cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ÃL~Fãlâh Dãwã grøúp

👈"لانريدمنكم جزآءولاشكورا"👉 Kootta Diinii Faaya Kana Wal Haa Barsiifnuu Galata Walirraa Barbaaduun Maletti. "Aayaata tokkollee yoonif tahe narraa geeysaa" Dhaamsa rasuulati(Sallallaahu Aleeyhi wa sallam)

Show more
Finland2 360The language is not specifiedReligion & Spirituality46 315
Advertising posts
1 823
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-1830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

قال الحسن البصري رحمه الله: من علامة إعراض الله تعالى عن العبد أن يجعل شغله فيما لا يعنيه. Rabbbiin irraa haa jaalatu hasanul basriin akkana nuun ja'a Alaamaa irraa garagaluu (irraa jibbuu) Rabbitirrahi gabrichi isaa tahuun waan isaaf bu'a hin qabne keeysatti shaakalamaa tahuun. Osoo daqiiqaa 10 taatee wanni Rabbiin nurraa jaalatu yeroo qabnu sirnaan itti fayyadamne milkaahuu qofa. #hub.Milkii teenyatti haajamuun maletti.
Show all...
✍................................... ! {Yeroo takka takka Rabbiin "atiyoo akkanatti si mokkoree, duboo maaf galata naaf hin galchine?" Ja'ee waan ganamuu uumama isaa kanaan nutti dubbatu jiru fakkaata.} 🥰....Galata galchi......! Alhamdulillaah @alfalahdawagrp 🔥
Show all...
3
Photo unavailableShow in Telegram
✍Gurbaan yahuudaa tokko akkana ja'e ["Dubartiin Muslimaa Yoo Waa'e Diin Isiitiif Xiyyeeffana Kennite, Dhaloota Jabaa Nutti Oomishti...Tanaafu Diin Isii Irraa Waan Biraatiin Shaakhaluu Qabnaa."] Dubartiin Muslimaa Waa Hunda Dura Diin Isiitiif Xiyyeeffana Kennuu Qabdi. ✍A. Abaabiya 🥰 @AlfalahDawagrp
Show all...
9
Barreeyfama Kana yeroo dubbistu ilaalcha kee naaf sirreeyfadhu. Waan itti fuftee baatii lamaaf ykn sadihiif amala godhatte ni qabdaa? Yeroo Hunda gaafii kana yeroon if gaafadhe deebiin dhabaan ture. Bara 1445 kan juma'aan arraa kun isaaf xumuraa kana keessa deebii gaafii tanaa akkaan argachuu qabuun murteesse. Amata haarayaan wal qabateetiin dhaamsa kana siif barreese. Ni ulfaata haalaan ulfaata. Yeroo xumurte garuu haalaan ifi gammadda, haalaan if galateeyfatta milkaa'inaafii gammachuun jalqabaa ati ifitti gammaduudha. ☆Halkan sa'aa jahatti baatii jahaaf karoorseen barreesse Rabbiif galanni haa tahuu waaniin barreesse San keessaa 90% niin milkeeyse. San keessa muraasa takkaan siif hima yoo siif barnoota qabaate. ●Kitaaba amantaa habbaa 3 qara'een fixe. Habbaa 2 keessa deebi'een laale(niin muxaale) ●Kitaaba "self development" firii 4 dubbiseetiin fixe. ●Fatwaa qulqulluu seeraafii Ragaa isiitii wajjiin gaafii 1500 qulqulleeyseen adda baafadhe. ● . Maaliif yeroo muraasa takkaafillee tahu, haala walitti fufinsa qabuun waan takka goonee hin laalle, dhumti isaa guyyaa mataa Keenya itti galateefannu tahaa. Yoo waan takkaaf fadhii qabaatte, yoo waan saniif xiqqo jajjabaatte baatiin 6 ykn 4 haalaan si jiijjiirti mee yaali. . Yoo maal akka dhabne beeyne akkamitti akka argannutti yoo yaanne ni arganna. Karooraan Odoo hin taane karoora sanitti hojjachuuni hamileen @AlfalahDawagrp

1
"Sanafii" tahuu dandeessa "sanafummaa" tee garuu islaamummaan walitti hin hidhin. "Hiree namaa Allahaatu bareecha, "style" jireenyaatiis isaatu namaaf qaceelcha, jabinaafii laafinaas isumaatu if biraa qaba, isaatu nuuf kanna. Akkiin ani irra jiru kun akka Rabbiin naaf file" ani nama muslimaa tokko akkanattiin amana yoo jatte "ofcourse" kannaafi dhoorkataaniis Rabbi tahuu amanuun kee iimana irraahi. Iimaanni kun akka dhugaa siif tahuuf garuu nama zero, ka humaa takkaaf hin laffaane tahuu hin qabdu. "Sanafii", darree humaa takkaaf hin laffaane yoo taate, "haalli kun haalaan an irra jiru malee haala islaamummaan itti ajajjuu miti" ja'iitii mataa keetiifii nama waan kana irraa si gaafatu irrattillee dubbadhu. ☆Rabbitti irkadheetiin jiraadha jachuufii sanafii tahuun tokkoo miti. Gargaasaafii Rahmanni Rahmaan nama jajjabaatee waliin jira. "Sanafummaa" tee islaamummaan walitti hin hidhin, qajeelfamni Rahmaan "cimaa tahi, hin taa'inii tarkaanfadhu, waan gaarii tahe hunda hojjadhuu jiraadhu" ja'a, "siin sooraa, siin guddisaa, anatti if dhiisii diriirfadhu" bakki jattu hin jirtu . Jajjabinaafii laffaatiin tee yoo cimaa tahe gargaarsaafii Rahmanni Rabbiitiis siif cima. Rahmaaniin Karadhu, isatti irkadhu....waan hurkituuf takkaas qabaadhu. @AlfalahDawagrp
Show all...
13
Ee wlh❤️
Show all...
Khuxba ( Al waqtu ).m4a44.05 MB
5
00:22
Video unavailableShow in Telegram
1.64 MB
5
01:10
Video unavailableShow in Telegram
34.84 MB
7
00:52
Video unavailableShow in Telegram
وَقَالُوا الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي صَدَقْنَا وَعْدَهُ وَأَوْرَثْنَا الْأَرْضَ نَتَبَوَّأُ مِنَ الْجَنَّةِ حَيْثُ نَشَاء فَنِعْمَ أَجْرُ الْعَامِلِينَ 🥰Yaa Rabbi
Show all...
5.29 MB
6
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.