cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Jaal Shurube Voice

๐‡๐ข๐ซ๐ค๐จ๐จ๐ง ๐ ๐š๐ซ๐›๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ๐ง ๐ ๐š๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐๐ก๐š. ๐†๐š๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐Ÿ๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข. ๐“๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐Ÿ๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ ๐š๐ซ๐›๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข. ๐€๐ค๐ค๐š ๐ฌ๐š๐›๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐Ÿ๐š๐ฅ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ช๐จ๐Ÿa!

Show more
Finland1 244The language is not specifiedPolitics7 991
Advertising posts
5 056
Subscribers
+2724 hours
+2097 days
+45230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Baga wal argeen keessan milkiin goolabame Jaalan koo
Show all...
โค 18๐Ÿฅฐ 2
Odeessa PPn Miilishoota torbee 2 hin guunnee leenjiiftee xollaayii TATA 60 karaa waliisoo dabarsaa jirti ibiddatti naquuf.
Show all...
๐Ÿ‘ 11
G/H/G/Wallaggaa aanaa horro bakka bataskaana Abboo jedhamtuutti kaadireenis muccuqqi jettetti kan Yaantoo sunimoo hin dubbatamuu.๐Ÿคญ ๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ž๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ ๐˜ฝ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–
Show all...
โค 5
Cuunfaa Injifannoo Kuyyuu Gabra Gurraachaa ```````````````````````````````` โ˜†Akm 85 โ˜†Bkm 5 โ˜†Sniper 8 โ˜†Booji'amaan 17 โ˜†Morgaan 100 oli.     ๐Ÿ‘‰ ๐™’๐˜ฝ๐™Šn ๐™ƒ๐™–๐™– ๐™’๐™–๐™–๐™ง๐™ช
Show all...
โค 1
Photo unavailableShow in Telegram
Bobbaan Duula Irbuu Shinniggaa Jabaatee Akkuma itti fufetti jira. Bakka cufattuu Injifannoo galmaa'aa jir Giddu Gala oromiyaa Aanaa Kuyyuu. IUOf ๐™’๐˜ฝ๐™Š ๐™’๐™–๐™ก๐™ž๐™ž๐™ฃ ๐™๐™ช๐™ก๐™™๐™ช๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž
Show all...
๐Ÿ‘ 13
00:14
Video unavailableShow in Telegram
Warra haqa sabaaf of kenne, ammallee wal horaa, barakadhaa ! Oromiyaan Biyya IUO !
Show all...
7.13 KB
โค 11๐Ÿ‘ 7
Mataa Shiraaย  Godina Qellem wallagaa Daagim Kaa Jedhamtu Oromoo fi Oromiyaa Baleesuuf ciftee takaa kana hin bulee Hojii sexaanf Digimtiin kana Qabenyaa Horatee Ammaa Gandaa Duwaa torbaa (07) yabaloo Kaa jiratuu Hojii Oromoo Duguguu Irratti Bobbatee Kaa jiratuu Mataa Shiraa Fa-annoo Lafaa qabachisuuf Halakanif Guyyaa Ifajaa kaa turte ammas Hojii kee Kanan Duraa irraa Itti calchiftee kaa jirtu Yeroo Darbee Tarkanfii qabenyaa Kee fi Konkolachisaa kee irraa akkaa ati baratuf ture ati garuu irraa baruu irraa itti Caltee jirtaa Hoojii badaa Itti fufute Magalaa Dembi Dolloo kessatti Bababara ati Maqaa Fan-noo-n ijartee jirtuu Hundaa Isaa Qorannee biraa genyee jiraa. Guyyaa dhengadaa Meshaa comnication (Radio Waranaa Qamaa Mafia PP Bakkaa bu'ee RIB ofiin jechuu irraa fudhee Fan-noof uttuu gessuu Konkolataa waalin qabamuun Harkaa Motummaa Mafia PP galuun isaa bekamadhaa Firiis Dinnii Haa dhagahuu Kana booda Qamaa Oromia kessaa Mandhefatee Oromoo fi Oromiyaa irratti Shiraa Dalaguu kaamifuu obsaa qabnuu Sittin himaa Qaamni Daagim Waalin Hidhataa Qabduu Hundii kee List kee nu biraa waan jiruuf Afaan Beektuun Qopha'ii nutti Kan hidhaneef mirgaa Oromoo fi Oromiyaa Kabachisuuf Lubbuu fi lafee kenyaa cabsaa Jira Hubachisa Oromoon iddoo jirtu Qamaa Fannoo Bakkaa bu'ee Dalaguu Eruu nu ladhaa!biyyoo irraa dhuftee biyyotti debitaa
Show all...
๐Ÿ‘ 10
Photo unavailableShow in Telegram
Odeessa Keesso HGW Aanaa horroo bulluq kaleessa kaabinooti adabamteย  >itti gaafatamaa qonnaa -1 >itti gaafatamaa buusaa gonofaa -1ย  fi >kaabinoota deemtee soba afuufaa ooltu -4 fi >Humna addaa oromiyaa -7 >Milishaa -3 fi madoon lakkoofsa hin qabne hospitaala shaambuu guuttee jirti. ย ย  Gam biraan HGW aanaalee hundaa keessatti biltsiginnaan qotee bulaa humnaan qabdee leenjisaa turte ammas irra deebiin kaleessaa kaastee qotee bulaa humnaan qabaa waan jirtuuf uummanni of eeggannoo taasisa jenna.
Show all...
๐Ÿ‘ 18โค 1
Giddaa Ayyaanaa, #Jaangir PKM 2 AKM heedduu. Injifannoo๐Ÿ’ช Jaal Gamtaa Wbo
Show all...
๐Ÿ‘ 27โค 10
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘ 2
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.