en
Feedback
Erga Entertainment

Erga Entertainment

Open in Telegram

Official Khaxari Telegram Channel Website : https://khaxari.net Contact me abdi@khaxari.net

Show more
7 998
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
March '24
March '24
+1
in 0 channels
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '23
+7
in 0 channels
Get PRO
August '23
+1
in 0 channels
Get PRO
July '230
in 0 channels
Get PRO
June '23
+1
in 0 channels
Get PRO
May '230
in 0 channels
Get PRO
April '23
+1
in 0 channels
Get PRO
March '23
+1
in 0 channels
Get PRO
February '230
in 0 channels
Get PRO
January '23
+1
in 0 channels
Get PRO
December '22
+1
in 0 channels
Get PRO
November '220
in 0 channels
Get PRO
October '22
+1
in 0 channels
Get PRO
September '22
+3
in 0 channels
Get PRO
August '22
+23
in 0 channels
Get PRO
July '22
+22
in 0 channels
Get PRO
June '22
+13
in 0 channels
Get PRO
May '22
+12
in 0 channels
Get PRO
April '22
+14
in 0 channels
Get PRO
March '22
+12
in 0 channels
Get PRO
February '22
+10
in 0 channels
Get PRO
January '22
+4
in 0 channels
Get PRO
December '21
+9
in 0 channels
Get PRO
November '21
+57
in 0 channels
Get PRO
October '21
+105
in 0 channels
Get PRO
September '21
+53
in 0 channels
Get PRO
August '21
+55
in 0 channels
Get PRO
July '21
+59
in 0 channels
Get PRO
June '21
+49
in 0 channels
Get PRO
May '21
+97
in 0 channels
Get PRO
April '21
+104
in 0 channels
Get PRO
March '21
+71
in 0 channels
Get PRO
February '21
+126
in 0 channels
Get PRO
January '21
+312
in 0 channels
Get PRO
December '20
+24 128
in 0 channels
Channel Posts
2
ABDI KHAXARI ...........;;.......... Hunduma caalchisee Wanti nama dinqu Sammuu ilma namaa Akka malee jeequ Namuma akkami Ajaa'iba garuu Hamtuu namaa hin qabdu Garaa kheysaa booruu Jaalalaan guutamte Tee sammuu fii garaan Xaliila akka maddaa Siin jaaladha dhugaan Abdii khoo khaxarii Abdii sabaaf kha'e Dhaloota boodaatiif Fakkii siitu tahee Hayyuu yaa gameessa Nama khoo qaruxee Hunda saba kheetii Onnee siitu lixee Artii Waan ja'amuu Artistiif hayyaata Hundi duuba isaatti Khaxari hammataa Munshidoota jattuus Namuu si barbaadaa Atii malee hundi Kharaa maqee badaa Silaa haatee deysee Kha akka kheetii lamaa Bu'uraaf dandeytii Hidda kheetu cimaa Gammadi yaa Harmee Abdii sabaa deysee Mullataf khaayyoo tee Rabbi si garsiisee Khee ilmi kaayyoo tee Guutuuf hogguu fiigaa Oliif gad kharayyu Yoom dadhabbii argaa Si teeysisaa Waaqni Humaa caayaa isaa Eybisi gam-tokkoon Isaas jajjabeysaa Milkaa'ina humaa Fuuldurri khee garii Korma kuma caaluu Yaa Abdi Khaxarii Siin Jaaladha Hiriyyaa khoo qaalii:@Khaxariiii From:@Sayafshafi1 For my dear friend ❤️:@Khaxariiii
4 112
3
“Akkan hin deebinetti Deemeera yaa tiru Na hin eegiin barataa koo Anoo dhufaa hin jiru! Sin barsiisa jedhee Yaadee manaa ba’ee Karaattin hafe egaa Akka carraa ta’ee… Amma dabtara kee cufii Qalama kees qadaadi Akkaataa itti boossee Na awwaaltu yaadi… Assignment bulchii Gaaffii qabdus kaa’ii Qe’ee maatii kiyyaa Dhaqii gadda taa’i… Konkolaataan ani ittiin Si qaqqabuuf eege Waadaa keenya nyaatee Lubbuu koo wareege… Beekumsa ani siif qooduuf Umurii itti fixe Dhiigaafi lafee koo waliin Hallayyaatti lixe! Kan nyaatte hin deebistu Dacheen ni jabaatti Ba’een karaatti hafe Jedhi kaa nagaatti!” Barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, kan har’a balaa konkolaataatiin dhumaniif gadda guddaatu natti dhaga’ame. Lubbuun keessan jannata haa boqottu obbolaan koo! @Waloo_Leta
3 397
4
https://t.me/khaxarii
1
5
https://youtu.be/d1_EyeXxrrs
3 400
6
https://youtu.be/FVC6gd2hAoI
765
7
Namoonni dugda kee duubaan haasa’an yoo ta’e, kan fuulduraa si ta’uu keetti gammadi. Ergaentertainment.com
1 136
8
https://youtu.be/_RjYfDDkUv4
1 569
9
https://youtu.be/9oInc0-bDoU
1 542
10
❤️😍 Ergaentertainment.com
❤️😍 Ergaentertainment.com
1 720
11
Ergaentertainment.com By @kaxari
Ergaentertainment.com By @kaxari
2 114
12
No text...
1 364
13
Booyeetin kofalee Imimmaan na qabe Koflaaf jedhee bo'uuf Ijakoo maaltu gubee Imimmaan kan yaa'uuf Kolfaaf ta'a mo boo'ichaa Keessi koos Nagaya ta'uuf An nan dhabe qorichaa By @kaxari
1 655
14
https://youtu.be/SEKPEAI-D7o
1 474
15
“Of kabajuu, of beekuu, of to’achuu — kun sadan qofti aangootti nama geessu.” @khaxari
“Of kabajuu, of beekuu, of to’achuu — kun sadan qofti aangootti nama geessu.” @khaxari
1 256
16
Jechoota Humnaa💪 Ergaentertainment.com
Jechoota Humnaa💪 Ergaentertainment.com
1 877
17
Jechoota Guddinaa Ergaentertainment.com
Jechoota Guddinaa Ergaentertainment.com
1 884
18
Jechoota guddinaa Ergaentertainment.com
Jechoota guddinaa Ergaentertainment.com
1 923
19
https://youtu.be/5ItLBuu7F8I
65
20
https://youtu.be/abaqFQkLqEM
1 163