en
Feedback

Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels πŸ‘‰ If you want to see the tag, subscribe

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

πŸ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
β€œTechnology Channel”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
Baga Geessan Andualem Gosa, Ayyuu Girmaa, Addisalem fi kanneen biroo. Videowwan babbareedoo Afaan Oromoo TikTok irratti jaalatamummaa guddaa argatan kanneen marti keessanuu daawwachuun itti bohaaraa. https://youtu.be/KANA6f1885w

Siiqqee Araaraa ~ Sirni Eebba kitaabaa mata dureen isaa "SIIQQEE ARAARAA" jedhu dilbata dhufu Hagayya 30/12/2013 giddu gala A
Siiqqee Araaraa ~ Sirni Eebba kitaabaa mata dureen isaa "SIIQQEE ARAARAA" jedhu dilbata dhufu Hagayya 30/12/2013 giddu gala Aadaa Oromootti haala hoo'aan ni gaggeeffama. Odeeffannoo Dabalataaf https://t.me/hii_xuu

Andualem Gosa fi Leencoo Gammachuu - Iyyaasee New Ethiopian Oromo Music Video 2021 (Official Video) πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/LvmV7tLJFyw

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Andualem Gosa fi Leencoo Gammachuu - Iyyaasee New Ethiopian Oromo Music Video 2021 (Official Video) πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/LvmV7tLJFyw

Haachaaluu Hundeessaa sirba Goota koo jedhu Farda irra taa'ee yeroo sirbu Video bareedaa ilaalaa. Subscribe gochuun ammoo Maatii ta'aa. πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/LZzUnxMOCAc

Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa badhaafamaa. https://www.facebook.com/groups/363696794894034/

Si Faanan Jira Walaloo Afaan Oromoo Haaraa Mata Dureen Isaa Si Faanan Jira Jedhu Kaachuu Entertainment irratti daawwadhaa. Hiriyoota keessan affeeraa. Subscribe gochuun Aadaa keenya yaa ta'u. πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/u9o_fo6dQjI

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Sirba Haacaaluu Hundeessaa Tiktok irratti daawwattoota hedduu argatan daawwadha. πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/vCN0X7OvUO8

Suura fakkeessuu✍ Suuraa gatii madaalawaadhaan ni hojjenna. Suuraan nuti hojjennu qulqullinaafi sadarkaa isaa kan eeggate yammuu ta'u akkaataa barbaadameen bareechinee fakkeessina.

photo content

Sagalee kam dhageessa Kan firaa moo kan ormaa? Wanta keessaa hin baanetti Maaliif galchite morma? Kan hamminaan guutame Karaa
Sagalee kam dhageessa Kan firaa moo kan ormaa? Wanta keessaa hin baanetti Maaliif galchite morma? Kan hamminaan guutame Karaan cubbuufi kijibaa Gaafa itti seenan miti Deebiitti nama dhiba! #Share @Waloo_Leta

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Gaara waami jennaan jette jedhan cilaaloo Mi'aa ogbarruu feenan hordofi @Haadhawalaloo

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Suura fakkeessuu✍ Suuraa gatii madaalawaadhaan ni hojjenna. Suuraan nuti hojjennu qulqullinaafi sadarkaa isaa kan eeggate yammuu ta'u akkaataa barbaadameen bareechinee fakkeessina. Nu qunnamuuf link gadii Join godhaa. https://t.me/yanet_artgallery

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Walitti hodhaniif qofa Jirbiin kophee ta'aaree Faltii tortore keessaa Nadhiin dammaa ba'aaree... Hin addaannee addeessu Hin fakkaannee fakkeessu Dhugaadhaan 'shira' jedhu Du'aadhaan jira jedhu! ~ #Share @Waloo_Leta