uz
Feedback
Gadaa Bank

Gadaa Bank

Kanalga Telegram’da o‘tish

📈 Telegram kanali Gadaa Bank analitikasi

Gadaa Bank (@gadaabankofficial) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 29 463 obunachidan iborat bo'lib, Iqtisodiyot & Moliya toifasida 4 176-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 1 152-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 29 463 obunachiga ega bo‘ldi.

17 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 557 ga, so‘nggi 24 soatda esa -13 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 16.78% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 8.81% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 4 945 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 2 597 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 22 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Gadaa Bank! New Generation's Bank. Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc/ instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc/ twitter:https://twitter.com/gadaabanksc

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 18 Iyul, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Iqtisodiyot & Moliya toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

29 463
Obunachilar
-1324 soatlar
+7437 kunlar
+55730 kunlar
Postlar arxiv
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 10/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 10/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 10/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 17/7/2026

Herrega Qusannaa Mudaarabah Gadaa AlRayyan kan Ijoollee/Daa'ima waggaa 18 gadi ta'aniif qophaa'ee fii bu’aa qooddachiisu "Atf
Herrega Qusannaa Mudaarabah Gadaa AlRayyan kan Ijoollee/Daa'ima waggaa 18 gadi ta'aniif qophaa'ee fii bu’aa qooddachiisu "Atfal Mudarabah Saving" fayyadamuun ijoollee keessaniif galaa abdii borii olkaa’aafii. የገዳ አልረያን ሙዳራባህ ቁጠባ እድሜያቸው ከ18 አመት በታች ለሆኑ ህፃናት የተዘጋጀውን እና ትርፍ የሚያጋራውን አትፈል ሙዳራባህ ሂሳብ ለልጆቻችሁ በመክፈት የነገ ተስፋ የሚሆን ጥሪትን ያኑሩላቸው። #GadaaBank #NewGenerationsBank #GadaaAlRayyan Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa kaleessa Arjentiinaan fi Ingilaand waliin taphataniin ti
Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa kaleessa Arjentiinaan fi Ingilaand waliin taphataniin tilmaama sirrii kennuun warreen abbaa carraa taatan baga gamaddan! በአለም ዋንጫ ግማሽ ፍጻሜ ትላንትና ማታ እንግሊዝ ከአርጀንቲና ጋር ባደረጉት ጨዋታ፣ የጨዋታውን ትክክለኛ ውጤት የገመታችሁ ተከታዮቻችን እንኳን ደስ አላችሁ!

Guyyaa 3ffaa - leenjii hubannoo cimsuu Gamaggamni Raawwii hojii  Baankii Gadaa 2025/26 fi leenjiin hubannoo cimsuu guyyaa 3ffaan itti fufeera. Oolmaa guyyaa 3ffaa isaatiin, Baankiin Gadaa dhaabbata Abbaa Taayitaa gabaa kaappitaalaa Itoophiyaatti galmaa'e waan ta'eef, seerota murteessoo hojiirra ooluu qaban irratti xiyyeeffachuun leenjiin hubannoo cimsu kennameera. Dabalataanis, adeemsa raawwii liqii fi " Furtuu Dijital Lending" irratti leenjiin ogeessotaan kennamaa jira. Leenjicha irrattis miseensonni  Boordii fi Manaajimantiin Baankichaa hundi hirmaachaa jiru. Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa! 3ኛ ቀን - ግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና የገዳ ባንክ የ2025/26 የሥራ አፈጻጸም ግምገማ እና የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና 3ኛ ቀን ቀጥሏል።    ገዳ ባንክ በኢትዮጵያ ካፒታል ገበያ ባለስልጣን ተመዝግቦ አክሲዮን ለመሸጥ ፈቃድ ያገኘ በመሆኑ፣ ተግባራዊ ሊደረጉ በሚገባቸው ወሳኝ ደንቦች ላይ ያተኮረ የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና ተሰጥቷል። በተጨማሪም በብድር አፈጻጸም ሂደት እና በፉርቱ ዲጂታል ብድር (Furtuu Digital Lending) ላይ ስልጠና እየተሰጠ ነው። ስልጠናዉ ላይ የባንኩ የቦርድ አባላት እና ሁሉም የማኔጅመንት አባላት እየተሳተፉ ይገኛሉ። ገዳ ባንክ የአዲሱ ትውልድ ባንክ! #GadaaBank #NewGenerationsBank

photo content
+9

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 9/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 9/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 9/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 16/7/2026

