407
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-630 days
Posts Archive
🎴Awash Bank SC🎴🚩For Fresh Graduates
▪️🚩Required No :27
▪️Position - Customer Service Officer Direct Sales Representative
▪️Qualifications: BA Degree in Banking & Finance, Accounting, Management, Economics, Marketing Managemeit,
Business Administration, Public Administration and Development Management, International Trade
Investment Management, Cooperative Business Management & Auditing.
Knowledge of computer operation is mandatory
Place of Work : Branches available under East Region
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/awash-bank-july-21-23/
https://t.me/obora_7
▪️Deadline: July 27/2023https://t.me/obora_7
#Safuu: komii dheengadda irratti komii biraa"Ministeerri Barnootaa Barattoota 'Accounting & Finances' Muraasaaf dhoksaan qabxii dabale..."Viv Abdisa Bancha Baratoonni mee #Check godha
"Qarshii Hamma Barbaadde Irratti Barreeffadhu!"
Guyyaa tokkodha gaazexeessituu tokkotu Duureessa Addunyaa kanaa kan ta'e Bill Gate waliin af-gaaffii (interview) gooti. Gaazexessitittiin gaaffii ishee keessatti, "dhoksaan fiixaan ba'insa keessanii maaliidhaa?" Jettee isa gaafatti.
Duuressi kunis gaazexeessituu kanatti check qullaa itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheenis, akka nama fedhii hin qabneetti check sana ofirraa dhiibaa, "lakki ani akkas jechuu barbaadeen miti, dhoksaan fixaan ba'insa keessanii maal akka ta'e isin gaafachuu barbaadeeni" jetti.
Bill Gate ammas irra deebiin check kana itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheen garuu ni didde. Duureessi addunyaa kun check kana itti argisiisaa, "dhoksaan fiixaan ba'insakoo carraa amma akkan siin si qaqqabee kana otuu of jalaa gubiin itti fayyadamuukoodha, dhoksaan milkaa'inakoo carraan argadhe hundaasaatti fayyadamuukoodha.
Otuu ati carraa amma siif kenname kanatti fayyadamte, silaa yoona kana gaazexeessituu duureetti addunyaa kanaa ta'uu dandeessa ture. Ani carraa laman siif kenne. Addunyaan kun carraa lama namaaf hin kennitu, carraa tokkittii si qaqqabeen itti fayyadamuun dhoksaa fiixaan ba'umsaati" ittiin jedhee
Bill Gate gaazexeessituu sanaaf carraa lama kennee ture isheen garuu itti hin fayyadamne. Otuu itti fayyadamtee silaa akkuma inni jedhe dureettii addunyaa kanaa taati ture. viv Tadele Fekadu TD
Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a Jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba.
Positive mind find opportunity in everything.
While negative mind find fault in everything
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸
Guyyaatti qar*shii 8,100 ol ykn dollaara 150 ol hojjechuuf appii kana fayyadamaa. Namni jabaatee yoo hojjete ni milka'aa, rakkina ykn hojii hin qabu jechuun amala ta'e malee, hojiin nama jijjiiru baay'eetu jira. Kanaafuu jijjiirama yoo feete ammuma application kana buufachuun hojii eegali. Appicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
👇👇👇👇
https://dc6.kanapress.com/earn-over-150-dollar-per-day-on-this-application/
Guyyaatti qar*shii 8,100 ol ykn dollaara 150 ol hojjechuuf appii kana fayyadamaa. Namni jabaatee yoo hojjete ni milka'aa, rakkina ykn hojii hin qabu jechuun amala ta'e malee, hojiin nama jijjiiru baay'eetu jira. Kanaafuu jijjiirama yoo feete ammuma application kana buufachuun hojii eegali. Appicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
👇👇👇👇/earn-over-150-dollar-per-day-on-this join group Kana godha dafaa dafaa Kara FB ttiin https://facebook.com/groups/799651391507395/
Akkaataan Itti Gamna Ta'uu Dandeenyu:
1. Xiqqoo dubbadhu, baay'ee dhaggeeffadhu.
2. Dhimmoota akka amantii fi siyaasaa irratti falmii hin baay'isiin. Yeroo itti waliigaltu ykn tuffattee dhiistu beeki.
3. Dubbachuu kee dura yaadi. Dursa osoo itti hin yaadin waan tokko dubbachuuf ariifachuun, wanta booda itti gaabbitu dubbachuu fiduu danda’a.
