en
Feedback
BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Technology Channel

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
Repost from Kaachuu Promotion
Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Ajaa'ibaafi Sadarkaa isaa eeggate kanaan bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya kabajaa fi jaalalaa ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/OSGAsiaUTbc

Rakkina kee lakkooftee Hin kutiin funyoo abdii Ciniinnattee obsinaan Barri waan baay’ee qabdi… Dukkana hamaa duubaan Ifa siif
Rakkina kee lakkooftee Hin kutiin funyoo abdii Ciniinnattee obsinaan Barri waan baay’ee qabdi… Dukkana hamaa duubaan Ifa siif ba’u argita Lafti jiidhaan yoo dhibes Dhagaarratti margita! #share @Waloo_leta

Repost from Walaloon Jaalala
🖐Yooyyaa harka fuune!🤝 🔥Ijoollee Oromoo hundaaf🔥 ✍️Jaal Laggaasaa Wagii challenge🏆 Dorgommii walaloo 📝Ulagaa dorgommichaa:- 👉Walaloo gootummaa Jaal Laggaasaa Wagii ibsu 👉Walaloo seera walaloo eege! 👉Sirna qubee fi Qub-guddeessa eeguu qaba. 👉 Baay'ina keeyyata 3-5 kan hin caallee Turtiin🕜:-torbee tokko qofaaf 📝Ulaagaan badhaasichaa:- nama walaloon isaa jaalatamummaa olaanaa (like baay'ee) kan argate. Badhaasa:- 1ffaa:- kitaaba "Atis akka Kee"jedhu kan Yeroosan Tulluu Amanteen barreeffame. 2ffaa:- kitaaba "Wal maleen qofaadha" jedhu kan Ibsaa Lammii Galataan barreeffame. 3ffaa:- Kuufama internetii kan ji'aa 1GB. 4ffaa:Kuufama internetii kan ji'a 500MB. 5ffaa:- Yeroo qilleensaa abbaa qarshii 25. Carraa gaarii! Walaloowwan keessa @Yerii_urjii irratti nuuf ergaa #Share @Walaloon_Jaalala

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuu barbaadduu? Beekkumsa bareedaa ta'e argachuu yoo feetan guduunfaa hiikuun dirqama. Koottaa seenaa waa irraa baradhaa. Sammuu keessan sooraa.

Repost from Walaloon Jaalala
Ifaajjii Fiilmii Afaan Oromoo Baayyee Garaa Nama Nyaatu kana daawwadhaa. Hiriyoota keessanis Affeeraa. Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/PhYk_TIGP_I

Repost from Walaloon Jaalala
Morticha Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa fi Ajaa'iba ta'e kana otuu hin ilaaliin akka hin darbine. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/1DJMymB_wL4

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Repost from Walaloon Jaalala
Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Ajaa'ibaafi Sadarkaa isaa eeggate kanaan bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya kabajaa fi jaalalaa ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/OSGAsiaUTbc

Biyyoo natti facaasaniin Biqiltuu seenaan dhaaba Funyoo ittiin na hidhuuf yaadan Qabadheen tulluu yaaba! Kobota utuu eeganii Warqeen natti mogga'a Adurree ta'ee kufeen Leenca ta'ee ol ka'a… Dhamaan itittuu hin jedhu Buquriidhaanis baaduu Wanti haadhoo koof hin taane Naaf ta'a jedhee hin yaadu! Kallattiin deemsa kootii Haalaan hin madaalamu Fuulduran tarkaanfadha Utuman takaalamuu! Jaalala Oromummaa malee Hin kudhaammanne jibba Adda baafadheen beeka Hiika ciqileefi jilbaa… Yaadannoo Baroon dubbisa Huccuu Taaddeen uffadha Hangan lubbuun jirutti Dhugaa Oromoon dubbadha! #share @waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Daawwadhaa Walaloo baayyee nama hawwatudha. Achumaan Subscribe gochuun Maatii keenya ta'aa. https://youtu.be/TuVd3FGGUGs

Gaafa gaafa jechaa Kuullee sassararra Gaafa gaafa gochaa Fuullee daddabarra… “Korma abbaa koo” jedha Hunduu arraba dibee Akka jennu hin taanu Kanatu nu dhibe! Utuu kan jedhu hunduu Akka jedhu ta’ee Silaa uummanni keenya Qaata rakkoo ba’ee Bakka garaa ga’e! #share @Waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Ajaa'ibaafi Sadarkaa isaa eeggate kanaan bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya kabajaa fi jaalalaa ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/OSGAsiaUTbc

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Dhukkuba ilkaaniitiif Cinaachi wal'aanamaa? Gingilchaa urataadhaan Bishaan ni waraabamaa? Waraqaa bututerraa Akkamiin warqee uumta? Gaafan mataa himadhu Maaf miila koo sukkuumta? Natti himikaa yoo beekte Naaf hin galle akkisaa Vaasiliinii handhuura dibuun Madaa garaa fayyisaa? #Share @Waloo_Leta

Bifti wal fakkaatullee Daakuufi daaraan firaaree? Kan bakka jedhetti hafu Waaqa malee jiraaree? Okkoteen cabe jedhee Gingilchaan bishaan baataa? Gidiraan yoo dheerate Abdii kutuun furmaataa? Dubbii akkasii na dhiisaa Fagootti narraa butaa Namni Oromoo qabu kan Oromiyaa qabu Akkamiin abdii kutaa? #share @Waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Repost from Walaloon Jaalala
Odeeffannoo Waqtaawaa fi amanamaa ta'e argachuuf iddoo filatamaa. Torbee guutuu sa'aatii 24 waan haaraa Oromiyaatii hanga Addunyaatti raawwate saffisaan sin qaqqabsiisa.