ch
Feedback
Gadaa Bank

Gadaa Bank

前往频道在 Telegram

📈 Telegram 频道 Gadaa Bank 的分析概览

频道 Gadaa Bank (@gadaabankofficial) 是活跃参与者。目前社区聚集了 28 888 名订阅者,在 经济与金融 类别中位列第 4 223,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 1 181

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 28 888 名订阅者。

根据 23 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -419,过去 24 小时变化为 -6,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 13.95%。内容发布后 24 小时内通常能获得 8.67% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 4 034 次浏览,首日通常累积 2 507 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 8

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Gadaa Bank! New Generation's Bank. Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc/ instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc/ twitter:https://twitter.com/gadaabanksc

凭借高频更新(最新数据采集于 24 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 经济与金融 类别中的关键影响点。

28 888
订阅者
-624 小时
-137
-41930
帖子存档
Hubachiisa Of-eeggannoo! • Lakkoofsa icciitii (PIN) moobaayiil baankiingii, intarneet baankiingii fi tajaajiloota dijitaalaa
Hubachiisa Of-eeggannoo! • Lakkoofsa icciitii (PIN) moobaayiil baankiingii, intarneet baankiingii fi tajaajiloota dijitaalaa biroo, jecha darbiinsa (passwords), OTP, koodii mirkaneessaa ykn lakkoofsota mirkaneessaa nageenyaa biroo haala kamiinuu eenyuufiyyuu gonkumaa hin qoodiinaa. • የሞባይል ባንኪንግ፣ ኢንተርኔት ባንኪንግ እና ሌሎች ዲጂታል አገልግሎቶች ፒንን፣ የይለፍ ቃሎችን፣ ኦቲፒዎችን፣ የማረጋገጫ ኮዶችን ወይም ሌላ የደህንነት ማረጋገጫ ቁጥሮችን በምንም አይነት ሁኔታ ለማንም በፍጹም አያጋሩ፡፡ #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 17/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 17/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 17/10/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 24/6/2026

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 16/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 16/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 16/10/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 23/6/2026

“Learn from yesterday, live for today, hope for tomorrow.” Albert Einstein Torban hojii gaarii isiniif haa ta'u! Have a great
“Learn from yesterday, live for today, hope for tomorrow.” Albert Einstein Torban hojii gaarii isiniif haa ta'u! Have a great week ahead! መልካም የስራ ሳምንት ይሁንልዎት! #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

“My father gave me the greatest gift anyone could give another person: he believed in me.” Jim Valvano Happy Father's Day Bag
“My father gave me the greatest gift anyone could give another person: he believed in me.” Jim Valvano Happy Father's Day Baga guyyaa abbootii nagaan geessan! እንኳን ለአባቶች ቀን በሰላም አደረሳችሁ! መልካም የአባቶች ቀን #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 13/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 13/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 13/10/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 20/6/2026

External Vacancy Announcement June 2026.pdf1.67 KB

Gadaa Bank External Vacancy Announcement 1. Senior IT & System Auditor 2. Financing & Investment Officer- (IFB) 3. Community
Gadaa Bank External Vacancy Announcement 1. Senior IT & System Auditor 2. Financing & Investment Officer- (IFB) 3. Community Banking Officer 4. Junior Store Keeper I Application Date: June19 - 23, 2026 Interested applicants are invited to view the set requirements and apply via the link Below: https://gadaabank.com.et/gbvacancy/ within the set deadline.

Maallaqa baasuufis ta’e, POS Maashinii kamirrattuu kaffaltii bittaa fi gurgurtaa karaa Halaal ta’een raawwachuuf Kaardii G-Al
Maallaqa baasuufis ta’e, POS Maashinii kamirrattuu kaffaltii bittaa fi gurgurtaa karaa Halaal ta’een raawwachuuf Kaardii G-Al Rayyan fayyadamaa. Jumu’aa Gaarii, የጂ-አልራያን ካርድን ተጠቅመው ገንዘብ ማውጣትም ሆነ በማንኛውም የፖስ (POS) ማሽን ላይ በመጠቀም ሀላል በሆነ መንገድ ግብይትዎን ያከናውኑ፡፡ መልካም ጁሙዓ #GadaaBank #NewGenerationsBank #GadaaAlRayyan Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 11/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 11/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 11/10/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 18/6/2026

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 10/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 10/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 10/10/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 17/6/2026

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 9/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 9/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 9/10/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 16/6/2026

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 8/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 8/10/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 8/10/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 15/6/2026

Gadaa Dijiitaal fayyadamuun yeroo keessan qusadhaa.Kaffaltii keessan ariitiin raawwadhaa,baasii fi galii keessan akkaataa sal
Gadaa Dijiitaal fayyadamuun yeroo keessan qusadhaa.Kaffaltii keessan ariitiin raawwadhaa,baasii fi galii keessan akkaataa salphaan hordofaa! አዲሱን ሳምንት ከገዳ ዲጂታል ጋር ይጀምሩ። በገዳ ዲጂታል ጊዜዎን ይቆጥቡ፣ ክፍያዎችን በፍጥነት ይፈጽሙ፣ ወጪና ገቢዎንም በቀላሉ ይከታተሉ። Torban hojii gaarii isiniif haa ta'u! Have a great week ahead! መልካም የስራ ሳምንት ይሁንልዎት! #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

