Kominikeeshinii Aanaa Jimmaa Arjoo
Open in Telegram
Mootummaafi uummata gidduutti yaa'insi odeeffannoo qulquluufi wayitawaa akka jiraatuuf kan hojjetudha.
Show more2 086
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-630 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
August '25
August '25
+18
in 0 channels
July '25
+41
in 0 channels
Get PRO
June '25
+18
in 0 channels
Get PRO
May '25
+9
in 0 channels
Get PRO
April '25
+6
in 0 channels
Get PRO
March '25
+15
in 0 channels
Get PRO
February '25
+17
in 0 channels
Get PRO
January '25
+26
in 0 channels
Get PRO
December '24
+35
in 0 channels
Get PRO
November '24
+32
in 0 channels
Get PRO
October '24
+28
in 0 channels
Get PRO
September '24
+18
in 0 channels
Get PRO
August '24
+101
in 0 channels
Get PRO
July '24
+302
in 0 channels
Get PRO
June '24
+204
in 0 channels
Get PRO
May '24
+283
in 1 channels
Get PRO
April '24
+326
in 1 channels
Get PRO
March '24
+288
in 1 channels
Get PRO
February '24
+194
in 1 channels
Get PRO
January '24
+104
in 1 channels
Get PRO
December '23
+752
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 24 August | 0 | |||
| 23 August | 0 | |||
| 22 August | +1 | |||
| 21 August | 0 | |||
| 20 August | +2 | |||
| 19 August | +1 | |||
| 18 August | +1 | |||
| 17 August | 0 | |||
| 16 August | +1 | |||
| 15 August | +2 | |||
| 14 August | +1 | |||
| 13 August | 0 | |||
| 12 August | 0 | |||
| 11 August | 0 | |||
| 10 August | +2 | |||
| 09 August | 0 | |||
| 08 August | 0 | |||
| 07 August | +1 | |||
| 06 August | 0 | |||
| 05 August | +4 | |||
| 04 August | +1 | |||
| 03 August | 0 | |||
| 02 August | 0 | |||
| 01 August | +1 |
Channel Posts
| 2 | No text... | 337 |
| 3 | Manni maree Aanaa Jimmaa Arjoo yaa’ii isaa idilee wagga 12ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 46ffaa kur 3ffaa gaggeessaa jira.
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦
, Bitootessa 25, 2017 KAJA Jimmaa Arjoo
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti manni maree Aanichaa yaa’ii isaa idilee waggaa 12ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 46ffaa guyyoota lamaaf turu gaggeessaa jira.
Bu'uruma kanan Kabajamoo Afa-yaa'ii mana maree Aanichaa obbo Wayyeessa Hirphaa akka jedhanitti Aanaan keenyaa haali kamiyuu osoo ishee hin dangessiin hojiiwwaan roga hundaan hojjecha jirtii haa ta'uu malee hojii keessatti kabajamoo miseensa mana aanaa kanan kan beekamu qabu ciminooni jiraan akkuma jirutti ta'ee hanqinoota darbaan foyyessuun imala badhaadhina qabamee mirkanessuu qabna jechuun gabaasni seekteralee akka dhiyatuu godhan .
Itti Aantuun Afa-yaa'ii mana maree Aanichaa kan ta'aan Aadde Caaltuu Dheeressaa murtoo sanada yaa'ii kur 2ffaa mana maree aanichaaf dhiheessuun murtee Qaboo yaa'ii ta'ee akka darbuu tasisaniruu.
Bakka Bu'aan Itti Aanaa Bulchaa fi Itti Gaafatamaa Waajjira Qonnaa fi Lafa Kan ta'aan obbo Fiqaaduu Kabbadaa Gabaasa Raawwii hojii kur 3ffaa miseensa mana mareef dhihessa jira | 319 |
| 4 | No text... | 348 |
| 5 | No text... | 211 |
| 6 | Harkaa xiiqiin gamtoomee.
Mootummaan Paartii Badhaadhinaan durfamuu Inisheetivoota garaagara bochuun hojjeta turee jira ammas hojechaa jira, kana malees fayyaadamummaa hawwaasa mirkaneessuuf karaa itti gabaa dinagdee keessatti qonnaa isaa dhiyyeeffatu uumee jira.
Bu'uuruma kanaan Godina Wallagga Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti Dawwannaan Qonnaa Qamadii gaggeefamee.
Obbo Asfahuu Itti Gaafamaa Waajjira Qonnaa Godina Wallaggaa Bahaa kan ta'aan Dawwannicha irratti argamuun haasa taasisaniin
Akka godinatti hanga ammatti Qonnaa Qamadii irraa callaa kuntaallii 2,000,000 galee jira jedhani hojiiwwaan Qonnattin milka'iinni guddaan argamee jiraachus himani jiru.
kanaaf Lafti wallagga lafaa lolaa fi waraanaa osoo hin taane lafa Misoomaa Inisheetiviwwaani, Lafa Omishaa Kuduruu fi Muduraa fi lafa Oomishaa Bunaa fi Avookaadoo akka taatee himani kan dhufee irratti hojechuu barbaaduuf illee lafa mijataa ta'uu himani jiru.
Itti dabaluunis Unvaarsiitiin Wallaggaa Hojiiwwaan baruu fi barsiiuun cinatti hojiiwwaan qorannoo qonnaa irratti xiyyeefatani hojechaa jirachuu fi iyyummaa fi hojii dabdummaa balleessuuf hojiiwwaan hawwaasa hojecha jirachuun isaanif galateeffatani kana caalaa cimani akka waliin hojjetan himani jiru.
Obbo Abbabee Taammiruu Bulchaa Bulchinsaa Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan dawwanichaa irratti erga dabarsaniin Mootummaan Paartii Badhaadhinaan durfamuu Inisheetivoota garaagara bochuun hojjeta turee jira ammas hojechaa jira, kana irraa ka'uun walin ta'insaa Wallagga Unvaristii Wallaggaa fi Waajjira Qonnaaf Lafaan Aanaa Jimmaa Arjoon Qonnaa Qamadii Kilasterta laga Nageesoo kilaasteera Aannani hojetamee jira.
Qonnaa qamadii keenya tekinoloojiin deggerre al ergiif olchuun dinagdee biyyaa fi hawwaasa keenya foyyeessu qabna jedhani jiru.
Itti Dabaluunis Itoophiyaan baroottaan darbaanif qamadii biyyaa alaa irraa galchuun deggersa gochaa kan turtee yeroo amma Mootummaan xiyyeefannoo Guddaa itti kennun oomisha irraa darbee biyyoota ollaaf dhisuu irratti akka argamtu himani jiru.
Dr. Eebbisa dhaaba Unvaarisiitii Wallaggaa Bakka bu'uun haasa tasiisaniin Dhabbileen Barnoota Olaanoo Baruu fi Barsiisuun cinaatti hojiiwwaan hawwaasa fayyadaan kanneen tekinooloojiin deggeree hawwaasa keessatti hojecha jira kana malees lammiileen barnoota barataniin ogummaa isaani gara uummatatti deebisuun hojiitti akka jijjiranif hojeta turee jira kedhan
Kana cinattillee kampaasoota babaallisuun hojeta turee jira jedhan
Itti dabaluunis Gama qorannootiinis hojiiwwaan akka Qonnaa, Fayyaa irratti bal'iinan hojeta akka jiru himeeni jiru.Qorannoo isaani kananis qonnaan bulaa waliin ta'uun sanyiiwwaan filatamoo kilaasteera fi gidduu gala irratti madaksuu irrattis bal'inaan hojechaa jirachuu himani jiru.
Obbo Gonfaa Fuufaa Itti Aanaa Bulchaa fi Itti Gaafatama Waajjira Qonnaa fi Lafaa Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan hasaa godhaniin
Qonnaan bulaan saayinsii qonnaa eegee akka fayyadamuuf ogeessoota ramaduun hojetama turee jira kan malee kilasteeran akka walitti dhufaani hojjetaniif haalli mijatee akka qonnan bulaan fayyadamuu ta'ee jira. Qonna Qamadii bara kanaan akka wali galaatti hektaara 14,290 facaafamee jirachuu himani kana keessa Deggersa Unvarsiitii Wallaggaa waliin hektaara 35 facaasani jirachuu himanii jiru. | 214 |
| 7 | No text... | 353 |
| 8 | Nama Gargaaruuf Nama ta'uu qofti Gahaadha Jedhan Itti GaafatDamee Ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Aanaa Jimmaa Arjoo Aadde Mootuu Dajanee☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Bitootessa 18/2017 KAJA Jimmaa Arjoo
Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti maatii harkaa qaleeyyiif deegarsi tasiifame.
Addee Mootuu Dajanee Itti Gaafatamtuun ijaarsa Paartii Badhaadhina Aanicha kan ta'aan haasa taasisaniin nama garaaruu Waaqatuu Jallata Oromoon Aadaa fi Duudhaa wal gargaarsaa ganamuma qaba. Rakkoo keessaa wal baasuuf humna, qabeenyaafi beekumsa qabuun wal bira dhaabbata.