4. Namoota biratti gad of deebisuu fi safuu qabaachuu bari. Akkamittuu si ilaalanis, gara fuulduraatti ni gaabbu.
5. Miirota kee too'adhu.
6. Tarkaanfii itti aanu eenyutti iyyuu hin ibsiin. Namni waan hin beekneen sirratti duuluu hin danda’u.
7. Waa'ee ofii keetii hin dubbatin. Xiyyeeffannoon akka sirratti kennamu hin taasisiin.
8. Namoota biroo wajjin yeroo haasoftu ijaan ilaali akkasumas ofitti amanamummaa qabaadhu. Yeroo dubbattu harka 50, yeroo dhaggeeffattu immoo harka 70 ijaan ilaali.
9. Nama tokko fakkaachuuf hin yaalin. Adda ta'i!
10. Waan ibsa guutuu irratti kennuu hin dandeenye hin jalqabiin.
11. Callisuun jibbitoota keef deebii hundarra gaariidha.
12. Dandeettii kee gara yaadota gurguddootti fiduuf of leenjisi. Baayyee xiinxalaa ta'i kunis waantota haala adda ta'een akka ilaaltuuf si gargaara. Waan tokko haala adda ta'een ilaaluuf bilisa ta'i.
13. Tuuta namootaa hubannaa malee hin hordofiin. Yeroo hunda murtoo dhugaa fi sababa irratti hundaa’e fudhadhu. Karaa kee filachuuf ija jabaadhu.
14. Gaaffiiwwan hiika qaban gaafachuu irraa duubatti hin jedhiin xiyyeeffannoo kennuufii kee akkasumas haasaa sanaaf fedhii qabaachuu kee argisiisaa.
15. Waan tokko irratti yeroo bobbaatu of eeggadhu.Nama of fooyyessaa adeemu ta'i. Yeroodhuma hunda bifa tokkoon hin deddeebi'iin.
♡ ❍ㅤ ⎙ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
Join ❒┃❏ Share
🔔
Hojiif Gara Biyya Awustiraaliyaa imaluu feetuu?
humna nama hojjetuu dhabuu biyyoota guddatanii kanatti fayyadamuun gara biyyoota Awurooppaa fi Ameerikaa deemuun baratamaadha.
Amma garuu nama Ispoonsera siif ta'u ykn biyya Awustiraaliyaarraa nama tokko otoo hin qabaatiin ejensootni haala kana mijeessan argamaniiru. Ijoolleen keenya carraa kana fayyadamaa. Haalli itti guutamu salphaa dha Email qofa kan isinirraa barbaadamu.
👇👇👇👇👇👇👇👇 join group Kana godha dafaa dafaa
Barattoota Qormaata ba’iinsaa fudhatan keessaa %40.65 qofa qabxii darbiinsaa galmeessanii
Barattoota qormaata ba’iinsa Yuunivarsiitii fudhatan kuma 61 fi 54 keessaa %40.65 qabxii darbiinsaa galmeessuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Dooktar Saamu’eel Kifleen ibsa kennaniin, Waxabajjii 30, 2015 eegalee guyyoota 6’f kennamaa kan ture qormaanni ba’iinsa Yuunivarsiitii milkaa’inaan xumuramuu ibsaniiru.
Qormaaticha ni fudhatuun kan tilmaamaman barattootaa kuma 240 keessaa barattoonni kuma 194 fi 239 ga’umsi isaanii mirkanaa’ee qormaataaf galmaa’uu dubbataniiru.
