en
Feedback
Gadaa Bank

Gadaa Bank

Open in Telegram

📈 Analytical overview of Telegram channel Gadaa Bank

Channel Gadaa Bank (@gadaabankofficial) is an active participant. Currently, the community unites 30 482 subscribers, ranking 3 967 in the Economy & Finance category and 1 151 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 30 482 subscribers.

According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 20 over the last 30 days and by 44 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 19.60%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 8.98% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 5 976 views. Within the first day, a publication typically gains 2 737 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 15.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Gadaa Bank! New Generation's Bank. Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc/ instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc/ twitter:https://twitter.com/gadaabanksc

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Economy & Finance category.

30 482
Subscribers
+4424 hours
+197 days
+2030 days
Posts Archive
እንኳን ለ2019 ዓ.ም አዲስ ዓመት ዋዜማ አደረሳችሁ! ገዳ ባንክ የአዲሱ ትዉልድ ባንክ

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 3/13/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 3/13/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 3/13/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 8/9/2026

Baga Jala bultii Bara Haaraa 2019 Nagaan Geessan!!! Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 2/13/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 2/13/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 2/13/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 7/9/2026

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 30/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 30/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 30/12/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 5/9/2026

Waamicha Yaa’ii Waliigalaa Idilee 5ffaa Abbootii Aksiyoonaa Baankii Gadaa የገዳ ባንክ ባለአክሲዮኖች 5ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ጥሪ
+1
Waamicha Yaa’ii Waliigalaa Idilee 5ffaa Abbootii Aksiyoonaa Baankii Gadaa የገዳ ባንክ ባለአክሲዮኖች 5ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ጥሪ

Ibsa Gaddaa Baankii Gadaa Damee Tullu Diimtuutti Hoji-Gaggeessaa Muuxannoo Maamilaa (Branch Customer Experience Manager) Ta’u
Ibsa Gaddaa Baankii Gadaa Damee Tullu Diimtuutti Hoji-Gaggeessaa Muuxannoo Maamilaa (Branch Customer Experience Manager) Ta’uun Tajaajilaa Kan Turan Obbo Yoosan Suyyum Shuraa, Dhibee Isaan Muudateen Yaalamaa Turuun Kaleessa Galgala Hagayya 28, 2018 Halkan Keessaa Sa’aatii 6:00tti Du’aan Addunyaa Kana Irraa Boqotaniiru. Boordiin Daarikteerotaa, Manaajimantii Fi Hojjettoonni Baankii Gadaa Boqochuu Obbo Yoosan Suyyumiin Gadda Itti Dhagahame Ibsaa, Maatii Fi Firoottan IsaaniifJajjabina Hawwa. የሀዘን መግለጫ በገዳ ባንክ የቱሉ ዲምቱ ቅርንጫፍ የደንበኞች አገልግሎት ማናጀር (Branch Customer Experience Manager) የነበሩት አቶ ዮሳን ስዩም ሹራ፣ በህመም ምክንያት ህክምና ሲደረግላቸው ቆይተው ትላንት ምሽት፣ ነሐሴ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ከለሊቱ 6፡00 ሰዓት ላይ ከዚህ ዓለም በሞት ተለይተዋል። የገዳ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ የማናጅመንት አባላት እና ሰራተኞች በአቶ ዮሳን ስዩም ህልፈት የተሰማዉን ጥልቅ ሀዘን እየገለፀ፤ ለቤተሰቦችና ወዳጅ ዘመዶች መፅናናትን ይመኛል፡፡

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 29/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 29/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 29/12/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 4/9/2026

Herrega Qusannaa Mudaarabah Gadaa AlRayyan kan Ijoollee/Daa'ima waggaa 18 gadi ta'aniif qophaa'ee fii bu’aa qooddachiisu "Atf
Herrega Qusannaa Mudaarabah Gadaa AlRayyan kan Ijoollee/Daa'ima waggaa 18 gadi ta'aniif qophaa'ee fii bu’aa qooddachiisu "Atfal Mudarabah Saving" fayyadamuun ijoollee keessaniif galaa abdii borii olkaa’aafii. የገዳ አልረያን ሙዳራባህ ቁጠባ እድሜያቸው ከ18 አመት በታች ለሆኑ ህፃናት የተዘጋጀውን እና ትርፍ የሚያጋራውን አትፈል ሙዳራባህ ሂሳብ ለልጆቻችሁ በመክፈት የነገ ተስፋ የሚሆን ጥሪትን ያኑሩላቸው። #GadaaBank #NewGenerationsBank #GadaaAlRayyan Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 28/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 28/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 28/12/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 3/9/2026

