en
Feedback
Eebbifamtoota

Eebbifamtoota

Open in Telegram

Hundi Keenya Kaayyoo Tokko Ha Qabaannu ☝️Innis Wangeela 👉Wangeelli Ilma Isaa Yesus Kiristoosidha. #ሀላቺንም አንድ ጉዳይ ይኑረን #እርሱም ወንጌል። Join us @dirree_galataa

Show more
693
Subscribers
No data24 hours
-27 days
+830 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '24
September '24
+4
in 0 channels
August '24
+18
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '24
+25
in 0 channels
Get PRO
January '24
+9
in 0 channels
Get PRO
December '23
+8
in 0 channels
Get PRO
November '23
+8
in 0 channels
Get PRO
October '23
+14
in 0 channels
Get PRO
September '23
+14
in 0 channels
Get PRO
August '23
+23
in 0 channels
Get PRO
July '23
+22
in 0 channels
Get PRO
June '23
+20
in 0 channels
Get PRO
May '23
+10
in 0 channels
Get PRO
April '23
+11
in 0 channels
Get PRO
March '23
+9
in 0 channels
Get PRO
February '23
+11
in 0 channels
Get PRO
January '23
+27
in 0 channels
Get PRO
December '22
+28
in 0 channels
Get PRO
November '22
+16
in 0 channels
Get PRO
October '22
+10
in 0 channels
Get PRO
September '220
in 0 channels
Get PRO
August '220
in 0 channels
Get PRO
July '22
+16
in 0 channels
Get PRO
June '22
+10
in 0 channels
Get PRO
May '22
+33
in 0 channels
Get PRO
April '22
+30
in 0 channels
Get PRO
March '22
+13
in 0 channels
Get PRO
February '22
+12
in 0 channels
Get PRO
January '22
+14
in 0 channels
Get PRO
December '21
+15
in 0 channels
Get PRO
November '21
+10
in 0 channels
Get PRO
October '21
+33
in 0 channels
Get PRO
September '21
+34
in 0 channels
Get PRO
August '21
+41
in 0 channels
Get PRO
July '21
+47
in 0 channels
Get PRO
June '21
+54
in 0 channels
Get PRO
May '21
+71
in 0 channels
Get PRO
April '21
+49
in 0 channels
Get PRO
March '21
+37
in 0 channels
Get PRO
February '21
+46
in 0 channels
Get PRO
January '21
+43
in 0 channels
Get PRO
December '20
+1 009
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
21 September+1
20 September+1
19 September0
18 September0
17 September0
16 September0
15 September0
14 September0
13 September+1
12 September0
11 September0
10 September0
09 September+1
08 September0
07 September0
06 September0
05 September0
04 September0
03 September0
02 September0
01 September0
Channel Posts
2
Ximotewos “Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, 'Anatti hin tolan' ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!”   Macaafa Lallabaa 12:1 Dargagummaan umurii addaati. Umurii keessatti humna qaban, kan waan hunduu keessatti gaarii namatti fakkaatu, karaa tokko bara gaarii, karaa biraas immoo bara gadheedha. Wantoonni nuti dargagummaa keenya keessatti goonu baay'een kan jireenya keenya isa bara booddee murteessanidha. Bara dargagummaa keenya kana Waaqayyos, Seexannis ni barbaadu. Eenyuuf akka kenninu garuu kan murteessu nudha. Macaafni Qulqulluun waa'ee dargagummaa yeroo dubbatu; akka inni umurii ho'aa ta'e, hawwa hamaadhaan kan guute akka ta'e akkasumas hundee jireenya keenya borii akka ta'e nuuf ibsa. Bara Dargagummaa keenya kana akkamitti jiraachuu akka qabnus nu barsiisa. Macaafni Qulqulluun Macaafa lallabaa boqonnaa 12 lakkoofsa 1 irratti "Barri hamaan utuu hin dhufiin, waggoonni ati 'Anatti hin tolan' jettus utuu hin dhiyaatiin bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu" nuun jedha. "Uumaa kee yaadadhu" yeroo jedhu sammuu kee keessatti akka inni jiru yaadadhu jechuudhaa? Waawuu akkas jechuu miti. Sababni isaa kutaa kana keessatti namni gorsa kana fudhataa jiru nama Waaqayyoon hin beekne miti. Kutaan kun "Uumaa kee yaadadhu" yeroo jedhu, ''jireenya kee keessaa umurii Barbaachisaa kanatti Waaqayyoon gammachiisi, waan itti tolu hojjedhu Waaqayyo immoo bor yeroo ati dadhabdutti bara dulluma keetti si gargaaraa" jechuudha. Bakka biratti immoo Macaafni Qulqulluu "...kajeellaa yeroo dargaggummaatti hammaatu irraa baqadhu..."(2 Ximotewos 2:22)jechuudhaan bara dargagummaatti kajeellaan foonii akka hammaatu dubbata. Dargaggoota baay'eetti umuriin dargagummaa kanuma keessatti hafan itti fakkaata. Garuu akkas miti dargagummaan umurii nuti keessatti jireenya keenya isa boriif(Isuma lafarraa jechuudha) itti bu'uura keenyudha. Murtoowwan nuti bara dargagummaa Keessatti miira ho'aadhaan Ariifannee murteessinu hedduun lafa irrattis waaqa irrattis guyyaa tokko gatii nu kaffalchiisuu danda'u. Kanaafuu Obboloota ko umurii rakkisaa akkasii kana Tasgabbiin of to'annee keessa darbuu qabna. Akka fedhaafi jaalala Waaqayyootti jiraachuun yeroo kana baay'ee nuuf barbaachisaa dha. Mee Akka barumsaaf nuuf ta'uuf seenaa Ximotewos haa ilaallu. Macaafa Qulqulluu keessatti Akkas jedhamee ibsamuu haa dhiisuyyuu malee Ximotewos seenaa keessatti "Ergamaa Ximotewos" jedhamee beekama. Ximotewos Tajaajilaa jabaa, kan Phaawuloos fi Silas waliin wangeela lallabaa turedha. Bara Aria'atamni fi hammeenyi Kiristiyaanota irra ga'uu baay'ee cimaa ture keessa Ximotewos Umurii dargagummaa isaatiin Wangeela humna guddaan lallabaa ture. Ximotewos dargaggeessa ta'uu isaan wal qabatees Phaawuloos gorsa umurii isaa kanaaf barbaachisan kennaafii ture. Akka inni Hojjetaa Gooftaa isa cimaa ta'us cimsee isa akeekkachiisaa ture. Phaawuloos fi Ximotewos  Baay'ee walitti dhiyeenya qabu turan. Yeroo umuriin isaa dabalaa deemus, Phaawuloos booddee Soortuu Waldaa Efesoon godhee isa muude.  Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamuu baatus qorattoonni seenaa, Ximotewos jaarsa waggaa 80 ta'ee yeroo turetti sirna waaqeffannaa Waaqayyittii tolfamtuu Diyaanaa Irratti Wangeela lallabuun sirni sun akka addaan citu akka godheefi sababa kanaanis Ormoonni itti aaruun Lafa irra harkisanii dhagaadhaan tumanii akka  ajjeesan ni dubbatu. Egaa Obboloota ko Ximotewos bara dargagummaa isaa irraa eegalee akkamitti akka inni Waaqayyo waliin jiraate seenaa isaa kana irraa xiqqooshee ni hubattu jedheen amana. Nutis egaa har’a bara dargagummaa keenya akkuma Ximotewos Waaqayyoon tajaajiluu fi waan gaarii hojjechuuf oolchuu qabna. Akkas yeroo goonu Bara dulluma keenyaatti, isa booddees mootummaa Waaqayyootti ulfina arganna. Yoo callisnee hojii salphinaa fi hojii biyya lafaa akkasumas kajeellaa dargagummaa isa hamaa sana waliin fiigaa dargagummaa keenyaa balleessine immoo booddee nu gabbisiisa. Kanaaf obboloota ko "Bara Dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu" Luqqisa jedhu kana Yaadatti qabadhaa ittiin jiraadhaa. Eebbifamaa!