Kana keessaa dhaabbilee mootummaa 48 keessaa barattoonni kumni 84 fi 627 fi dhaabbilee barnootaa dhunfaa 171 keessaa barattoonni kuma 109 fi 612 qormaata ba’iinsaa fudhachuuf galmaa’uu himaniiru.
Qormaaticha fudhachuuf kanneen galmaa’an keessaa dhaabbilee mootummaa keessaa barattoonni kuma 77 fi 981 akkasumas dhaabbilee dhuunfaa keessaa barattoonni kuma 72 fi 203 walumaagalatti barattoonni kumni 150 fi 203 qormaaticha fudhataniiru jedhan.
Kanneen keessaas barattoonni kuma 61 fi 54 yookaan %40.65 qabxii darbiinsaa galmeessuu eeraniiru.
Dhaabbileenis bu’aa qormaataa barattootaa erguu eegaluu himaniiru.
viv Waliif TV Ilaalcha haaraa.
Barattoota Qormaata ba’iinsaa fudhatan keessaa %40.65 qofa qabxii darbiinsaa galmeessanii
Barattoota qormaata ba’iinsa Yuunivarsiitii fudhatan kuma 61 fi 54 keessaa %40.65 qabxii darbiinsaa galmeessuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Dooktar Saamu’eel Kifleen ibsa kennaniin, Waxabajjii 30, 2015 eegalee guyyoota 6’f kennamaa kan ture qormaanni ba’iinsa Yuunivarsiitii milkaa’inaan xumuramuu ibsaniiru.
Qormaaticha ni fudhatuun kan tilmaamaman barattootaa kuma 240 keessaa barattoonni kuma 194 fi 239 ga’umsi isaanii mirkanaa’ee qormaataaf galmaa’uu dubbataniiru.
Kana keessaa dhaabbilee mootummaa 48 keessaa barattoonni kumni 84 fi 627 fi dhaabbilee barnootaa dhunfaa 171 keessaa barattoonni kuma 109 fi 612 qormaata ba’iinsaa fudhachuuf galmaa’uu himaniiru.
Qormaaticha fudhachuuf kanneen galmaa’an keessaa dhaabbilee mootummaa keessaa barattoonni kuma 77 fi 981 akkasumas dhaabbilee dhuunfaa keessaa barattoonni kuma 72 fi 203 walumaagalatti barattoonni kumni 150 fi 203 qormaaticha fudhataniiru jedhan.
Kanneen keessaas barattoonni kuma 61 fi 54 yookaan %40.65 qabxii darbiinsaa galmeessuu eeraniiru.
Dhaabbileenis bu’aa qormaataa barattootaa erguu eegaluu himaniiru.
viv Waliif TV Ilaalcha haaraa.
OF HUBACHUU
▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Of hubachuun waa'ee ofii kee beekumsa guutuu qabaachuudha. Adeemsa jireenyaa keessatti yaadrimee kana olkaastee itti fayyadamuun akkaan barbaachisaadha.
⁃ "Fedhi koo maali?
⁃ Yaadi koo?
⁃ Maalan barbaada?
⁃ Ani wanta namoota biroo irraa adda na godhu maalan qaba?
⁃ Dandeettiin koo maal?
⁃ Maalan hojjechuu barbaada?
⁃ Maal qabaachuun barbaada?"
❍ Gaaffileen kun gaaffilee OF HUBACHUUF gaafatamaniidha. Gaaffilee kanaaf deebii sirrii qabaachuun, fiigicha jireenyaa kee milkeessuuf ati taasiftu keessatti dhimma murteessaadha. Of beektee isa ta'uu barbaaddu taatee argamuuf, gaaffilee kanaaf xiyyeeffannoo kennuun duubatti harkifannaa jireenya kee mudatu kamirraayyuu si oolcha. Gaaffileen armaan olii waa'ee ofii kee fakkii sirrii (right image); akka qabaattuuf gargaaru. Kun immoo jireenya kee keessatti madda humnaa fi anniisaa ta'ee si gargaara. Yeroo kana daandii milkaa'inaa irratti gufuu si mudatu kamiifuu deebii sirrii laatta. Fiixee milkaa'inaa irra qaqqabuu kan dandeessu haala kanaan.