Tilmaamuudhaan Badhaafamaa || ይገምቱ ፤ ይሸለሙ Tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa hardha galgala sa'aatii 4:00tti Inglaand fi
Tilmaamuudhaan Badhaafamaa || ይገምቱ ፤ ይሸለሙ Tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa hardha galgala sa'aatii 4:00tti Inglaand fi Arjentiinaan taasisan qabxii meeqaa fi meeqaan kan xumuramu sinitti fakkaata Hanga Sa'aatiin tapha kanaa gahutti Namoota dursanii tilmaama sirrii kennan shan (5) Baankiin Gadaa ni badhaasa. Ulaagaaleen:- 1. Fuula facebook Baankii Gadaa follow taasisuu, 2. Fuula Telegraamii Baankii Gadaa 'Join ' gochuun tilmaama keessan barreessaa. (https://t.me/GadaaBankOfficial) 3. Tilmaama keessan irra deebitanii edit taasisuun dhorkaadha. በአለም ዋንጫ ግማሽ ፍጻሜ ዛሬ 4:ዐዐ እንግሊዝ ከ አርጀንቲና ጋር የሚያደርጉትን ጨዋታ ስንት ለስንት የሚጠናቀቅ ይመስላችኋል? የጨዋታዉ ሰዓት እስከሚደርስ ቀድሞ በትክክል የገመቱ አምስት ሰዎች ተሸላሚ ይሆናሉ። የጨዋታው ህጎች 1. የገዳ ባንክ ፌስቡክ ገፅን follow ማድረግ 2. የገዳ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን "Join" በማድረግ መልሱን በቴሌግራም የሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/GadaaBankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ፡፡ 3. የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ወይም ሁለት ጊዜ መገመት ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም። Carraa Gaarii መልካም ዕድል! Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial #GadaaBank #NewGenerationsBank

Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa kaleessa Faransaay fi Ispeen taphataniin tilmaama sirrii
Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa kaleessa Faransaay fi Ispeen taphataniin tilmaama sirrii kennuun warreen abbaa carraa taatan baga gammaddan! በአለም ዋንጫ ግማሽ ፍጻሜ ትላንትና ማታ ስፔን ከፈረንሳይ ጋር ባደረጉት ጨዋታ፣ የጨዋታውን ትክክለኛ ውጤት የገመታችሁ ተከታዮቻችን እንኳን ደስ አላችሁ!

Gamaggama Raawwii hojii waggaa Baankii Gadaa 2025/26 Magaalaa Finfinneetti taa'amaa jiru guyyaa 2ffaa suuraadhaan ሁለተኛ ቀኑን የያ
+5
Gamaggama Raawwii hojii waggaa Baankii Gadaa 2025/26 Magaalaa Finfinneetti taa'amaa jiru guyyaa 2ffaa suuraadhaan ሁለተኛ ቀኑን የያዘው የገዳ ባንክ የ2025/26 በጀት ዓመት ስራ አፈፃፀም ግምገማ በፎቶ

photo content
+9

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 8/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 8/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 8/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 15/7/2026

Gamaggamni Raawwii hojii waggaa Baankii Gadaa 2025/26 hoggansa Olaanaa fi Manaajeroota dameelee baankichaa hirmaachise Finfinneetti eegale. የገዳ ባንክ የ 2025/26 በጀት ዓመት ስራ አፈፃፀም ግምገማ እና የአቅም ግንባታ ስልጠና ሁሉንም አመራሮችና ማናጀሮችን በማሳተፍ በአዲስ አበባ መካሄድ ጀምሯል።

Tilmaamuudhaan Badhaafamaa || ይገምቱ ፤ ይሸለሙ Tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa hardha galgala sa'aatii 4:00tti Faransaay f
Tilmaamuudhaan Badhaafamaa || ይገምቱ ፤ ይሸለሙ Tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa hardha galgala sa'aatii 4:00tti Faransaay fi Ispeen taasisan qabxii meeqaa fi meeqaan kan xumuramu sinitti fakkaata Hanga Sa'aatiin tapha kanaa gahutti Namoota dursanii tilmaama sirrii kennan shan (5) Baankiin Gadaa ni badhaasa. Ulaagaaleen:- 1. Fuula facebook Baankii Gadaa follow taasisuu, 2. Fuula Telegraamii Baankii Gadaa 'Join ' gochuun tilmaama keessan barreessaa. (https://t.me/GadaaBankOfficial) 3. Tilmaama keessan irra deebitanii edit taasisuun dhorkaadha. በአለም ዋንጫ ግማሽ ፍጻሜ ዛሬ 4:ዐዐ ስፔን ከፈረንሳይ ጋር የሚያደርጉትን ጨዋታ ስንት ለስንት የሚጠናቀቅ ይመስላችኋል? የጨዋታዉ ሰዓት እስከሚደርስ ቀድሞ በትክክል የገመቱ አምስት ሰዎች ተሸላሚ ይሆናሉ። የጨዋታው ህጎች 1. የገዳ ባንክ ፌስቡክ ገፅን follow ማድረግ 2. የገዳ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን "Join" በማድረግ መልሱን በቴሌግራም የሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/GadaaBankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ፡፡ 3. የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ወይም ሁለት ጊዜ መገመት ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም። Carraa Gaarii መልካም ዕድል! Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial #GadaaBank #NewGenerationsBank

