ch
Feedback
Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.

Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.

前往频道在 Telegram

👉Kun Chaanaalii Faaruu afuurawaa Ortodoksaawaan irratti darbudha! Waaqayyoo tajaajilicha haa bal'isu. Link @farOrthodox @farOrthodox ይህ ቻናል ኦርቶዶክሳዊ መንፈሳዊ መዝሙራ የሚተላለፍበት ነው። እግዚአብሔር አገልግሎቱን ያስፋ. @farOrthodox @farOrthodox

显示更多
3 106
订阅者
+524 小时
+167
+4030
帖子存档
Fayyisaa Addunyaa F.Dn Fayyisaa Asraat(Adee).mp34.59 MB

Ani Eenyu Warqinesh Asfawu.mp39.37 MB

Qulqulleetti Koo yaa Maariyaamii (2) Qulqullettikoo yaa Maariyaamii Laphee koo waan gaarii  Baasee ni dubbata   Akka Abbaa Hiriyaaqosi   Si galateenfata Qulqullettikoo yaa Maariyamii Ergamoonni Waaqaa Si galateenfatu  Kan waa'ee kee beekuu  Har'as haa dubbatu Qulqullettikoo yaa Maariyamii Kennaa Fannoo jalaa Yaa haadha jaalalaa Lalistuu siinaati Fayyistuu hundumaati Qulqullettikoo Yaa Maariyaamii Maariyaam giiftii koo Baay'eedha cubbuun koo Ilma kee naaf kadhuu Fayisaa lubbuu koo Qulqullettikoo yaa Maariyaam Yaa gugee garraamii Dubree maariyaamii koottu mee gara koo Yaa haadha Gooftaa koo Qulqullettikoo yaa Maariyaam Biqiltuu paaxosii Haadha Iyyesuusi Mirga ilma kee jirta Hundumaaf kadhatta Akka abboota keenya nu eebbisii Nu eebbisii Maariyaamii Si jaalannaa si kabajnaa akka Abbaa Ifreemii Akka Abbota keenyaa nu eebbusi ati ulee aaroni Dubree maariyaamii Keenya si'i karaanii Baruma baraanii Akka abbota keenyaa nu eebbisi maqan kee hoo dammaa Si waamna amma amma Si malee maal qabna Eebba kee barbadna Akka abbota keenyaa nu eebisu Baganaa Daawitii Maseenqoo Izraatii Maaloo nuuf kottu ati Si waammanna nuti            ==•|•== 👇👇Hordofaa https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox

Qulqulleetti Koo Abbaa G.Iyyesuus.mp312.72 MB

Lolli maaf Kuraa.mp38.35 MB

Maqaakee Waamee Damee Kabbadaa.mp39.59 MB

Galataan haa Marfamu Dn Tafarraa Baqqalaa.mp310.41 MB

Gabri'eel F.Dn Tafarraa Baqqalaa (1).mp38.18 MB

Abbaan Gatii malee Faar Solomoon Dabalee.mp39.04 MB

Repost from Kuusaa Faaruu
Lolli maaf natti ka’a Lola dhugaanoo qaba Harkasaat na wajjinii diinni koo maaf dadhabaa Dubbadhuu sagaleekee diinni koo haa faca’u Kennaa kee namaa  hin laadhu galanni siif haa ta’u Fara’oon qopheessus loltoota jabaa filee Akka ati isa caaltu aangon kee isaaf hin galle Sodaadhus galaanicha fulduratti ilaale Gargaarsa si kadhannaan galaanichi tarsa’e Du’uu koo murteessanis yaadan walii galanii Yaa’itti na baasanis cubbamtuudha jedhanii Maqaa koo balleessanis maqaa haaran fudhadhe Lafa isaan yaadan mitii jireenyattan butadhe Beeka caliste malee keessa doonicha jirta Sagalee du’aaf dhufe jireenyatti jijjirta Hin mamu sin amana amantii kootu hir’ate Jiraachisaa koo jirta galaanni si baqate Maqaa haaraa naaf laatten sijalaa awwadhera Wanta ati naafgoote hundaaf galata dhiyeessera Sagaleen boojuu badee moo’ichatu dhaadata Maqaa kee yeroon dhahu diinatu na baqata ==•|•==     📌 F/taa Kuraa Haabtamuu    👇👇Hordofaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa

Lolli maaf natti ka’a Lola dhugaanoo qaba Harkasaat na wajjinii diinni koo maaf dadhabaa Dubbadhuu sagaleekee diinni koo haa faca’u Kennaa kee namaa  hin laadhu galanni siif haa ta’u Fara’oon qopheessus loltoota jabaa filee Akka ati isa caaltu aangon kee isaaf hin galle Sodaadhus galaanicha fulduratti ilaale Gargaarsa si kadhannaan galaanichi tarsa’e Du’uu koo murteessanis yaadan walii galanii Yaa’itti na baasanis cubbamtuudha jedhanii Maqaa koo balleessanis maqaa haaran fudhadhe Lafa isaan yaadan mitii jireenyattan butadhe Beeka caliste malee keessa doonicha jirta Sagalee du’aaf dhufe jireenyatti jijjirta Hin mamu sin amana amantii kootu hir’ate Jiraachisaa koo jirta galaanni si baqate Maqaa haaraa naaf laatten sijalaa awwadhera Wanta ati naafgoote hundaaf galata dhiyeessera Sagaleen boojuu badee moo’ichatu dhaadata Maqaa kee yeroon dhahu diinatu na baqata ==•|•==     📌 F/taa Kuraa Haabtamuu   