❍ Kanaaf ofii keef hubannoo sirrii qabaadhu! Jireenya kee utubi! Beekumsi kee, muuxannoon kee, ga'umsi kee akka si gargaaruuf ogummaa fayyadami! Fuulduree keef abdii ta'i! Of hubadhu!
➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin!
𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
✓Namni waan of harkaa qabu hin beekneefi namni waa tokkollee hin qabne tokkoodha.
Kanaaf waan keessa kee jiruufi hamma kee beeki!.
Atuu ofiif sooressaadha kan ormaa hin hawwiin!
✓nama namni itti hawwu ta'i malee nama namatti hawwu hin ta'in!.
✓namni hamaan milkaa'ina isaatirra kufaatii nama biraattu isa gammachiisa.
Kanaaf namoota akkasii irraa fagaadhu, ilaalcha akkasiis yoo qabaatte of keessa haqi.
✓Namni waan of harkaa qabu hin beekneefi namni waa tokkollee hin qabne tokkoodha.
Kanaaf waan keessa kee jiruufi hamma kee beeki!.
Atuu ofiif sooressaadha kan ormaa hin hawwiin!
✓nama namni itti hawwu ta'i malee nama namatti hawwu hin ta'in!.
✓namni hamaan milkaa'ina isaatirra kufaatii nama biraattu isa gammachiisa.
Kanaaf namoota akkasii irraa fagaadhu, ilaalcha akkasiis yoo qabaatte of keessa haqi.
Manguddoo tokkotu dulloomee fiixee du'aarra yoo gahu ilma isaa ofiiti waamee, "yaa ilmakoo sa'aatii harkaa kana abbaa kootu naaf kenne isaaf ammoo abbaa isaatu laateefii
ture amma sa'aatiin kun gara waggaa dhibba lamaa darbeera anis ilman qabuufii waan gati jabeessa dhaalchisu si waan ta'eef siifan laadha. Garuu, dursa deemiitii manneen daldalaarra naanna'ii hangamiin akka sirraa bitan
gaafadhu" jedheen. Mucichis suuqii garaa garaa irra naanna'ee gaafachuu eegale. Daldaltoonnis 'sa'aatiin kun moofaadha, sanumaayyuu ammoo
ligidii qaba qarshii shan caalaadhaan yoo binne nuuf hin baasu' jedhaniini.
Daldaltoota jijiree biyyaa biyyatti deemee yoo gaafatus kan gadi hir'isu malee nama ol kaasuuf dhabe. Sana booda deebi'ee abbaa isaatiin
"Abbaakoo daldaltoota hedduu suuqii qaban gaafadhee qarshii shanii oliin hin binnu jedhaniiru "jedheeni. Abbaanis "amma immoo gara god-hambaa yookan muuziyeemii biyyoolessaa dhaqitii gaafadhu" jedheen.
Mucichis gaafa hoggantoota muuziyeemii biyyoolessaa dhaqee gaafatu qarshii miiliyoona lamaan sirraa binna jedhaniin, mucichis gammadaa gara abbaa isaatti deebi'ee, "abbaakoo kunoo reefan bakka ta'u deeme, isaan qarshii miliyoona lamaan sirraa binnaa fidi" naan jedhan jedhee itti hime,
➽, Abbaan isaa manguddoon beekaan kunis"Egaa argitee bakka siinmadaalle yoo dhaabbatte gatiikee gadi cabsa, si salphisa; bakka si madaalu yoo oolte garuu eebba qaba ulfina siif kenna. Kanaafuu Yoo namni si cabse si salphise hin rifatin, waan sin beekneefi. ati bakka simadaaluufi nama barbaachisummaa kee beeku biratti niikabajamta" jedhee gorse
Ati gaafa iddoo kee malee dhaabbattu rakasta malee rakasa miti.