Baankii Gadaa Gadaan Muudaanaa Gadaa Milkii akka ta'u Hawwii Gaarii Ibsa ! Oromoo Tuulamaa Alangee Gadaa Meelbaa irraa garaa Gadaa Muudanaatti dabarsanii Kennani! Sirni Alaangee waliif dabarsuu Gadaa Oromoo Tuulamaa, Shaggar Dhakaa Koraatti Waxabajji 14, 2026 Kan gaaggeeffame yoo ta'u, Abbaan Gadaa Geetuu Taliilaa Abbaa Gadaa Tuulamaa 71ffaa ta’uun alangee fudhatanii jiran. Abbaa Gadaa Meelbaa kan turan Goobana Hoolaa Alangee Gadaa Tuulamaa Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa kan Gadaa Muudanaaf haaluma duudhaa sirna Gadaan Alangee dabarsanii kennanii jiru. የገዳ ባንክ ገዳ ሙደና የተሳካ እንዲሆን መልካም ምኞቱን ይገልጻል። ቱላማ ኦሮሞ ገዳ ሜልባ ለአዲሱ ገዳ ሙደና ስልጣን አስረከበ። በታሪካዊውና ጥንታዊው የገዳ ሥርዓት እሴት መሠረት፣ የቱለማ ገዳ የስልጣን ሽግግር ሥነ-ሥርዓቱን በዛሬው ዕለት ሰኔ 07/2018 ዓ.ም አከናውኗል ። በዚህም መሠረት ላለፉት ስምንት ዓመታት በሜልባ ገዳ ዘመን ሲመራ የነበረው የቱለማ ገዳ በአባ ገዳ ጎበና ሆላ ስልጣኑን ለሙደና አባ ገዳ ጌቱ ታሊላ አስረክቧል። #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc YouTube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

photo content
+6

Baankiin Gadaa Kutaalee biyyaattii hundatti hawaasa bal’aaf tajaajila Baankii saffisaa fi amanamaa ta’e, kan teekinooloojii ammayyaan deggerame kennuu fi qaqqabummaa isaa daran babal’isuuf dameelee isaa banuu irratti argama. Baankichi guyyaa har’aa waxabajjii 06 bara 2018 Damee isaa Naannoo Sumaalee Magaalaa Jijjigaa keessatti argamu bakka Hoggaanaa Olaanaan Tajaajila Maamiltootaa Obbo Isheetuu Dheeressaa, Dursaa Gorsaa Dhimma Shari'aa Baankii Gadaa Sh/Jamaal Muusaa fi gorsaa walii galaa saba hundaa Naannoo Somaale obbo Garaad Kulmaayee akkasumas Miseensotni Maaneejimantii Baankichaa fi Aanga’ootni olaanoon Magaalattii argamanitti haala ho’aan eebbisiisuun ifatti hojii eegalchiiseera. Dabalataanis Abbootii Aksiyoonaa, Maamiltoonni, Abbootiin qabeenyaa, Hawaasni Magaalattii fi naannawaa isheetti argaman waliin haala baankicha waliin hojjachuu danda’amu irratti marii bal’aa taasiseera. Baankii Gadaa Baankii Dhalootaa Haaraa ገዳ ባንክ በሁሉም የሀገሪቷ ክፍል ቅንጫፎቹን እያስፋፋ የደንበኞችን ፍላጎት ያማከለ ፈጣን እና አስተማማኝ በቴክኖሎጂ የታገዘ የባንኪንግ አገልግሎት ለህብረተሰቡ እየሰጠ ይገኛል፡፡ በዚሁ መሰረት ባንካችን የሶማሌ ክልል ጅግጅጋ ከተማ በከተማው እና በዙሪያው ላሉ ህብረተሰብ ምቹ እና አስተማማኝ የባንኪንግ አገልግሎት ለመስጠት ሶማሌ ክልል ጅግጅጋ ከተማ ቅርንጫፍ የከፈተ ሲሆን በዛሬው ቀን ቅዳሜ ሰኔ 06 ቀን 2018 ዓ.ም የባንኩ ቺፍ የደንበኞች አገልግሎት ኦፊሰር አቶ እሸቱ ዴሬሣ፣ የገዳ ባንክ የሸሪአ አማካሪ ሼህ ጀማል ሙሳ እና የሶማሌ ክልል የጎሳ መሪ አቶ ገራድ ኩልማዬ እና እንዲሁም የባንኩ ማኔጅመንት አባላት እና የዞኑና የከተማው ከፍተኛ የመንግስት ስራ አመራሮች በተገኙበት ቅርንጫፉን በማስመረቅ በይፋ ስራ አስጀምሯል፡፡ በተጨማሪም በከተማው እና በአካባቢ ከሚገኙት ባለአክሲዮኖች፣ ደንበኞች፣ ባለሀብቶች እንዲሁም ከባለድርሻ አካላት ጋር ከባንኩ ጋር መስራት በሚቻልበት ሁኔታ ላይ ጥልቅ ውይይት አድርጓል፡፡ ገዳ ባንክ የአዲሱ ትውልድ ባንክ #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc YouTube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

photo content
+8

photo content
+9

photo content
+9