Adama City Muslim Youth Council
Відкрити в Telegram
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa M/Adaamaa Guyyaa 19/04/2018tti hundeeffame.
Показати більше651
Підписники
+124 години
+27 днів
+1630 днів
Архів дописів
Repost from Oromia Muslim Youth Council
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Adaamaa sirna cufiinsa Waldorgommii Kubbaa Miilaa Gannaa Gaggeesse.
**
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Adaamaa waldorgommii Kubbaa Miilaa Aanota 19 jidduutti gaggeeffamaa ture sirni cufamiinsaa haala hoo'aa ta'een Istaadiyeemii Guddicha Abbabaa Biqilaatti gaggeeffamee jira.
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Wal dorgommiin kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa hardhas itti fufun
Tapha Aanaa malkaa Adaamaa fi aanaa dhaddacha araaraa gidduutti taassifameen
Malkaa Adaamaa 5-2 dhaddacha araaraa
Wal dorgommiin kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa hardhas itti fufun
Tapha Aanaa torban obo fi aanaa caffee gidduutti taassifameen
Torban oboo 3-2 caffee
Repost from Oromia Muslim Youth Council
+2
Daqiiqaawwan muraasa booda LIVE dhufaa jirra 🤝
Oromia Muslim Youth Council
Karaa Fb tiin nu hordofaa 👇👇👇
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
+6
Wal dorgommii kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa
Aanaa Dhaka adii fi aanaa gooroo giddutti taasifame
Dhaka adii 1-6 gooroo
Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa #Magaalaa_Adaamaa Sagantaa Hojiilee Gannaa #Ashaaraa_Magariisaa fi #Tapha_Kubbaa_Miilaa , #Fiigicha akkasumas Ispoortiiwwan garaa garaa haala adda ta'een eegalsiise.