uz
Feedback
Adama City Muslim Youth Council

Adama City Muslim Youth Council

Kanalga Telegram’da o‘tish

Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa M/Adaamaa Guyyaa 19/04/2018tti hundeeffame.

Ko'proq ko'rsatish
651
Obunachilar
+124 soatlar
+27 kun
+1630 kun
Postlar arxiv
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Adaamaa sirna cufiinsa Waldorgommii Kubbaa Miilaa Gannaa Gaggeesse. ** Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Adaamaa waldorgommii Kubbaa Miilaa Aanota 19 jidduutti gaggeeffamaa ture sirni cufamiinsaa haala hoo'aa ta'een Istaadiyeemii Guddicha Abbabaa Biqilaatti gaggeeffamee jira. *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

photo content

Wal dorgommiin kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa hardhas itti fufun Tapha Aanaa malkaa Adaamaa fi aanaa dhaddacha araaraa gidduutti taassifameen Malkaa Adaamaa 5-2 dhaddacha araaraa

Wal dorgommiin kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa hardhas itti fufun Tapha Aanaa torban obo fi aanaa caffee gidduutti taassifameen Torban oboo 3-2 caffee

Daqiiqaawwan muraasa booda LIVE dhufaa jirra 🤝 Oromia Muslim Youth Council Karaa Fb tiin nu hordofaa 👇👇👇 * Facebook page
+2
Daqiiqaawwan muraasa booda LIVE dhufaa jirra 🤝 Oromia Muslim Youth Council Karaa Fb tiin nu hordofaa 👇👇👇 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

Wal dorgommii kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa Aanaa Dhaka adii fi aanaa gooroo giddutti taasi
+6
Wal dorgommii kubbaa miilaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa magaalaa Adaamaa Aanaa Dhaka adii fi aanaa gooroo giddutti taasifame Dhaka adii 1-6 gooroo

Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa #Magaalaa_Adaamaa Sagantaa Hojiilee Gannaa #Ashaaraa_Magariisaa fi  #Tapha_Kubbaa_Miilaa , #Fiigicha akkasumas Ispoortiiwwan garaa garaa haala adda ta'een eegalsiise. *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

*** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil