407
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-630 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
March '25
March '250
in 0 channels
February '250
in 0 channels
Get PRO
January '250
in 0 channels
Get PRO
December '24
+7
in 0 channels
Get PRO
November '24
+8
in 0 channels
Get PRO
October '24
+4
in 0 channels
Get PRO
September '24
+58
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '23
+2
in 0 channels
Get PRO
September '23
+423
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 23 March | 0 | |||
| 22 March | 0 | |||
| 21 March | 0 | |||
| 20 March | 0 | |||
| 19 March | 0 | |||
| 18 March | 0 | |||
| 17 March | 0 | |||
| 16 March | 0 | |||
| 15 March | 0 | |||
| 14 March | 0 | |||
| 13 March | 0 | |||
| 12 March | 0 | |||
| 11 March | 0 | |||
| 10 March | 0 | |||
| 09 March | 0 | |||
| 08 March | 0 |
Channel Posts
Dubbisuun faayidaa kan qabu yoo muuxannoo gahaa tasgabbiin yaaduu qabaatte qofa.
Kufaatiin kan fayyadu yoo ati akka hin kufneef waan dandeessu hunda goote qofa.
Marii gochuun kan fayyadu yoo yaada kee jijjiiruuf qophoofte qofa.
Cimtee hojjechuun faayidaa kan qabu yoo kallattii sirrii irra deemte qofa.
| 2 | Yeroo soomana furtan zikrii armaan gadii tana hin dagatinaa.....😍
( ﺫﻫﺐ ﺍﻟﻈﻤﺄ ﻭ ﺍﺑﺘﻠﺖِ ﺍﻟﻌﺮﻭﻕ
ﻭﺛﺒﺖ ﺍﻷﺟﺮ ﺇﻥ ﺷﺎﺀ ﺍﻟﻠﻪ )
zahaba zama'u wab-tal'atil uruuqu wa-sabatal ajru, inshaa'allaah.
Hiikkaan jecha olii☝️👇
"Dheebuun deeme,kokkelleen jijiite. Yoo Rabbiin fadhe ajriinis mirkanaa'e"
#Gamanumaan yeroo furtan timiraan furaa saniin furuutuu ajriin isaa caalaa,yoo timira dhabdan bishaaniin furaa bakka timirri hin jirretti bishaaniin furuutuu caalaa.....!
😊Waluma yaadachiisuf ja'eeti....Baarakallah
Kuusa al ikhlas irraahi. @Oborainspire | 125 |
| 3 | Yeroon ati harka kennattu yeroo namni biraa akka injifatu hayyamtudha.
━━━━━━━━━━━
🖋️@Oborainspire | 62 |
| 4 | Beekuun gahaa miti, hojii irra oolchuu qabna. Fedhuun gahaa miti, gochuu qabna.
—Bruce Lee
━━━━━━━━━━━
⭐🖋️@Oborainspire | 58 |
| 5 | "Akka Ogeeyyiin Xiin-sammuu jedhanitti Sammuu gosa afur qaba:
1) #Kutaa_Sammuu /Intelligence Quotient/ (IQ)
2) #Kutaa_Miiraa /Emotional Quotient (EQ) .
3) #Kutaa_Hawaasummaa /Social Quotient/ (SQ) .
4) #Kutaa_Rakkoo /Adversity Quotient/(AQ)
.
1. #Kutaa_sammuu (IQ): kun safartuu sadarkaa hubannoo keetii ti. Herrega furuuf, wantoota sammuutti qabachuuf, fi barnoota yaadachuuf IQ si barbaachisa.
2. #Kutaa_Miiraa (EQ): kun safartuu dandeettii namoota biroo wajjin nagaa eeguu, yeroo eeguu, itti gaafatamummaa qabaachuu, amanamaa ta’uu, daangaa kabajuu, gad of qabuu, dhugaa fi namaaf yaadu ta’uudha.
3. #Kutaa_Hawaasummaa (SQ): kun safartuu dandeettii ati networkii hiriyoota ijaaruu fi yeroo dheeraaf kunuunsuu kee ti.
Namoonni EQ fi SQ ol'aanaa qaban jireenya keessatti warra IQ ol'aanaa qaban garuu EQ fi SQ gadi aanaa qaban caalaa deemuu barbaadu. Manneen barnootaa baay’een isaanii sadarkaa IQ fooyyessuu irratti kaappitaala kan fayyadaman yoo ta’u EQ fi SQ ammoo gadi taphatamu.
Namni IQ ol'aanaa qabu tokko IQ giddu galeessaa qabaatus dhumarratti nama EQ fi SQ ol'aanaa qabuun qacaramuu danda'a.
EQ kee Amala kee bakka bu'a, SQ kee ammoo Kaarizimaa kee bakka bu'a. Amala Q sadan kana fooyyessuuf harka kennadhu, keessumaa EQ fi SQ kee.
Amma 4ffaan jira, paradigm haaraa:
4. #Kutaa_Rakkoo(AQ): Safartuu dandeettii jireenya kee keessatti bakka rakkisaa keessa darbuu, fi sammuu kee osoo hin dhabin keessaa bahuu.
