en
Feedback
Obora inspire

Obora inspire

Open in Telegram
407
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-630 days
Posts Archive
JECHOOTA ajaa'ibaa taaksii keessatti barreefamanii jiran. ❶Ni jiraanna jenneeti malee balleesinee baduun nun dhibu. ❷Umurii nuti qabnu jeequmsaaf miti jaallachuufuu nun geessu. ❸Qophummaan kan bareedu mana fincaanii keessatti qofa. ❹Aangoon kan ittiin uummata bulchan malee kan ittiin uummata doorsisan miti. ❺Kanan rafuuf kan hin rafne gooftaa waanan qabuufi. ❻Hangam yoo tureyyuu harmii fi mootummaan kufuunsaa hin oolu. ❼Fuula inaaffaan guraachesse dibatni hin cululksu! ❽Utuu durbi lafa qotuun argamti ta'ee dhiirri hunduu qote bulaa ta'ee dhuma. ❾Nama hin tuffatin inni jiraanniyyuu surree nama hiikachiisti. ❿Bara re'ee ta'aamutti hoolaa hin ta'in. ⓫Utuu barnootni uleedhaan namaa gala ta'e harreen piroofeesera taati turte. ⓬Utuu baalli mukaa qarshii ta'ee dubarri qalamee jaallatti! ⓭Anaan hiyyeesa nan jette atimmoo boorsaa duwwaaf daalleekee malee maal qabda. ⓮Utuu daawitii (of ilaallee) dhaaf ni kaffalama ta'ee dubartootni meeqa kaffalu? ⓯Hangafti tooftaa jireenyaa wal danda'uudha!! :¨·.·¨: ❤️   `·. 

