Adama City Muslim Youth Council
Open in Telegram
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa M/Adaamaa Guyyaa 19/04/2018tti hundeeffame.
Show more649
Subscribers
+224 hours
-37 days
+1230 days
Posts Archive
Wal dorgommiin kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa hardhas itti fufun
Tapha Aanaa malkaa Adaamaa fi aanaa dhaddacha araaraa gidduutti taassifameen
Malkaa Adaamaa 5-2 dhaddacha araaraa
Wal dorgommiin kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa hardhas itti fufun
Tapha Aanaa torban obo fi aanaa caffee gidduutti taassifameen
Torban oboo 3-2 caffee
Repost from Oromia Muslim Youth Council
+2
Daqiiqaawwan muraasa booda LIVE dhufaa jirra π€
Oromia Muslim Youth Council
Karaa Fb tiin nu hordofaa πππ
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
+6
Wal dorgommii kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa
Aanaa Dhaka adii fi aanaa gooroo giddutti taasifame
Dhaka adii 1-6 gooroo
Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa #Magaalaa_Adaamaa Sagantaa Hojiilee Gannaa #Ashaaraa_Magariisaa fi #Tapha_Kubbaa_Miilaa , #Fiigicha akkasumas Ispoortiiwwan garaa garaa haala adda ta'een eegalsiise.
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Repost from Oromia Muslim Youth Council
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Repost from Oromia Muslim Youth Council
ΨΉΩΨ― Ω
Ψ¨Ψ§Ψ±Ω
Ergaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa irraa darbe!
Baga Iida Arafaa bara 1447ffaatiin nagayaan nuun gahe! π
***
β€Dargaggoonni Oromiyaa hundi sirna Salaata Iidaa akkuma yeroo kamittuu khidmaa fi nageenyaaf cimsitanii akka dalagdan kanaan cinaattis galmee miseensummaa Miiliyoona 3n eegalames haaluma wal fakkaataan waliin itti haa fufsiisnu.
β€Ibaadaawwan guyyoota kanneen keessatti taasifaman hunda umrii dargaggummaa kanaan haalaan itti haa fayyadamnu.
β€Tokkummaa, jaalala, kabajaa fi wal ta'iinsa keenya haa jabeessinu, harka qalleeyyii haa gargaarru, Manguddootaaf dursa haa kenninu, daa'immaniif dubartoota haa kunuunsinu.
β€Nageenyaa fi tasgabbii biyya keenyaaf wal wajjiin haa dhaabbannu.
Ayyaanni kan baranaa kan bara hegeree nuuf haa ta'u, bara baraan milkii duniyaa fi aakiraa wajjiin itti nuhaa deebisu.
**
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil