BOLE COMPLEX
الذهاب إلى القناة على Telegram
📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام BOLE COMPLEX
تُعد قناة BOLE COMPLEX (@bole_complex) في القطاع اللغوي الإنكليزية لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 10 074 مشتركاً، محتلاً المرتبة 11 144 في فئة التكنولوجيات والتطبيقات والمرتبة 2 608 في منطقة إيطاليا.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 10 074 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 21 أكتوبر, 2025، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -193، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 0، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 0%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً N/A% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 0 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 0 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 0.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Technology Channel”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 22 أكتوبر, 2025) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التكنولوجيات والتطبيقات.
10 074
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-307 أيام
-19330 أيام
أرشيف المشاركات
10 074
Baga Geessan
Andualem Gosa, Ayyuu Girmaa, Addisalem fi kanneen biroo. Videowwan babbareedoo Afaan Oromoo TikTok irratti jaalatamummaa guddaa argatan kanneen marti keessanuu daawwachuun itti bohaaraa.
https://youtu.be/KANA6f1885w
10 074
Siiqqee Araaraa
~
Sirni Eebba kitaabaa mata dureen isaa "SIIQQEE ARAARAA" jedhu dilbata dhufu Hagayya 30/12/2013 giddu gala Aadaa Oromootti haala hoo'aan ni gaggeeffama.
Odeeffannoo Dabalataaf
https://t.me/hii_xuu
10 074
Andualem Gosa fi Leencoo Gammachuu - Iyyaasee New Ethiopian Oromo Music Video 2021 (Official Video)
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/LvmV7tLJFyw
10 074
Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.
10 074
Andualem Gosa fi Leencoo Gammachuu - Iyyaasee New Ethiopian Oromo Music Video 2021 (Official Video)
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/LvmV7tLJFyw
10 074
Haachaaluu Hundeessaa sirba Goota koo jedhu Farda irra taa'ee yeroo sirbu Video bareedaa ilaalaa. Subscribe gochuun ammoo Maatii ta'aa.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/LZzUnxMOCAc
10 074
Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa badhaafamaa.
https://www.facebook.com/groups/363696794894034/
10 074
Si Faanan Jira
Walaloo Afaan Oromoo Haaraa Mata Dureen Isaa Si Faanan Jira Jedhu Kaachuu Entertainment irratti daawwadhaa. Hiriyoota keessan affeeraa. Subscribe gochuun Aadaa keenya yaa ta'u.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/u9o_fo6dQjI
10 074
Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.
10 074
Sirba Haacaaluu Hundeessaa Tiktok irratti daawwattoota hedduu argatan daawwadha.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/vCN0X7OvUO8
10 074
Suura fakkeessuu✍
Suuraa gatii madaalawaadhaan ni hojjenna. Suuraan nuti hojjennu qulqullinaafi sadarkaa isaa kan eeggate yammuu ta'u akkaataa barbaadameen bareechinee fakkeessina.
10 074
Sagalee kam dhageessa
Kan firaa moo kan ormaa?
Wanta keessaa hin baanetti
Maaliif galchite morma?
Kan hamminaan guutame
Karaan cubbuufi kijibaa
Gaafa itti seenan miti
Deebiitti nama dhiba!
#Share
@Waloo_Leta
10 074
Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.
10 074
Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.
10 074
Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.
10 074
Suura fakkeessuu✍
Suuraa gatii madaalawaadhaan ni hojjenna. Suuraan nuti hojjennu qulqullinaafi sadarkaa isaa kan eeggate yammuu ta'u akkaataa barbaadameen bareechinee fakkeessina.
Nu qunnamuuf link gadii Join godhaa.
https://t.me/yanet_artgallery
10 074
Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.
10 074
Walitti hodhaniif qofa
Jirbiin kophee ta'aaree
Faltii tortore keessaa
Nadhiin dammaa ba'aaree...
Hin addaannee addeessu
Hin fakkaannee fakkeessu
Dhugaadhaan 'shira' jedhu
Du'aadhaan jira jedhu!
~
#Share
@Waloo_Leta
