cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

MUL'ATA SABAA

https://telega.io/c/MULATA_SABAA ISPOORTII,ODUU,GORSAA JIREENYA,KITAABA BARATTOOTA. ni argattu 🌏Maddeen Odeeffannoo dhugaa fi amaanamoo ta'an karaa telegram Afaan Oromoon tin argachuuf kunooti channel Keessan hordofaa Yaadaafi Erga 📩 @MulatasabaaAD

Show more
Finland1 451The language is not specifiedNews & Media20 777
Advertising posts
3 977
Subscribers
+524 hours
+27 days
+24730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Hawi Welcome
Show all...
Geremew Welcome
Show all...
Tolee Welcome
Show all...
alex@g Welcome
Show all...
magee oro Welcome
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Notcoin namoota duraan tap tap godhaa turaniif guyyaa kaleessaa irraa jalqabee kaffaluu eegalee jira Namni carraan notcoin isin jala darbe carraa kanatti fayyadamaa Kunis akkuma notcoin tap tap gochuudhaan qarshii walitti qabatama Guyyaa 12 qofatu hafe Akka isin hin dabarre https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId1601152167 Warri hin jalqabin ammuma start godhaa  jalqabaa Warri jalqabdan immoo nuffii tokko malee jabaachuun hojjedhaa Liinkii Armaan Gadiin jalqabaa 👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1601152167 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_6506847260 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Carraan sin darbin
Show all...
🏆 2
Photo unavailableShow in Telegram
#EXITEXAM Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa odeeffannoo barattoota isaanii qormaata Ba’iinsaa fudhatan hanga Caamsaa 16/2016tti akka dhiyeessan Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii dhaamaniiru. Dhaabbata ion I odeeffannoo barattoota isaanii unkaa Ministeerri Barnootaa qopheesse fayyadamuun erguu akka qaban abbaan taayitichaa akeekkachiiseera. @MULATA_SABAA
Show all...
👍 1
Gamtaa Welcome
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Manni Murtii Yakkamtoota Idiladdunyaa-ICC, Ministirri Muummee Israa'el Beenjaamin Netaaniyaahuu ''yakkoota waraanaa fi yakkoota dhala namaarratti raawwateen himatamee hidhaan isa mudachuu danda'a'' jedheera. Qondaalli kun garuu mufatannaadhaan deebii kennan. Neetaniyaahuun hoogganaan ICC Kariim Kahaan faallaa Israa'el deemuun warra beekaman keessaati jechuun jecha arrabsoo itti gadhiisan. Ajaji hidhaa ministira muummee fi ministira ittisaarratti akka ba'u gaafachuunsaa ilaalcha jibba Yihuudotaa( anti-semetism), kan addunyaarra walga'aa jiru, daran hammeessuudha jedhan Neetaniyaahuun. Aab Neetaniyaahuun oduu kana akkuma dhagahaniin aarii fi rifaatuudhaan wayita haasaa taasisan, akka michuuwwan isaanii warri lixaa dhagahanitti afaan Ingiliziin dubbatan, dur akkas hin turre. Yaadisaanii ergaasaanii Ameerikaadhaan ga'achuu akka ta'e ni beekama. @MULATA_SABAA
Show all...
👍 3
Caalaa Welcome
Show all...