en
Feedback
MADDA BEEKUMSAA

MADDA BEEKUMSAA

Open in Telegram

Channel kun 👉Gorsaa 👉Ilaalcha dhugaa 👉 Beekumsa addunyaa 👉 Jechoota saayikolojii 👉isiif dhiyeessa hordofa yaadaf @aman_royal @madda_beekumsa2

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel MADDA BEEKUMSAA

Channel MADDA BEEKUMSAA (@madda_beekumsa2) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 20 224 subscribers, ranking 9 785 in the Education category and 250 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 20 224 subscribers.

According to the latest data from 05 October, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 1 355 over the last 30 days and by -4 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0.28%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 0.37% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 57 views. Within the first day, a publication typically gains 74 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 3.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Channel kun 👉Gorsaa 👉Ilaalcha dhugaa 👉 Beekumsa addunyaa 👉 Jechoota saayikolojii 👉isiif dhiyeessa hordofa yaadaf @aman_royal @madda_beekumsa2”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 06 October, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

20 224
Subscribers
-424 hours
-417 days
+1 35530 days
Posts Archive
Namoonni waa’ee kee maal akka yaadan irratti jireenya kee hin hundeessin. Ati nama hunda gammachiisuuf ykn nama hunda ajaa’ibsiisuuf hin dhalanne. Ofii kee ta’i, kaayyoo kee irratti cimi, yeroo kee fi humna kee waan si fuulduratti tarkaanfachiisu irratti qoodi. Namni si amanu yoo jiraate gaarii, yoo hin jirres abdii hin kutatin. Guyyaa tokko hojii ati callisaan hojjechaa turte bu’aa isaa ni argita. Ofitti amani, Waaqayyoon amanadhu, kaayyoo kee hin dhiisin.

Barreeffama kana Suuta ja'ii Dubbisi, Umuriin 25 yeroo jireenyi wallaalummaaf dhiifama gochuu itti dhaabuudha. Ati kana booda "mucaa xiqqaa" ykn "durba xiqqoo" miti. Dogoggorri umurii 25tti hojjattu bakka dhaqee hin deebi'u. Inni walitti dabalamaa (compounds) tahaa adeema. Yoo tarkaanfiiwwan 3n kana amma gochuu dhiiste, Jireenyi Callisaan Boollatti si gata. 1. Dandeettii maallaqa ittiin hojjetan gabbifadhu. Umurii 25tti, madda galii tokko qofa qabaachun balaadha. Yoo gurguruu ykn Selling, qabiyyee uumuu ykn Content Creation, akkasumas mari'achuu (negotiate) hin dandeenye, ati salphaatti miidhamuu dandeessa. Yoo kana godhuu baatte ammoo mindaantu sitti tola, Iddoo mijjataa sii uumuun Gudii si garsiisa. Itti fufnuu?? "BARACHAAN JIRA" Ja'ii comment godhi, akka ati hamileen dubbisaa jirtu naaf mirkaneessa. 2. Yeroo kee to'adhu, ykn jireenyaatu si to'ata. Jireenyi karoora hin qabne, dhiphina walxaxaa uuma. Haalli halkan kee itti dabarsitu, amalli bilbila fayyadamuu kee, fi xiyyeeffannoon kee kan ammaa, jireenyi gara fuulduraa hammam ulfaataa akka ta'u murteesss. Osoon itti hin fufne dura, Barreeffama kana saahibban keef share godhi. Tarii jireenya isaa jijjiruu malta. "Itti fufi..." jachuun yaada kee naaf qoodi!! 3. Dhukkubbii guddina ammaa filadhu, ykn ammoo gaabbii gara boodaa. Karaa kamiyyuu dhiphachuun kee hin oolu. Barachuun yeroo gabaabaaf dhukkuba. Gaabbiin garuu umurii guutuuf dhukkuba. Dubbistoota kabajamoo, Umuriin 25 ijoollummaa miti. Inni akeekkachiisa dhumaati, utuu bu'aan hojii keetii dhiifama tokko malee si dhaqqabuu hin eegalin dura. Eenyumtuu si baraaruuf hin dhufu. Garuu of baraaruuf ammallee yeroo qabda. Yoo barreeffamni kun si tuqeera ta'e, dubbistee bira hin darbin. "Guddachuu filadheera" jedhii yaada (comment) barreessi, Yoo qabiyyeen koo siif fayyade, "Galatoomi ❤️" jedhii yaada barreessi. Leenjistoonni baay'een waan kana hunda barsiisuuf maallaqa hedduu gaafatu. Namoota biroof akka fayyaduuf 'Share' tuqi. Waliin haa barannu, waliin haa guddannu.