Jireenyatti Waliif Yaaduu |
Dunkaana hin ijaarratin
Awwaala koo cinaattij
Yoo dhugaan na jaallatte
Na jaalladhu jiraatti!
Utuun jiruu hammina keen
Burqaa kiyya qadaaddee
Akkan haara hin galfanne
Ciincessitee na waaddee
Ergan du’ee obbaafadhee
Firooma maalii yaaddee?
Addunyaa yartuu kanaaf
Hin tuttuqin caba koo
Kanuman jechuu fedha
Galatoomi nama koo!
𝕁𝕠𝕚𝕟𝕌𝕤4𝕄𝕠𝕣𝕖 ⇣⇣
╔╦╦╦╦╦╦╦╦╦╦╦╦╦╗
║ @obora_inspire_bot 53 ║
║ @obora_inspire_bot 53 ║
╚╩╩╩╩╩╩╩╦╦╦╦ ╩╝
Jireenyatti Waliif Yaaduu |
Dunkaana hin ijaarratin
Awwaala koo cinaattij
Yoo dhugaan na jaallatte
Na jaalladhu jiraatti!
Utuun jiruu hammina keen
Burqaa kiyya qadaaddee
Akkan haara hin galfanne
Ciincessitee na waaddee
Ergan du’ee obbaafadhee
Firooma maalii yaaddee?
Addunyaa yartuu kanaaf
Hin tuttuqin caba koo
Kanuman jechuu fedha
Galatoomi nama koo!
𝕁𝕠𝕚𝕟𝕌𝕤4𝕄𝕠𝕣𝕖 ⇣⇣
╔╦╦╦╦╦╦╦╦╦╦╦╦╦╗
║ @obora_inspire_bot 53 ║
║ @obora_inspire_bot 53 ║
╚╩╩╩╩╩╩╩╦╦╦╦ ╩╝
Baay'ee nama gaddisiisa!
Nan himinaa!🥲
Mana barnootaa tokko keessatti barsiistuun kutaa seentee osoo ijoollee barsiisaa jirtuu gidduutti barataan tokko harka isaa baasee, "Mi'a kootu najalaa hatamee jira; boorsaa ijoollee keessa naaf haa ilaalamu," jedhee dubbata ture. kana irratti barsiistuun mi'i mucicha jalaa hatame maal akka ta'e erga addaan baafatteen booda boorsaa barattoota hundumaa dabaree dabaree dhaan sakatta'uu itti fufte.