Yeroo rakkoon isaan mudatu AQ eenyu akka harka kennatu, eenyu akka maatii isaa dhiisu, eenyu akka of ajjeesuu yaadu murteessa.
Warri mee ijoollee keessan Barnoota qofa osoo hin taane naannoo jireenyaa biroof saaxilaa. Hojii harkaa (hojii gonkumaa akka bifa adabbiitti hin fayyadaminaa), Ispoortii fi Aartii waaqeffachuu qabu.
IQ isaanii, akkasumas EQ, SQ fi AQ isaanii guddisuu. Nama roga hedduu qabuu fi warra isaanii irraa walaba ta’anii waan tokko hojjechuu danda’an ta’uu qabu.
♡ㅤ ❍ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
➣ @Tajiroro1 | 78 |
| 6 | Callisuu kee keessatti wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfa kee keessas wantoonni ati dhokfattu baay'etu jiru.
Join | ➣ @Tajiroro1 ® | 56 |
| 7 | ❤️ Nama jaalataniif sababiilee jaalalaa shamarran dhiheessan keessaa 10 ... See More
▶️ See More
@Tajiroro1
❓ Maaliif jaalalli miira Namaa Akka to'atu?... See More @Tajiroro1 | 53 |
| 8 | Chaanelii kana #join gochuun dhangaa mana isaanii jiru hirmaadhaa! 🔥🔥🔥
@Tajiroro1
❤❤❤ | 77 |
| 9 | Kana qofaaf waan uumame natti hin fakkaatu; kana caalaa jiraachuun qaba!@Tajiroro1 | 78 |
| 10 | Nama tokkotti murteessuun eenyummaa isaanii hin ibsu, eenyummaa kee ibsa malee.
━━━━━━━━━━━
@Tajiroro1 | 78 |
| 11 | Waan qabatte tokkotti utuu cichitee waggaa tokko qofa keessatti namoota baayyee caalta! @Tajiroro1 | 73 |
| 12 | Namoonni tokko tokko
karaa duubaa si waraananii
maal taatee dhiigda siin jedhu.😒
@Tajiroro1 | 79 |
| 13 | #Guyyaa tokko hin deemta garuu, deebitee hin dhuftu. Guyyaa tokko hin rafta; garuu deebitee hin kaatu. Guyyaa tokko ijikee walitti cufama garuu; deebi'ee hin banamu. Guyyaa tokko Namoonni irra deddebi'anii si waamu; Ati garuu, Eenyu jalaayyuu hin Owwaattu. Gaafas cidha waa'eekeef qophaa'utu jira; Ati garuu, si'a tokko illee mil'achuu hin dandeessu. Guyyichi har'a ta'uu danda'a. Boris ta'uu danda'a, Barreeffama kana akka dubbistee fixxeenis ta'uu danda'a. Waggaa dheeraa fi gabaabaa boodas ta'uu danda'a. Guyyichi hin beekamu! Guyyaan tokko garuu jira. Guyyaa warri si jaallatanis, Si jibbaan si arguu dhaban jira.😢
waligalaa guyyaa tokko ni du• •ta🙄 Kanaaf har'a warra si jaallatanis si jibbanis jaalladhu! Bara Lafa kanarraa qabdutti gammadii, Uumaa kees namootas kabajaa jiraadhu! Har'umaa kaasii Isa sitti balleesseef dhiisi; Isa itti balleessites dhiifama gaafadhu! Jaalalan Addunyaa dhuunfaa kee keessa jiraadhu!
@Tajiroro1 | 73 |
| 14 | Ramadan Mubarak | 84 |
| 15 | Abjuu kee ajjeesuuf karaan guddaan sammuu xiqqaa tokkotti beeksisuudha.
@ | 102 |
| 16 | ▪️Akkaataa ofitti amanamummaa itti horatan:
• Waan duraan galmaan geesse ilaali.
• Wantoota irratti ga’umsa qabdu yaadi.
• Ofii keetii ol haasa’i.
• Galmoota tokko tokko kaa’i.
• Hojii itti bohartu argadhu. | 127 |
| 17 | Hojiitti hin hiikamne taanaan yaadni gaariin abjuu gaariidhaan addaa miti | 123 |
| 18 | Waa sadi dhufa sodaatan:-
I. Namni niitii qanyistuu qabu dhufa galgalaa sodaata.
II. Namni qarshii liqeeffate barii lafaa sodaata.
III. Namni manni dhimmisu dhufa roobaa sodaata. | 120 |
| 19 | Wanti afur osoo hin beeyne nama dhaqqaba badhaadhummaa,hiyyummaa,dhukkubaa fi du'a. | 113 |
| 20 | Ani mul'ata naan qaba yemmuu kanneen armaan gadii walbira qabii (Consider) godhi !
👇👇👇
3P Vision Development:
1:Picture
2:Plan
3:Process
The 3P Important For Your Vision Development :
1👉Mul'ata kee adda baasi! (Picture ).
2👉Kaayyoo fi Karoora qabaadhu!(Plan )
3👉Irratti hojjadhu! (Process) | 112 |
