en
Feedback
Caffee Oromia

Caffee Oromia

Open in Telegram

☎️ +113726218 📧 Caffeeoromia@gmail.com FB : CAFFEEOROMIA Website:Www.caffeeoromiyaa.org

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Caffee Oromia

Channel Caffee Oromia (@caffeeoromia) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 13 715 subscribers, ranking 14 283 in the News & Media category and 2 385 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 13 715 subscribers.

According to the latest data from 05 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -70 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
☎️ +113726218 📧 Caffeeoromia@gmail.com FB : CAFFEEOROMIA Website:Www.caffeeoromiyaa.org

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 06 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the News & Media category.

13 715
Subscribers
No data24 hours
-167 days
-7030 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '25
October '250
in 0 channels
September '25
+14
in 0 channels
Get PRO
August '25
+22
in 0 channels
Get PRO
July '25
+122
in 0 channels
Get PRO
June '25
+34
in 0 channels
Get PRO
May '25
+24
in 0 channels
Get PRO
April '25
+43
in 0 channels
Get PRO
March '25
+10
in 0 channels
Get PRO
February '25
+174
in 0 channels
Get PRO
January '25
+173
in 0 channels
Get PRO
December '24
+227
in 6 channels
Get PRO
November '24
+234
in 1 channels
Get PRO
October '24
+211
in 0 channels
Get PRO
September '24
+1 526
in 1 channels
Get PRO
August '24
+463
in 0 channels
Get PRO
July '24
+2 124
in 2 channels
Get PRO
June '24
+1 570
in 2 channels
Get PRO
May '24
+848
in 0 channels
Get PRO
April '24
+713
in 0 channels
Get PRO
March '24
+777
in 0 channels
Get PRO
February '24
+524
in 4 channels
Get PRO
January '24
+405
in 0 channels
Get PRO
December '23
+183
in 0 channels
Get PRO
November '23
+86
in 0 channels
Get PRO
October '23
+127
in 0 channels
Get PRO
September '23
+199
in 0 channels
Get PRO
August '23
+130
in 0 channels
Get PRO
July '23
+442
in 0 channels
Get PRO
June '23
+237
in 0 channels
Get PRO
May '23
+351
in 0 channels
Get PRO
April '23
+77
in 0 channels
Get PRO
March '23
+95
in 0 channels
Get PRO
February '23
+205
in 0 channels
Get PRO
January '23
+128
in 0 channels
Get PRO
December '22
+105
in 0 channels
Get PRO
November '22
+97
in 0 channels
Get PRO
October '22
+286
in 0 channels
Get PRO
September '22
+95
in 0 channels
Get PRO
August '22
+102
in 0 channels
Get PRO
July '22
+344
in 0 channels
Get PRO
June '22
+4 392
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
04 October0
03 October0
02 October0
01 October0
Channel Posts
Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa haala kenniinsa tajaajila sekteroota Godina Iluu Abbaa Booraa ilaaluu eegale. Dura Taa'aan Koree Dhaabbii  Dhimma Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Diriirsaa Waaqumaa ummanni tajaajila haqa qabeessàafi si'ataa yoo argate hirmaannaa misooma keessatti qabu dabaluun galmoota misooma dinagdee damdaneessaa fiduuf qabaman qabatamaan milkeessuu keessatti gahee isaa akka bahatuuf kan dandeessisudha jedhan. Mootummaanis  tajaajila ummataaf kennu itti quufiinsa maamilaan madaala. Kanaaf,  tajaajila haqa qabeessaafi ammayya'e kennuun  galmoota imala badhaadhinaa dhugoomsuuf hojjechuun barbaachisaa ta'uu Kab. Obbo Diriirsaan ibsaniiru. Koreen kun, Godinichatti hordoffiifi to'annoo gaggeessuu eegaleen haala kenniinsa tajaajila  Waajjira Fayyaa, raawwii  hirmaannaa ummataa galiifi Gumaata Buusaa Gonofaa, hojiiwwan Yuuniyeenii Waldaa Hojii Gamtaa Soorgabbaa hojjetamaa jiran keessaa Warshaa nyaata horii, Mana kuusaa  Bunaafi raawwii karoora kurmaana 3ffaa bara 2017  Ejensii Waldaa Hojii Gamtaa Godinichaa ilaaleen raawwiin milkaa'inoota agarsiisan cimanii akka itti fufaniifi  dhiyeessiin calla guddiftuu Godina dhaqqabe ariitiin qonnaan bulaa bira  akka gahuufi deebii liqii calla guddiftuu xiyyeeffannoo kan barbaadu ta'uu kallattii kaa'eera.

2
𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐪𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐦𝐢𝐥𝐥𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐞+4
𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐪𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐦𝐢𝐥𝐥𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐞𝐞𝐧 𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐥𝐚. ****
0
3
Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan jila isaanii waliin, Mana Maree Magaalaa Finfinneetti argamuun hoji+9
Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan jila isaanii waliin, Mana Maree Magaalaa Finfinneetti argamuun hojiilee riifoormii adda addaa tajaajila Mana Marichaan kennamu fooyyessuuf hojjetamaa jiran irratti mari'achuun, hojiiwwan hojjetamaa jiranis daawwataniiru. Afyaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Kab. Aadde Buzeenaa Alqaadir, Kab. Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniifi jila isaanii Waajjira isaaniitti simachuun hojiilee adeemsa seera baasuu, sirna hordoffiifi to'annoo, hojii bakka bu'ummaa ummataa gaggeeffamuufi hojiilee riifoormii adda addaa hojjetamaa jiru ilaalchisee muuxannoo qaban qooduun, gurmaa'inaaleefi sochiiwwan waliigalaa akka Mana Marichaatti hojjetamaa jiranis daawwachiisaniiru.
0
4
Injifannoon Bitootessa 24’n argame, imala jijjiiramaafi cehumsa biyya dhugoomse. Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa+7
Injifannoon Bitootessa 24’n argame, imala jijjiiramaafi cehumsa biyya dhugoomse. Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan **** Sadarkaa Magaalaa Shaggaritti Guyyaan Injifannoo Bitootessa 24 Istaadiyoomii Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti kabajame. Sirna kabaja guyyaa kanaa irratti kan argaman Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan, Bitootessi 24 Aadaa siyaasaa ture jijjiiruun dirree siyaasaa bal'isuun bilisummaan miidiyaalee akka mirkanaa'uufi dhaabbilee ciccimoo dhiibbaa siyaasaa irraa bilisa ta'an akka ijaaramaniif bu'uura guddaa kan kaa’edha jedhan. Imaammata dinagdee yaadama sirrii irraa maddeen dinagdee damdaneessaafi itti fufiinsa qabu ijaaruun seenaa hiyyummaa jijjiiruun danda'ameera. Sadarkaa I/I/A Pirezidaantii MNOtti, Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dr. Tashoomaa Addunyaa gama isaaniin, Bitooteesi 24 guyyaa injifannoo itti galmeessine qofa osoo hin taane, guyyaa itti injifannoo galmeessine bulchuu itti eegalledhas jedhan.
0
5
Injifannoon Bitootessa 24n argame walooma cimsee, tokkummaa sabdaneessaan utubee Itoophiyaa ceessisuun milkaa'inoota har'aa n+9
Injifannoon Bitootessa 24n argame walooma cimsee, tokkummaa sabdaneessaan utubee Itoophiyaa ceessisuun milkaa'inoota har'aa nu dhaalchise jedhan Itti Gaafatamaan Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Kab. Dr. Mangistuu Baqqalaa. Guyyaan Injifannoo Bitootessa 24 Hojjettoota Biirolee Oromiyaa waliin bakka hooggantoonni naannichaa adda addaa argamanitti sagantaa 'Sosochii Ispoortii'n kabajamee ooleera. Itti Gaafatamaan Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Kab. Dr. Mangistuu Baqqalaa Injifannoon Bitootessa 24n argame, tokkummaa biyyaa utubee, egeree badhaadhina Itoophiyaaf waloomaafi namooma cimsee milkaa'inaan gara Badhaadhinaatti imalaa jira jedhan.
