cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

HU MODEL SCHOOL STUDENTS UNION

This is official channel of HUMS Students Union. Any comment 👉 @HUModel_Schoolbot In this channel you can get :- -Information updates -PDF files -Short notes -Quizes Invite you friends, your class mates and families ☺

Show more
Advertising posts
1 375
Subscribers
+324 hours
+107 days
+2930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

ቀን/Guyyaa 18/10/16 Barattoota kutaa 8ffaatiif Bu’aa Qormaata keessanii wanti gadhiifame waan hin jirreef obsaan akka eegattanii fi waan haaraan yoo jiraate Teeleegiramii keenya qofa akka hordooftan isin hubaachiifna. MB ለ8ኛ ክፍል ተማሪዎች የፈተናችሁ ዉጤት የተለቀቀ ነገር ስለለ በትግስት እንድትጠብቁ እና አዲስ ነገር ከአለ ቻናላችን ብቻ እንድትከታተሉ እናሳዉቃለን፡፡ ት/ቤት
Show all...
Barattoota MB Moodeelii Yuunivarsiitii Haramaayaa hundaaf Guyyaa 17/10/16 Waraaqa deebii qormaataa kan itti fudhattan Guyyaa 18/10/16 Kitaaba MB kan itti deebistan tahuu isin beeksifna. MB ለሐዩ ሞዴል ትቤት ተማሪዎች በሙሉ የፈተና መልስ ወረቀት ሰኞ 17/10/16 የሚመለስ ሲሆን ማክሰኞ 18/10/16 ደግሞ የትቤቱ መፅሐፍት የሚመለስ ይሆናል። ት/ቤቱ
Show all...
👍 1👎 1
Qormaanni xumura Seemisteera 2ffaa kan bara 2016 guyyaa 11-14/10/2016tti kennamaa ture. Guyyaa har'a milkiin xumuramee jira የ2ኛ መንፈቀ አመት ማጠቃለያ ፈተና ከሰኔ 11-14/2016 ዓም ድረስ እየተሰጠው የነበረው ዛሬ በሲኬት ተጠናቋል።
Show all...
👍 4👏 3
Yared MOD: ጥብቅ ማሳሰቢያ ለ8ተኛ ክፍል እና ለ9ኛ ክፍል እግርኳስ ቡድኖች   ዘንድሮ እንደ ት/ቤት በነበረን የውስጥ ውድድር ላይ ለመሳተፍ ከትቤቱን የተዋሳችሁትን ማሊያ /ትጥቅ ለት/ቤቱ ያልመለሳችሁ ጥቂት ተማሪዎች  ስላላችሁ ማክሰኞ  ዕለት ትጥቁን እንድትመልሱ እናሳስባለን BEEKSISA ARAFACHIISA BARATTOOTA KUTAA 8 FI KUTAA 9ffaa GAREE KUUBAA MIILAATIIF   Bara kana keessatti waldorgoomii kubaa miilaatiif uccuu Ispoortii m/b irraa ergifattan turtan keessa barattoonii muraasni waan hindeebisneef  guyyaa Kibxataa qabeenya m/b akka deebistan isin hubachiifna.
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
3👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
2
Beeksisa Barattootaa kutaa 11A kan dabtara keessan qabxii hin qabsiifannee boru ganama qofa akka fidattanii fi barattoonni dabtara na birra qabdan boru ganama akka fudhattan yaa tahu. B/saa Baayoloojiirraa የ11ኛA ክፍል ተማሪዎች ደብተር ነጥብ ያለተያዘላችሁ ነገ ጠዋት ብቻ እንድታመጡ እና የተያዛላችሁ ደግሞ ነገ ጠዋት እንድትወስዱ ይሁን፡፡ ከባዮሎጂ መምህራችሁ
Show all...
👍 1
Qormaanni xumura sad.1ffa jan kutaa 8ffaa guyyaa 04-05/10/16tti kennamaa ture har'a (05/10/16) sa'aatiin booda karaa nagaan xumuramee jira. የ8ኛ ክፍል 1ኛ ደረጃ መልቀቂያ ፈተና ከሰኔ 04-05/2016 ዓም እየተሰጠው የነበረው ዛሬ ከሰዓት በኋላ በሰላም ተጠናቋል።
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.