Repost from Kuusaa Faaruu
Lolli maaf natti ka’a Lola dhugaanoo qaba Harkasaat na wajjinii diinni koo maaf dadhabaa Dubbadhuu sagaleekee diinni koo haa faca’u Kennaa kee namaa  hin laadhu galanni siif haa ta’u Fara’oon qopheessus loltoota jabaa filee Akka ati isa caaltu aangon kee isaaf hin galle Sodaadhus galaanicha fulduratti ilaale Gargaarsa si kadhannaan galaanichi tarsa’e Du’uu koo murteessanis yaadan walii galanii Yaa’itti na baasanis cubbamtuudha jedhanii Maqaa koo balleessanis maqaa haaran fudhadhe Lafa isaan yaadan mitii jireenyattan butadhe Beeka caliste malee keessa doonicha jirta Sagalee du’aaf dhufe jireenyatti jijjirta Hin mamu sin amana amantii kootu hir’ate Jiraachisaa koo jirta galaanni si baqate Maqaa haaraa naaf laatten sijalaa awwadhera Wanta ati naafgoote hundaaf galata dhiyeessera Sagaleen boojuu badee moo’ichatu dhaadata Maqaa kee yeroon dhahu diinatu na baqata ==•|•==     📌 F/taa Kuraa Haabtamuu    👇👇Hordofaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa

Repost from Kuusaa Faaruu
Abbaan Gatii malee Abbaan gatii malee Kan nama jaallatu sabootasaaf ergee ilmasaa jaallatu Tiksee hoolotaatii kan balbala banu Afuura qulqulluun Kan nuti jiraannu Afuura nuuf ergi yaa Abbaa jaalalaa Icciitiis nutti himi jechoota wangeelaa Addunyaa Kan hunda fedhii keen jaallatte Saba Kee balleessin badii keenya laalte Goota Goofa caalu kan qorichaaf oolu Ilma Maariyaamii hoolicha garraamii x2 Nalleessaa keenyani ati fannifamte Dheebuu keenya baaste ofii Kee dheebotte Si duukaa buunerra fannoo kee baannee Ati madoofteti kan nuti fayyine Guyyaa shantamaffaatti afuurri kee ergamee Afaan Pheexirosin kunoo lallabame Dukaa bu'oonni kee maqaa keetiif jecha Gidiraa baatanii du'aafi ajjeechaa Isaayyaas lallabee gochaa gooligootaa Ilma Maariyaamii daa’imni Ifraataa Magaalaa Daawwititti dhalatee guddataa Waaqa jiraan keessaa maaltuu saan qixxaataa?                ===°|°=== F/taa Solomoon Dabalee 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha Ya durbee an galatan siif laadha Dukkana lixee biyya ormatti Dhiitamen ture baraa baratti Daabilos boojin na gidirsiisee Fayyisaa Addunyaa ati naaf deesse Dhaala abba kootii biyyakoo dhiisee Biyya ormoota keessatti of dhokse Ati dhaqabdee na jabeessitee Kophummaa kankoo na dagachiiste Dunkaanni guute namni waamame Keessummeessaanis hedduu yaadda'ee Maalan dhiyeessa jedhee yoon gaddu Araarsummaa keen naaf ta'ee hunduu Innin an yaade duumessa ta'ee Akka qilleensa nat bittinaa'e Innin an yaade ta'uyyuu baatu Haadha waaqayyon an abdii kutu Abbaaf haatikoo na irraanfatanis Biyyi lafaa kun dhibdee na gattus Yoon si qabaadhe an maalan ta'a Qilleensa hamaa garbas nan ce'a Dinnikoo dhufee na dadarbusi Rakkoo baayyise na dhiphisusi Addaan hin kutuu ana galatakee Narra jirahoo durbee oolmaan kee Na rakkisanis warri hamoonnii Sijaalachuuko nan dhiisisani Hamoota keessat maqaakeen waama Hirkoo naaf ta'i siif danda'ama