252
3
#IjoolleeIfaa316
106
4
Ijoollee Ifaa: Ximotewos “Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, 'Anatti hin tolan' ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!”   Macaafa Lallabaa 12:1 Dargagummaan umurii addaati. Umurii keessatti humna qaban, kan waan hunduu keessatti gaarii namatti fakkaatu, karaa tokko bara gaarii, karaa biraas immoo bara gadheedha. Wantoonni nuti dargagummaa keenya keessatti goonu baay'een kan jireenya keenya isa bara booddee murteessanidha. Bara dargagummaa keenya kana Waaqayyos, Seexannis ni barbaadu. Eenyuuf akka kenninu garuu kan murteessu nudha. Macaafni Qulqulluun waa'ee dargagummaa yeroo dubbatu; akka inni umurii ho'aa ta'e, hawwa hamaadhaan kan guute akka ta'e akkasumas hundee jireenya keenya borii akka ta'e nuuf ibsa. Bara Dargagummaa keenya kana akkamitti jiraachuu akka qabnus nu barsiisa. Macaafni Qulqulluun Macaafa lallabaa boqonnaa 12 lakkoofsa 1 irratti "Barri hamaan utuu hin dhufiin, waggoonni ati 'Anatti hin tolan' jettus utuu hin dhiyaatiin bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu" nuun jedha. "Uumaa kee yaadadhu" yeroo jedhu sammuu kee keessatti akka inni jiru yaadadhu jechuudhaa? Waawuu akkas jechuu miti. Sababni isaa kutaa kana keessatti namni gorsa kana fudhataa jiru nama Waaqayyoon hin beekne miti. Kutaan kun "Uumaa kee yaadadhu" yeroo jedhu, ''jireenya kee keessaa umurii Barbaachisaa kanatti Waaqayyoon gammachiisi, waan itti tolu hojjedhu Waaqayyo immoo bor yeroo ati dadhabdutti bara dulluma keetti si gargaaraa" jechuudha. Bakka biratti immoo Macaafni Qulqulluu "...kajeellaa yeroo dargaggummaatti hammaatu irraa baqadhu..."(2 Ximotewos 2:22)jechuudhaan bara dargagummaatti kajeellaan foonii akka hammaatu dubbata. Dargaggoota baay'eetti umuriin dargagummaa kanuma keessatti hafan itti fakkaata. Garuu akkas miti dargagummaan umurii nuti keessatti jireenya keenya isa boriif(Isuma lafarraa jechuudha) itti bu'uura keenyudha. Murtoowwan nuti bara dargagummaa Keessatti miira ho'aadhaan Ariifannee murteessinu hedduun lafa irrattis waaqa irrattis guyyaa tokko gatii nu kaffalchiisuu danda'u. Kanaafuu Obboloota ko umurii rakkisaa akkasii kana Tasgabbiin of to'annee keessa darbuu qabna. Akka fedhaafi jaalala Waaqayyootti jiraachuun yeroo kana baay'ee nuuf barbaachisaa dha. Mee Akka barumsaaf nuuf ta'uuf seenaa Ximotewos haa ilaallu. Macaafa Qulqulluu keessatti Akkas jedhamee ibsamuu haa dhiisuyyuu malee Ximotewos seenaa keessatti "Ergamaa Ximotewos" jedhamee beekama. Ximotewos Tajaajilaa jabaa, kan Phaawuloos fi Silas waliin wangeela lallabaa turedha. Bara Aria'atamni fi hammeenyi Kiristiyaanota irra ga'uu baay'ee cimaa ture