en
Feedback
Galmo kormoso 👈

Galmo kormoso 👈

Open in Telegram

Oromia Shall be Free

Show more
302
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-1630 days
Posts Archive
Repost from BBC AFAAN OROMOO
Shamarreen magaalaa Naqamteetti gudeedamte sababa viiidyoo miidiyaa hawwaasaa irratti gadhiifameef jecha barumsa addaan kutuu himte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dukKB3x

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Hogganaan Hamaas duranaii yaahiyaa Sinwaar Gaazaa keessatti dhukaasa dhabuun akka hin milkoofneef gutuu akka ta'aniitti amanama ture. Amma erga Yaahiyaa dabalatee hoggantoonni Hamaasaa kaan ajjeeffamanii booda maaliif dhukaasa dhaabuuf waliiagalteen hin taasifamne laata? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ERa87hs

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Sagantaan gamoowwan haaromfaman Finfinnee keessatti eebbisiisuu kun wayita Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UN) Antooniyoo Gutareez fi Pirezidantiin Konfedereeshinii Kubbaa Miillaa Afrikaa (CAF) Paatiriis Muteseeppee Itoophiyaa jiranitti raawwate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NO892dn

በፋኖ የሚፈፀም ኢሞራላዊ ድርጊት

እነዚህ ኦሮሞ ሥልጣን ያዘ ብለው ሀገር ይበጠብጣሉ የኛዎቹ ሥልጣን ለኛ ነው የሚገባን እኛ ንፁህ የተሻልን ኦሮሞ ነን ብለው አስበው የራሳቸውን ወንድሞች ይወጋሉ ጠርዝ የረገጠ ፅንፈኝነት መጨረሻው ተያይዞ መውደም ነው

የትኛውም ጫካ ያለ ሃይል አያሸንፍም ህዝብን ለመከራ ዳርጎ ህዝብን ዘርፎ ልማት አውድሞ ወይ ይገደላል አልያም ስደት ወጥቶ ይኖራል።

ፅንፈኝነት ይውደም ! ሀብታሙ ተገኝ የሚባል የአለማቀፍ የአንገት ቆራጭ ፋኖ አስተባባሪ በልደቱ እና ገዱ አንዳርጋቸው ስባት ትውልድ ዘራቸው ተጣርቶ እርምጃ ይወስድባቸው ብሎ አውጇል እንደዚህ አይነት ቆሻሾች ናቸው ህዝብ ነፃ እንወጣለን ብለው ስው የሚያስገድሉ የሚያሳግቱ ህፃናት እና እናቶችን የሚያስደፍሩ ትምህርት ቤት እንዲቃጠል ትዕዛዝ የሚስጡ ከሀገራቸው ይልቅ ለሻቢያ እና ጥልቅ ፍቅር ያላቸው ባንዳዎች ናቸው።

ወፍ የለም !!

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Xayyaarri fe'iisaa Raashiyaa Sudaan keessatti rukutamee kufuu ilaalchisee qorannoo gaggeessaa akka jiru embasiin Raashiyaa Sudaan jiru beeksise.Xayyaarri Sudaan bulchiinsa Daarfur keessatti rukutamee kufe jedhame kun xayyaara fe'iisaa Raashiyaa lyushin Il-76 ta'uun adda bahee jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GmMTERS

Maanguddoon #Arsii maatii 500 horuun Galmee Dinqisiisoo Afrikaa irratti galmaa'an boqotan Godina Arsii Lixaa Aanaa #Nansaboot
Maanguddoon #Arsii maatii 500 horuun Galmee Dinqisiisoo Afrikaa irratti galmaa'an boqotan Godina Arsii Lixaa Aanaa #Nansabootti jiraachaa kan turan maanguddoon Abbaadaaluu Jaarsoo Onkoloolessa 20, 2024 du’aan addunyaa kanarraa boqochuu Kominikeeshinii Aanaa Nansaboo beeksise. Maanguddoon kun umrii dheeraa qabaachuu fi maatii 500 ol horuun waggaa tokko dura Galmee Dinqisiisoo Afrikaa irratti galmaa'uun isaanii ni yaadatama. Wayita Galmee Dinqisiisoo Afrikaa irratti galmaa'anitti umriinsaanii waggaa 180 jedhamaa ture. Galmeen riikardii kun garuu umurii isaaniin osoo hin taanee baay’ina maatii horataniin akka galmeesse hojii gaggeessaan dhaabbata isaan galmeesse yeroos BBC'tti himanii turan. “Haa ta’u malee, qorannoowwan tokko tokko taasifneen Abbaadaaluun maatii 500 ol akka horatan odeeffannoo arganne,” jechuun himu. https://facebook.com/AddisstandardAO/posts/pfbid02mVkejgm4A4bDPtD1DHwmtbWfV8A5rx7BQvoP9jnfLviLsKVQZXW7WW9RXJjvuPC7l

እሳቱን መቆጣጠር አልተቻለም። በሄሊኮፕተር እየተምከረ ነው መርካቶ ሸማ ተራ የአዲስ አበባ ከንቲባ አዳነች አቤቤ “ አደጋውን ቶሎ ለመቆጣጠር እየተደረገ ያለዉን ጥረት አዳጋች ያደረገዉ የአካባቢው መንገድ የእሳት አደጋ መኪና በተሟላ ሁኔታ ለመንቀሳቀስ አስቸጋሪ በመሆኑ ምክንያት ነው ። በሄሊኮፕተር ለመጠቀም እየጣርን ነው “ ሲሉ ገልጸዋል።

ይሄ ምክር ለአኩራፊ ኦሮሞዎች የሚሰራ ነው ቄሮ መስዋት ከፍሎ ነፃ ካወጣ በኃላ ሥልጣን ለኔ ነው የሚገባው በሚል የተጀመረው ጦርነት. በትግራይ ብሄርተኞች ( በነ እስታሊን በነ ማራማዊት በነ አደይ ትግራይ በነ ኤድመንድ የመሳስሉት ) ከፍተኛ ድጋፍ እንደሚያደርጉላቹ የታወቀ ነው እናንተም ህዝብን ለማታለል ሃያ ሰባት አመት የዘረፋቹ የገደላቹ መሬታቹን አፈናቅሎ ከቸበቸው ጋር ፌዴራሊስት ሃይሎች ናቸው በማለት ብብታቸው ሥር መወሸቃቹ መላው የኢትዮጵያ ህዝብ ያውቀዋል ይሄ አካሄድ ሁሉም ተያይዞ የሚጠፋበት ለጠላቶቻችን መንገድ እየጠረጋቹ የኦሮሞ ህዝብ ደም በከንቱ እንዲፈስ ኦሮምያ እንዲወድም እያገዛቹሀቸው እንደሆነ እውቁ ከዚህ ጦርነት የምታተርፉት አንዳች ነገር ይሁን ከኦሮሞ ሽመልስ አብዲሳ መስራት አቅቷቹ ከእስታሊን እና ከደብረፂዮን ምን ልታመጡ ነው ? የታሪክ ተወቃሽ መሆናቹ አይቀርም ጦርነቱን አቁሙ ውስጥ ገብታቹ ስሩ የጥፋት መንገድ ይበቃል !! #NoMoreWar

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Ameerikaan iccitii karoora Israa'el Iraan haleeluuf qabdu akkamitti miliqee akka bahe qoratan jira jette via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lRc3CxN

Xiinxala: Walitti bu’iinsi godinaalee #Gujii lamaanitti itti fufee jiru dhiittaa mirga namoomaa bal’aa hordofsiise Naannoon #Oromiyaa waggoota jahaan darbaniif walitti bu’iinsa Waraana Bilisummaa Oromoo (#WBO) fi humnoota mootummaa gidduutti adeemsifamaa jiruun daran miidhamaa tureera. Mariin nagaa marsaa lamaan gaggeeffame hanga ammaatti furmaata hin fidne. Walitti bu’iinsa kana gidduu jiraattonni godinaalee Gujii fi Gujii Lixaa rakkoof saaxilamaniiru. Mootummaan Guraandhala 2023 daangaa bulchiinsa godinaalee irra deebiin caaseessuuf murtee dabarseen walqabatee mormii ka’e hordofee sarbamni mirga namoomaa godinaalee kanneen keessa jiru daran hammaateera. Sochiin daangeeffamee, sarbama mirga namoomaa bal’aa raawwatameera. Qorataa mirga namoomaa kan ta’e Margaa Fiqaaduu, aannichatti jiraattoonni sababa walitti bu’iinsaan hubamuu fi sarbamni mirga namoomaa mudannoo guyyaa guyyaa ta’uu hima. Gadadoo hawaasni Gujii keessa darbaa jiru addunyaan argaa akka hin jirre hime. “Rakkoon jiru ulfaataa haa ta’u malee xiyyeeffannoo hin arganne.” https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4929

ሻቢያ የራሱን ህዝብ እንደ አሸዋ በመላው ዓለም በስደት በትኖ የራሱን ሀገር ቆርጥሞ በልቶ ኢትዮጵያ ውስጥ ላሉት ወንበዴዎች ያስታጥቃል ገንዘብ ይረዳል የሀገራችን የውስጥ ሰላም የሚመጣው ሻቢያ ሲጠረግ ነው

የሁለቱ ባንዳ አንዳርጋቸው እና መሳይ መኮንን ተስፋ የቆረጠ የwhats'up መልክት ልውውጥ