Baankiin Gadaa fi Giddu galli gargaarsaa fi damdamannaa dhibee Sammuu Geergesenoon waliigaltee wal-hubannaa waliin hojjechuu mallatteessan. Waliigalticha I/A hoji-raawwachiisaa Olaanaa Baankii Gadaa Obbo Isheetuu Dheeressaa fi gama giddu galichaatiin ammoo hundeessaa fi hoji-raawwachiisaa kan ta’an Qeesis Liqa hiruyaan Mallas Ayyalee mallatteessaniiru. Hojiilee hawaasummaa keessatti gama hundaan hirmaachaa kan jiru Baankiin Gadaa dhaabbata hojii eebbifamaa akkasii hojjechaa jiru waliin hojjechuu isaatti gammachuu guddaa qabaa jedhan Obbo Isheetuun. Baankiin Gadaa hojii dahoo namoota dhibee sammuu qabaniif ta’u kana deeggaruuf Ijaarsa Gamoo Giddugala Geergesenooniif birrii 500,000 (kuma dhibba shan) gumaacheera. Giddugalichi erga hundeeffamee namoota dhibee sammuu qaban 1,600 (kuma tokkoo fi dhibba jahaa) ol simatee gargaaraa kan ture yoo ta’u, namoota kana keessaa gariin damdamachuun gara maatiitti deebi'aniiru. Yeroo ammaa namoonni Dhibee sammuu qaban 750 (dhibba torbaa fi shantamaa) ol giddugalicha keessatti gargaaramaa jiru. Baankiin Gadaas itti gaafatamummaa hawaasummaa qabu cimsuun dhaabbaticha waliin kallattii barbaachisaa ta’e hundaan waliin hojjechuuf dhaabbileen lamaan waliif galaniiru. ገዳ ባንክ እና የጌርጌሴኖን የአእምሮ ህሙማን መርጃ እና ማገገሚያ ማዕከል በጋራ ለመስራት የሚያስችላቸውን የመግባቢያ ስምምነት ተፈራረሙ። ስምምነቱን የባንኩ ምክትል ዋና ሥራ አስፈፃሚ አቶ እሸቱ ደሬሳ እና፣ የማዕከሉ መስራች እና ስራ አስኪያጅ ሊቀ ህሩያን ቀሲስ መለስ አየለ ፈርመዋል። በማህበራዊ ኃላፊነት ስራዎች ላይ በሁሉም አቅጣጫዎች እየተሳተፈ የሚገኘው ገዳ ባንክ፣ ከጌርጌሴኖን የአእምሮ ህሙማን መርጃ እና ማገገሚያ ማዕከል ጋር አብሮ በመስራቱ ትልቅ ደስታ እንደሚሰማው አቶ እሸቱ ገልጸዋል። ገዳ ባንክ የአእምሮ ህሙማን መጠለያ የሆነውን የዚህን ማዕከል ስራ ለመደገፍ፣ ለጌርጌሴኖን ማዕከል ህንጻ ግንባታ የሚውል 500,000 (አምስት መቶ ሺ) ብር የገንዘብ ድጋፍ አበርክቷል። ማዕከሉ ከተመሰረተበት ጊዜ ጀምሮ ከ1,600 (አንድ ሺ ስድስት መቶ) በላይ የአእምሮ ህሙማንን ተቀብሎ እንክብካቤ እያደረገ የቆየ ሲሆን፣ ከእነዚህም መካከል ከፊሎቹ አገግመው ወደ ቤተሰቦቻቸው የተመለሱ ሲሆን፤ አሁንም ከ750 (ሰባት መቶ ሃምሳ) በላይ የአእምሮ ህሙማን በማዕከሉ ውስጥ ድጋፍ እየተደረገላቸው ይገኛል። ገዳ ባንክም ማህበራዊ ኃላፊነቱን ይበልጥ በማጠናከር፣ ከተቋሙ ጋር አስፈላጊ በሆኑ ጉዳዮች ላይ በጋራ ለመስራት ሁለቱም ተቋማት ከስምምነት ላይ ደርሰዋል። #GadaaBank #NewGenerationsBank

photo content
+8

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 27/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 27/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 27/12/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 2/9/2026

Waamicha Yaa’ii Waliigalaa Idilee 5ffaa Abbootii Aksiyoonaa Baankii Gadaa የገዳ ባንክ ባለአክሲዮኖች 5ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ጥሪ
+1
Waamicha Yaa’ii Waliigalaa Idilee 5ffaa Abbootii Aksiyoonaa Baankii Gadaa የገዳ ባንክ ባለአክሲዮኖች 5ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ጥሪ

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 26/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 26/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 26/12/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 1/9/2026

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 25/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 25/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 25/12/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 31/8/2026

የገዳ ባንክ ባለአክሲዮኖች 5ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ጥሪ

Waamicha Yaa’ii Waliigalaa Idilee 5ffaa Abbootii Aksiyoonaa Baankii Gadaa

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 23/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 23/12/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 23/12/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 29/8/2026

በገዳ ባንክ ስም ዉስጥ ትልቅ ሀይል አለ፡፡ ባለፉት ሶስት ዓመታት በተሰሩ ስራዎችም ጥሩ ዉጤት ተመዝግቧል - ዶ/ር ሀሰን ሁሴን - የገዳ ባንክ ቦርድ ሰብሳቢ፡፡