Shamarri tokko yo sin jaallanne hin kadhatin! 2. Yoo isheen daangaa darbite ykn akkaata jireenya kee ol taatee irraa fagaadhu! 3. Yoo si tuffatte, hin eyyaminiif 4. Yoo si dhiisuu barbaadde humnan hin tursiisin bor deemuun ishee hin ooluu 5. Yoo isheen si irra dhiira kan bira filatte ofitti hin deebisin. Jalqabumayyu si jaallatte miti waan ta'eef. 6. Yoo isheen gammachuu fi nagaa siif hin laattu ta'e wajjiin turuu hin filatin. Boqonnaa sammuutu caala. 7. Maallaqa ishee irraa hin eeggatin! Karaa ishe naaf darbinnaa jette hin yaadin! Gargaari! #gorsa

📝 Namni Gatii Ofiisaa Hin Beekne, Gatii Namoonni Isaaf Kennaniin Gatii Isaa Ibsata.🥺 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🔴 Titiisni roobni itti roobe tokko gaanfa guddaa sangaa tokko irra qubattee aduu ho'ifachaa yeroo dheeraaf turte. Erga qorri ishee gadhiisee booda gurra sangaa sanatti jechuun, "dhiifama, amma deemaan jira," jette. Sangaanis garagalee ilaalee akkana jedhee deebisef: "Yeroo qubattes natti hin dhaga'amne; yeroo kaatus homaa natti hin dhaga'amu." deemi jedheen. ✉️ Jireenya keenya keessatti namoonni tokko tokko ni jiru. Yeroo nu waliin jiraatanis bu'aa nuuf hin qaban; yeroo nurraa fagaatanis miidhaa nurra geessisan hin qaban. Garuu akka waan jireenya keenya keessatti gahee guddaa qabanitti of ilaalu. ✍️ Kanaaf, namoota gatii isaaniis ta'ee gatii nama biraa hin beekne waliin yeroo kee hin gubin! Nama tasgabbaa'aa ta'i! Hojii kee irratti xiyyeeffadhu; namoota akkasiitiif deebiin hundarra gaarii ta'e milkaa'ina keeti. ✅ Namni gatii isaa hin beekne, namoonni ati dadhabaadha gaafa ittin jedhan, gatii isaa waan hin beekneef sirriidha eyyee an dadhabaadha jedhee fudhachuun jireenya dadhabaa jiraata. ✍️ Namni gatii isaa beeku garuu, namni tokko dhufee ati dadhabaadha yoo ittiin jedhe; akkas jechuun deebisaaf, amma yaadu dandeessuuf amma ittiin of yaadduun ana yaaddee!... Animmoo sammuu koon waanan yaaduuf, sammuu koo ammoo gatii akkan ani qabutti waan amaneef... Jechi ati amma naan jette kun na hin ibsu jechuun deebisaaf! Gatiin kee amma isaan si yaadaniin ol akka tahe dursii amani! ✅ ✍️Waan Dubbistaniif #Galatoomaa Jecha Maxaansa Kana Namoota Akka Keetti Dubbisaan Bira Akka Gahuf

Repost from N/a
📥 wave 📥  መግባት የምትፈልጉ  🕳️  wave.🕳️daabalaammu Abban barbaadan 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Above ➡️ 10k+ subscribers Above ➡️ 20k+ subscribers Above ➡️30k+ subscribers Above ➡️40k+ subscribers Above ➡️ 50k+ subscribers Above ➡️100k+ subscribers Kaffaltii tokko malee dabaladhaa.   Inbox ▶️ @Miracle_tb👑 Inbox me▶️ @Miracle_tb 👑 Hubadhaa‼️ beeksifni keenya kan safuu ummata hin cabsinee fi Kan barsiisuudha DM▶️ @Miracle_tb✅ DM▶️ @Miracle_tb ✅

Oduu gammachiisa ethio telecom ayyaana masqala ilaalchisee badhaasa qopheesseera badhaasa keessan fudhachuuf bakka⬇️Get ⬇️ je
Oduu gammachiisa ethio telecom ayyaana masqala ilaalchisee badhaasa qopheesseera badhaasa keessan fudhachuuf bakka⬇️Get ⬇️ jedhu tuqaan add godha waver 💸 @Miracle_tb 🔵

Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala

Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰 👉 add your chann
Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰 👉 add your channel 💸

Goooooooooool 💥 Ispeeeeen 🇪🇸 Lamin yamal Spain🇪🇸 1-0 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿England Tapha neeshiin liigii amma taphatamaa jiru ka
Goooooooooool 💥 Ispeeeeen 🇪🇸 Lamin yamal Spain🇪🇸 1-0 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿England Tapha neeshiin liigii amma taphatamaa jiru kallattiin ilaaluuf iddoo 🔴LIVE 🔵 jettu tuquun ilaalaa.

Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰 👉 add your chann
Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰 👉 add your channel 💸

Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala

Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa! ✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB ✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa ad
Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa! ✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB ✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa addaa qarshii 500 JOIN kan Jettu tuquun hirmaadhaa

Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala

kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe
kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu t
✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇

🤝Namoota Amma online jirtan qofaaf: 👉Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma 🕟3:30 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃‍♂️🏃‍♂️

Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 je
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 jettu tuquun fayyafamaa

Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruu sa'ati kanatti internate hin dangeffamne kenname waan jiruuf bakka free internate jedhuu tuqun add godha bilisan fayyadama. Utuu hin dhaabbatin dafaa itti fayyadama Waver @Junaddiint

ARIIFADHAA Badhaafamaa namoota dursee ADD godhe qarshii 5000 nama 10 ni badhaafna dursaatii bakka ADD jedhu tuqaa badhaafamaa 👇👇👇

Daqiiqaa 30 booda ni haqama Gaaffii kardii abba 100 irraatti hirmaadha amumma ariitiidhaan 10+10×0+10=???