. GOSOOTA JAALALAA    TYPES OF LOVE 💗💗💗💗💗💗💗💗💗 💗  Jaalalli araada (suusidha). Kanaaf guutuu ta'ee hin argamne. Jaalalli si'eessssituu mataa isaa qaba. Ishiin ammuma itti baay'attu fi keessa hir'attu amala jaalalaa jijjiirti. Jaalalli yoo xiqqaate miira, walitti dhiyeenya fi iftoomina walii qabaachuu gaafata. Jaalalli gosuma tokko kan qabu ta'uyyuu haala namaatin gargar hiramuu danda'a. 💖 Jaalala obbolummaa/Affectionate Love Jaalalli gosa kanaa waliin jireenya fi walitti dhiyeenya irraa madda. Kabaja walii qabaachutu mul'ata. Jaalala hiriyummaati. Darbee gara jaalala biraattis guddachuuf carraa qaba. 💖 Jaalala Ho'aa/Romantic Love Namoonni gosa jaalala kanaan kufan boca qaama ilaalaniiti. Haala deemichaa, dhaabbii qaamaa, hawwannaa qaama ishii/isaa ilaalanii jaalalatti seenu. Warri jaalala gosa kanaa keessa seenan ulagaalee kan akka sabummaa, amanti fi kan kana fakkaatu dhimma isaanii miti. Boca/shape waan ta'eef namni biraa akka ilaalu hin fedhan. Inaaffan kan guuttamaniidha. Wal dhoksuu barbaadu. Osoo danda'amee wal liqimsanii yeroo ofii barbaadan qofa dirreetti wal baasuu barbaadu. 💖 Jaalala Miiraa/ Passionate Love Warri jaalala kanaan qabaman warra miiran hogganamaniidha.  Garuu kan turu amma miirri sun qorrutti fi walqunnamtii saalaa jalqabaa booda laafaa deemuu danda'a. Sirumaayyuu yoo ture jibbisiisadha. 💖 Jaalala Fakkaataa/Logical Love Jaalala karooran gaggeeffamuudha. Irra caalatti ishiif inni wantoota wal fakkaatu qabaachuu qabu. Umurii, hojii, saba, amantaa fi kan kana fakkatan kan ilaalcha keessa galaniidha. Mi'aa baay'ee qabaachuu baatus hin nuffisiisu. Wanti bitaa namatti galu muraasa. 💖 Jaalala sababaa/Casual Love Jaalala dhimmi yookin rakkoon wayii walitti isaan fideen uumamuudha. Warra rakkoo, iccitii walii walitti himaniidha. Akka oolmatti hin lakka'amu. 💖 Jaalala Gowwaa/Foolish Love Waanuma xiqqoo arguudhan warra jaalalaan kufaniidha. Suura isaa/ishii qofa arguudhan, barreeffama qofa yookin sagalee qofa dhaga'uudhan warra jaalalatti seenaniidha. Kan karaa feesbuukii taasifamu fakkeenya gaarii kanaaf ta'uu danda'a. 💖 Jaalala Tarkaanfataa/Possessive Love Jaalala beekkamtiidhaf taasifamuudha. Nama sirritti beekkamu kan ofii godhachuu kan jibbu hin jiru. Jaalallee nama beekkamaa ta'uuf dhamaatii gaggeeffamuudha. Garuu nama san biratti nu tuffachiisuu hin oolu. 💖 Jaalala Oolmaa/UnSelfish Love Warri jaalala kanatti seenan warra rakkoo yookin miidhaa wayii irraa nu baraare tokkoof tole jechuudha. Jaalalli nama sanii nu qabee osoo hin taane oolman inni/ishiin nu oole nutti waan ulfaatuf of dabarsanii laachudha. 💖 Jaalala Taphaa/Game playing Daa'imti yeroo dhoqqee keessa gangalattee of daallessitu omaa itti hin fakkaatu. Kuni jaalala jedhamuu baatus fedhii ofii ba'uuf kan taasifamuudha. Dheebuu fedhii foonii ba'uuf kan itti seennamuudha. Gosti jaalala kanaa jechoota hawwatoo fi mimi'aawaniin kan guuttaman kan salphaatti onnee baqaqsanii seenaniidha. 💖 Jaalala Duwwaa/Empty Love Jaalala omaa hin qabneedha. Jaalalli kun waanuma salphaadhan otoo omtuu hin uumamne siifan du'a, siifan maraadhe, si malee jireenyi naaf hin taatu jedhanii sobaan garaa wal guutudha.           💖 Jaalala Ofittummaa/Selfish Love Jaalala of jaalannaa irraa madduudha. Amma qabeenyi jirutti qofa kan turuudha. Gaafa waa jiru ho'ee mul'ata. Fayidaa ofii karaa ittiin guutan barbaaduu malee jaalalli hiriyaa keenya baay'ee kan nama dhiphisu miti. 💖 Companion Love Jaalalli kun hawwii dheeraa kan qabuudha. Irra caalatti kanaaf dubaratu saaxilama. Daftee jaalala ho'aa keessa seenun bultii ijaarrachuudhaf fiigdi. Dhaluudhafis heedduu sardamti. Jaalala ilmoo warra qabaniidha. 💖 Jaalala hanga du'aa/Consummate Love/Enduring Jaalala umurii dheeraa qabuudha. Jaalala uuma fi uumamni jaalatuudha. Jaalalli dhugaan isa kana. Warraa wal jaalatanii amma du'anitti kan itti fufaniidha. Walqixa jireenya ofii keessatti lachuu kan dhama'an. Warra jaalalan kufan osoo hin taane warra jaalalaan ijaarramaniidha. :¨·.·¨: ❤️   `·. 

Repost 3 Jaalala + Kabaja + Hubannoo + Dhiifama = Gaa'ela Gaarii 😊 :¨·.·¨: ❤️   `·. 

➡️How foolish you are? Gowwaa akkamiti ati? ➡️How kind you are? Nama arjaa akkamiiti ati? ➡️How greedy you are? Nama jarjaraa akkamiti ati? ⤵️⤵️⤵️ https://t.me/boost/tajir3

Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/obora_7

#Harargeen Ka qamaatuuf Akka Ethiopia keessa jiran if irraanfachisuufi adeero 🤗🤗🤗🤗🤗🤗 Join to share https://t.me/obora_7

#Kaantu maraattu gudeede maaliif gudeedda jannaaniin Sammuutu maraate malee hudduu miti ja'u seetani😋🤣 Join to share https://t.me/obora_7

#Durbi dur onnee nama seenti kan ammaa kiisi nama seenti😎 . . . . . . .😏😏😏😏😏😏 Join to share https://t.me/obora_7

Love + Care = Mom Love + Fear = Dad Love + Fight = Brother Love + Help = Sister Love + Life = Life partner #But Love + Care + Help + Fear + Life + Fight = #Best_friend.❤️

wantoota Argachuuf namatti ulfaatan⁉️ 📶 WiFi password hin qabne 👩‍💼 Dubartii Jaalallee hin qabne 🙍‍♂ Dargageessa suusi hin qabne

