uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Kanalga Telegram’da o‘tish

Technology Channel

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali BOLE COMPLEX analitikasi

BOLE COMPLEX (@bole_complex) Ingliz til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 10 074 obunachidan iborat bo'lib, Texnologiyalar & Aralashmalar toifasida 11 144-o'rinni va Italiya mintaqasida 2 608-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 10 074 obunachiga ega bo‘ldi.

21 Oktabr, 2025 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -193 ga, so‘nggi 24 soatda esa 0 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 0% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining N/A% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 0 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 0 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 0 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“Technology Channel”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 22 Oktabr, 2025 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Texnologiyalar & Aralashmalar toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

10 074
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-307 kun
-19330 kun
Postlar arxiv
Baga Geessan Andualem Gosa, Ayyuu Girmaa, Addisalem fi kanneen biroo. Videowwan babbareedoo Afaan Oromoo TikTok irratti jaalatamummaa guddaa argatan kanneen marti keessanuu daawwachuun itti bohaaraa. https://youtu.be/KANA6f1885w

Siiqqee Araaraa ~ Sirni Eebba kitaabaa mata dureen isaa "SIIQQEE ARAARAA" jedhu dilbata dhufu Hagayya 30/12/2013 giddu gala A
Siiqqee Araaraa ~ Sirni Eebba kitaabaa mata dureen isaa "SIIQQEE ARAARAA" jedhu dilbata dhufu Hagayya 30/12/2013 giddu gala Aadaa Oromootti haala hoo'aan ni gaggeeffama. Odeeffannoo Dabalataaf https://t.me/hii_xuu

Andualem Gosa fi Leencoo Gammachuu - Iyyaasee New Ethiopian Oromo Music Video 2021 (Official Video) 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/LvmV7tLJFyw

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Andualem Gosa fi Leencoo Gammachuu - Iyyaasee New Ethiopian Oromo Music Video 2021 (Official Video) 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/LvmV7tLJFyw

Haachaaluu Hundeessaa sirba Goota koo jedhu Farda irra taa'ee yeroo sirbu Video bareedaa ilaalaa. Subscribe gochuun ammoo Maatii ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/LZzUnxMOCAc

Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa badhaafamaa. https://www.facebook.com/groups/363696794894034/

Si Faanan Jira Walaloo Afaan Oromoo Haaraa Mata Dureen Isaa Si Faanan Jira Jedhu Kaachuu Entertainment irratti daawwadhaa. Hiriyoota keessan affeeraa. Subscribe gochuun Aadaa keenya yaa ta'u. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/u9o_fo6dQjI

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Sirba Haacaaluu Hundeessaa Tiktok irratti daawwattoota hedduu argatan daawwadha. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/vCN0X7OvUO8

Suura fakkeessuu✍ Suuraa gatii madaalawaadhaan ni hojjenna. Suuraan nuti hojjennu qulqullinaafi sadarkaa isaa kan eeggate yammuu ta'u akkaataa barbaadameen bareechinee fakkeessina.

photo content

Sagalee kam dhageessa Kan firaa moo kan ormaa? Wanta keessaa hin baanetti Maaliif galchite morma? Kan hamminaan guutame Karaa
Sagalee kam dhageessa Kan firaa moo kan ormaa? Wanta keessaa hin baanetti Maaliif galchite morma? Kan hamminaan guutame Karaan cubbuufi kijibaa Gaafa itti seenan miti Deebiitti nama dhiba! #Share @Waloo_Leta

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Gaara waami jennaan jette jedhan cilaaloo Mi'aa ogbarruu feenan hordofi @Haadhawalaloo

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Suura fakkeessuu✍ Suuraa gatii madaalawaadhaan ni hojjenna. Suuraan nuti hojjennu qulqullinaafi sadarkaa isaa kan eeggate yammuu ta'u akkaataa barbaadameen bareechinee fakkeessina. Nu qunnamuuf link gadii Join godhaa. https://t.me/yanet_artgallery

Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.

Walitti hodhaniif qofa Jirbiin kophee ta'aaree Faltii tortore keessaa Nadhiin dammaa ba'aaree... Hin addaannee addeessu Hin fakkaannee fakkeessu Dhugaadhaan 'shira' jedhu Du'aadhaan jira jedhu! ~ #Share @Waloo_Leta