uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

HOTELS AIRBNB FLIGHTS USA DISCOUNT

HOTELS AIRBNB FLIGHTS USA DISCOUNT

Відкрити в Telegram

https://t.me/MERUVOR MERUVOR — 50% OFF EVERYTHING! ✈️ Flights | 🏨 Hotels | 🚗 Car Rentals | 🎟️ Tickets | 💳 Bill Pay 🎟️ Coupon Code: MERUVOR50 🌐 https://meruvor.com 📩 Telegram: https://t.me/MERUVOR

Показати більше

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу HOTELS AIRBNB FLIGHTS USA DISCOUNT

Канал HOTELS AIRBNB FLIGHTS USA DISCOUNT (@hotels_airbnb_flights) у мовному сегменті Яванська є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 19 964 підписників, посідаючи 10 109 місце в категорії Освіта та 256 місце у регіоні Фінляндія.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 19 964 підписників.

За останніми даними від 26 жовтня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -335, а за останні 24 години на -28, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 0.73%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 0.40% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 145 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 80 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 4.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“https://t.me/MERUVOR MERUVOR — 50% OFF EVERYTHING! ✈️ Flights | 🏨 Hotels | 🚗 Car Rentals | 🎟️ Tickets | 💳 Bill Pay 🎟️ Coupon Code: MERUVOR50 🌐 https://meruvor.com 📩 Telegram: https://t.me/MERUVOR”

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 27 жовтня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Освіта.

19 964
Підписники
-2824 години
-1637 днів
-33530 днів
Архів дописів
✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu t
✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇

BADHAASA AJAA'IBAA!! Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla. MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?
BADHAASA AJAA'IBAA!! Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla. MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?

Kennaa guyyaa JIMAATAA Qofa Badhaasa qarshii 1500 nama 15 amma online jiru Qofaaf Iddoo GIFT jettu tuquun badhaafamaa 🆓 Wave
Kennaa guyyaa JIMAATAA Qofa Badhaasa qarshii 1500 nama 15 amma online jiru Qofaaf Iddoo GIFT jettu tuquun badhaafamaa 🆓 Wave @Zigo_Top

kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe
kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Gift 🎁 sa'aatii 2:40 hanga 3:10 kennaa Addaa nama online irra jiru 20 Qofaaf daddafaa Qarshii 200 hanga DATA 5GB isiniif qop
Gift 🎁 sa'aatii 2:40 hanga 3:10 kennaa Addaa nama online irra jiru 20 Qofaaf daddafaa Qarshii 200 hanga DATA 5GB isiniif qopheessinee jirra GET kan Jettu tuqii daddafii hirmaadhu

Badhaasa kardii abba 200🔥🔥🔥🔥 Namoota amma Online jirtaniif 🙌 Daqiqaa 10 qofaf kan turu gaffii Gadi kana aritiin debisaa Badhafamaa 👇👇 2 ×2+2÷2-2 🧮 Free waver @zigo_top 📲

🤌Jechoota kolfisiisoo Ministeerri Muummee itiyoophiyaa duraanii Mallas Zeenawiin  dubbatan muraasa ittiin bohaaraa jechumaafi🗣 1.👨‍💼#Gaazixeessaa:_ 🎙" Dirree kubbaa miilaa (stadium) finfinnee maaliif bifa haarayaan hin Haaromsine?" 👩‍🦲#Mallas: _ " injifatamuuf kunuu gahaadha." ፧ 2.👨‍💼#Gaazixeessaa: _ 🎙"Atileetiin Beekkamaan itiyoophiyaa tokko Lammiisaa biyya biraatti jijjiirachuuf jedha. Isin maal jettu mee?" 👩‍🦲#Mallas:_ "Lammummaa mitii maaliif Saala hin jijjiiranne!" ፧ 3.👨‍💼#Gaazixeessaa: _ 🎙" Haylee Gabra sillaasee Itiyoophiyaa bulchuu barbaada jedha. Isin maal jettu?" 👩‍🦲#Mallas:_ "Luukti Mataa hin ta'u kaa." ፧ 👨‍💼4.#Gaazixeessaa:_ 🎙" Itiyoophiyaa keessatti Kadhattuun kan baayyatteef Maaliifi?" 👩‍🦲#Mallas :_ "Namni kennu waan baayyateefi.🙄 😁😋 👨‍💼5.#Gaazixeessaa:osoo aangoo gad dhiistanii maal gochuu hawwitu? 👩‍🦲#Mallas :hawwiin koo guddaan akkuma uummata Itoophiyaatti waan tahuus hin taanes gaafii gaafachuu,waanin barbaade haasa'uudha.aangoo irra yeroo jiran waan baay'ee hin haasa'an. 👨‍💼6.#Gaazixeessaa: Tiraafikoonni maaliif akkasitti furdatu? 👩‍🦲#Mallas:kana Konkolaachistoota gaafadhaa! waan dubbiserraa siniif qoode