keessa Ximotewos Umurii dargagummaa isaatiin Wangeela humna guddaan lallabaa ture. Ximotewos dargaggeessa ta'uu isaan wal qabatees Phaawuloos gorsa umurii isaa kanaaf barbaachisan kennaafii ture. Akka inni Hojjetaa Gooftaa isa cimaa ta'us cimsee isa akeekkachiisaa ture. Phaawuloos fi Ximotewos  Baay'ee walitti dhiyeenya qabu turan. Yeroo umuriin isaa dabalaa deemus, Phaawuloos booddee Soortuu Waldaa Efesoon godhee isa muude.  Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamuu baatus qorattoonni seenaa, Ximotewos jaarsa waggaa 80 ta'ee yeroo turetti sirna waaqeffannaa Waaqayyittii tolfamtuu Diyaanaa Irratti Wangeela lallabuun sirni sun akka addaan citu akka godheefi sababa kanaanis Ormoonni itti aaruun Lafa irra harkisanii dhagaadhaan tumanii akka  ajjeesan ni dubbatu. Egaa Obboloota ko Ximotewos bara dargagummaa isaa irraa eegalee akkamitti akka inni Waaqayyo waliin jiraate seenaa isaa kana irraa xiqqooshee ni hubattu jedheen amana. Nutis egaa har’a bara dargagummaa keenya akkuma Ximotewos Waaqayyoon tajaajiluu fi waan gaarii hojjechuuf oolchuu qabna. Akkas yeroo goonu Bara dulluma keenyaatti, isa booddees mootummaa Waaqayyootti ulfina arganna. Yoo callisnee hojii salphinaa fi hojii biyya lafaa akkasumas kajeellaa dargagummaa isa hamaa sana waliin fiigaa dargagummaa keenyaa balleessine immoo booddee nu gabbisiisa. Kanaaf obboloota ko "Bara Dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu" Luqqisa jedhu kana Yaadatti qabadhaa ittiin jiraadhaa. Eebbifamaa!
1
5
"AKKA MALEE NA JAALLATTA"
124
6
Dastaa Hinsarmuu -- "Abdiin qaba
134
7
Masfin Guutuu
149
8
Moti-Teresa-Galata-Irratti-Galata-Live-Worship-Original-song.m4a
194
9
Yaadasaa Shirii - Jireenyi Namaa @Faarfannaa_Ganamaa
155
10
Yaadasaa Shirii - Yaa Wangeela Keenyaa @Faarfannaa_Ganamaa
153
11
Yaadasaa Shirii - Yesuus Gaachana Koo @Faarfannaa_Ganamaa
150
12
Yaadasaa Shirii - Yesuus Suma @Faarfannaa_Ganamaa
140
13
Yaadasaa Shirii - Yoom Siif Taana @Faarfannaa_Ganamaa
133
14
Yaadasaa Shirii - Hundaa Danda'a @Faarfannaa_Ganamaa
121
15
Yaadasaa Shirii - Iran Hafe @Faarfannaa_Ganamaa
121
16
Yaadasaa Shirii - Naaf Tate Abdii Boruu @Faarfannaa_Ganamaa
123
17
Yaadasaa Shirii - Birmataa Koo @Faarfannaa_Ganamaa
118
18
Yaadasaa Shirii - Jalqabni Fi Dhumni @Faarfannaa_Ganamaa
111
19
Yaadasaa Shirii - Abbaa Taayitaa @Faarfannaa_Ganamaa
104
20
╭───⌊ 💽 Album Title: ABBAA TAAYITAA │ ├─• 🗣 Artist: Yaadasaa Shirii │ ├─• 📆 Release Date: 2021-12-25 │ ├─• 🎧 Tracks Amoun
╭───⌊ 💽 Album Title: ABBAA TAAYITAA │ ├─• 🗣 Artist: Yaadasaa Shirii │ ├─• 📆 Release Date: 2021-12-25 │ ├─• 🎧 Tracks Amount: 11 │ ├─• 💿 Record Type: album │ ╰─join─us─⌊@Faarfannaa_Ganamaa
110