0
6
Bitootessa 24, Siidaa Bilisummaafi Walqixxummaati! ‎**** ‎Injifannoon Bitootessa 24n argame Magaalota Oromiyaa adda addaa kee+5
Bitootessa 24, Siidaa Bilisummaafi Walqixxummaati! ‎**** ‎Injifannoon Bitootessa 24n argame Magaalota Oromiyaa adda addaa keessatti kabajamaa jira.
0
7
𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐀𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐚𝐚 (𝐈𝐝-𝐀𝐥-𝐅𝐚𝐱𝐢𝐫𝐢𝐢) 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝟏𝟒𝟒𝟔𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐍+1
𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐀𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐚𝐚 (𝐈𝐝-𝐀𝐥-𝐅𝐚𝐱𝐢𝐫𝐢𝐢) 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝟏𝟒𝟒𝟔𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐍𝐮 𝐆𝐚𝐡𝐞! ****
0
8
Jilli kun dhimmoota gurmaa’iinsa Caffeen walqabatan, seera tumuu, hordoffiifi to’annoo, hojii Bakka Bu’ummaa Ummataa akkasumas, sirna hordoffiifi deeggarsa Manneen Maree sadarkaan jiraniif taasifamaa jiruufi tooftaa dhaqqabummaa Odeeffannoo ummata bira ittiin  gahamurratti  muuxannoo qooddatee jira. Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa  Abdurrahmaan, Jilli Mana Maree Beenishaangul Gumuz Afyaa’ota, Koreewwan Dhaabbiifi Gorsitoota of keessatti qabate gara Caffee wayita dhufu, muuxannoo hojii waliif qooduu irra cehee hariiroo ummata Naannolee lameenii waggoota dheeraaf ture caalmaatti  cimsuun, obbolummaafi tokkummaa sabdaneessummaa jabeessuun, hojiiwwan misooma, nageenyaafi gama hawaasummaan hojjetamaa turan caalmaan dagaagsuun walitti hidhamiinsa jiru itti fufsiisuu irratti kan xiyyeeffatedha jedhan. Afyaa’iin Mana Maree Beenishaangul Gumuuz Kab. Aadde Askaalach Albooroo gama isaaniin, Mootummaan Naannoo Oromiyaafi Beenishaangul Gumuuz hariiroo ollummaa waliin qabaniin qofa osoo hin taane, hawaasa bara dheeraaf waliin jiraachaa turan waan ta’eef, kun jabaatee akka itti fufuuf misooma hawaas-diinagdeen walitti hidhamiinsa jabaa uumuuf hojiin waggoottan jijjiiramaa kana keessatti hojjetaman fakkeenyummaa kan qabanidha jedhan. Gara Caffee Oromiyaa yommuu dhufnus, muuxannoowwan gaggaarii milkaa’ina hojii keenya itti aanuuf nu gargaaran ni arganna jennee abdii guutuun qe’ee keenya lammataatti dhufne. Waan yaadneefi karoorsinee dhufneen olittis arganneerra jedhan.
0
9
Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan, Jila Afyaa’ii Mana Maree Naannoo Benishaangul Gumuz Kab. Aadde As+8
Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan, Jila Afyaa’ii Mana Maree Naannoo Benishaangul Gumuz Kab. Aadde Askaalech Albooroon durfamu Waajjira isaaniitti simachuun muuxannoo qoodanii jiru.
