en
Feedback
BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Technology Channel

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
በቱሪዝም ፣ በመስተንግዶ እና በሆቴል ኢንዱስትሪ ተመርቃችሁ መስራት ለምትፈልጉ!!! የአፍሪወርክ ቴሌግራም ቻናልን በመቀላቀል በየቀኑ በዚህ ዘርፍ ከሚወጡ አዳዲስ ስራዎች ተጠቃሚ ይሁኑ።
በቱሪዝም ፣ በመስተንግዶ እና በሆቴል ኢንዱስትሪ ተመርቃችሁ መስራት ለምትፈልጉ!!! የአፍሪወርክ ቴሌግራም ቻናልን በመቀላቀል በየቀኑ በዚህ ዘርፍ ከሚወጡ አዳዲስ ስራዎች ተጠቃሚ ይሁኑ።

Repost from Walaloon Jaalala
Namootni Notcoin sin darbees ta'ee kanneen kanaan dura hojjattan hundaaf oduu gammachiisaa. Airdrop amanamaa ta'e shan siniif dhiyeesseera hunduma isaanii yaalaa. Booddee nu galateeffattu. 1. TapSwap https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815 2. Secret Coin https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815 3. Ava Coin https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1c2ee3ddc15fa7373af0 4. Near Wallet https://t.me/herewalletbot/app?startapp=7143378 5. MemFi Coin https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6 Airdrop shanan kanaan qarshii gaarii hojjattu dafaa itti fayyadamaa. Booddee akka hin gaabbine.

Gaaffii salphaa fi Garuummoo nama mooksu kana yaalaamee? Bishaan Kiiloo tokko moo Bishaan Litirii tokkotu Caala? Itti yaadaa deebisaa!

Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Gaaffii salphaa fi Garuummoo nama mooksu kana yaalaamee? Bishaan Kiiloo tokko moo Bishaan Litirii tokkotu Caala? Itti yaadaa deebisaa!

“Kaleessa dhaqna qabannee, har’a gurra hurannee - irraafi jalaan gubanne” jette intalli.

Repost from Walaloon Jaalala
Galmeen itti fufeetuma jira Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa Ogummaa Taatummaa saayinsii isaa eeggate Ogeessota Taatummaa i
+1
Galmeen itti fufeetuma jira Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa Ogummaa Taatummaa saayinsii isaa eeggate Ogeessota Taatummaa irratti beekumsaa ga'aa qabaniin kennuuf galmeen marsaa lammaffaa akkuma itti fufetti jira. Turtiin yeroo leenjii walakkaa waggaa [Ji’a ja’a] Yeroo Leenjii: • Idileen yoo xiqqaate torbeetti guyyaa lama (2) nama argamuu danda’u. • Weekend ykn Sanbata xiqqaa fi  Sanbata guddaa bartootta kutaa 1 hanga 12 barataniif kutaa addaa qabna. • Koorsiiwwan Ja’a /shaakala waliin kennamu Ulaagaalee Leenjii: • Fedhii Taatummaa qabaachuu • Afaan Oromoo dubbachuufi dhaga’uu, Dubbisuu • Barnoota kanaaf yeroo kennuu danda’uu • Qormaata seensaa akkaadaamichi kennu darbuu danda’uu. • Danbii fi ittiin bulmaata mana baruumsichaaf ajajamuuf of qopheessuu Baayyinni barataa marsaa lammaffaaf fudhannu daanga’aa waan ta’eef, galmeen akkuma guuteen ni dhaabbata. Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa, Galma Dandeettii fi Kalaqaa! @Fiilmiin

“Barri kaan darbee Barri kaan dhufe Karri kaan cabee Karri kaan kufe… Naaf darbaan eega Naaf hin dabarre Kakuun koo baay’eedh
“Barri kaan darbee Barri kaan dhufe Karri kaan cabee Karri kaan kufe… Naaf darbaan eega Naaf hin dabarre Kakuun koo baay’eedha Garuu hin agarre… Kakuu koo ijaan Yoomuman argaa? Laftoo gogaadhaa Eessattan margaa?” Jettee gumgumtee Maaf qalbii hirta? Gaafa guyyaa kee fiixee dhagaarrattuu Marguudhaaf jirta! @Waloo_Leta

Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?

Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala Riyaal Maadriidi fi Baayer Muunik gidduutti xumuratti darbuuf taasisfamu nama tilmaa
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala Riyaal Maadriidi fi Baayer Muunik gidduutti xumuratti darbuuf taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra. Ulaagaaleen 1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu 2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha. Hubachiisa:- Namootni hedduun tilmaama sirrii yoo argatan nama jalqaba deebisetu abbaa carraa ta'a. Carraa Gaarii

Re'een tun funyoo isa kamiin hidhamte? Namni deebii sirrii deebise badhaasa qaba.
Re'een tun funyoo isa kamiin hidhamte? Namni deebii sirrii deebise badhaasa qaba.

Re'een tun funyoo isa kamiin hidhamte? Namni deebii sirrii deebise badhaasa qaba.
Re'een tun funyoo isa kamiin hidhamte? Namni deebii sirrii deebise badhaasa qaba.

Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Do you enjoy reading this channel? Perhaps you have thought about placing ads on it? To do this, follow three simple steps: 1) Sign up: https://telega.io/c/Waloo_Leta 2) Top up the balance in a convenient way 3) Create an advertising post If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.