#Nabi_Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti♡ﷺ🍂S A W🤍

Wooow linkii armaan gadii tuquudhaan website kana irraa qarshii hedduu argachuu dandeessu qarshii keessan gara baankiitti transfer gootanii baafachuu dandeessu https://t.me/obora_7 Linkii 👆kana tuquudhaan yoo galmooftan $46 isiniif kenna Akkasumas yoo fedhii qabaattan saatii tokko tokkoon irra seentanii go to free bakka jedhu tuqxanii bonus argattu Linkii kana tuqaa👇 https://t.me/obora_7 hojii biraatiif join godhaa@obora_inspire_bot

Dhagaa sassaabuuf warqii harcaasaa hin deeminii dhiisi. Eeee Namni waan funaanuufi waan harcaasuu qabu adda osoo hin baafatin imalu dhumti isaa gaabbii tahaa beeki. Jaaloo Nama sii jecha gatii kaffalu,kan ibidda sirra bu’aa jiru sirraa dhaaamsu,ka halkanii guyyaa si duubatti sirraa falmu dhiistee,isa guyyaa morma jala si dhungatee halkan gurra si ciniinu adda baafadhu. Obbolaa Hiriyaa kophatti waa siin jedhuu dadhabee,Orma keessatti seequu fakkeessee si qimmiidu irraa uf eegi malee,lama waddamtaa hubadhu. Namana Gaaddidduu guyyaa malee halkan si bira hin ijjanne irraa uf qusadhu. Hey isa sagalee kee ukkaamsu irra isa fagootti sirraa goree jiraatu maxxanfadhu.

Dhagaa sassaabuuf warqii harcaasaa hin deeminii dhiisi. Eeee Namni waan funaanuufi waan harcaasuu qabu adda osoo hin baafatin imalu dhumti isaa gaabbii tahaa beeki. Jaaloo Nama sii jecha gatii kaffalu,kan ibidda sirra bu’aa jiru sirraa dhaaamsu,ka halkanii guyyaa si duubatti sirraa falmu dhiistee,isa guyyaa morma jala si dhungatee halkan gurra si ciniinu adda baafadhu. Obbolaa Hiriyaa kophatti waa siin jedhuu dadhabee,Orma keessatti seequu fakkeessee si qimmiidu irraa uf eegi malee,lama waddamtaa hubadhu. Namana Gaaddidduu guyyaa malee halkan si bira hin ijjanne irraa uf qusadhu. Hey isa sagalee kee ukkaamsu irra isa fagootti sirraa goree jiraatu maxxanfadhu. https://t.me/obora_7

#Motivational Every human being who reaches the age of understanding of the purpose of money, wishes for it. Wishing will not bring riches. But desiring riches with a state of mind that becomes an obsession, then planning definite ways and means to acquire riches, and backing those plans with persistence which does not recognize failure, will bring riches. ~Napoleon Hill ⚜️⚪️⚜️⚪️⚜️⚪️⚜️⚪️⚜️ Oborahttps://t.me/obora_1

Oduu Ammee Injifattoonni DV 2025 ifoomaniiru Injifattoonni DV 2025 hanga Fulbaana dhufutti lakkoofsa dhoksaa isaanii qabachuu
Oduu Ammee Injifattoonni DV 2025 ifoomaniiru Injifattoonni DV 2025 hanga Fulbaana dhufutti lakkoofsa dhoksaa isaanii qabachuun dirqama ta'a jedhameera. Iyyattoonni DV 2025 marsariitii https://dvprogram.state.gov/ESC/ seenuun carraa isaanii mirkaneessuu akka danda’an fi iyyattoonni lakkoofsa dhoksaa isaanii jalaa bade https://dvprogram.state.gov/ESC seenuun deebi’anii argachuu akka danda’an himameera. Ilaladhaa 🎊 @MULATA_SABAA

Ramadaanni walakkaan dabree jira. Hanga hafeen RABBIIN nu haa milkeessu.🤲❤️🎧

Eyyee,akka of jaallattu nan barbaada.Sababni yoo of jaallatte malee nama biraa jaallachuu hin dandeessu.Yoo of hin jaallanne,jaalalli maal akka ta'e hin beektu. https://t.me/obora_7

Ati addunyaa tanaaf nama tokko ta'uu malta nama tokkof garuu addunyaa ta'uu dandeessa. https://t.me/obora_7