Namoonni waa’ee kee maal akka yaadan irratti jireenya kee hin hundeessin. Ati nama hunda gammachiisuuf ykn nama hunda ajaa’ibsiisuuf hin dhalanne. Ofii kee ta’i, kaayyoo kee irratti cimi, yeroo kee fi humna kee waan si fuulduratti tarkaanfachiisu irratti qoodi. Namni si amanu yoo jiraate gaarii, yoo hin jirres abdii hin kutatin. Guyyaa tokko hojii ati callisaan hojjechaa turte bu’aa isaa ni argita. Ofitti amani, Waaqayyoon amanadhu, kaayyoo kee hin dhiisin.

Barreeffama kana Suuta ja'ii Dubbisi, Umuriin 25 yeroo jireenyi wallaalummaaf dhiifama gochuu itti dhaabuudha. Ati kana booda "mucaa xiqqaa" ykn "durba xiqqoo" miti. Dogoggorri umurii 25tti hojjattu bakka dhaqee hin deebi'u. Inni walitti dabalamaa (compounds) tahaa adeema. Yoo tarkaanfiiwwan 3n kana amma gochuu dhiiste, Jireenyi Callisaan Boollatti si gata. 1. Dandeettii maallaqa ittiin hojjetan gabbifadhu. Umurii 25tti, madda galii tokko qofa qabaachun balaadha. Yoo gurguruu ykn Selling, qabiyyee uumuu ykn Content Creation, akkasumas mari'achuu (negotiate) hin dandeenye, ati salphaatti miidhamuu dandeessa. Yoo kana godhuu baatte ammoo mindaantu sitti tola, Iddoo mijjataa sii uumuun Gudii si garsiisa. Itti fufnuu?? "BARACHAAN JIRA" Ja'ii comment godhi, akka ati hamileen dubbisaa jirtu naaf mirkaneessa. 2. Yeroo kee to'adhu, ykn jireenyaatu si to'ata. Jireenyi karoora hin qabne, dhiphina walxaxaa uuma. Haalli halkan kee itti dabarsitu, amalli bilbila fayyadamuu kee, fi xiyyeeffannoon kee kan ammaa, jireenyi gara fuulduraa hammam ulfaataa akka ta'u murteesss. Osoon itti hin fufne dura, Barreeffama kana saahibban keef share godhi. Tarii jireenya isaa jijjiruu malta. "Itti fufi..." jachuun yaada kee naaf qoodi!! 3. Dhukkubbii guddina ammaa filadhu, ykn ammoo gaabbii gara boodaa. Karaa kamiyyuu dhiphachuun kee hin oolu. Barachuun yeroo gabaabaaf dhukkuba. Gaabbiin garuu umurii guutuuf dhukkuba. Dubbistoota kabajamoo, Umuriin 25 ijoollummaa miti. Inni akeekkachiisa dhumaati, utuu bu'aan hojii keetii dhiifama tokko malee si dhaqqabuu hin eegalin dura. Eenyumtuu si baraaruuf hin dhufu. Garuu of baraaruuf ammallee yeroo qabda. Yoo barreeffamni kun si tuqeera ta'e, dubbistee bira hin darbin. "Guddachuu filadheera" jedhii yaada (comment) barreessi, Yoo qabiyyeen koo siif fayyade, "Galatoomi ❤️" jedhii yaada barreessi. Leenjistoonni baay'een waan kana hunda barsiisuuf maallaqa hedduu gaafatu. Namoota biroof akka fayyaduuf 'Share' tuqi. Waliin haa barannu, waliin haa guddannu.