Galataan haa marfamu masaraan buufata kee Ejjennaan faana keetii bantiin Samii teessoon kee Arjummaa keetiin madde ogummaan ogeessotaa Iyyesuus maqaa gaarii tiksee balbala hoolotaa Galaana sakattaatee garaa lafaas nii beektaa Samii utubaa malee jabeessitee dhaabdeettaa Ardii taakkuun safarta maddi ogummaa sibiraa Seerota bulchiinsa kee maaltu hir'isee hiraa? Jiraattotni samiirraa ergamoonnis raayyaanii Sodaadhaan si faarfatu ciigoo haaraa kulanii Ulfina Waaqummaa keef biyyi lafaat' kirkiraa Kattaat' dadayyaa'amee galata Keef hiriiraa Qixatti beekta hunda libsuu ija Kee tokkoonii Wanta nu barbaachisu Soorata lubbuuf foonii Jaalala isa xumuraa sidha kan nu jaallatee Golgootatti arreedee funcaa du'aa kan kutee Gonkumaa hin shallagamu turtiin bulchiinsa keeti Barootaan haa jajamu teessoon mootummaa keeti Aboottee harkaan qabdee addunyaa dabarsitaa Mo'ii baraan jiraadhu Silaas maaltu siin qitaa?      ==•|•== 👇👇Miseensa ta'aa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share

Repost from Kuusaa Faaruu
Fuuldura Waaqayyo kan dhaabbattu Araraaf dhiifama kan kadhattu Hangafa Ergamootaa hundaa oli Sin waama Qulqulluu Gabri'eeli Waa’ee cubbuu keenyaaf... Gabri'eel Tasa hin callistu Abidda boba’aa Bishaan kan taasistu Fannoo kee Warqeedhan Kottu nu eebbisi Karaa badiinsarraa Ati nu deebisi Kadhannaa kan keetin... Gabri'eel Nagaa kan taasiste Kabaja kan keetiin Addunyaan ni ifte Maqaa Waaqayyootu Jira maqaa keerra Eegumsa kee amanne Kanaaf si waamnerra Misiraachoo himuuf... Gabri'eel Nagaaf kan ergamte Qirqoosiif haadhasaa Abiddaa kan baaste Nunins nu baraari Badii sodaanurraa Araarsummaa keetin Adda bahin nurraa Kabaja Waaqayyoo... Gabri'eel Aarsaa isaaf dhiyaatu Gara Aariyaamiitti Kan fuutee olbaatu Uffanni kee Ifaa Fannoon kee abiddaa Waaqayyoon biraatii Namaaf nagaa fidda ==•|•== F/taa Dn Tafarraa Baqqalaa 👇👇 follow us ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ +++++ @Faarfataa #Share gochuu hin dagatinaa!

Repost from Kuusaa Faaruu
Abbaan Gatii malee Abbaan gatii malee Kan nama jaallatu sabootasaaf ergee ilmasaa jaallatu Tiksee hoolotaatii kan balbala banu Afuura qulqulluun Kan nuti jiraannu Afuura nuuf ergi yaa Abbaa jaalalaa Icciitiis nutti himi jechoota wangeelaa Addunyaa Kan hunda fedhii keen jaallatte Saba Kee balleessin badii keenya laalte Goota Goofa caalu kan qorichaaf oolu Ilma Maariyaamii hoolicha garraamii x2 Nalleessaa keenyani ati fannifamte Dheebuu keenya baaste ofii Kee dheebotte Si duukaa buunerra fannoo kee baannee Ati madoofteti kan nuti fayyine Guyyaa shantamaffaatti afuurri kee ergamee Afaan Pheexirosin kunoo lallabame Dukaa bu'oonni kee maqaa keetiif jecha Gidiraa baatanii du'aafi ajjeechaa Isaayyaas lallabee gochaa gooligootaa Ilma Maariyaamii daa’imni Ifraataa Magaalaa Daawwititti dhalatee guddataa Waaqa jiraan keessaa maaltuu saan qixxaataa?                ===°|°=== F/taa Solomoon Dabalee 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

OL BA'E Ol ba'e galataanii Eeyyee 2x Ol bahe lilleen, galataanii Eeyyee 4x ililleen Ol ba'e 2x ililleen Du'aa injifatee Mootichi Mototaa Ol ba'ee 2x ililleen
Kaayyoo dhufeef fixee Gara biyya lafaa lyyasuus kiristoos nu hundumaaf hangafaa Du'ee Du'aa isaatin Du'a keenya hambisee Du'aa injifate bilisummaa labse Afuura qulqulluu nuuf erguudhaaf deeme Isa hundaa nuuf ibsuu Dhugaa dubbatame Mirgaa Abbaa isaa lyyasuus taa'eraa Bakka nuuf qopheessuuf Gooftaan olbaheraa Biyyaa lafaa bu'ee Aangoo du'aa cabsee Nutis akka boonnuuf Karaa isaa nuuf ibsee Kabaaja guuddadhan llilleedhaf galataa Aangoosaan ol ba'e Faarsaa ergamootan Nuti ni laalabnaa Isaa du'aa ka'ee Du'a ka'umsa isaan Hangafa isa ta'e lyyasuus ilileen kabajaan olba'ee Murtiif ni deebi'aa Mirga abbaa isaa ta'ee
Qomoos Abbaa Gabra lyyasuus 📬Faaruu Keessan Beeksifachuuf          👇👇 @Biree29      @AbdiiWaaq_Abdiel 👇👇Join godhaa 👇👇👇 ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @FaruuHaara @Ortho_Ring ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══╯ Like 🥰👍