun link kana gadiin galmaahuu ni dandeessu.
👇👇👇👇👇👇
አዋሽ ባንክ አዲስ የስራ ማስታወቂያ
Awash Bank invites competent and qualified candidates for the
Position: Manager – Regional Human Resource & Administration
✅ Qualification: BA Degree in Human Resource Management, Management, Business Management, Business Administration, and Public Administration & Development Management and related with exp.
✅Place of Work: Addis Ababa Regional Offices
Apply Online
▫️አሁኑኑ ለማመልከት ከስር ያለውን ሊንክ ይጫኑ
👇👇👇
https://abayjobs.com/awash-bank-jobs-vacancy-1571
🔴 Deadline: February 6, 2023
▫️ Share & Forward For Your Beloved
https://t.me/obora_7
Ebiifamtoota bara 2015 hundaaf channel kanneen join godha chara hojii seenu banaadha
Ebiifamtoota bara 2015 hundaaf channel kanneen join godha chara hojii seenu banaadha