Mootummaanis duudhaa Oromoo ganamaatti deebina guyyaa rakkoo Wal -cinaa akka dhaabbanuuf bifa kaminuu akka wal jajjabessinu gochaa jira.kanaan kan wal qabatu immoo maatii keenya bakka bira ta'aani isaa waaqayyoo jaallatuu kan raawwaatani waaqayyoo isaan haa Eebbisuu jenna dadhabaafi rakkaata keenya gargaaruu qabnajechuun qarshii 128,000 karaa koree keenya bahee nama tokkoof qarshii (2000) akka kennamu ta'eera .qarshiin kunis namoota 64f qoodameras jedhan
Itti dabaluunis Itti Gaafatamtuun Waajjira dhimmoota Gurmaa'insa Uummaata Aanicha Aadde Maallasuu Lichaanoo akka jedhaniti kun hojii waaqa fi namni biratii jaallatudha.mootummaan naannoo Oromiyaas Aadaan Wal gargaarsaa kun akka dagaguuf hawaasni keenya duudhaa isaani akka jajjabessaan gochuuf bifa Busaa Gonofaan illee wal cinaa akka dhabbaataniif kan guyyaa rakkinaa akka ta'uuf Aadaa sana cimsuuf hojjecha jira .kunis guyya har'a namoota rakkataan gargaara jechuun namoota warraa rakkaatan cinaa dhaabbatani kana illee Waaqayyoo isaan haa Eebbisuu jenna | 288 |
| 9 | No text... | 430 |
| 10 | No text... | 419 |
| 11 | Ispoortiin_Jaalala,Ispoortiin_Misoomaa-Ispoortiin_Guddina,Ispoortiin_Fayyaadhas Jedhan Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Jimmaa Arjoo Obbo Abbaabee Tammiruu
⚽⚽⚽⚽⚽🥎🥎🥎🥎⚾⚾⚾⚾ 🥎🥎🥎
Gurandhala 9/2017 KAJA. Jimmaa_Arjoo
Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti Tapha Wal dorgoommi Shaphiiyoonaan Ispoortii manneen Barnoota gaggeefamaa turee Goolabame.
Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Jimmaa Arjoo Obbo Abbaabee Tammiruu Ispoortiin_Jaalala,Ispoortiin_Misoomaa-Ispoortiin_Guddina,Ispoortiin_Fayyaadhas kana yommuu jennu dargaggoota keenyaa gara jaalalaa makuun madda galii illee godhatanii ofii isaniis biyya isaniis mul'isuu akka danda'aan jechaa Ispoortiin Kun Obboleessa fi obboleessa gidduutti akkasuma biyya fi biyya giddutti karaa isaan jaalalaan waliitti dhufan ni godha kanafuu Ispoortii gosaa kamuu yoo hojjetaan fayyummaan keessaniif gaariidha jedhan
Itti Gaafatamaan Waajjira Barnootaa Aanaa Jimmaa Arjoo kana ta'aan obbo Tamasgeen Borojaa akka jedhanitti Wal dorgoommi Shaphiiyoonaan Ispoortii manneen Barnoota Kun Wagga Saddeetif adda citee turee bara kana garuu deebi'uu isaaf Baga gammaadan jechaa Ispoortiin Kun mannen barnoota keessatti taphatama yo tureeyu guyyaa kana immoo dorgootoota sadarkaa mannen barnoota irra turaan gara dorgooma Aanaa sadarkaa Aanaa biyyaatti itti calalanuudha kanafuu waarii Injiifataan baga gammaadan jechaa Ispoortiin har'a qoofa osoo hin tane yeroo hundaa kan itti fufuudhas jedhan.
Itti Gaafatamtuu waajjira dhimmoota Gurma'insaa Uummata Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan Addee Mallasuu Lichaanoo haasaa tasisaniin Ispoortii Maallaattoo Nagaa fi Jaalalaa dabarsuu kana irratti Hawaasni magaalaa Arjoos ta'ee Aanaa keenyaa hunduu baga gammadaan jechaan.Egaa Ispoortii kanan dargaggeessi Jaalalaa Cimsuun nageenya Amansisaa mirkaneessuun kama yommuun jedhuu Ispoortiin fayyumma qaama murteessa waan ta'eefidha.kama maleessa Ispoortiin isa dorgooma cimaa ta'uuf of qophesseef Immoo madda galiidhas kanafuu dorgoomaa cimaa Sadarkaa biyyatti ba'uu danda'uu ta'uuf Cimnee ha hojjenuus jedhan
Waluuma galaatti Wal dorgoommi Shaphiiyoonaan Ispoortii Manneen Barnootaa gosa Ispoortii Sadiidhan Kunis Tapha kubbaa Millaa,kubbaa Saphanaa fi Figiichaan turee kana keessatti
Tapha kubbaa Millaan 1ffaa kan ba'ee Mana barumsaa Tokkummaa,Tapha Kubbaa Saphanaan Mana barumsaa Dirree Hayyuu,
akkasumaas Figiichaan 1ffaa Kan ba'ee Mana barumsaa Dirree Hayyuutti kana maleesi
Tapha gosa hundaa keessatti Namusaa gaariidha 1ffaa kan ba'ee mana barumsaa Gombootii kana golabame.