0
10
𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚, 𝐬𝐞𝐞𝐫𝐨𝐭𝐚 𝐪𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐡
𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚, 𝐬𝐞𝐞𝐫𝐨𝐭𝐚 𝐪𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚? 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐎𝐠𝐞𝐞𝐲𝐲𝐢𝐢 𝐬𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚! #𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞_𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐚
0
11
Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniin durfamu, Godina Booranaa Aanaafi Magaalaa Yaa'a Bal'ootti a+9
Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniin durfamu, Godina Booranaa Aanaafi Magaalaa Yaa'a Bal'ootti argamuun, rakkoo bishaan dhugaatii hawaasa Booranaa furuuf ijaarsa Piroojeektii Neetwoorkii Bishaan Booranaa, Piroojeektii Dirree Xiyyaaraafi Piroojeektii Galma Abbaa Gadaa Kubii Curraa sadarkaa irra jiran ilaaluun, Qophii Biqiltuu Waajjira Qonna Godinichaan misoomaa jirus daawwataniiru. Kab. Aadde Sa'aadaan, Magaala Yaa'a Bal'ootti M/M Ganda Garbii Yaa'a Bal'oofi Qilxaa Dhokisuuttis argamanii haala M/ Maree Gandaa hojii isaanii itti hojjechaa jiran ilaalanii jiru. Kab. Aadde Sa'aadaan hordoffiifi deeggarsa Mana Maree Magaalaa Yaa'a Bal'ootiin Manneen Maree Gandaaf taasifamaa jiruufi hordoffiifi to'annoo taasifamaa jiru ilaalchisee Koreewwan Dhaabbii Magaalichaa waliinis mari'ataniiru. M/M/Gandaa cimee hojii bakka bu'ummaa ummataa yoo hojjete, gurmaa'iinsi haaraan sadarkaa Gandaatti gadi bu'e ni cima jedhan. Mootummaa cimaa sadarkaa Gandaatti ijaaraa jirruuf bu'uura ta'a jedhaniiru.
0
12
Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniin durfamu Godina Booranaa Aanaa Yaa'a Bal'ootti daawwannaa ta+8
Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniin durfamu Godina Booranaa Aanaa Yaa'a Bal'ootti daawwannaa taasisaa jiruun Ijaarsa Piroojeektii Neetworkii Bishaan Booranaa daawwate.
0
13
𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐫𝐨𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟𝐚 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐨𝐨𝐥𝐦𝐚𝐚
𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐫𝐨𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟𝐚 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐨𝐨𝐥𝐦𝐚𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐫𝐨𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢𝐬 𝐧𝐢 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚. 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟, 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐜𝐢𝐦𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐟𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐚. 𝐷𝑟. 𝐵𝑎𝑎𝑦'𝑖𝑠𝑎𝑎 𝐿𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑃𝑖𝑟𝑒𝑒𝑧𝑖𝑑𝑎𝑎𝑛𝑡𝑖𝑖 𝑌𝑢𝑢𝑛𝑖𝑣𝑎𝑟𝑠𝑖𝑖𝑡𝑖𝑖 𝐴𝑚𝑏𝑜𝑜
0
14
𝐘𝐚𝐚'𝐢𝐢 𝐈𝐝𝐢𝐥𝐞𝐞 𝟖𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟒𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞 𝟔𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐭𝐢𝐛𝐛𝐚𝐧𝐚 𝐠𝐚𝐠
𝐘𝐚𝐚'𝐢𝐢 𝐈𝐝𝐢𝐥𝐞𝐞 𝟖𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟒𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞 𝟔𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐭𝐢𝐛𝐛𝐚𝐧𝐚 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞. #𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞_𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐚
0
15
𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐦𝐦𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚, 𝐚𝐟𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢 𝐝𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞𝐧 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐬𝐚𝐛𝐥𝐚𝐦𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐢𝐝+4
𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐦𝐦𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚, 𝐚𝐟𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢 𝐝𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞𝐧 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐬𝐚𝐛𝐥𝐚𝐦𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐞𝐞 𝐰𝐚𝐥𝐭𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐥'𝐚𝐭𝐞𝐝𝐡𝐚. **** Sirna Kabaja Guyyaa Saboota Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 19ffaa Sadarkaa Naannolee, Magaalotaafi Biyyaatti kabajame irratti heeddumminni aadaa, afaaniifi duudhaaleen sabaafi sablammootaa miidhagee waltajjii irratti mul'atedha. Kunimmoo, ummattoonni Itoophiyaa waadaa gaaddisa Heeraa tokko jalatti obbolummaa dhugaan waliin jiraachuuf galan kan ittiin mirkaneessanidha jedhame. Gamaaggama taasifameenis, ciminoonniifi hanqinaaleen raawwii keessatti mul'atan, dhimmoonni akka muuxannootti qindaa'uu qabanis adda bahanii hojii itti aanuuf galtee ta’uu akka qaban kallattiin kan itti taa’edha. Milkaa’ina kabaja ayyaanichaa keessatti, Naannoleefi Magaalota gahee olaanaa taphataniif beekkamtiifi badhaasa kennameen: 1) 𝑪𝒂𝒇𝒇𝒆𝒆𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒊𝒚𝒂𝒂 - 𝑺𝒂𝒅𝒂𝒓𝒌𝒂𝒂 1𝒇𝒇𝒂𝒂 2) 𝑴𝒂𝒏𝒏𝒊 𝑴𝒂𝒓𝒆𝒆 𝑴𝒂𝒈. 𝑭𝒊𝒏𝒇𝒊𝒏𝒏𝒆𝒆 - 𝑺𝒂𝒅𝒂𝒓𝒌𝒂𝒂 2𝒇𝒇𝒂𝒂 3) 𝑴/𝑴𝒂𝒓𝒆𝒆 𝑲𝒊𝒃𝒃𝒂 𝑰𝒕𝒐𝒐𝒑𝒉𝒊𝒚𝒂𝒂 - 𝑺𝒂𝒅𝒂𝒓𝒌𝒂𝒂 3𝒇𝒇𝒂𝒂 bahuun beekkamtii argatanii jiru.
0
16
Sagantaa kana irratti Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii RFDI Kab. Obbo Aaganyawu Tashaagar, Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurahmaaniifi Afyaa’onni Naannoleefi Magaalota Itoophiyaas argamaniiru. Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan, gamaaggama haala waliigala kabaja ayyaanichaafi sagantaa beekamtii kana irratti argamuun beekamtii 𝐬𝐚𝐝𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚 𝟏𝐟𝐟𝐚𝐚 fudhatanii jiru.  Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii RFDI Kab. Obbo Aaganyawu Tashaagar, ayyaanni bara kana kabajne eenyummaa biyyaalessaa kan ittiin mirkaneessine, seenessa waloon biyya ijaaruuf dhakaa bu’uuraa kan itti keenyeefi marii biyyaalessaa gaggeeffamaa jiruuf humna ta’uun ashaaraa mataa isaa kan kaa’edha jechuun, sirni kabaja ayyaanichaa Naannoleefi Magaalota Itoophiyaa keessatti taasifamaa tures galma waloo qabanne kana kan dhugoomsedha jedhan. Kab. Obbo Aaganyaw Tashaagar, sagantaawwan Naannoleefi Magaalota keessatti gaggeeffamaa ture keessaa Naannoon Oromiyaa, karaa guddummaa ummata naannichaa madaaluun guyyaan kun miidhagina addaa argatee akka kabajamu taasisuu keessatti gumaachi taasise fakkeenyummaa addaa kan qabu ta’uu eeruun dinqisiifannaa qabanis ibsaniiru. Naannoon Oromiyaa Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 19ffaa bara kana kabajame keessatti adda dureen hirmaachuun milkaa’ina guyyaa kanaaf gahee Leencaa taphatee jira. Keessaahuu, sadarkaa Naannoo irraa eegalee, Godinaalee, Aanaaleefi Magaalota akkasumas, hanga sadarkaa Gandaatti gadi buusuun hojiiwwan tajaajila lammummaafi marii qaamolee hawaasaa hirmaachiseen ayyaana ummataa ummataan kabajamu taasisuu keessatti gahee isaa karaa fakkeenyummaa qabuun bahatee jira. Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti, Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Ambootti sirni kabaja ayyaanichaa hirmaannaa ummata bal’aan dabaalamee kan kabajame ta’uun isaa ni yaadatama. Waliigalaan, sirni kabaja ayyaanichaa Marsaa 19ffaa sadarkaa Naannootti kabajame marii biyyaalessaa gaggeeffamuun walqabsiisuun miira tokkummaa, obbolummaafi walqixxummaa ummattootaa caalmaan dagaagsuu kan dandeessise,  miidhagina addaa ayyaana sadarkaa biyyaalessaatti kabajameef kan hore ta’uufi guddummaa ummata kanaa caalmaan kan mirkaneesse ta’uu sagantaa gamaaggamaafi beekamtii sadarkaa biyyaatti gaggeeffame kana irratti ifoomee jira.