Shamarri tokko yo sin jaallanne hin kadhatin! 2. Yoo isheen daangaa darbite ykn akkaata jireenya kee ol taatee irraa fagaadhu! 3. Yoo si tuffatte, hin eyyaminiif 4. Yoo si dhiisuu barbaadde humnan hin tursiisin bor deemuun ishee hin ooluu 5. Yoo isheen si irra dhiira kan bira filatte ofitti hin deebisin. Jalqabumayyu si jaallatte miti waan ta'eef. 6. Yoo isheen gammachuu fi nagaa siif hin laattu ta'e wajjiin turuu hin filatin. Boqonnaa sammuutu caala. 7. Maallaqa ishee irraa hin eeggatin! Karaa ishe naaf darbinnaa jette hin yaadin! Gargaari! #gorsa

📝 Namni Gatii Ofiisaa Hin Beekne, Gatii Namoonni Isaaf Kennaniin Gatii Isaa Ibsata.🥺 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🔴 Titiisni roobni itti roobe tokko gaanfa guddaa sangaa tokko irra qubattee aduu ho'ifachaa yeroo dheeraaf turte. Erga qorri ishee gadhiisee booda gurra sangaa sanatti jechuun, "dhiifama, amma deemaan jira," jette. Sangaanis garagalee ilaalee akkana jedhee deebisef: "Yeroo qubattes natti hin dhaga'amne; yeroo kaatus homaa natti hin dhaga'amu." deemi jedheen. ✉️ Jireenya keenya keessatti namoonni tokko tokko ni jiru. Yeroo nu waliin jiraatanis bu'aa nuuf hin qaban; yeroo nurraa fagaatanis miidhaa nurra geessisan hin qaban. Garuu akka waan jireenya keenya keessatti gahee guddaa qabanitti of ilaalu. ✍️ Kanaaf, namoota gatii isaaniis ta'ee gatii nama biraa hin beekne waliin yeroo kee hin gubin! Nama tasgabbaa'aa ta'i! Hojii kee irratti xiyyeeffadhu; namoota akkasiitiif deebiin hundarra gaarii ta'e milkaa'ina keeti. ✅ Namni gatii isaa hin beekne, namoonni ati dadhabaadha gaafa ittin jedhan, gatii isaa waan hin beekneef sirriidha eyyee an dadhabaadha jedhee fudhachuun jireenya dadhabaa jiraata. ✍️ Namni gatii isaa beeku garuu, namni tokko dhufee ati dadhabaadha yoo ittiin jedhe; akkas jechuun deebisaaf, amma yaadu dandeessuuf amma ittiin of yaadduun ana yaaddee!... Animmoo sammuu koon waanan yaaduuf, sammuu koo ammoo gatii akkan ani qabutti waan amaneef... Jechi ati amma naan jette kun na hin ibsu jechuun deebisaaf! Gatiin kee amma isaan si yaadaniin ol akka tahe dursii amani! ✅ ✍️Waan Dubbistaniif #Galatoomaa Jecha Maxaansa Kana Namoota Akka Keetti Dubbisaan Bira Akka Gahuf

Repost from N/a
📥 wave 📥  መግባት የምትፈልጉ  🕳️  wave.🕳️daabalaammu Abban barbaadan 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Above ➡️ 10k+ subscribers Above ➡️ 20k+ subscribers Above ➡️30k+ subscribers Above ➡️40k+ subscribers Above ➡️ 50k+ subscribers Above ➡️100k+ subscribers Kaffaltii tokko malee dabaladhaa.   Inbox ▶️ @Miracle_tb👑 Inbox me▶️ @Miracle_tb 👑 Hubadhaa‼️ beeksifni keenya kan safuu ummata hin cabsinee fi Kan barsiisuudha DM▶️ @Miracle_tb✅ DM▶️ @Miracle_tb ✅

Oduu gammachiisa ethio telecom ayyaana masqala ilaalchisee badhaasa qopheesseera badhaasa keessan fudhachuuf bakka⬇️Get ⬇️ je
Oduu gammachiisa ethio telecom ayyaana masqala ilaalchisee badhaasa qopheesseera badhaasa keessan fudhachuuf bakka⬇️Get ⬇️ jedhu tuqaan add godha waver 💸 @Miracle_tb 🔵

Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala

Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰 👉 add your chann
Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰 👉 add your channel 💸

Goooooooooool 💥 Ispeeeeen 🇪🇸 Lamin yamal Spain🇪🇸 1-0 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿England Tapha neeshiin liigii amma taphatamaa jiru ka
Goooooooooool 💥 Ispeeeeen 🇪🇸 Lamin yamal Spain🇪🇸 1-0 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿England Tapha neeshiin liigii amma taphatamaa jiru kallattiin ilaaluuf iddoo 🔴LIVE 🔵 jettu tuquun ilaalaa.

Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰 👉 add your chann
Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰 👉 add your channel 💸

Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala

Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa! ✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB ✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa ad
Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa! ✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB ✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa addaa qarshii 500 JOIN kan Jettu tuquun hirmaadhaa

Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala