HOTELS AIRBNB FLIGHTS USA DISCOUNT
前往频道在 Telegram
https://t.me/MERUVOR MERUVOR — 50% OFF EVERYTHING! ✈️ Flights | 🏨 Hotels | 🚗 Car Rentals | 🎟️ Tickets | 💳 Bill Pay 🎟️ Coupon Code: MERUVOR50 🌐 https://meruvor.com 📩 Telegram: https://t.me/MERUVOR
显示更多📈 Telegram 频道 HOTELS AIRBNB FLIGHTS USA DISCOUNT 的分析概览
频道 HOTELS AIRBNB FLIGHTS USA DISCOUNT (@hotels_airbnb_flights) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 19 964 名订阅者,在 教育 类别中位列第 10 109,并在 芬兰 地区排名第 256 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 19 964 名订阅者。
根据 26 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -335,过去 24 小时变化为 -28,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.73%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.40% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 145 次浏览,首日通常累积 80 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 4。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“https://t.me/MERUVOR
MERUVOR — 50% OFF EVERYTHING! ✈️ Flights | 🏨 Hotels | 🚗 Car Rentals | 🎟️ Tickets | 💳 Bill Pay 🎟️ Coupon Code: MERUVOR50 🌐 https://meruvor.com 📩 Telegram: https://t.me/MERUVOR”
凭借高频更新(最新数据采集于 27 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
19 964
订阅者
-2824 小时
-1637 天
-33530 天
帖子存档
✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥
Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇
BADHAASA AJAA'IBAA!!
Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla.
MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?
Kennaa guyyaa JIMAATAA Qofa
Badhaasa qarshii 1500 nama 15 amma online jiru Qofaaf
Iddoo GIFT jettu tuquun badhaafamaa
🆓 Wave @Zigo_Top
kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
SAFARICOM 250 fi
Ethiotelecom 250
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Gift 🎁 sa'aatii 2:40 hanga 3:10 kennaa Addaa nama online irra jiru 20 Qofaaf daddafaa
Qarshii 200 hanga
DATA 5GB isiniif qopheessinee jirra
GET kan Jettu tuqii daddafii hirmaadhu
Badhaasa kardii abba 200🔥🔥🔥🔥
Namoota amma Online jirtaniif 🙌
Daqiqaa 10 qofaf kan turu gaffii Gadi kana aritiin debisaa Badhafamaa 👇👇
2 ×2+2÷2-2 🧮
Free waver @zigo_top 📲
🤌Jechoota kolfisiisoo Ministeerri Muummee itiyoophiyaa duraanii Mallas Zeenawiin dubbatan muraasa ittiin bohaaraa jechumaafi🗣
1.👨💼#Gaazixeessaa:_ 🎙" Dirree kubbaa miilaa (stadium) finfinnee maaliif bifa haarayaan hin Haaromsine?"
👩🦲#Mallas: _ " injifatamuuf kunuu gahaadha."
፧
2.👨💼#Gaazixeessaa: _ 🎙"Atileetiin Beekkamaan itiyoophiyaa tokko Lammiisaa biyya biraatti jijjiirachuuf jedha. Isin maal jettu mee?"
👩🦲#Mallas:_ "Lammummaa mitii maaliif Saala hin jijjiiranne!"
፧
3.👨💼#Gaazixeessaa: _ 🎙" Haylee Gabra sillaasee Itiyoophiyaa bulchuu barbaada jedha. Isin maal jettu?"
👩🦲#Mallas:_ "Luukti Mataa hin ta'u kaa."
፧
👨💼4.#Gaazixeessaa:_ 🎙" Itiyoophiyaa keessatti Kadhattuun kan baayyatteef Maaliifi?"
👩🦲#Mallas :_ "Namni kennu waan baayyateefi.🙄
😁😋
👨💼5.#Gaazixeessaa:osoo aangoo gad dhiistanii maal gochuu hawwitu?
👩🦲#Mallas :hawwiin koo guddaan akkuma uummata Itoophiyaatti waan tahuus hin taanes gaafii gaafachuu,waanin barbaade haasa'uudha.aangoo irra yeroo jiran waan baay'ee hin haasa'an.
👨💼6.#Gaazixeessaa: Tiraafikoonni maaliif akkasitti furdatu?
👩🦲#Mallas:kana Konkolaachistoota gaafadhaa!
waan dubbiserraa siniif qoode
Namoonni waa’ee kee maal akka yaadan irratti jireenya kee hin hundeessin. Ati nama hunda gammachiisuuf ykn nama hunda ajaa’ibsiisuuf hin dhalanne. Ofii kee ta’i, kaayyoo kee irratti cimi, yeroo kee fi humna kee waan si fuulduratti tarkaanfachiisu irratti qoodi. Namni si amanu yoo jiraate gaarii, yoo hin jirres abdii hin kutatin. Guyyaa tokko hojii ati callisaan hojjechaa turte bu’aa isaa ni argita. Ofitti amani, Waaqayyoon amanadhu, kaayyoo kee hin dhiisin.
Barreeffama kana Suuta ja'ii Dubbisi,
Umuriin 25 yeroo jireenyi wallaalummaaf dhiifama gochuu itti dhaabuudha.
Ati kana booda "mucaa xiqqaa" ykn "durba xiqqoo" miti.
Dogoggorri umurii 25tti hojjattu bakka dhaqee hin deebi'u.
Inni walitti dabalamaa (compounds) tahaa adeema.
Yoo tarkaanfiiwwan 3n kana amma gochuu dhiiste, Jireenyi Callisaan Boollatti si gata.
1. Dandeettii maallaqa ittiin hojjetan gabbifadhu.
Umurii 25tti, madda galii tokko qofa qabaachun balaadha.
Yoo gurguruu ykn Selling, qabiyyee uumuu ykn Content Creation, akkasumas mari'achuu (negotiate) hin dandeenye, ati salphaatti miidhamuu dandeessa.
Yoo kana godhuu baatte ammoo mindaantu sitti tola, Iddoo mijjataa sii uumuun Gudii si garsiisa.
Itti fufnuu??
"BARACHAAN JIRA" Ja'ii comment godhi, akka ati hamileen dubbisaa jirtu naaf mirkaneessa.
2. Yeroo kee to'adhu, ykn jireenyaatu si to'ata.
Jireenyi karoora hin qabne, dhiphina walxaxaa uuma.
Haalli halkan kee itti dabarsitu, amalli bilbila fayyadamuu kee, fi xiyyeeffannoon kee kan ammaa,
jireenyi gara fuulduraa hammam ulfaataa akka ta'u murteesss.
Osoon itti hin fufne dura, Barreeffama kana saahibban keef share godhi.
Tarii jireenya isaa jijjiruu malta.
"Itti fufi..." jachuun yaada kee naaf qoodi!!
3. Dhukkubbii guddina ammaa filadhu, ykn ammoo gaabbii gara boodaa.
Karaa kamiyyuu dhiphachuun kee hin oolu.
Barachuun yeroo gabaabaaf dhukkuba.
Gaabbiin garuu umurii guutuuf dhukkuba.
Dubbistoota kabajamoo,
Umuriin 25 ijoollummaa miti.
Inni akeekkachiisa dhumaati, utuu bu'aan hojii keetii dhiifama tokko malee si dhaqqabuu hin eegalin dura.
Eenyumtuu si baraaruuf hin dhufu.
Garuu of baraaruuf ammallee yeroo qabda.
Yoo barreeffamni kun si tuqeera ta'e, dubbistee bira hin darbin.
"Guddachuu filadheera" jedhii yaada (comment) barreessi,
Yoo qabiyyeen koo siif fayyade, "Galatoomi ❤️" jedhii yaada barreessi. Leenjistoonni baay'een waan kana hunda barsiisuuf maallaqa hedduu gaafatu. Namoota biroof akka fayyaduuf 'Share' tuqi. Waliin haa barannu, waliin haa guddannu.
Shamarri tokko yo sin jaallanne hin kadhatin!
2. Yoo isheen daangaa darbite ykn akkaata jireenya kee ol taatee irraa fagaadhu!
3. Yoo si tuffatte, hin eyyaminiif
4. Yoo si dhiisuu barbaadde humnan hin tursiisin bor deemuun ishee hin ooluu
5. Yoo isheen si irra dhiira kan bira filatte ofitti hin deebisin. Jalqabumayyu si jaallatte miti waan ta'eef.
6. Yoo isheen gammachuu fi nagaa siif hin laattu ta'e wajjiin turuu hin filatin. Boqonnaa sammuutu caala.
7. Maallaqa ishee irraa hin eeggatin! Karaa ishe naaf darbinnaa jette hin yaadin! Gargaari!
#gorsa
📝 Namni Gatii Ofiisaa Hin Beekne, Gatii Namoonni Isaaf Kennaniin Gatii Isaa Ibsata.🥺
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔴 Titiisni roobni itti roobe tokko gaanfa guddaa sangaa tokko irra qubattee aduu ho'ifachaa yeroo dheeraaf turte. Erga qorri ishee gadhiisee booda gurra sangaa sanatti jechuun, "dhiifama, amma deemaan jira," jette.
Sangaanis garagalee ilaalee akkana jedhee deebisef: "Yeroo qubattes natti hin dhaga'amne; yeroo kaatus homaa natti hin dhaga'amu." deemi jedheen.
✉️ Jireenya keenya keessatti namoonni tokko tokko ni jiru. Yeroo nu waliin jiraatanis bu'aa nuuf hin qaban; yeroo nurraa fagaatanis miidhaa nurra geessisan hin qaban. Garuu akka waan jireenya keenya keessatti gahee guddaa qabanitti of ilaalu.
✍️ Kanaaf, namoota gatii isaaniis ta'ee gatii nama biraa hin beekne waliin yeroo kee hin gubin! Nama tasgabbaa'aa ta'i! Hojii kee irratti xiyyeeffadhu; namoota akkasiitiif deebiin hundarra gaarii ta'e milkaa'ina keeti.
✅ Namni gatii isaa hin beekne, namoonni ati dadhabaadha gaafa ittin jedhan, gatii isaa waan hin beekneef sirriidha eyyee an dadhabaadha jedhee fudhachuun jireenya dadhabaa jiraata.
✍️ Namni gatii isaa beeku garuu, namni tokko dhufee ati dadhabaadha yoo ittiin jedhe; akkas jechuun deebisaaf, amma yaadu dandeessuuf amma ittiin of yaadduun ana yaaddee!... Animmoo sammuu koon waanan yaaduuf, sammuu koo ammoo gatii akkan ani qabutti waan amaneef... Jechi ati amma naan jette kun na hin ibsu jechuun deebisaaf! Gatiin kee amma isaan si yaadaniin ol akka tahe dursii amani! ✅
✍️Waan Dubbistaniif #Galatoomaa Jecha Maxaansa Kana Namoota Akka Keetti Dubbisaan Bira Akka Gahuf
Repost from N/a
📥 wave 📥 መግባት የምትፈልጉ
🕳️ wave.🕳️daabalaammu
Abban barbaadan
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Above ➡️ 10k+ subscribers
Above ➡️ 20k+ subscribers
Above ➡️30k+ subscribers
Above ➡️40k+ subscribers
Above ➡️ 50k+ subscribers
Above ➡️100k+ subscribers
Kaffaltii tokko malee dabaladhaa.
Inbox ▶️ @Miracle_tb👑
Inbox me▶️ @Miracle_tb 👑
Hubadhaa‼️ beeksifni keenya kan safuu ummata hin cabsinee fi Kan barsiisuudha
DM▶️ @Miracle_tb✅
DM▶️ @Miracle_tb ✅
Oduu gammachiisa ethio telecom ayyaana masqala ilaalchisee badhaasa qopheesseera badhaasa keessan fudhachuuf bakka⬇️Get ⬇️ jedhu tuqaan add godha
waver 💸 @Miracle_tb 🔵
Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰
👉 add your channel 💸
Goooooooooool 💥
Ispeeeeen 🇪🇸
Lamin yamal
Spain🇪🇸 1-0 🏴England
Tapha neeshiin liigii amma taphatamaa jiru kallattiin ilaaluuf iddoo 🔴LIVE 🔵 jettu tuquun ilaalaa.
Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰
👉 add your channel 💸
Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa!
✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB
✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa addaa qarshii 500
JOIN kan Jettu tuquun hirmaadhaa
Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