osoo sakatta'amaa jiranii mucaan durbaa waggaa 10 nii tokko dabareen sakatta'amuu ishee yeroo ga'etti boorsaa ishee kennuu didde! yeroo kana dhageessutti barsiistuun sun baay'ee aartee, "Mucaa hattuu kanaa, mi'a mucaa kanaa situ hate, ati hattuu dha. amma utuun poolisii sitti hin waamiin dafiitii boorsaa kee akkan sakatta'uuf natti kenni," jettee mucattii daddarbatte! Ijoolleen hundinuus; 'hattuu! hattuu!' jedhanii itti kolfuu fi itti iyyuu jalqabaan Mucattiinis yeroo sagalee dheekamsaa barsiistuu fi waca ijoollee dhageessetti naasuu daangaa hin qabne naate. baay'ees rifatte. kana irraa ka'uun dafqi irra dhangala'ee qaamni ishee hundinuu hoollachuu jalqabe. Mucattiinis baay'ee waan bir'atteef barsiistuu isheetiin, "Adaraa kee barsiistuu koo, ani hattuu miti. yoo barbaaddeef hoodhu boorsaa koo sakatta'i; garuu ijoollee kana duratti miti. qofaatti achi nabaasii nasakatta'i," jettee jilba isheetti jilbeenfattee boossee kadhatte. Barsiistuun sun garuu, "Asumattan si sakatta'a malee," jettee didde! sagalee wacaa kan dhaga'an barsiisonnii fi qindeessitoonni mana barnootaa sana keessa jiran tokko osoo hin hafiin yaa'anii dhufan. yammuu ilaalanis mucaa xinnoo waggaa kudhanii (10) miilla barsiistuu isheetti jilbeenfattee boossuu fi barsiistuu ija ishee bobaasaa mucaatti banbantu arganii hundinuu, "Maaltu ta'ee?" jedhanii naasuu dhaan wal gaggaafatu turan. Barsiistuttiinis aariin dhugamtee akkuma jirtutti waan ta'e hundumaa isaaniif himte. kana irratti Hoggantuun (Director) mana barnootaa sanaa dubartii umuriin xinnoo deemte waan turteef dubbii jaraa erga xiinxalteen booda mucattii fi barsiistuttii sana qofaa fudhattee gara biiroo isheetti geessite. Maal akka ta'e isaan gaafachuuf yeroo yaaltutti garuu barsiistuttiin mucattii irratti banbanuu hin dhiisu, qalaa naguuraa malee jettee maraatti turte. yeroo waccus, "Mucattiin Loccuu fakkaattu kun hattuu dha; isheematu jalaa hate sirriittan beeka," jettis ture. hoggantuun sunis barsiistuu sana erga cal jechisiisteen booda, yeroo boorsaa mucaa bantee sakattaatu waan amanuun isaa nama rakkisu achi keessatti argite. innis firfaarii nyaataa ijoolleen kutaa isheetii nyaatanii hambisanii gaggatan ture kan mucattiin dhokattee deemtee lafa isaan itti dhangalaasani hammaarrattee boorsaa ishee keessa tuullattee turte; malee mi'a mucaa hatame sana hin turre! Amanuu dadhaban. "Kun akkamitti ta'uu danda'aa? Maal goota ati firfaarii kosii keessaa walitti sassaabdee yeroo boorsaa keetti tuultee deemtu?" jechuun gaafatan.
Mucattiinis qaanoftee boquu isheen lafa ilaalaa, "Obboloota koo warra mana jiraniifan geessa! yoo ani geesseef malee lafa argatanii nyaatan hin qaban. hamman mana barnootaa kanaa galutti hoomaa osoo afaaniin hin qabiin akka eda galgala nyaatanitti hagabuu taa'anii na eegu!" jettee qaanii dhaan deebisteef. kanarraatti hoggantuun sun lafa ta'aa jirtuu ol kaatee gara mucattiitti siqattee mataa ishee ofiisheetti hirkistee rifeensa mataa ishee qaqqabaa, "Jabaadhu dhalakoo homaa hin sodaatiiniti mee waa'ee Abbaa kee fi Haadha kee natti himi," jettee gaafatte.
Mucaanis imimmaan ishee dhangalaasaa, "Abbaan koo kan nu jiraachisu konkolaachisaa waan tureefidha. guyyaa tokko garuu reeffa isaatu nuuf dhufe. 'maal ?' jennaan balaa tasaan konkolaataa kan biraa wajjin walitti rukutamee akka du'e nuuf himan. inni kanaan adda nurraa ba'e. haati keenya immoo kan ittiin nujiraachiftu galii addaa hin qabdu turte. sababa kanaaf akka tasaa du'uu abbaakoo yeroo dhageessetti of wallaaltee kufte; achiis gara hospitaalaatti geeffamtee utuu hin turiin reeffi ishee nuuf deebi'e. Obbolaa dhiiraa xixiqqaa laman (2) qaba. isaaniinan manatti dhiisee dhufe.
