cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Keol Nagasaa

Show more
Finland1 696The language is not specifiedMusic38 509
Advertising posts
741
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-1730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Magarsaa Qilxuu
Show all...
wallee jaal jonjessaa share like subscribe godhaa

Repost from Jaal Shurube Voice
Show all...
Dhaamsa Jaal Marroo Walgahii Washington DC, 2023

Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Ammee Simboon Muuziqaa Oromoo Artist Tadele Gemechu ammas deebi'ee dhufeera. Hanga Aalbemni isaa 4ffaa dhufutti, isa kanaan gurra hoo'ifadhaa waan nuun jedhe fakkaata. Weellistoota Oromoo sadarkaa Aalbemaatiin hojii hedduu hojjetaniin fudhatamummaa guddaa argatan keessaa Taaddeen nama tokko. Ammas ammoo Aalbemni isaa 4ffaa guutuun gadi ba'uuf yeroo muraasatu hafe. Aalbemni Taaddee dhufaa jiru, hojiilee baayyee bibilchaatoo of keessa qaba. Hagasitti ammoo akkuma jalabuusaatti sirba haaraa ODUU AMMEE jedhu kana nu qaqqabsiisee jira. Oduu Ammee caqasaa, si eegna. Nagaan kottu Taaddee.
Show all...
Be Happy in every Challenge!
Show all...
#Congratulation!#🎴Commercial Bank Of Ethiopia🎴🚩 Bank Trainee Result ▪️Jimma District ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧     https://bit.ly/3xLdwOd ▪️Debre Markos ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧     https://bit.ly/41iP5Fl ▪️Woldia & Dessie District ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧     https://bit.ly/3ke2T3D ▪️Gonder District ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧     https://bit.ly/3Zc4x4n
Show all...
Commercial Bank Of Ethiopia/Call For Recruitment - All jobs in one place

Commercial Bank Of Ethiopia / Bank Trainee Result/Call For Recruitment

Photo unavailableShow in Telegram
Hiriyaa Koo faana Guyyaa bareedaa dabarsine
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Nagaan Biyya Jarman Geesse Artist keenya Jaalatamaa Caalaa Bultume Artist keenya Caalaa Bultume Guyyaa Arraa Concert Ajaa'ibaatiif Biyya Jarman Gaheera warri biyya Jarman jirtan hundi keessan irraa hin hafinaa wallee Artist Caalaa Guuyyaa Lama dura Qilleensarra Oolee kan akkaa bareedaa kana Link Kanaan Daawwadhaa Waliif Qoodaa share 👉👉 https://bit.ly/3GsAz4w
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Waaqni Bishaan Daadhiitti jijjiire, harrammo Qaallittii fi karchallee Mana Harrootaatti jijjiiraa Jira🙌
Show all...