0
17
Manni Maree Federeeshinii RFDI Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 19ffaa Naannoleefi Magaalota akkas+3
Manni Maree Federeeshinii RFDI Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 19ffaa Naannoleefi Magaalota akkasumas, Sadarkaa Biyyaalessaatti Sadaasa 29/2017 kabajame ilaalchisee Magaalaa Arbaa Miincitti gamaaggama waliigalaa taasisuun beekamtii kenne.
0
18
𝐔𝐦𝐦𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐛𝐢𝐭𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮. 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐚 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥𝐪𝐚
𝐔𝐦𝐦𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐛𝐢𝐭𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮. 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐚 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐮𝐦𝐦𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐚𝐚𝐬𝐮 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐡𝐨𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐬𝐢 𝐱𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐚. 𝐾𝑎𝑏. 𝐴𝑎𝑑𝑑𝑒 𝑆𝑎'𝑎𝑎𝑑𝑎𝑎 𝐴𝑏𝑑𝑢𝑟𝑎ℎ𝑚𝑎𝑎𝑛 𝐴𝑓𝑦𝑎𝑎'𝑖𝑖 𝐶𝑎𝑓𝑓𝑒𝑒 𝑂𝑟𝑜𝑚𝑖𝑦𝑎𝑎 #𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞_𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐚
0
19
Falmiin Heera irratti hundaa'e murtii kan argatu Komiishinii Hiikaa Heeraa Mana Maree Aanaaleefi Magaalotaa irraa miseensi tokko tokko walitti dhufee moggaafamuun akka ta'e Labsii Hundeeffama Komiishinichaa 167/2003 irratti tumamee jira. Itti Gaafatamaan Waajjira Komiishinii Hiikaa Heeraa MNO Obbo Damoozee Maammee, haala Miseensonni Komishinii Hiikaa Heeraa kun itti filataman ilaalchisee yaada kennaniin, Miseensota Manneen Maree Aanaaleefi Magaalota Oromiyaa keessaa, Yaa’ii Mana Marii isaaniin namni tokko tokko filatamanii miseensa Komiishinichaa ta'uun tajaajilu jedhan. Miseensonni Komiishinichaas, waggaatti yeroo tokko Yaa’ii waliigalaa Komishinichaa gaggeeffamuun dhimmoota Gumii Calaltuu Heeraa Naannoo Oromiyaan calalamanii dhiyaataniif qorachuun murtii dhumaa kan kennan ta'uus ibsaniiru. Akkaataa kanaan qaama ittigaafatamummaa guddaan itti kenname kana miseensonni isaa tumaalee Heeraafi hojimaata Komishinichaa irratti hubannaa qaban cimsatanii hawaasa mirga ofii gaafatuuf murtii haqaa kennuufi haqa baasuuf dirqama Heeraan isaanitti kenname kan bahatan ta'uus ibsaniiru. Komiishinichi ergama itti kenname cimee akka bahatuuf leenjiin hubannoo uumuufi dandeettii isaanii cimsuun dhimmoota gara Komiishinichaatti dhihaatan bilchinaan ilaalanii murtii haqaa akka dabarsaniif Caffeen Oromiyaa tumsa barbaachisu hunda taasisaa kan jiru ta'uus ibsanii jiru.
0
20
𝐌𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐢𝐢𝐬𝐡𝐢𝐧𝐢𝐢 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐚𝐚 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 ****
𝐌𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐢𝐢𝐬𝐡𝐢𝐧𝐢𝐢 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐚𝐚 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 ****
0