Walumaa galaatti Ispoortii guddusuuf dhaloota gara Ispoortiitii Madaksuuf Abbootii irratti ha hojjenuun immoo dhamsaa keenyaa!!!!!! | 356 |
| 12 | No text... | 407 |
| 13 | No text... | 366 |
| 14 | Dirreen Ispoortii Dirree Jaalalaa fi tokkummatii jedhaan I/A Bulchaa Bulchinsa Aanaa Jimmaa Arjoo Obbo Gonfaa Fufaa Sirna Baninsa Waldorgommii Manneen Barnoota irratti argamuun.
Gur 07/2017 KAJA. Jimmaa_Arjoo
Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti Shaphiiyoonaan Wal dorgoommi manneen Barnoota gaggeefamuu eegalee.
Addee Mallasuu Lichaanoo Itti Gaafatamtuu waajjira Gurma'insaa Uummata Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan baninsa saganticha irratti argamuun ergaa dabarsaaniin Waltajjiin Kun kan barbaachiseef barattootni akkuma manneen Barnoota keessatti walitti dhufeenya gaarii qaban Manneen Barnoota biroo waliin Akka hariiroo cimsattanif kan fayyadudha jedhanii jiru.
Obbo Gonfaa Fufaa I/Aanaa Bulchaa fi I/g Waajjira Qonnaa fi Lafaa kan ta'aan baninsa waldorgommichaa irratti argamuun haasa taasisaniin Wal dorgoommin shaphiyoona Mannen Barnoota bakka garaagara irraa iddoo tokkotti walitti dhufnee Wal arginuu fi dirree Jaalalaa fi tokkummaa keenya Itti ibsaannuu waan ta'eef
Manneen barnoota bakka burqaa ispoorteessitoota hundaa waan ta'eef mana barumsaa keessa wantii hin baane hin jiru kanaaf dirreen Ispoortii keenye bakka Itti dandeetti barnoota qabnu cinatti dandeetti Ispoortii horachuun murteessadha jedhanii jiru.
Barsiisaa Warquu Tashoomee Bakka Waajjira Barnoota Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan ergaa dabarsaaniin Wal dorgoommin shaphiyoona Ispoortii Manneen Barnoota barabaaran kan gaggeefamu ta'ee rakkoowwan tokko tokkoon kanan dura adda citee kan turee Amma deebi'ee waan jiruuf yeroo dorgommii kana gaggeessinu bakka naamusaa fi Jaalalaa Itti horannuu ta'uuf qaban jedhanii jiru.
Wal dorgoommin kun taphoota gosa sadiin kan gaggeefamu yoo ta'uu Kubbaa Millaa, Kubbaa Saapha fi Atileetikiisidha, taphaa baniinsan Kubbaa Miillaan Manni Barumsaa Tokkummaa vs Manni Barumsaa Niimoona taphaatani jiru. | 243 |
| 15 | No text... | 314 |
| 16 | No text... | 259 |
| 17 | Murtoo Paartii ni Milkeessina;Badhaadhina ni Mirkaneessina!
💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥
Gurandhala 6/2017 KAJAJimmaa Arjoo
Paartiin Badhaadhinaa Yaa’ii isaa seena qabeessa idilee 2ffaa mata duree #Waadaarraa_hanga_adeeffannatti" jechuun karaa hirmaachisaa, demokiraatawwaa,haqa qabeessaa fi bu'a qabeessa ta'een geggeessuun murtoowwan jajjaboo injifannoowwan keenya itti fufsiisani fi kallattiiwwan murteessoo ittiin raawwannu kaa'uun humna hoggansaa kana raawwachiisuu danda’uus filachuun yaa'ii isa xummurameera
Bu'uuruma kanaan Murtoo fi kallattiiwwan yaa'ii paartii Badhaadhinaa 2ffaatiin darban irratti maree Guyyoota lamaaf turu Hooggansa Aanaa Jimmaa Arjoo fi hooggansa Gandoota guyyaa lamaaf turu har'aa gegeeffamuu eegalee jira.
Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Jimmaa Arjoo Kan ta'aan Obbo Abbaabee Taammiruu haasaa baniinsaa taasisaniin paartiin keenya Paartiin Badhaadhinaa paartii yaadama gurguddaa biyya Itopphiyaa ceesisan qabuudha.kunis paartiin keenyaa paartiin Badhaadhinaa Yaa'ii isa Marsaa 2ffaa taa'een murtoowwan gurguddoo biyya keenyaa ceesisaniin fi Fayyadamummaa Uummaata kan mirkaanessu irratti karaa bu'aa qabessuumma yaadama Galmoota gurguddoo hawaasaa keenyaa fayyaduu danda'uun murteewwaan darbaan kana irratti xiyyeeffannoon hordoofuu qabnas jedhan
Itti gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Jimmaa Arjoo Obbo Hindhibuu Baqqaanaa akka jedhanitti Paartiin keenyaa Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii isaa marsaa 1ffaa darbee keessatti hojiiwwaan gurguddoo Ijaarsaa biyya fi guddina Waloo karaa Mirkaneessu danda'uun hojjecha turee har'aas yaa'ii isa marsaa 2ffaa kana Waadaarraa_hanga_adeeffannatti jedhun haala Aadaa Uummatichaan wal -simsisuun murtoo paartiin keenyaa ka'ee fayyadamummaa hawaasaa keenyaa mirkaneessu qabnsa jedhan
Itti Gaafatamtuu Waajjira Daldala Godina Wallaggaa Bahaa kan ta'aan Aadde Maallaseech Tafarraa gama isanittin akka jedhanitti paartiin keenyaa paartiin Badhaadhinaa yaa'ii isaa marsaa 2ffaa gaggeesse kanan murtoo gurguddoo bifa fayyadamummaa hawaasaa mirkaanessuu danda'uu ka'eera Kunis Waadaarraa hanga adeeffannatti jedhudha hojiin nutii raawwanuu karaa Aadaa fi duudhaa keenyaa eggateen hojjechuu qabnas jechuun .sanada ka'umsa maree ta'uus dhiyyeessanii jiru. | 249 |
| 18 | No text... | 280 |
| 19 | No text... | 294 |
| 20 | Ragaan Barnootaa ,hojjattootaa Mootummaa fi Muudaamtootaa qulqulleessuuf xiyyeeffannoon hojjatama jira
Guraandhala 4/2017,KAJA Jimmaa Arjoo
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti Leenjiin Ragaa Hojjaattoota Mootummaaf Qulqulleessuuf Ogeeyyii Humna nama seektaraleef hubannoon kenname Jira .
=========================
Waltajjii kana irratti Itti Gaafatamaa Waajjira Bulchiinsa Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan Obbo Siraataa Beekumaa yaada kennanin:-Qooda fudhattonni leenjii kana irratti argamtan sirnoota darban rakkoon Qulqullina ragaa waan jiruf Kun immoo tajaajila hawaasa fi Dandeetti raawwachisummaa Qulqullina qabu Kennuun irratti rakkoo waan turef ,yeroo ammaa mootummaan jijjirama namni kammiyyuu ragaa Barnoota isaa akka ilaalame ragaa Qulqulluun karaa Online ifatti akka beekamuuf karooraa motummaa ta'uu isa ibsuun .
Humna nama Waajjjira Bulchiinsaa Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan Obbo Tasfaayee Namoo akka jedhanitii Nutis kana beekne yeroo gababaa Keessaatti ragaa hojjattoota Karaa Qulqullina fi of eggannoo qabun addaa baasuun xummuru qabnas jedhan.
Abbaa Adeemsa Idiitii Humna nama Nama Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan Lubaa Dinqaayoo Bulii dhimmi qulquullina Ragaa Kun Namni kamiyuu Ragaa Barnoota isa yeroon dhiffachuun waan isa fakkatuufi fayyidaa argachuu qabu akka argatuus ibsan
Dhuma irratti Leenjii hubannoo kana kan kennaan Ogeessa Karoora Aanaa Jimmaa Arjoo kan ta'aan Obbo Tigistuu Getahuun leenjiin hubannoo ragaa Barnoota hojjattoota irratti Kennuun kallattii gara fulduratti ragaan xiyyeeffannoon ilaalame , ragaan barnoota hojjattoota dogoggoraa irraa bilisa ta'ee akka qabamu fi ragaan ammatti barbaadame yeroo gababaa Keessaatti sakat'amee addaa baafamuun xumuramu akka qabu ibsaan . | 285 |