Baankiin Gadaa Gamaggama Raawwii hojii 2025/26 fi leenjii Ijaarsa dandeettii Manaajimantii Baankichaa eegaleera. Gamaggamni raawwii hojii fi leenjiin Ijaarsa dandeettii kun Manaajimantii baankichaa hunda kan hirmaachise yoo ta'u, har'aa irraa eegaluun guyyoota afuriif Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Hoji-raawwachiisaa Olaanaan Baankii Gadaa Obbo Waldee Bultoo ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsuun, hirmaattonni turtii isaaniin hirmaannaa ho'aa taasisuu qabuu jedhan Turtii guyyoota afurii kana keessatti raawwiin hojii baankichaa bal'inaan kan dhiyaatu yoo ta'u, leenjiin dandeettii raawwachiisuu cimsus qaamolee gara garaan kan kennamu ta'a. Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa የገዳ ባንክ የ2025/26 በጀት ዓመት ዓመታዊ የሥራ አፈፃፀም ግምገማ እና የአቅም ግንባታ ስልጠና ተጀመረ። በተለያዩ ደረጃዎች የሚገኙ የባንኩ ከፍተኛ ማኔጅመንት አባላት እና ሁሉንም የቅርንጫፍ ስራ አስኪያጆችን ያሳተፈ ፤ የገዳ ባንክ የ2025/26 በጀት ዓመት የሥራ አፈጻጸም ግምገማ እና የአቅም ግንባታ ስልጠና ዛሬ በአዲስ አበባ ከተማ መካሄድ ጀምሯል። የገዳ ባንክ ዋና ሥራ አስፈጻሚ አቶ ወልዴ ቡልቶ ለተሳታፊዎች የእንኳን ደህና መጣችሁ መልዕክት ያስተላለፉ ሲሆን፤ ተሳታፊዎች በቆይታቸዉ ንቁ ተሳትፎ ማድረግ እንደሚጠበቅባቸዉ አሳስቧል፡፡ የባንኩ የሥራ አፈፃፀም ግምገማ እና የአቅም ግንባታ ስልጠናዉ ለቀጣዮቹ አራት ቀናት የሚቀጥል ሲሆን፤ በዚህም ዓመታዊ የስራ ዕቅድ አፈፃፀም ፣ የተመዘገቡ ስኬቶች እና ያጋጠሙ ችግሮች ላይ ውይይት ይደረጋል፡፡ ገዳ ባንክ የአዲሱ ትውልድ ባንክ! #GadaaBank #NewGenerationsBank

photo content
+4

photo content
+9

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 7/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 7/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 7/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 14/7/2026

Appilikeeshinii moobaayil baankiingii "Gadaa Digital" Play Store fi App Store qofaa irraa buufadhaa. "ገዳ ዲጂታል" የሞባይል ባንኪንግ መተ
Appilikeeshinii moobaayil baankiingii "Gadaa Digital" Play Store fi App Store qofaa irraa buufadhaa. "ገዳ ዲጂታል" የሞባይል ባንኪንግ መተግበሪያን ከፕሌይስቶር እና አፕስቶር ብቻ ያውርዱ፡፡ #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc YouTube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank

GB July 2026 Vacancy.pdf4.08 KB

Gadaa Bank External Vacancy Announcement 1. Branch Manager I 2. Branch Manager I (IFB-Full-fledged) Application Date: July 13
Gadaa Bank External Vacancy Announcement 1. Branch Manager I 2. Branch Manager I (IFB-Full-fledged) Application Date: July 13 - 18, 2026 Interested applicants are invited to view the set requirements and apply via the link Below: https://gadaabank.com.et/gbvacancy/ within the set deadline.