cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

HU MODEL SCHOOL STUDENTS UNION

This is official channel of HUMS Students Union. Any comment 👉 @HUModel_Schoolbot In this channel you can get :- -Information updates -PDF files -Short notes -Quizes Invite you friends, your class mates and families ☺

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
1 360
المشتركون
+224 ساعات
+37 أيام
+1830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Yared MOD: ጥብቅ ማሳሰቢያ ለ8ተኛ ክፍል እና ለ9ኛ ክፍል እግርኳስ ቡድኖች   ዘንድሮ እንደ ት/ቤት በነበረን የውስጥ ውድድር ላይ ለመሳተፍ ከትቤቱን የተዋሳችሁትን ማሊያ /ትጥቅ ለት/ቤቱ ያልመለሳችሁ ጥቂት ተማሪዎች  ስላላችሁ ማክሰኞ  ዕለት ትጥቁን እንድትመልሱ እናሳስባለን BEEKSISA ARAFACHIISA BARATTOOTA KUTAA 8 FI KUTAA 9ffaa GAREE KUUBAA MIILAATIIF   Bara kana keessatti waldorgoomii kubaa miilaatiif uccuu Ispoortii m/b irraa ergifattan turtan keessa barattoonii muraasni waan hindeebisneef  guyyaa Kibxataa qabeenya m/b akka deebistan isin hubachiifna.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
3
Photo unavailableShow in Telegram
1
Beeksisa Barattootaa kutaa 11A kan dabtara keessan qabxii hin qabsiifannee boru ganama qofa akka fidattanii fi barattoonni dabtara na birra qabdan boru ganama akka fudhattan yaa tahu. B/saa Baayoloojiirraa የ11ኛA ክፍል ተማሪዎች ደብተር ነጥብ ያለተያዘላችሁ ነገ ጠዋት ብቻ እንድታመጡ እና የተያዛላችሁ ደግሞ ነገ ጠዋት እንድትወስዱ ይሁን፡፡ ከባዮሎጂ መምህራችሁ
إظهار الكل...
Qormaanni xumura sad.1ffa jan kutaa 8ffaa guyyaa 04-05/10/16tti kennamaa ture har'a (05/10/16) sa'aatiin booda karaa nagaan xumuramee jira. የ8ኛ ክፍል 1ኛ ደረጃ መልቀቂያ ፈተና ከሰኔ 04-05/2016 ዓም እየተሰጠው የነበረው ዛሬ ከሰዓት በኋላ በሰላም ተጠናቋል።
إظهار الكل...
I hope all of you will score a best grade because I know your capacity. Finally, I pray for you to be the almighty God is with u in all your progress. your Eng. Miss
إظهار الكل...
6👍 3
Qormaanni kutaa 8ffaa har'a kennamuu eegalee har'a ganama nagaan xumuramee jira. የ8ኛ ክፍል ዛሬ ሲሰጥ የጀመረው የጠዋቱ ፈተና በሰላም ተጠናቋል።
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoota kutaa 8ffaa qormaata Naannoo Guyyaa 04fi 05/10/2016 ni kennama Kanaaf barattoonni keenya 1. Qormaata tasgabbiin akka hojjatan 2. Waraaqa deebii irratti waan si gaafatu hundi Admission keessan irra waan jiruu sirnaan guutuu kan dibamu dibu fkn Maqaa keessan, lakk. Galmee, lakk.Koodii barnootaa, Maqaa MB, Gosa Barnootaa hunda haala sin gaafatun qulqullinaan akka guuttan 3 . Meeshaalee siniif heyyamamee qofa fkn qalama gogaa(irsaasa), haqxuu, qartuu, Waraaqa Eenyummaa fi Admission card, Yuuniformii uffachuun argamuu 4. Sa'aatii kabajuu fi daree keessatti naamusa qormaataa eeguu 5. Yoo rakkoon jiraate barsiisaa isin qoru naamusaan gaafachuu 6. waraaqa gaaffi irratti gaaffileen guutuu tahu adda baasuu 7. Yeroo gurraachisteen suutaa gurraacheessuu 8. Waraaqa deebiirratti dibuu mirkaneeffachuu 9. Sa'aatii isiniif keennamee sirnaan fayyadamuu fi jarjaruu irraa of qusaachuu fi kkf 10. Balballi seensaa keessan sad.2ffaan tahuu isin beeksifna. Qormaata gaarii fi milkii isiniif yaa tahu.
إظهار الكل...
👍 1